⚜🌬ąshru_Photography 📸
Статистика- Последний пост
- 21 февр.
- Последнее чтение
- 14 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 21
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 14 авг.
- 1/24сутки в ленте
- —
- 1/48двое суток
- —
- 1/72трое суток
- —
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
Warra Ramadaanna Irraa Milkaa'u Nu Haa Taasisu.Rabbin insha allah ♥️
Masgid Xaliyan ✨🌙
✨ رمضان مبارك! ✨🌙
Jaallatamuuf Hin Kaayyeffatin. Dhugaan Jiraachuuf Kaayyeffadhu, Kabaja Baay'ee Guddaa Argattaati.🙋♂
#Suheyb_Sheikh_Amiin_Ibroo Sagantaa Haarawa Qabatee Nuuf Dhufaa Jira. Insha Allah Akka Hordoftan Isin Afeera
🦋🦋Assalamu'alleykum🦋🦋 Warahmatulahi Wabarakatuh Akkam Jirtan Nagaya Fayya Qabdani Hawaasa Jaalalaa Walirraa Adda Baanee Mii Sagantaa Teenyaas Egga Hin Godhin Adda Ture Mii Insha Allah Yoo Rabbin Ja'ee Yaroo Gababdu Boda Wali Debbinaa Insha Allah Issinis Du'aaiin Nuu Gargaraa https://t.me/dhaward1
Koottaa Umraa Waliin Haa Goonu Mana Rabbii makkaa fi Madiina Waliin Haa Ziyaarru Inshallah. https://t.me/HAMZA_HASSEN
Innaalillaahi Wa innaa ileeyhi raaji'uun Nama jabaa hawaasaafi biyyaaf umrii guutuu jiraate dhabne Baba Sheikh Abdusalaam, Rabbiin jannatul firdoowsiin sihaa qananiissu. 😢😢
Waan Ati Yaade Ta'uu Baatus Wanni Rabbi Yaade Ni Taha! Ati Malif Harka Nama Eyda Ke'ii Taatafadhuu Ke'ii Ke'iii
Dubartiin Barreessuufii Dubbisuu Irratti Yeroo Kaka'umsa Qabdu Abdiin Jira ! Channel https://t.me/Kennaa_Motivation Join Godhaatii Guddisaa. Jabaadhu sister🥰
Gammachuun Filanoodha Malee Bu'aa Miti. Hanga ati gamaduu Filattutti Wanti si Gammachiisu Hin Jiru. Yoo Ati Gammaduuf Murteesite Malee Namnni Si Gammachiisuu Hin Jiru. Gammachuun Kee Alaa Siif hin Dhufu Keessa Keetii Dhufuu Danda’a. Isinin Jaaladha...! @JOIN_GODHII🦋💋 ╭┈─────◇▪▪▪▪ ╰┈➤ @Ashrafjuwar
Diraamaa Bareedaa Khana seenaa Ittiin Buhaaraa Nus Jajjabbeeysaa 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://youtu.be/VyzCZ5nH5bA
https://youtu.be/VyzCZ5nH5bA
Imala Qabeenya keessaniif konkolaattota fe'umsaa Amanamaa Fi Nagaya ta'ee barbaadanii? Assin Nu Qunama 📞0963777000 📞0909546666
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи