tgindex
ILAALCHA

Waliin marihachuun salphina haa irrifnuu Waliin marihachuun waa hunda caalaa.

Последний пост
27 янв.
Последнее чтение
15 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
23
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
81
0 за 2 дн.
Сутки
0
0,00%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
35
23 постов
Вовлечённость
43,2%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 23
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
1/48двое суток
1/72трое суток

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • 27 янв.24из gaarumansumafi

    Hiriyyaa waliin jirtu ka waa'ee jiruuf jireenya isaa sitti hin himne waa keetii itti hin odeessin. Hiriyyaa si dhageeffachuu malee tan isaa sitti hin naqanne yoo dandahame hiriyyummaa isaa waliin qabdu adda kuti. 🫡 #Share @gaarumansumafi

  • 3 дек.30из Sammuubani

    https://youtu.be/JbT51x1fuTo?si=imGpZQv8Mx8_2ADi

  • 16 сент. 2025 г.47из Sammuubani

    Gaafa aartu yookiin baay'e dhiphattu suuta jedhii nama keessaa ba'iitii bakka namni hin jirre caalleensa ykn cakkaa sagaleen hin jirree keessa seenii lafa dhayii gangaladhu iyyii! Sana booda aariifi dhiphinnikee ni bada jedha. @gaarumansumafi @gaarumansumafi

  • 12 авг. 2025 г.50из gaarumansumafi

    Qimamni Jiruu Nama Gaariidha Namni Gaariin Jiruu Sitti Mi’eessa🤍🌿 @gaarumansumafi

  • 11 авг. 2025 г.45из gaarumansumafi

    Yoomiyyuu Si dhiisee Hin Deemuu Gaafa Naan Jedhan Kaniin Amanu Yoo Jiraate Haadha Koo Qofaa.! 👩‍🍼 ❤️❤️‍🩹 #mother @gaarumansumafi

  • 10 авг. 2025 г.42из gaarumansumafi

    Waa Hedduu Yaadi Malee Waan Yaade Hunda Hin Dubbatin @gaarumansumafi

  • 10 авг. 2025 г.38из gaarumansumafi

    Walakkaan Gammaachuu HAADHA.🥰 Walakkaan saniraa hafe DU'AI HAADHAATI!.❤️‍🩹🖇 Rabbiin haadha teenya ngyfii Gammachuun umrii nuuf haa dheereessu❤️ Warri irraa Aakhiramtees Jannata kheessatti isiniif haa gammachiisu!.❤️‍🩹 @gaarumansumafi

  • 9 авг. 2025 г.37из gaarumansumafi

    "Hin milkaa'uuf" ja'anii warri sirraa haasawu turan hundi isaani gaafa ati milkooyte "baga gammadde" siin jachuuf ta'an!.🖤🖇 @gaarumansumafi

  • 8 авг. 2025 г.34из gaarumansumafi

    Ilaahii khiyya....🥺 Haga taraan tiyya geessuttii akkaan eeggadhuuf OBSA jabaa si biraa tahe san naaf khanni!.❤️‍🩹 @gaarumansumafi

  • 6 авг. 2025 г.33из gaarumansumafi

    Waanin barreessuuf malee akka Ati Itti hubattuuf itti gaafatamummaa hin furadhu!. @gaarumansumafi

  • 5 авг. 2025 г.32из gaarumansumafi

    Sababa takka malee nu jaalatee Sababaan ka nu jibbine Kaaliqa tokkicha qofa!. #Share @gaarumansumafi

  • 3 авг. 2025 г.24из gaarumansumafi

    Wanni Hundi Gaarii Nu Tahuuf Taa'a!. Arra Tahuu Baatees GUYYAA TOKKO!. ❤️‍🩹🖇 #INSHA_ALLAAH 😊 @gaarumansumafi

  • 3 авг. 2025 г.26из gaarumansumafi

    => Barachuun beekuu hin ibsu. Beekuun garuu barachuu ibsa. => Yoo qophaa'aa taate guyyaan borii qabeenya ati qooddachuuf eeggattuuda. @gaarumansumafi

  • 1 авг. 2025 г.28из gaarumansumafi

    Kamtu arkaana iimaanaati? 1 Salaata shanan salaatuu 2 Ramadaana soommanuu 3 Nabiyyoota dhugoomsuu 4 hunduu arkaana iimaanaati

  • 31 июл. 2025 г.26из gaarumansumafi

    Jireenyi ilma namaa guyyaa guyyaatti ni jijjirama. Yookaa badii irraa gara gaaritti yookiin immoo gaarii irraa gara baditti jijjirama. Jireenyi ilma namaa guutu wal fakkaata miti. Garin hiyyeessa, gariin dureessa, gariin gammadaa, gariin aarii fi gaddaan kan haguugameedha. Jireenya keenya guyyaa guyyaan yoo hin haaromsiin yookaa moofe nu jibbisisa yookiin immoo gara baditti ceena. Jireenya keenya haaromsuuf bu’aa bayi baay’ee keessa darbuu qabna. Bu’aa bayi kana keessaa bahuuf obsaa fi gamnummaan tarkaanfachuu qabna. Yoo obsaa fi gamnummaan hin tarkaanfatin goodda irraa sululatti mucucaanne hafna. Yommuu jireenya keenya ni haaromsa jenne kaanu gufuwwan baay’ee fuundura keenyatti akka gaaratti ol tuulamanii argina. Tuulama gufuwwan kana sodaanne yeroo baay’ee jireenya keenya haaromsuu hin barbaannu. Wanta hojjachuu qabnu tarreessun dura gufuwwanii fi sababa hin barbaachisne tarreessina. “Kana hojjachuu na fedha garuu baay’ee ulfaatadha, yeroo hin qabuu,….” Jechuun jireenya keenya haaromsuu irraa mataa keenyan gufuu ofitti taana. Jireenya keenya haaromsuuf tarkaanfiwwan hordofuu qabnu ni jiru. Isaanis...itti fufa “ @gaarumansumafi 🌹 @gaarumansumafi

  • 25 июл. 2025 г.33из gaarumansumafi

    Afaaniitu nama ja'a. Harkaatu nama barreeysa. Waan afaan je'ees haalli dhufu akka ja'ametti akka hin taane godha. Waan harki barreeysees haalli dhufu faallaadha godha. Saniifuu waan afaan je'ees, waan harki bareeysees amanuun...😉🙃 Gurri waan dhagaheef, ijji waan agarte qofaaf amanuuniis...😉🫠 #Dhayi_Jalaa! Suutuma ja'i yaa namana😊😇 JUMMAA MUBAARAK🫡🥰 @gaarumansumafi @gaarumansumafi

  • 22 июл. 2025 г.42из gaarumansumafi

    Miirrii ati nama tokkoof qabduus tahee miirrii namni biraa tokko siif qabu "expired date" isaa yoom akka tahe hin beekkamu ! Jaalalli jibbatti, jibbi immoo jaalalatti jijjiiramuu mala ! 🤷 Namni ni jijjiirama jattee hin yaanne yeroo jijjiirame "Surprise" hin tahin kuni uumama ! ♡ > < 💔 @gaarumansumafi @gaarumansumafi

  • 22 июл. 2025 г.40из gaarumansumafi

    Hiriyyaa waliin jirtu ka waa'ee jiruuf jireenya isaa sitti hin himne waa keetii itti hin odeessin. Hiriyyaa si dhageeffachuu malee tan isaa sitti hin naqanne yoo dandahame hiriyyummaa isaa waliin qabdu adda kuti. ❤️ ¨·.¨:  ·.   👌 :¨·.¨:  ·.   @gaarumansumafi

  • 21 июл. 2025 г.39из ramme63

    Hiriyya ko. Yaadaaf @Keetiis_bot tuqaa @ramme63 @ramme63 join godhaa

  • 21 июл. 2025 г.26из gaarumansumafi

    Yeroo joollee turretti haalaan daddfanee guddachuu feena turre!. GARUU... yeroo guddannetti yeroon joollummaa teenyaa sun yeroo caalatti nama gammachiisu turte!.💔🖇 @gaarumansumafi @gaarumansumafi

ILAALCHA — tgindex