ADEMO TECH 💻
СтатистикаDaily updates on crypto, science & technology, plus practical how-to guides! Join @Ademo_tech and never miss out. Ceo: @mucaa_koo
- Последний пост
- 29 мая
- Последнее чтение
- 13 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 23
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- —
- 1/48двое суток
- —
- 1/72трое суток
- —
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
#Telegram_wallet irrattiis P2P dhabachuuf deema jedhan.😏
#Binance P2P birr Ethiopia akkuma kanaan dura jedhe cufee jira!
Maxxansi English'n isiniif maxxanfamaa jiru kun akka ana hin taane beekaa. #ADS dha waan ta'eef laaltaniituma dhiisu dandeessu.
Ethio Cart Update 🔄 Ethio Cart irratti Mini App dabalamee jira. 🤖 Mini App kana fayyadamuun: ⭐️ Telegram Premium 💰 USDT 💳 Visa Card 🎬 Netflix Karaa salphaa ta'een argachuu dandeessu. 🔒 Feature inni guddaan Visa Card irratti Security dhaf Fingerprint dabalamee jira. 📱 Yeroo Visa Card keessan fayyadamuu barbaadan kamuu ☝️ Fingerprint dhan banuun Details Card kessani argachuu dandeessu Jedhamee jira. @ademo_tech
✅AI Intarneetii Malee Hojjetu! Google AI Edge Gallery: Intarneetii malee AI fayyadamuu dandaadhu. ✅ Internet Free ✅ Privacy: Odeeffannoo keessan bilbila keessatti qabama. ✅ Saffisa: Daataa hin fixu. 👉 Buufadhu: Google Play Store Hiriyeota keessaniif SHARE godhaa! 📱✨ @Ademo_tech
Today #TON 1.4$
Telegramiin namootaa ammallee hatamaa jira! Of-eeggannoo godhaa😳 #Telegram #Hack #ScamAlert #OnlineSafety #OTP #CyberAttack @Ademo_tech
#TELEGRAMUPDATE Telegram dhiyeenya kana Update haaraa hedduu ifa godhee Jira. Isaan keessaa Muraasa isaanii. 1. AI Text Editor (Barreeffama AI Gulaaluu) Barreeffama dheeraa yeroo barreessinu, AI’n gargaaramuun: Translate: Barreeffama gara afaan barbaaddaneetti hiikuu. Grammar Fix: Dogoggora qubeewwanii fi seera-lugaa sirreessuu. Tone & Style: Barreeffama keessan bifa adda addaa akka Formal, Short, Tribal, ykn Corp ta'utti mijeessuu. 💡 Akkaataa itti fayyadamaa: Appii keessan erga update gootanii booda, bakka barreeffamaa irratti sarara 3 fi isaa ol yoo barreessitan, mallattoo AI dhuftu tuquun itti fayyadamaa! 2. Polls Haala salphaan edit gochuu 🖼️ Media Attach: Filannoo keessatti Suuraa, Viidiyoo fi bakka (Location) dabaluu. 🙋♂️ User Suggestions: Namoonni filannoo irratti yaada (options) akka dhiyeessan hayyamuu. 🔀 Random Order: Filannoowwan namoota adda addaaf bifa wal-makaa ta’een akka dhiyaatu gochuu. 3. Document Scanner (iOS Qofaaf) 📄 Fayyadamtoota iPhone qofaan kan hojjetu yoo ta'u, sanadoota (documents) keessan gara dijitaalaatti jijjiiruuf: Appii Telegram keessatti Attachment menu bani. File kan jedhu erga tuqnee booda, Scan Document kan jedhu filachuun documents scan gochuu dandeenya. @ADEMO_TECH #TelegramUpdate #AITech #Telegram #Ademo_tech #TechNews
Maxxansi English'n isiniif maxxanfamaa jiru kun akka ana hin taane beekaa. #ADS dha waan ta'eef laaltaniituma dhiisu dandeessu.
🔒 #Telegram_Update – Privacy Haarawa! Telegram update haaraa keessatti privacy (dhimma dhuunfaa) irratti jijjiirama guddaan dhufeera 🚀 📌 Wanta haaraa: 👉 Amma Normal Chat keessattillee: 🚫 Forward gochuu dhorkuu dandeessa 🚫 Copy gochuu ittisuu dandeessa 🚫 Screenshot / Screen record dhorkuu dandeessa ➡️ Odeeffannoon kee gara nama 3ffaa akka hin darbu ni eeggama! 🔐 🛠 Akkaataa itti fayyadamtan: 1️⃣ Chat nama barbaadduu banaa 2️⃣ Mallattoo tuqaa sadii (⋮) gubbaa mirgaa tuqaa 3️⃣ “Disable Sharing” jedhu filadhaa 4️⃣ ON/OFF gochaa ⚠️ Hubachiisa: 👉 Tajaajilli kun yeroo ammaa Telegram Premium fayyadamtootaaf qofa dha. 📲 Odeeffannoo tech haaraa argachuuf 👉@ADEMO_TECH #Telegramapdate
ADEMO TECH 💻 pinned «🔐💸 Maallaqa Keessan Saamtoota Dijitaalaa Irraa Eegaadhaa! ❌ Dogoggora 6 fayyadamtoonni Mobile Banking yeroo kamiyyuu hojjachuu hin qabne Mobile banking fayyadamuun salphaa ta’us, of-eeggannoo dhabnaan balaa maallaqaa fiduu danda’a. Kanaaf akeekkachiisa armaan…»
Ed Mubarak 🙏
Hidha akkasii san yoo nutti dhufe tuquu hin qabnu! Kan hiriyaa keenyaa fakkeeffamuun nutti ergamu danda'a.
🔡 AI Tools Fayyadamoo hojii kee saffisiisuuf (gabaabaa): Power Group 1: Content & Creation 1️⃣ Runway ML – Viidiyoo fi suuraa AI’n sadarkaa ogeessaatti gulaalu. 2️⃣ Pictory – Blog kee gara viidiyoo hawwataa jijjiira. 3️⃣ Descript – Viidiyoo fi audio akka document barreessituutti salphaatti gulaaluu dandeessa. 4️⃣ Kaiber – Viidiyoo muuziqaa AI’n sadarkaa ol’aanaa uuma. 5️⃣ Copy.ai – Barreessaa marketing AI kan si gargaaru. 6️⃣ Peppertype AI – Meeshaa cimaa barreeffama content uumuuf. Odeeffannoo akkasii argachuuf Join✅ @ADEMO_TECH ✅
видео или голосовое, без подписи
JUST IN : Bitcoin reclaims $73,000 ✅ @Ademo_tech
🃏📈 Barnoota Poker 5 kan Trader Gaarii Si Taasisan 1️⃣ Position sizing – Maallaqa hunda trade tokko irratti hin galchin. 2️⃣ Table selection – Gabaa dorgommii xiqqaa qabu filadhu. 3️⃣ Conviction & size – Setup cimaa → size guddisi; yoo hin mirkanoofne → xiqqeessi. 4️⃣ Process irratti xiyyeeffadhu – Strategy kee hordofi, kasaaraan ni dhufa. 5️⃣ To’annoo miiraa – Miiraan hin murteessin. ✅ Xumura: Probability + Discipline + Risk management = Trader gaarii. 📊 @Ademo_tech
🔐💸 Maallaqa Keessan Saamtoota Dijitaalaa Irraa Eegaadhaa! ❌ Dogoggora 6 fayyadamtoonni Mobile Banking yeroo kamiyyuu hojjachuu hin qabne Mobile banking fayyadamuun salphaa ta’us, of-eeggannoo dhabnaan balaa maallaqaa fiduu danda’a. Kanaaf akeekkachiisa armaan gadii sirriitti dubbisaa 👇 1️⃣ PIN namaaf hin qoodinaa 🚫 PIN salphaa akka 1234, 0000, bara dhalootaa hin fayyadaminaa 🔄 PIN keessan yeroo yeroon jijjiiraa ❌ Nama kamiifuu PIN hin kenninaa 2️⃣ Koodii OTP hin kenninaa 📩 OTP (lakkoofsa 4 ykn 6) kan dhuunfaa keessan qofa 🚨 OTP kennuun = furtuu maallaqa keessan kennuu dha 3️⃣ Liinkii sobaa (Phishing) irraa of-eegaa ⚠️ Ergaa akka “Herregni kee cufameera” ykn “Badhaasa mo’atteetta” jedhan shakkadhaa 🔗 Liinkii shakkisaa hin tuqinaa 📞 Lakkoofsa baankii sirrii qofa fayyadamaa (fkn: CBE – 951) 4️⃣ Appii baankii sirrii qofa fayyadamaa ✅ Play Store ykn App Store irraa qofa buufadhaa 🚫 Appii Telegram/Bluetooth irraa ergaman hin install gochinaa 🔄 Appii yeroo yeroon update gochaa 5️⃣ Wi-Fi uummataa irraa fagaadhaa 📡 Kaafee, hoteela, buufata xiyyaaraa keessatti mobile banking hin fayyadaminaa 📱 Deetaa bilbila mataa keessanii qofa fayyadamaa 6️⃣ Bilbila keessan sirriitti eeggadhaa 🔒 Screen lock (PIN, Fingerprint, Face ID) fayyadamaa 🚪 Mobile banking fayyadamnee booda logout godhaa 📩 SMS alert banuun sochii maallaqaa hordofaa 🚨 Yoo bilbilli bade ykn maallaqni hatame: ☎️ Mobile banking ariitiin akka cufamu taasisaa 📵 SIM card dafnee cufsiisaa ✅ Nama biraa eeguuf share gochaa! 📲 Odeeffannoo teeknooloojii dabalataaf 👉 @Ademo_tech hordofaa 🚀
🟢 Hattu telegram akkuma itti fufetti jira ammallee hammaachaa waan jiruuf of eegaa !! Akkuma yeroo hunda waliif himaa jirru link 🔗 hunda login goonee waan hunda itti guutuurraa of qusachu qabna. @ADEMO_TECH
📲 #TECH_TIPS — Koodii Dhoksaa Lama Faayidaa Qabeessa! 🤫 💡 1️⃣ Kaardii Moobaayilii Osoo Hin Fayyadamin Dhumataa Jiraa? 😱 Kaardii keessan guuttanii osoo hin fayyadamin qarshiin keessan badaa jiraa? 💸 Sababni isaa: “services” dhoksaa irratti ofumaan galmooftanii jirtu! 🤦♀️ Ergaa ‘advertisement’ tokko yoo argitan, qarshiin keessan “slurp!” jedhee badaa jira 😩 ✅ Furmaata Isaa: 👉 Koodii kana bilbilaa: *900# Kun “services” hundaa irraa isin baasaa, kaardiin keessan ammoo nagaan fayyadama! 🦸♂️ 💡 2️⃣ WiFi’n Bilbila Keessan Irraa Didee? 📶🚫 WiFi’n “Lakki! Si hin beeku!” jechuun isin rakkisaa jiraa? 😅 Hin yaaddaanne, koodiin dhoksaan furmaata kenna! ✅ Akkaataan Itti Sirreessitan: 1️⃣ Gara “Dialer” dhaqaa 📞 2️⃣ Koodii kana galchaa 👉 *#2663# 3️⃣ “REFRESH WIFI VERSION” jedhu cuqaasaa 🔄 4️⃣ Bilbilli keessan ofuma isaa “restart” godha 🤩 5️⃣ Yeroo banamu, WiFi keessan ni hojjeta! 🎉 🔥 Yoo Tech Tips kana jaallattan SHARE godhaa! Namoota biroofis furmaata ta’a 💪 #Tech #Android #HiddenCodes #Tips #ADEMO_TECH