- Последний пост
- 4 июл.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 22
- Тип
- открытый
- Язык
- und
- В каталоге с
- 15 авг.
- 1/24сутки в ленте
- —
- 1/48двое суток
- —
- 1/72трое суток
- —
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
🎉 ODUU GAMMACHIISAA Dhaabattanni TECNO Hordoftoota Isa bilbila camon 50 pro, 30,000 Badhaasaa Jira, Kana keessatti hirmachuuf link gadhiin seenuun Jalqabaa https://t.me/tecnobirr_bot/TecnoBirr?startapp=ref_1275398676
#Kutaa_8ffaa #Finfinnee Bu'aan Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa har'a ifooma Bu'aan qormaata naannoo kutaa 8ffaa bara 2018 kan bulchiinsa magaalaa Finfinnee har'a ni ifooma jedhameera. Qormaanni naannoo kutaa 8ffaa bara 2018 kan bulchiinsa magaalaa Finfinnee Waxabajjii 11 fi 12 bara 2018 kan kennamee ture yoo ta'u, walumaa galatti barattoonni kuma 86 ol fudhataniiru. Carraa Gaarii! @bbcafaan_oromoo_bbc
#Simbirtuu! Walitti qabaan Boordii WMO, kabajamoo obbo Abbaaduulaa Gammadaa mana maatii barataa Kaalid Qaasimitti argamanii jajjabeessuun, mana barumsa Bultii Addaa WMOtti carraa barnoota bilisaa (full scholarship) kennaniifi jiru. Barataa Kaalid Qaasim guyyaa haati isaa boqotte qormaata kutaa 8ffaa fudhachuun, imaanaa haadha isaa eeguu barataa gochaan agarsiisedha. Haati Kaalid gaafa lubbuun jirtu, "Yoo akkam rakkattellee barumsakee addaan hin kutin" jettee gorsaa turuu kan yaadatu Kaalid, gadda ulfaataa boqochuu haadha isaatiin isa muudate damdamachuun, osoo reeffi haadha isaa mana jiru qormaata qoramee raawwate. Kaalid fakkeenya imaanaa maatii fi biyyaa eeguuti. Mallattoo haala ulfaataa keessatti galfata haadha ofii galmaan gahuuti. Kun dhalootaaf ergaa guddaa kan qabuudha. Abbaa Mul'ata mana barumsa Bultii Addaa WMO kan ta'aniifi hojii dhaloota egeree biyyaaf gumaacha guddaa taasisan omishuu keessatti ashaaraa seena qabeessa kan kaa'an kabajamoo obbo Abbaaduulaa Gammadaas barataa Kaalid kan jajjabeessaniif kanaafidha. Jajjabeessuu qofa osoo hin taane, imaanaa haadha isaa akka galmaan gahu, haala mijaawaafi mul'ata isaa milkeessuuf isa gargaaru, carraa barnoota bilisaa mana barumsa Bultii Addaa WMOtti kennaniifi. Kaalid bara dhufu barattoota ciccimoo guutuu Oromiyaarraa dhufan waliin mana barumsa Bultii Addaa WMOtti barata. Kun imaanaa haadha isaa galmaan gahuuf boqonnaa haaraadha. Tarkaanfiin Boordii WMO kun, gama tokkoon ejjennoo cimaa dhaloota qaruuf gahoomsuu akkasumas aantummaa guddaa WMOn ummata keenyaaf qabuuf agarsiistuudha. Join : https://t.me/ABDIISABAA_MEDIA1
ABDII SABAA pinned «⚡️🔋Battery Bilbila Keessanii yeroo tokko qofa charge gochuun torban tokko akka turu app isiniif tursiisu kana ammuma DOWNLOAD itti fayyadamaa, FREE dha dafaa itti fayyadamaa Solution to your battery, 1 charge ~ 1Week 👇👇👇👇 Playstore irraa link gadiin…»
⚡️🔋Battery Bilbila Keessanii yeroo tokko qofa charge gochuun torban tokko akka turu app isiniif tursiisu kana ammuma DOWNLOAD itti fayyadamaa, FREE dha dafaa itti fayyadamaa Solution to your battery, 1 charge ~ 1Week 👇👇👇👇 Playstore irraa link gadiin seenuun buufadhaa 👉 https://play.google.com/store/apps/details?id=com.bonimostechnologies.batterysaver&pcampaignid=web_share
#update Ayatollah Ali Khamenei ajjeefamaniiru. Hogganaan Olaanaan Rippabliika Islaamaa Iraan, Ayatollah Ali Khamenei, waggaa 86ffaa isaaniitti du’aan boqochuun isaanii mirkanaa’eera. Gabaasni kun kan dhufe erga haleellaa qilleensaa cimaa magaalaa Teheran keessatti raawwatamee booda yoo ta’u, mootummaan biyyattii gadda biyyaalessaa guyyoota 40f turu labseera. Ayatollah Khamenei bara 1989 irraa eegalee biyya Iraan kan hogganan yoo ta’u, isaanis abbaa aangoo xumuraa dhimmoota amantii, waraanaa fi siyaasa alaa biyyattii turan. Du’i isaanii kun Giddu-galeessa Bahaa (Middle East) keessatti shoora guddaa akka fidu ni tilmaamama. Khamenei waggoota kurnan sadii oliif dhiibbaa Iraan naannicha keessatti qabdu babal’isuu fi mormii biyyoota Lixaa irratti xiyyeeffachuun beekamu. Bakka bu’aa isaanii filachuuf Manni Maree (Assembly of Experts) walga’ii ariifachiisaa akka gaggeessu eegama. Haala kanaan, du’i isaanii xumura boqonnaa seenaa dheeraa tokkoo yoo ta’u, gara fuulduraatti Iraan kallaattii akkamii akka hordoftu irratti gaaffii guddaa uumeera. Mormitoonni biyya keessaa fi hoggantoonni addunyaa tokko tokko du’a isaanii akka carraa jijjiiramaa fi bilisummaa uummata Iraaniitti kan ilaalan yoo ta’u, deeggartoonni isaanii immoo akka "wareegamaa" guddaatti isaan yaamaa jiru. Humnoonni Ittisa Inqilaabaa (IRGC) biyyattii keessatti tasgabbii eegsisuuf socho’aa kan jiran yoo ta’u, addunyaan xiyyeeffannoo guddaan gara Teheranitti garagalteetti. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 🌐 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 🌐 🌐 www.facebook.com/AbdiiSabaaFb 🌐 🌐 https://youtube.com/@abdiisabaamedia 🌐
ABDII SABAA pinned Deleted message
Bu'aa qormaata kutaa 12ffaa kan bara 2014 barattoonni akkamitti ilaallatu? Akkuma ministerri barnoota beeksise gidduu kana bu'aan qormaata 12ffaa kan bara 2014 gadi dhiifama jedhame jira. Bu'aa qormaata isaanii kan bara kanas akkaataa itti barattoonni ilaallachuu danda'an beeksisera. Akkasumas barattoonni qormaata bara kanaa qoramtan bu'aa keessan ilaaluuf giddu kana bu'aan qormaata keessanii waan gadii dhiifamuuf yeroo yeroodhaan liinkii kana ilaalaa. Bu'aa qormaata keessanii ilaaluuf liinkii kanaan seenaa👇👇👇👇👇👇👇👇 https://oro3.bbcko.com/ethiopian-grade-12-exam-result-2014-2015-neaea/ #Share_share_share_share waliif godhaa!!!
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12ffaa Bakkeewwan yeroon isaa gara yeroo biraatti darbe
Waan raajii! Qormaanni kutaa 12ffaa kan Aanota Wallagga Bahaa jala jiran muraasaa fulb 30 booda jedhameera. Godinni Wallagga Bahaa Aanaawwan 5 Haroo Limmuu, Limmuu, Eebantuu, Kiiramuu fi Giddaa Ayyaanaa Qorumsa kutaa 12ffaa akka iddoo biraa waliin hin fudhanne taasiseera. Ilaalchi fi murtoon kuni nageenya waliin waan Wal qabatu fakkeessanii ta'e jedhanii Aanaawwan kana miidhuuf akka ta'e beekamaadha. Rakkoo nageenyaa yoo ta'e naannoon hedduun rakkina keessa jira, dhimmi Jara kana adda taasisu maalidha? Yooma baayyee ulfaataa tahe illee Aanaa Gidda Ayyaanaatti haalli mijeeffamee qoramuu ni danda'u ture! ✋️ STOP
❤️Asoosama Gabaabaa❤️ 💋GUBAA JAALALAA💋 kutaa 6ffaa ✍Roobee 📡 FIBn kan dhiyaate FIBTV yaada keessan comment irra kaa'aa. Warri dubbistan galatoomaa. Kutaa isin darbe Telegram FIB TV jalaa argattu. .... Lapheen keenya lamaan addunyaa kana dagatee, kophaa keenya taliila qulqulluu jaalalaa daakuutti seenne. irra deddeebinee wal dhungachuu ittuma fufne. Gidduudhaa Ibsaa dhaamsi naan jedhe. Ibsaa dhaamsee mormasaa jala seene. Na haammatee addakoo na dhungate. haasaa wal dharraa keenyaa hafuura ho'aa walitti baafachaa miira sassataatiin walitti maxxannee ciifne. Bilbilaan waadaa waan walii seenneef waan tokkkollee akka hin raawwanne keessi keenya fudhateera. Jaalala dhugaaf bakka guddaa akka qabu utuu qaamaan wal hin argin mirkaneeffadheera. Utuu haasofnee taphannuu saatiin halkan keessaa sa'a torbaaf walakkaa yemmuu ta'u bokkaan cimaan tokko roobe. Innis dadhabee waan tureef, anis galgalasaa utuu hin rafin waanan buleef dadhabnee rafne. Ganama yemmuu kaanu galgala homtuu akka hin uumamnen bare. Kabajnikoo guddaa dabaleef. waan bari'eef "ka'een gala guyyaa biraa wal agarra deebi'een dhufa" jedhe. Ol ka'een morma isaa haammadhee sireerra jilbakoon harkakoo lamaan mormasaa qabadhee, "har'allee na bira ooli anoo si hin quufnen" jedheen. Amma lamaan keenya gidduudhaa wal saalfiin badee akka nama waggaa hedduu walbeeknuu taane. Jaalala inni naaf qabu hagana jedhee ibsuuf nan wallaale. "Dhiirri tokko akkamiin miirasaa eegee mana tokko dubara kophaa jirtuuf of eeggata?" kan jedhu hedduu na dhibe. An lubbuukooyyuu waanan itti qusadhu miti. Innillee maatiisaa bira osoo hin ga'in na argee nabira jiraachuunsaa jaalala keenya adda natti godhe. "Maalumakootu sitti tole?" jedheen gaafadhe. "bakka hin qabu. jechas, haalas" naan jedhe. ofitti qabeen tokko dhungadhee, ciree qopheessuuf gadi bu'e. Ifaan nama of guguddisu miti. Baanee nyaanna naan jedhee achuma boordii waliin kaaffee seennee nyaannee baane. Keessikoo natti salphata. Dhimmumuma waan tokkoon dhabde. Fuullikoo ifee kolfaaf gammachuutu irraa ifa. Innis akkasuma. Jaalalli miiraa qaama keenya bulluksuuf yeroo gabaabduu keessatti baduun kan madaalamu miti. Dubarri jaalala isheef waan hin taane hin qabdu. Dhiirri hedduun kana hin hubatan. Ifaan jaalala akka waan barsiisaasaa ta'ee na barsiise. Utuun wal hin quufin lamaan keenyayyuu bullee gara maatiitti sokkuuf yeroon geesse. Halkan tokkittii har'aa qabna. Irbaata keenya alumaa fayyadamnee gallee rafne halkan bokkaan cimaan tokko roobe. Ifaan harka isaatiin gara dugadakootiin uffata keessaan na qabe..... itti fufa
видео или голосовое, без подписи
Asoosama Gabaabaa❤️ 💋GUBAA JAALALAA💋 kutaa 5ffaa ✍Roobee 📡 FIBn kan dhiyaate FIBTV Dubbistoonni kutaa isin miliqe kana FIB TV jalaa argattu. akka dafee sin ga'u page koo like share godhaa. Dadhabinaaf dogoggorakoo na sirreessaa. . Yeroon waan deemeef irbaata nyaannee isaan nu biraa galan. Taa'een gadi jedhee bilbila utuun tuttuquu "koottu" naan jedhe. bilbila tecnoo diimtuu xiqqoo baadhu tokko tuttuqaa dhaqeen bira taa'ee, ija keessa wal ilaalle. "Rafi karaa oolte dadhabdeetta" jedheen uffatasaa sisirreesse. Inni garuu "bilbila kee lafa kaa'i ciisi" naan jedhe. Lafa kaa'een itti siqee ciise. Harkasaa mormakoo jala baasee akkan boraafadhee ciisutti naaf mijeesse. Hojjaas diiminas waluma fakkaanna. Namni obbolaa malee jaalallee walii nu hin se'u. Waan dubbataa turrefaa irra deebinee dubbachuutti kaane. Hidhiinsaa yemmuu haasa'u waa irra taa'ee waan na waamu fakkaata. Anis harkakoo jala baaseen ofitti haammadhe. Lamaan keenya miira ho'aaf jaalala gubaa keessa seenne. "Maakoo" naan jedhe. "ookoo" jedheen jalaa qabe. Ija koo na ilaale. Maal natti hima jedheen utuun eeguu, heddun si jaalladhaam naan jedhe. Mormasaa jala galeen anis lubbuu siif hin qabun jedheen. Rifeensa mataakoo keessa qubootasaa mirmirsaa addakoo na dhungate. Onneenkoo akka dhadhaa abiddi sardee yemmuu baqxu natti beekamte. Hafuurrikoo ammaa amma baasee galchuu na ariifachiise. Jalala. Anis harkakoo tokkoon mataasaa qaqqabuuttin ka'e. Hafuurrisaa na hoise. Addunyaa jaalala dhugaa keessa qofaa keenya akka jirru haga natti fakkaatuttan mararfadhe. Gadi natti siqee hidhiikoo keessa na dhungate. Amma of to'achuun dadhabe lapheenkoo rukuttaan dabalee, waanan tufuuf ka'u natti fakkaate. Ofitti qabeen anis haammadhee dhungadhe. Kaleessa wal hin beeknu. Biyyi keenyas garaa gara. Lamaan keenya oromummaa malee waan biraan wal hin agarru. Inni wallagga bahaa ani wallagga lixaati. Inni sanyii warra Baabboo an sanyiinkoo Daaloo. Jaalalli garuu walitti nu fidee halkan bareedaa kana nuuf kenneera. Lapheen keenya lamaan addunyaa kana dagatee kophaa keenya taliila qulqulluu jaalalaa daakuutti seenne. irra deddeebinee wal dhungachuu ittuma fufne. Gidduudhaa Ibsaa dhaamsi naan jedhe............ itti fufa....... #Share Waliif godhaa
видео или голосовое, без подписи
🎊Bootii Baankii #AWASH fayyadamuun yeroo galmooftan badhaasa qarshii 1000 ni argattu! 🎁 Dabalataan nama tokko yemmuu affeertan kafaltii qarshii 100 argattu! 👁 Kana Jechuun Walumaa qalatti qarshii 3500 argattu jechuudha Liinkin affeerraa kesssani ⬇️ https://t.me/Awashbankethiopia_bot?start=r0090696337 🎊የ አዋሽ #ባንክ ቦትን ተጠቅመው ሲመዘገቡ የ 1,000 ብር ስጦታ በተጨማሪም 1 ሰዉ ወደ ቦቱ ሲጋብዙ የ 100 ብር ክፍያ ያግኙ🎁 ይህ ማለት 25 ሰዎችን ወደ ቦቱ ሲጋብዙ 3500 ብር አካውንትዎ ላይ ገቢ ይደረጋል ማለት ነው! የመጋበዣ ሊንክዎ ⬇️ https://t.me/Awashbankethiopia_bot?start=r0090696337
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи