tgindex
Qubee Online

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! Kun Channel barattoota kutaa 1ffaa irraa kaasee hanga University jiraniiti. Odeeffannoo barattoota sadarkaa 1ffaa, 2ffaa, Yuunivarsiitii fi Koolleejjii hunda iddoo tokkotti asitti ni argattu.

Последний пост
14 авг.
Последнее чтение
13 авг.
Постов за неделю
3
Всего постов
42
Тип
открытый
Язык
om
Категория
Образование
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
21 839
+272 за 5 дн.
Сутки
−28
−0,13%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
4 903
40 постов
Вовлечённость
22,5%
к подписчикам
Постов в день
0,4
всего 42
Упоминаний
1
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
126
1/48двое суток
144
1/72трое суток
155

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • 14 авг.12517из Quality Button

    без подписи

  • 14 авг.14313из Quality Button

    без подписи

  • 14 авг.15515из Quality Button

    без подписи

  • 14 авг.1915из Quality Buttonудалён 14 авг.

    без подписи

  • 11 авг.243191из Quality Buttonудалён 14 авг.

    Ati deggeraa kilaba kamiidha❓Maqaa kilaba kee cuqaasuun Odeeffannoo saffisaa 24/7 waa'e kilaba deggertuu Argachuu dandeessaa!! 👇👇

  • 11 авг.25513из Quality Buttonудалён 14 авг.

    Gadhiifameera 🔥🔥🔥 Diraamaan Hiree Jaalalaa Kutaa 93ffaan gadhiifameera! bakka JOIN jedhu tuquun seenaa daawwadhaa! 👇👇

  • 11 авг.26120из Quality Buttonудалён 14 авг.

    Warroota amma online irra jirtan maraaf! 🤝 Amma 1:24 kaasee hamma 1:50 qofatti kan turuu! 🙌 Namoota dursanii chaanalota armaan gadii JOIN godhan 20'f badhaasi kaardii 500 qophaa'eera! 🏃‍♂️🏃‍♂️

  • 31 июл.2 7103512

    Breaking ❗‼️ Bu'aan Qormaata Naannoo kutaa 6ffaa naannoo Oromiyaa bara 2018 ifoomeera! Odeeffannoo fuula Facebook sirrii Biiroo Barnoota Oromiyaa irraa arganneen yeroo ammaa kana bu'aan qormaata naannoo barattoota kutaa 6ffaa bara 2018 kan Naannoo Oromiyaa ifoomuu isaa mirkaneeffanneerra. Barattoonni kutaa 6ffaa qormaata kana fudhattan armaan gadiin qabxii keessan ilaalladhaa! Website :- https://oromia6.ministry.et/#/result Carraa Gaarii! Barattoota kutaa 6ffaa hundaaf share taasisaa!

  • 30 июл.2 09521

    Bu'aan qormaata naannoo kutaa 6ffaa Naannoo Oromiyaa yoom akka ilaalamu ibsame Biiroon Barnoota Oromiyaa odeeffannoo daqiiqaa muraasa dura baaseen guyyaa itti qormaanni naannoo kutaa 6ffaa Naannoo Oromiyaa bara 2018 itti ilaalamu ibsameera. Kanaanis guyyaa boruu jechuunis Adooleessa 24 bara 2018 ganama ykn waaree dura Sa'aatii 4:00 - 6:00 akka ibsamu baasaniiru. Barattoota kutaa 6ffaa hundaaf share taasisaa!

  • 28 июл.1 75121

    #Leenjii_Barsiisummaa #Barsiisota #MoE Sagantaa Gannaatiin Dippiloomaa irraa gara Digirii tokkoffaatti sadarkaa barnootaa keessan fooyyessuuf leenjii dhaaf kan filatamtan yeroon galmee Adooleessa 24 fi 25 bara 2018 ta'uu isaa Ministeerri Barnootaa ibseera. Waggoota darbaniif adda citee kan ture leenjii Gannaa barsiisotaa Ganna kana jalqabuuf Yuunivarsiitiiwwan saddeet filatamuu isaanii Ministeerri Barnootaa beeksiseera. Yuunivarsiitiiwwan kanneen keessaas Yuunivarsiitiin Baahir Daar, Hawaasaa, Maqalee, Gondar, Kootabee fi k.k.f keessatti argamu. Sagantaa leenjii barsiisotaa Gannaa kanaafis barsiisonni 8,273 gara leenjiitti seenuuf qophiin xumuramuu isaa ibsameera. Barsiisonni guyyoota caqasamanitti Yuunivarsiitii itti ramadamanitti argamuun akka galmooftan! Yuunivarsiitii itti ramadaman ilaaluuf pdf armaan oliin ilaalaa! @Qubee_Media_Official @Qubee_Media_Official

  • 28 июл.1 19618из Quality Button

    Oduu gammachisaa. Sa'atii ammati kaase hangaa boruu sa'ati kanatti internate hin dangeffamne kenname waan jiruuf bakka free internate jedhuu tuqun add godha bilisan fayyadama. Utuu hin dhaabbatin dafaa itti fayyadama Waver @Junaddiint

  • 28 июл.1 453171

    🎁 MACZO GIVEAWAY ALERT 🎁 Enter code: 🔥 CODE158879 🔥 and claim 200 FREE SPINS instantly! 🎰 👥 Limited to the first 200 users only ⚡ Once they’re gone, they’re gone — no second round! Redeem now and start spinning immediately! 👉 @maczo_official_global 👉 maczo.co

  • 27 июл.1 647281

    Bu'aan Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaa naannoo Oromiyaa bara 2018 yoom ifooma? Akkuma beekamu Adooleessa 14 bara irraa kaasee bu'aan qormaata naannoo kutaa 8ffaa naannoo Oromiyaa ifoomeera. Bu'aan qormaata barattoota kutaa 6ffaa garuu hanga ammaatti hin ifoomne. Waa'ee kana irratti Biiroon Barnoota Oromiyaa maal jedhe kan jedhus odeeffannoo arganne isin biraan haa geenyu. Biiroon Barnoota Oromiyaa akka ibsetti bu'aan qormaata naannoo kutaa 6ffaa bara 2018 Adooleessa 23 ykn guyyoota sadi booda irraa kaasee carraa ifoomuu bal'aa akka qabu ibsameera. Odeeffannoo haaraa akkuma ifoomeen argachuuf channel keenya Telegram join taasisaa! Barattoota kutaa 6ffaa hundaaf Carraa Gaarii!

  • 23 июл.3 134261

    Naannoo Oromiyaatti Qabxii Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa Bara 2018

  • 22 июл.2 703279

    Breaking ❗‼️ Bu'aan Qormaata Naannoo kutaa 8ffaa naannoo Oromiyaa bara 2018 ifoomeera! Odeeffannoo fuula Facebook sirrii Biiroo Barnoota Oromiyaa irraa arganneen yeroo ammaa kana bu'aan qormaata naannoo barattoota kutaa 8ffaa bara 2018 kan Naannoo Oromiyaa ifoomuu isaa mirkaneeffanneerra. Barattoonni kutaa 8ffaa qormaata kana fudhattan armaan gadiin qabxii keessan ilaalladhaa! Website :- http://oromia.ministry.et Carraa Gaarii! Barattoota kutaa 8ffaa hundaaf share taasisaa!

  • 21 июл.2 433291

    Bu'aan qormaata naannoo kutaa 8ffaa Oromiyaa yoom ifooma? Beeksisa Hatattamaa barattoota qormaata naannoo kutaa 8ffaa bara 2018 fudhattan maraaf! Qormaanni naannoo kutaa 8ffaa bara 2018 kan naannoo Oromiyaa Waxabajjii 11 fi 12 bara 2018 kennamaa ture bu'aan isaa guyyaa boruu jechuunis Adooleessa 15 bara 2018 waaree dura Sa'aatii 4:00-6:00 tti kan ibsamu akka ta'e Biiroon Barnoota Oromiyaa ibseera. Kanaanis akkuma bu'aan isaa ifoomeen kan isin biraan geenyu ta'a, obsaan nu eegaa! Gama biraatiin bu'aa qormaata naannoo kutaa 6ffaa tiin wal qabatee guyyoota kudhan booda kan ibsamu akka ta'e ibsameera. Barattoota qormaata naannoo kutaa 8ffaa fudhattan hundaaf Carraa Gaarii!

  • 14 июл.2 503281

    #Leenjii_Barsiisummaa #Ministeera_Barnootaa #MoE Ministeerri Barnootaa Yuunivarsiitiiwwan barnoota Gannaa kennan ifoomseera. Karoorri kunis leenjii barnoota Gannaatiin Dippiloomaa irraa gara Digiriitti kan darban kan ilaallatu dha jedhame. Ministeerri Barnootaa xalayaa Adooleessa 6 bara 2018 Yuunivarsiitiiwwan hundaaf ergeen jijjiirama sirna barnootaa walii galaa waliin wal qabatee bara 2012 irraa kaasee leenjii barsiisotaa Ganna adda citee kan ture ta'uu yaadachiiseera. Ta'us garuu sirna barnootaa haaraa itti aanutti leenjii qophaa'een barsiisonni leenjiin fooyya'iinsa sadarkaa kan isaaniif kannamu ta'uu ibsameera. Bara 2018 leenjii kana kennuuf Yuunivarsiitiiwwan 8 filatamuu isaanii Ministeerichi beeksiseera. Isaanis; 1. Yuunivarsiitii Barnootaa Kootabee 2. Yuunivarsiitii Baahir Daar 3. Yuunivarsiitii Hawaasaa 4. Yuunivarsiitii Maqalee 5. Yuunivarsiitii Jimmaa 6. Yuunivarsiitii Haramaayaa 7. Yuunivarsiitii Gondar 8. Yuunivarsiitii Arbaa Miinci Bara 2011 dura leenjii kanneen jalqabanii hin xumurre murtee kana dura kenname bu'uura isaatiin akka xumuran akka taasifamu Ministeerri Barnootaa ibseera. @Qubee_Media_Official @Qubee_Media_Official

  • 6 июл.3 042181

    #AA #Kutaa_6ffaa #Finfinnee Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti bu'aan qormaata naannoo kutaa 6ffaa bara 2018 ifoomeera. Bu'aa guyyaa har'a ifoome kanaanis manneen barnootaa 768 barattoota kutaa 6ffaa qormaata naannoo kana qorsiisan keessaa manneen barnootaa 543 guutummaa guutuutti barattoota isaanii dabarsuu isaanii ibsameera. Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti barattoota kutaa 6ffaa qormaata naannoo fudhatan keessaa 97.48% kan ta'aan qabxii darbiinsaa fiduun isaaniis ibsameera. Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti barattoota qormaata naannoo kutaa 6ffaa fudhatan 84,257 keessaa barattoonni 82,137 qabxii darbiinsaa fidaniiru. Barattoonni bu'aa keessan ilaaluuf;👇 https://aa6.ministry.et/#/result Carraa Gaarii! @Qubee_Media_Official @Qubee_Media_Official

  • 3 июл.2 601271

    #AI #APP #Claude #ChatGPT Applikeeshinii AI hanga ammaatti dhageessanii hin beekne ✓ Applikeeshinii kun kana dura kan itti fayyadamaa turtan Chatgpt ni caala ✓ Assignment, document garaa garaa salphaatti siniif qopheessa ✓ Odeeffannoo isaa sirrii ta'uun chatGPT ni caala ✓ Yeroo ammaa kana Applikeeshinii AI iddoo guddaatti eegamaa jirudha ✓ Tajaajiloota garaa garaatiif fayyadamuu dandeessu. Link armaan gadiin seenuun bakka Install jedhu tuquun buufadhaa! yoo isin rakkise karaa keessaa nu dubbisaa! https://qubeeonline.com/2026/04/what-is-claude-ai/

  • 30 июн.18,9 тыс2

    без подписи