AWEL QASIM CHANNEL
СтатистикаWanti Guddaan Nuti Irratti Xiyyeeffannu. 1. Tokkichummaa Uumaa Keenyaati. 2. Bareedina Islaamummaati. 3. Dhugummaa Islaamummaati. 4. Nabiyyummaa Nabiyyii Muhammad ﷺ Kana Irratti Dabalataan Waa'ee Amantiilee Biroos Fedha Rabbiitiin Keessa Deemnee Wal Ba
- Последний пост
- 11 авг.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 1
- Всего постов
- 24
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 14 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 47
- 1/48двое суток
- 53
- 1/72трое суток
- 58
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
📢 𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀! 📢 🏆 𝐒𝐚𝐠𝐚𝐧𝐭𝐚𝐚 𝐖𝐚𝐥𝐝𝐨𝐫𝐠𝐨𝐦𝐦𝐢𝐢 irratti hirmaachuudhaan beekumsa keessan gabbifadhaa! 💡✨ 👇 𝐇𝐢𝐫𝐦𝐚𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 𝐓𝐮𝐪𝐚𝐚: 👇 https://t.me/+1a9c55bufmpiZjk0 https://t.me/+n_WpZjgOc4lkNDlk https://t.me/+LjQDHUqKPAYzYjE0
𝑨𝒔𝒔𝒂𝒍𝒂𝒂𝒎𝒖 𝑨𝒍𝒆𝒚𝒊𝒌𝒖𝒎 𝑾𝒐𝒓𝒂𝒉𝒎𝒂𝒕𝒖𝒍𝒍𝒂𝒂𝒉𝒊 𝑾𝒐𝒃𝒂𝒓𝒂𝒌𝒂𝒂𝒕𝒖𝒉𝒖𝒖 الحمد لله رب العالمين 🤲 Gammachuu guddaadhaan isin beeksisna! 🎉 Tola Rabbiitiin ergasii deeggarsa keessaniin fuulli Telegram keenya hordoftoota 1,000 (1️⃣🔠) ga'eera. Kun milkaa'ina keenya qofa osoo hin taane, milkaa'ina maatii keenya hundaati. Galanni guddaan Rabbii keenyaaf haa ta'u. Itti aansuunis, galata guddaa isin hundaaf dhiyeessina. Jaalalli, deeggarsi, qoodinsi fi jajjabeessi isin nuuf taasistan hojii kana cimsuun akka itti fufu nu taasiseera. Rabbiin (ﷻ) hunda keessan mindaa gaarii haa badhaasu. Hojii gaarii kana ikhlaasa irratti nu haa tikfatu. Beekumsa bu'a qabeessa babal'isuu keessatti nu haa milkeessu. Aamiin. 🤝 Amma illee nu deeggaruu itti fufaa.🍎 Maxxansa keenya qoodaa. 🌐 Hiriyoota keessan nu hordofsiisaa. 🌹 Jazaakumullaahu Khayran Kasiiran. Baarakallaahu fiikum. 🤍 Join godhaa Irraa fayyadamaa!! https://t.me/+1a9c55bufmpiZjk0 https://t.me/+1a9c55bufmpiZjk0
𝐀𝐦𝐚𝐧𝐭𝐢𝐢 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐚𝐚𝐧𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 Kiristaanummaan Amantii Seemii Kan Addunyaa Guutuu keessa Hordoftoota Bili'oona lama qaba jedhamuudha. Kiristaanummaan maqaa isaa Iyyasuus Kiristoos (NIJ) irraa fudhate. Iyyesuus (NIJ) Islaamummaa keessattis bakka guddaa qaba. Amantiiwwaan Kiristaanummaadhaan ala jiran keessaa kan Iyyasuusitti Amanu Amantii irraa lakkaa'u ( isatti Amanuu dirqama godhu) Islaamummaa qofa. Osoo Yaad-Rimee waa'ee rabbii Kiristaanummaa keessatti maal akka tahe hin ibsin dura iddoo Iyyasuus Islaamummaa keessatti qabu haa ilaallu: 𝐀, Amantiiwwan kiristaanummaa ala jiran keessaa kan Iyyasuusitti Amanu Amantii irraa lakkaa'uu Islaamummaa qofa. Akka Islaamaatti Namni muslimaa tokko yoo Iyyasuusitti hin Amanin Muslima tahuu hin danda'uu 𝐁, Iyyasuus (NIJ) ergamoota Rabbii gurguddaa keessaa tokko ta'uu isaa ni Amanna. 𝐂, Iyyasuus (NIJ) haala raajiitiin ( Miraculously) osoo dhiirri qooda keessaa hin qabaatin (𝐎𝐬𝐨𝐨 𝐰𝐨𝐥-𝐪𝐮𝐧𝐧𝐚𝐦𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐬𝐚𝐚𝐥𝐚 𝐝𝐡𝐢𝐢𝐫𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐝𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢 𝐣𝐢𝐝𝐝𝐮𝐮𝐭𝐭𝐢 𝐡𝐢𝐧 𝐚𝐝𝐞𝐞𝐦𝐬𝐢𝐟𝐚𝐦𝐢𝐧) dhalate jennee Amanna. Yaada kana bara Ammayyaa kana kiristaanonniyyuu amanuu dhabuu danda'u. 𝐃, Iyyasuus (NIJ) Eeyyama rabbiitiin du'aa fayyisee jira jennee Amanna. 𝐄, Iyyasuus (NIJ) eeyyama rabbiitiin jaamaafii lamxii fayyisee jira jennee Amanna. Erga Muslimnii fi Kiristaannis Iyyasuusiin (NIJ) kan jaallatanii fi kan kabajan ta'ee kan garaa garummaan guddaan jidduu 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐚𝐚𝐧𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 jiru, Kiristaanonni waaqummaa Iyyasuusitti Amanu. Garuu akka Qo'annaan kitaaba qulqulluu kiristaanaa ibsutti Iyyasuus (NIJ) Waaqummaa ofii hin himanne (𝐀𝐧𝐢 𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚 𝐎𝐟𝐢𝐢𝐧 𝐇𝐢𝐧 𝐉𝐞𝐧𝐧𝐞) dhugaa dubbachuudhaaf wongeela keessa jechi ykn keeyyatni tokko kan Iyyasuus "𝐀𝐧𝐢 𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚" ofiin jedhe ykn "𝐍𝐚 𝐆𝐚𝐛𝐛𝐚𝐫𝐚𝐚" jedhe hin argamu wangoolli waa'ee iyyasuus ilaalchisee faallaa kanaa ibsa. Iyyasuusiin (NIJ) Ilaalchisee waan wongeelli jedhu keeyyattoota armaan gadii keessatti ilaali. - “..... 𝐀𝐛𝐚𝐚𝐧 𝐤𝐢𝐲𝐲𝐚 𝐚𝐧𝐚 𝐢𝐫𝐫𝐚 𝐠𝐮𝐝𝐝𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚." [ 𝐘𝐨𝐡 14:24] - " 𝐀𝐛𝐛𝐚𝐚𝐧 𝐤𝐢𝐲𝐲𝐚 𝐰𝐚𝐚 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐚 𝐢𝐫𝐫𝐚 𝐠𝐮𝐝𝐝𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚" [ 𝐘𝐨𝐡 10:29] - " 𝐀𝐧𝐢 𝐀𝐟𝐮𝐮𝐫𝐚 𝐫𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢𝐭𝐢𝐢𝐧𝐚𝐧 𝐬𝐞𝐞𝐱𝐚𝐧𝐚 𝐟𝐚𝐠𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚..." [ 𝐌𝐚𝐚𝐭 12:28] - " 𝐇𝐚𝐫𝐤𝐚 𝐫𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐬𝐞𝐞𝐱𝐚𝐧𝐚 𝐟𝐚𝐠𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚...." [ 𝐋𝐮𝐪 11:20] - " 𝐀𝐧𝐢 𝐨𝐟𝐢𝐢 𝐤𝐢𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐰𝐚𝐚𝐧 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐠𝐨𝐝𝐡𝐮𝐮 𝐡𝐢𝐧 𝐝𝐚𝐧𝐝𝐚'𝐮. 𝐀𝐤𝐤𝐮𝐦𝐚 𝐝𝐡𝐚𝐠𝐚𝐡𝐞𝐭𝐭𝐢𝐧 𝐦𝐮𝐫𝐭𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚. 𝐌𝐮𝐫𝐭𝐢𝐢 𝐤𝐢𝐲𝐲𝐚𝐚𝐧 𝐟𝐞𝐝𝐡𝐢𝐢 𝐀𝐛𝐛𝐚𝐚 𝐢𝐬𝐚 𝐧𝐚 𝐞𝐫𝐠𝐞𝐞𝐧 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐚 𝐦𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐟𝐞𝐝𝐡𝐢𝐢 𝐤𝐢𝐲𝐲𝐚 𝐡𝐢𝐧 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐮." Channel koo haaraa kana join godhaa! 👇👇👇👇👇 https://t.me/Rafiiqul_Islaam/17
𝑨𝒔𝒔𝒂𝒍𝒂𝒂𝒎𝒖 𝑨𝒍𝒆𝒚𝒊𝒌𝒖𝒎 𝑾𝒐𝒓𝒂𝒉𝒎𝒂𝒕𝒖𝒍𝒍𝒂𝒂𝒉𝒊 𝑾𝒐𝒃𝒂𝒓𝒂𝒌𝒂𝒂𝒕𝒖𝒉𝒖𝒖 ╔══❖•ೋ° 🌹 °ೋ•❖══╗ 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐦 𝐉𝐢𝐫𝐭𝐮 𝐌𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐚! 📚 Channel koo isa kana join taasisuudhaan: ➤ Barnootaalee haala gaariidhaan qopheeffaman ni argattu. ➤ Kitaabota PDF garaa garaa ni argattu. ➤ Beekumsa amantii fi barnoota faayidaa qabeessa ta'an irraa ni fayyadamtu. 🔗 Kanaafuu, channel kiyya isa kana join taasisuun mootummaa beekumsaa kana keessatti hirmaadhaa. 🤲 Baarakallaahu Fiikum. ╚══❖•ೋ° 🌹 °ೋ•❖══╝ Liinkii Chaanaalii koo isa Haaraa https://t.me/+1a9c55bufmpiZjk0 https://t.me/+1a9c55bufmpiZjk0 https://t.me/+1a9c55bufmpiZjk0
Yaa Kiristaanotaa! maaliif jecha Yesus Kiristos hordofuu dhiiftanii, bariisa jal'oo waldaa hordoftan...? Yesus Kiristos waa'ee ofii isaa maal barsiise jettanii osoo macaafa qulqulluu dubbiftanii, macaafichuu gara amantaa dhugaa (Islaamummaatti) isin geessa ture. Yesus Kiristos waa'ee ofii ilaalchisee dubbatee jira. Jechoonni isaas; inni Rabbis ta’e ilma Rabbiis akka hin taane, garbicha Rabbii fi ergamaa isaa ta’uu isaa siif mirkaneessuuf gahaa dha. 🛑 1. Ani hojjataa dha. “Dhuguma, dhuguman isinitti hima, hojjetaan isa isa hojjechiifatu irra hin caalu, inni ergames isa ergate irra hin caalu.” (Yohannis 13:16) 🛑 2. RABBIIN na caala'o. “... abbaan na caala'o.” (Yohannis 14:28) 🛑 3. Ani RABBII gabbaru qaba. “Yesus immoo, “Ana hin qabin! Ani amma iyyuu gara abbaatti ol hin baane; gara obboloota koo dhaqii, ‘Ani gara abbaa kootii fi abbaa keessaniitti, gara Waaqayyo kootii fi Waaqayyo keessaniitti ol nan ba'a’ jedhii isaanitti anaaf himi!” jedhee ishee abboome.” (Yohannis 20:17) 🛑 4. Ani Nama. “Ani dhugicha isan Waaqayyo irraa dhaga'e isinitti himeera; isin garuu ana nama akkasii ajjeesuu barbaaddu; Abrahaam akka kana hin hojjenne.” (Yohannis 8:40) 🛑 5. Rabbii tokkicha malee gaariin hin jiru. “Yesus immoo, “Maaliif gaarii naan jetta? Waaqayyo isa tokkicha duwwaa malee, namni gaariin tokko illee hin jiru.” (Maarqos 10:18) 🛑 6. Ani Rabbii koo irraa waan dhagahe qofa murteessa. “Yesus itti dabalee, “Ani humna kootiin homaa gochuu hin danda'u; abbaa koo irraa akkan dhaga'etti nan farada; firdiin ani faradus qajeelaa dha. Anoo yaada koo duukaa bu'uu hin barbaadu, yaada isa ana ergee duukaan bu'a malee.” (Yohannis 5:30) 🛑 6. Yesus Kiristos halkan guutuu Rabbii salaataa bule. “Yeroo sanatti Yesus gara gaaraatti ol ba'ee, achitti halkan guutuu Waaqayyoon kadhachaa bule.” (Luqaas 6:12) 🛑 7. Yesus Rabbii isaatii sujuuduun adda isaatiin lafatti ka gombifamu ture. “.... Xinnoos irraa hiiqee adda isaatiin gombifamee, “Yaa abbaa ko! In danda'ama yoo ta'e xoofoon dhiphinaa kun ana irra haa darbu, garuu akka jaalala koo miti, akka jaalala kee haa ta'u malee” jedhee kadhate.” (Maatewos 26:39) 🛑 8. Yesus Rabbii isaa kadhachaa, isattis warwaataa ture. “Yaa abbaa ko! In danda'ama yoo ta'e xoofoon dhiphinaa kun (xoofoon fannoo fi du'aa jechuu dha.) ana irra haa darbu, garuu akka jaalala koo miti, akka jaalala kee haa ta'u malee jedhee kadhate.” (Maatewos 26:39) 🛑 9. Yesus Rabbii isa uume waaqessaa, isas tokkochoomsaa ture. “Si Waaqayyo isa tokkicha, isa dhugaa, Yesus Kristosin isa ati ergites beekuun isaanii jireenya bara baraa ti.” (Yohannis 17:3) 🛑 10. Yesus Kiristos Rabbii tokkichatti nama yaamaa ture. “Yesus deebisee, “Inni hundumaa irra caalu, ‘Dhaga'i, yaa Israa'el! Gooftichi Waaqayyo keenya kophaa isaa gooftaa dha.” (Maarqos 12:29) 🛑 11. Yesus Kiristos tokkichummaa Rabbii qofatti nama ajajaa, shir*kii irraa nama dhoorkaa ture. “Lafa irratti nama akka abbaatti hin waammatinaa! Abbaan keessanoo tokko, innis isa waaqa irraa ti.” (Maatewos 23:9) Kunniin jechoota muraasa Yesus Kiristos waa'ee ofii ilaalchisee dubbatee dha. Jechoota kana keessa iddoon Yesus itti ana waaqessaa jedhe hin jiru, akkasumas iddoon waa'ee sillaasee (trinity) keessatti barsiises hin jiru. Kanaafuu; Yaa Kiristaanotaa! maaliif jecha Yesus hordofuu dhiiftanii, bariisa jal'oo waldaa hordoftan? 𝗤𝗼𝗽𝗵𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮𝗻: 😀 Ifaa Dhugaa Barruu tana walii qoodaa keeyrii tana facaasaa. Jzk ❤️ Chaanaalii kiyya join taasisaa👇 https://t.me/+1a9c55bufmpiZjk0
Yesuus Ergamaa Rabbiitii Akkasuma Nama Guutuudhaa. Wanti Waaqa Guutuu fii Nama Guutuu Jedhu Inumaa Hin Jiruu Waaqni Kanneen Kana Hundarraa Bilisaa. 1️⃣. Akka Ragaa Qur’aanaatti Qur’aanni dhimma Yesuus (Iisaa A.S) irratti gadi fageenyaan dubbata. 👉 Namummaa Isaa: Inni akkuma namoota kaanii haadha (Maariyaam) irraa dhalate. Inni ni nyaata, ni dhuga, ni deema ture. Rabbiin akkana jedha: Aal-e-Imran 3:59 إِنَّ مَثَلَ عِيسَىٰ عِندَ ٱللَّهِ كَمَثَلِ ءَادَمَۖ خَلَقَهُۥ مِن تُرَابࣲ ثُمَّ قَالَ لَهُۥ كُن فَيَكُونُ Dhugumatti, fakkeenyi Iisaa Rabbiin biratti akka fakkeenya Aadami. Biyyee irraa isa uume, Ergasii (nama) ‘ta’i’ isaan jedhe, Innis yeroma san ta’e 👉 Ergamummaa Isaa: Iisaan ergamaa "Ulul Azmi" (warra jajjaboo) keessaa tokkodha. Rabbiin akkana jedha: Maryam 19:30 قَالَ إِنِّي عَبۡدُ ٱللَّهِ ءَاتَىٰنِيَ ٱلۡكِتَٰبَ وَجَعَلَنِي نَبِيࣰّا (daa’imichi) ni jedhe: “ ani gabricha Rabbiiti, Inni kitaaba naaf kenneera; nabiyyiis na taasisee jira. 2️⃣. Akka Ragaa Macaafa Qulqulluu (Baayibilii) Macaafni Qulqulluun gama isaatiin Yesuus "Namummaa" fi "Ergamummaa" isaa ragaalee hedduun mirkaneessa: 🔠. Namummaa Isaa (Humanity) Yesuus namummaa guutuu (Human nature) akka qabu ragaaleen kunniin ni mul'isu: 👉 Ni beela’a ture: “Inni guyyaa afurtamaa fi halkan afurtamaaf erga soomee booddee beela'e.” — Mat. 4:2. (Waaqni hin beela'u). 👉 Ni rafa ture:“Kunoos qilleensi jabaan bishaanicha irratti ka'ee hamma dha'aan bishaanii bidiricha irra danbali'utti ga'e; Yesus garuu rafee ture.” — Mat. 8:24 (Rabbiin hin rafu). 👉 Ni kadhata ture: “Yeroo sanatti Yesus gara gaaraatti ol ba'ee, achitti halkan guutuu Waaqayyoon kadhachaa bule.” — Luq. 6:12 (Waaqni eenyuun kadhata?). 🔠. Ergamummaa Isaa (Messengership) Yesuus kallaattiin ofii isaa "Ergamaa" (Messenger/Apostle) ta'uu isaa dubbateera: Yohaannis 17:3 “Waaqayyo isa tokkicha, isa dhugaa, Yesus Kiristosin isa ati ergites beekuun isaanii jireenya bara baraa ti.” Maatiwoos 21:11: “Tuuti isaa wajjin adeemus, "Kun raajicha, Yesus nama Naazireet kutaa biyya Galiiiaa ti" jedhee deebise.” Yohaannis 5:30: “Yesus itti dabalee, "Ani humna kootiin homaa gochuu hin danda'u; abbaa koo irraa akkan dhaga'etti nan farada; firdiin ani faradus qajeelaa dha. Anoo yaada koo duukaa bu'uu hin barbaadu, 'yaada isa ana ergee duukaan bu'a malee.” Yesuus "Waaqamoo" "Ergaamadha"? Kiristaanonni "Yesuus Waaqa" jedhu, garuu Baayibiliin dhimma kanaan wal-faallessa: 1️⃣. Waaqni hin dhalatu: Yesuus garuu dhalateera. 2️⃣. Waaqni hin du'u: Isaan Yesuus du'eera jedhu. 3️⃣. Waaqni mara beeka: Yesuus garuu "Sa'aatii dhumataa sana Abbaa koo malee ilmi iyyuu hin beeku" jedhe (Maarqoos 13:32). Yesuus (Iisaan A.S): 1️⃣. Namadha: Sababni isaas foon uffatee, nyaatee, dhugee, kukkufaa waan tureef. 2️⃣. Ergamadha: Sababni isaas Rabbiin biratti "Ta'i" jedhamee uumamee, Injiilin kennameefii ummata Israa'eliin gara Toohidaatti waamuuf waan dhufeef. Channel Armaan Gadii Kana Join Taasifadhaa 👇👇👇 📱 @Rafiiqul_Islaam 💬
📈ODUU GAMMACHUU: 🌐 BANIINSA AKKAADAAMII ISLAAMAA AL-ISHARA! Beekumsi ifa jireenyaati! Akkaadaamiin keenya "Al Ishara Islamic Academy" barnoota amantii Islaamaa gosa garaa garaa fi barnoota madaallii amantii (Comparative Religion) karaa Telegram isiniif beeksisa turuun ni yaadatamaa amma immoo sababaa soomanaaf kan dhaabee ture deebisuuf qophii isaa xumureera. 🗓 Guyyaa: Kamisa Galgala 📅 Halkan: 02/04/2026 (Akka lakk. Itoophiyaàtti) / 24/07/2018 (A.L.I) clock 2 Sa'aatii: 2:30 (Galgala - Ethio Time) 📍 Bakka: Karaa Telegram (Al Ishara Islamic Academy) Sagantaa baniinsaa kana irratti hayyoonni fi dhiyeessitoonni bebbeekamoon akka: 🔴Ustaaz Abu Mu'aaz 🔴Ustaaz Abbaa Caalii 🔴Ustaaz Abuu Salmaan 🔴Ustaaz Rabii Naziif 🔴Ustaaz Abu Aasiyaa 🔴Ustaaz Ibsaa Muhammad 🔴Ustaaz Yuunus Baqqale 🔴Ustaaz Kadir 🔴Ustaaz Sayyaa Huseen 🔴Ustaaz Ibnu khayru 🔴Ustaaz Whisper 🔴Fu'aad Zakariyyaa 🔴Muhammad A/duraa 🔴Mu'aaz Awwol 🔴Xaahir Ibraahim 🔴Rafiiqul Islaam fi kanneen biroos ni hirmaatu. Carraa beekumsa keessan itti guddiffattan kana akka hin dhabne! Namoota biroofis Share gochuun qooda keessan ba'aa. 🔗 Linkii Telegram Keenyaa: ✈️ @al_ishara_islamic_academy Odeeffannoo Dabalataatiif 👇👇 https://t.me/+L-34vxbyV74yYjJk https://t.me/+w5Ha8Tk2P2lkMDNk
السَلامُ عَلَيْكُم وَرَحْمَةُ اَللهِ وَبَرَكاتُهُ Qabxiilee Barbaachisoo Ta'an Kana Haala Salphaan Dubbisuuf Mata Duree Dubbisuu Barbaaddan Tuquudhaa Dubbisaa. Dubbisa Gaarii! 🔤🔤🔤🔤🔤 3️⃣🔤🔤🔤🔤 201, Quraana Rabbitu tiksa 202, Namni hunduu ilmaan 203, Yesuus Ergamaa gadii ta'e 204, Yesuus Waaqa mitii 205, Yesuus Ergamaa ta'uu isaa 206, Kiristoos Eenyu ² 207, Maryam Namamoo Waaqa dee 208, Kiristoos Eenyu ³ 209, Waaqaaf Salaatuu Yesuus 210, Yesuus Waaqa qofaaf sagada 211, Kiristoos Eenyu? ⁴ 212, Kiristoos Eenyu? ⁵ 213, Namni Rabbiin 1cha morme 214, Yesuus Eenyuun Abbaa jedhe 215, Kiristoos Eenyu? ⁶ 216, Amala Nabi Muhammad ﷺ ¹ 217, Amala Nabi Muhammad ² ﷺ 218, Kiristoos Eenyu? ⁷ 219, Yesuus Ilma eenyuuti? 220, Kiristoos Eenyu? ⁸ 221, Kiristoos Eenyu? ⁹ 222, Islaamummaan Faaya 223, Waaqaa fii Yesuus gargari 224, Kiristoos Eenyu? ¹⁰ 225, Macaafamoo Quraanatu sirri ¹ 226, Macaafamoo Quraanatu sirri ² 227, Ayyaana Qillee 228, Kiristoos Eenyu? ¹¹ 229, Kiristoos Eenyu? ¹² 230, Kiristoos Eenyu? ¹³ 231, Kiristoos Eenyu? ¹⁴ 232, Guyyaa 8tti kittaannate 233, Yesuus gooftaas miti ¹ 234, Yesuus gooftaas miti ² 235, Yesuus waaqa jeçhuùn safuu 236, G fi D Macaafaafii quraanaa 237, Allaah eenyu yoo jedhan ¹ 238, Allaah eenyu yoo jedhan ² 239, Kitaabu-Attawhiid ¹ 240, Kitaabu-Attawhiid ² 241, Kitaabu-Attawhiid ³ 242, Macaafni Jecha Rabbiitii 243, Karaan Fayyinaa kana qofa 244, Yesuus Waaqaa miti 245, Islaamummaan Amantaa 246, Yesuus Aangoo hin qabu 247, Kan Ajjeesu Muslima moo kiri 248, Kàdhàafii galanni Rabbiifi 249, Kiristoos Eenyu? ¹⁵ 250, Of gaafadhaa 251, Gootota Da'awaa 252, Sadarkaa gara Rabbiitti ¹ 253, Sadarkaa gara Rabbiitti ² 254, Rabbi tokkicha Macaafa irraa 255, Lubbuu kan balleessu eenyu ² 256, Lubbuu kan balleessu eenyu ³ 257, Lubbuu kan balleessu eenyu ⁴ 258, Lubbuu kan balleessu eenyu ⁵ 259, Biblen fooyya'uu isaa 260, Yesuusiif aangoo eennutu ke 261, Lubbuu kan balleessu eenyu ⁶ 262, Waaqayyo ni uumamaa 263, Quranni akkamitti wolitti ¹ 264, Quranni akkamitti wolitti ² 265, Macaafa eenyutu barrwesse 266, Guyyaan kun dhufuuf taa'a 267, Gaaffii worra haqa irraa dabani 268, Yesuus ajaja Rabbii eeggata 269, Kutaa kiristaanonni jibban 270, Lubbuu kan balleessu eenyu ⁷ 271, Dhugaan jirtu maaliidha? ¹ 272, Dhugaan jirtu maaliidha? ² 273, yohaannis 10:30 274, Amantaa Addunyaa hundaa 275, Yesuusiifii kiristaanummaa 276, Affeerraa gara Islaamummaa 277, Lubbuu kan balleessu eenyu ⁸ 278, Lubbuu kan balleessu eenyu ⁹ 279, kiristoos eenyu? ¹⁶ 280, kiristoos eenyu? ¹⁷ 281, kiristoos eenyu? ¹⁸ 282, Allaahaan Eessa Jiraa? ³ 283, 1chummaa Rabbii Macaafa ¹ 284, 1chummaa Rabbii Macaafa ² 285, 1chummaa Rabbii Macaafa ³ 286, Allaahaan Eessa Jiraa? ⁴ 287, Lubbu kan balleessu eenyu ¹⁰ 288, Lubbu kan balleessu eenyu ¹¹ 289, Lubbu kan balleessu eenyu ¹² 290, Yesus Muslimni mal Amana ¹ 291, Yesus Muslimni mal Amana ² 292, Diraamaa Pheenxee 293, Yesuus akka humna hin qabne 294, Jinnii Jechuun Maaliidhaa? ¹ 295, Jinnii Jechuun Maaliidhaa? ² 296, Ibliis jechuun maal jechuudha 297, Sheyxaanni maaliidha? ¹ 298, Sheyxaanni maaliidha? ² 299, Islaamummafi kiristaanumma 300, Yesus Waaqa hin jedhamamne 🔤🔤🔤🔤🔤3️⃣ 🔤🔤🔤🔤 🔤🔤🔤🔤 🔤🔤🔤🔤🔤⏺⏺⏺ Channel Join godhaa 👇👇👇 https://t.me/+L-34vxbyV74yYjJk Yaadaafii Gaaffiif 👇👇👇 ✈️ @Rafiiqul_Islaam ✈️
13/ Yesus matumti isaatuu Rabbiin dhugaa akka Gabbaru haa ilaalu: “ wanti hundinuu ilma Rabbiin jala yommuu galfamu, ilmi immoo ofii isaatii, Waaqayyo isaa waan hundumaa miilla isaa jala galche jala ni gala.’’ (1 Gara Warra Qorontos15:28) 14/ “Mootii bara baraa isa hin dune, isa ijaa hin argamne, Waaqayyo tokkicha sanaaf baruma baraan ulfinnii fi guddinni haa ta’u! Ameen.” (1 Gara Ximotewos 1:17) 15/ Akka Kiristaanooni jedhanitti Abbaan, Ilmaa fi Hafuurri Ququlluun aangoo Waaqayyummaa kan Walqixaa qabu. Keessattuu, guyyaa murti dhumaatti Yesus murtiif ni dhufa jedhu .Macaafni Qulqulluun garuu yaada kana hin deeggaru Yesus illee Uumaa Jabaa Wajjiin aangoo Wayiituu hin abboomu a/ Abbaan Yesusiin akka caalu armaan olitti (Yohannis 14:28) irratti ilaallee jirra. b/ ilmi mataa ofi irraa homaa godhuu hin danda’u — (Yohannis 5:14) c/ Yesus warroota “Yaa Gooftaa! Yaa Gooftaa!” isaan jedhaniin irratti finciltoota jedhe akka irratti rageessu armaan olitti Ilaallee jirra — (Maat. 7:21-23). Kanaafuu, Yesus raga bahaadha malee murtii keennaa akka hin taane hubanna. d/ Guyyaa xumuraa mootummaa Abbaaf dabarsee akka kennu (1 Gara Warra Qorontos 15:22-24). Kitaaba: Umar Arsii irraa kan fudhatameedhaa 【𝐑𝐚𝐟𝐢𝐢𝐪𝐮𝐥 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦 رفيق الإسلام】 https://t.me/Rafiiqul_Islaam/3241
Rabbiin Dhugaa Kakuu Haaraa Keessatti 1/ ‘‘Yesus yeroo sanatti, ,,Yaa abbaa, gooftaa waaqaatii fi lafaa,,’’ (Wangeela Maatewos 11:25). Tari immoo falmiin ,,yesus yoo Gooftaa ta’uu baates Ilma Rabbii ti’’ jedhu ka’uu ni danda’a. Kanaafis Macaafni Qulqulluun akkana jechuun deebii kenna: ‘‘Ani abbaa kootii fi abbaa keessaniitti, gara Waqayyo kootiif fi Waaayyoo keessaniitti ol nan ba’a.’’ (Wangeela Yohannis 20:17). Akkasuma ‘‘lafa irratti nama tokko akka abbaatti hin waamatinaa! Abbaan Keessanoo tokko, innis isa waaqa irraati.’’ (Wangeela Maatewos 23:9) Kanaafuu, barsiisa Yesus irratti hundaa’uudhaan Rabbin abbaa isaa qofa osoo hin taane dhala ilmaan namaa hundaaf abbaa dha. Dubbiiwwan ijoon kana irraa barannus: a/ Gooftaan Waaqaa fi lafa Yesusin akka hin taane, b/ Uumaan abbaa fi gabbaramaa Yesus akkuma ta’e hundaa nu’iifis abbaa fi Rabbiin keenya ta’uu issaati. 2/ Maarree gaafli ‘‘Yesus maal ta’uu qaba?’’ jechuuf deebiin isaa ilmaa namaa fi nabiyyii (raajii) cimaadha Kan jedhu ta’a. a/ ‘‘Waaqayyo tokkicha inni gidduu dhaabatee Rabbiin fi nama walitti fidus tokkicha; inni immoo Kiristos Yesus isa nama ta’ee mul’atee dha.’’ (1 Gara Ximotews 2:5) b/ ‘‘... Waa’ee Yesus nama Naazireet, isa gochatti dubbiittis Rabbii fi namoota durattii raajii aango-qabeessa ture sana.’’ (Waageela Luqaas 24:19) c/ ‘‘Ilmi namaa yommuu dhufe, ni nyaata; ni dhugas; ...’’ (Wangeela Luqaas 7:34) d/ ‘‘... Ani warra akka hoolotaa karaa irraa goranii mana Israa’eelii badan duwwaaf malee hin ergamne.’’ (Maatewos 15:24) 3/ Dhugummatti, Yesusii fi Rabbiin wal qixaa? Walqixaa miti! ‘‘... Utuu na Jaallattu taatanii, waanan gara abbaa dhaquuf ni gammaddu turan; abbaan na caala’’ (Wangeela Yohannis14:28) 4/ Barsiisa Yesus irratti hundaa’uudhaan Rabbiin Dhugaa Enyu? a/‘‘Si Waaqayyo isa tokkicha, isaa dhugaa, Yesus Kiristosin isa ati ergites beekuun isaanii jireenya bara baraati.’’ (Wangeela Yohannis 17:3) b/ ‘‘Ani gara abbaa kootii fi abbaa keessantiiti, gara Waaqayyo kootii fi Waaqayyo keessaniitti ol nan ba’a’’ jedhii isaanitti anaaf himi!’’ (Wangeela Yohannis 20:17) c/‘‘Ani human kootiin homaa gochuu hin danda’u; Abbaa koo irraa akkan dhaga’etti nan farada; ...’’ (Wangeela Yohannis 5:30) d/‘‘... Ofiin hin dhufne; inni ana erga ni jira; inni amanamaa dha; isin immoo isa hin beektan.’’ (Wangeela Yohannis 7:28) 5/ Isaannan Yesusiin “Yaa Gooftaa!” Jedhaniin eessa seenu hedu? “... Jaalala abbaa koo isa Waaqa irraa nama hojjetutu mootummaa waaqaatti gala malee namni, ,, Yaa gooftaaa, yaa gooftaa’’ naan jechu duwwaadhaan itti gala mitti. “ (Wangeela Maatewos 7:21) 6/ Ajajoota keessaa isiin duraa tamii? — ‘‘... Dhaga’i, yaa Israa’eel! Gooftichi Waaqayyoon keenya kophaa isaa Gooftaa dha.’’ (Maarqos 12:29) 7/ Miseensonni Sillaasee sadeenuu aangoo walqixaa hin qabanu. Osoo aangoo walqixaa ni qabaatuu turee, silaa sadeenuu guyyaa fi sa’aatti dhumaa ni beekuu ture. “... Guyyicha sanaa fi yericha sana garuu abbaa koo duwwaatu beeka malee, ergamoonni waaqa irraa, ilmis, namni tokko illees kana hin beeku hin jiru.’’ (Wangeela Maatewos 24:36). Miseensoonni lamaan Sillaasee hafan maaliif beekuu dhaban? 8/ “Yommus Yesus immoo, ,,seexana nana, argaa koo dura tari! ,,Waaqayyo kee gooftichaaf jilbeenfatte Sagadi; isa duwwaafis hojjedhu!’’ kan jedhe caafameera’’ jedheen.” (Wangeela Maatewos 4:10) 9/ “... Waaqayyo mataa Kiristos ta’uu isaa akka beektan nan barbaada.’’ (1 Qorontos 11:3) 10/ “ Abbaan koo inni anatti isaan kenne, hundumaa Irra guddaa dha.’’ ( Waangela Yohannis 10:29) 11/ “Nuufi garuu Waaqayyoo tokkichatu jira.” (1 Gara Wara Qorontos 8:6). ilama fi hafuurri qulqulluu hoo Rabbiin miti? 12/ “ Waaqayyo duwwaatu hin du’u; inni ifa homtinuu Itti dhihaachuu hin dandeenye keessa ni jiraata; namni tokko isa hin argine; isa arguus hin danda’u.’’ (1 Gara Ximotewos 6:16). Kanaafuu, Yesus namootaan argameera waan ta’eef akka isaan jedhanitti du’eera Rabbii miti. https://t.me/Rafiiqul_Islaam/3240
من حكم وفوائد الصيام Faaydaa fi hikmaa soomanaa. ١- ترك المحبوبات طاعة لله عز وجل، لينال بذلك رضا ربه، والفوز بدار كرامته. 1-Jaalala Rabbii barbaachaaf waan lubbuun feetu dhiisuu.akka kanaan galata isaa argatan, jannata isaa badhaafaman. ٢- ممارسة ضبط النفس والسيطرة عليها، وتعويد الإنسان الصبر والتحمل والجلد. 2-Lubbuu ufii qabuu fi toohachuu nama barsiisa, murannoo, ciminaa fi obsarratti nama leenjisa. ٣- سبب للتقوى كما في آية البقرة السابقة. 3-Sodaa Rabbiiti nama barsiisa akkuma aayata suuraa baqaraa 2:183 tan dabarsine sanirraa hubatamutti. ٤- سبب لحسن الخلق لقوله ﷺ: «وإذا كان يوم صوم أحدكم، فلا يفسق، ولا يرفث، فإن سابه أحد أو قاتله، فليقل: إني صائم»[متفق عليه]. 4-Haalaaf amala nama tolcha. Nabiin s.a.w. akkana jedhe."yeroo guyyaan soomana tokkoo keessani tahe akka jecha jallinaa,kan baalagummaa hin haasoyne,namni tokko yoo isa arrabsee yookaan isaan lole haajedhuu anisoomaanaadha" bukhaarii fi muslimtu baase. ٥- معرفة الإنسان قدر نعمة الله عليه في ماله وطعامه وشرابه وزوجته. 5-Nama barsiisa guddina qananii Rabbiin namaaf kennee nyaata, dhugaatii fi jaartii isaa keessatti. ٦- تفريغ الإنسان للطاعات والعبادات والذكر. 6-Akka namni yeroo bal'oo argatee ibaadaa fi zikrii Rabbii heddummeessu namaaf mijjeessa. ٧- ترقيق القلوب وتهيئتها لأسباب سعادتها وفلاحها. 7-Qalbii laaffisee akka milkii fi qophooytu godha. ٨- تخفيف حدة الشهوة. 8-Qara (oowwa) fedhii lubbuuti namarraa laaffisa. ٩- تطهير الأمعاء وإصلاح المعدة وتنقية البدن من الفضلات والسموم. 9-Qochumaa garaa namaati qulqulleessa,qaama nama bareecha. ١٠- تعويد المسلم النظام ودقة المواعيد. 10-Muslima sagantaan jiraachuufi yeroo karoorfatanii kabajuu barsiisa. ١١- مظهر عظيم من مظاهر وحدة المسلمين والتزام الأمة بثوابت دينها. 11-Mul'isa guddaa gamtoominaafii tokkummaa ummata muslimaa mul'isuudha,hundee diin isaanii jabeysanii qabachuu isaanii kan ibsu. ١٢- مشاركة الأغنياء الفقراء جوعهم وعطشهم وفي هذا حث لهم على بذل المعروف والإنفاق. 12-Dureessaa fi hiyyeessi waliinwajji akka beelawanii dheebotan godha, kun ammoo akka waliif rifatanii walgargaaranii tola walitti oolan godha. 【𝐑𝐚𝐟𝐢𝐢𝐪𝐮𝐥 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦 رفيق الإسلام】 https://t.me/+L-34vxbyV74yYjJk
“Osoo dubbii kana beekanii Kiristaanonni Israeliin 🇮🇱 hin deeggaran ture.” Kiristaanonni ummata saba waaqa isaanii (Yesus Kiristosiin) jalaa fannise deeggaruu dha. Ammas lola jidduu Gazzaa fi Israeliitti 🇮🇱 amma deemaa jiru kana yeroo amantaan wal-qabsiisanii fudhatan argina. Haa ta'u malee, dubbiin faallaa kanaati, ammas akkamitti ummata Waaqa isaanii jalaa fannisee ajjeeseen fira ta'an kan jedhus gaafii keenya. Hundaafuu Kiristaanonni dhugaalee armaan gadii kana quba ni qabuu laata...? 🛑 1. Israa'eloonni (Yihuudonni) Yesus Kiristosiin ilma sagaagaltuu jedhanii arrabsu. [፨] Odeeffannoo:- Mishnah yevamot 4:14 🛑 2. Yeroo ammaa kana Yesus ibidda maggaalaatti qabate kana keessa gubachaa akka jiru amanu. [፨] Odeeffannoo:- Talmud gittin 57: 3-4 🛑 3. Yesus Kiristos barsiisaa sobaati malee, tasumaa masihii akka hin taanes ni ganu. [፨] Odeeffannoo:- Mishnah torah, kings 11:5 Faallaa kanaatiin immoo nuti muslimoonni Yesus ergamaa Rabbii kabajamaa, Masiihii dhugaa fi durbe irraa sagaagalummaa tokko malee dhalachuu isaatti ni amanna. Garuu Yahuudonni faallaa kanaa amanu, haa ta'u malee Kiristaanonni jara kana akka firaatti ilaalu, ummata Waaqa kee salphisaa jiraatu waliin dhaabbachuu fi deeggaruun kee baay'ee nama kofalchiisa. Faallaa kanaatiin nuti Muslimoonni Yesuus ergamaa kabajamaa, Masiihii dhugaa durba irraa dhalate ta’uu ni amanna. Yahuudota ayyaana masqalaa irratti Muslimoota ajjeesan qofaaf Waaqa kee salphisaa jiran waliin dhaabbachuun kee baay'ee nama kofalchiisa. - Umma Ergamaa RABBII (Yesusiin) arrabsee, xiqqeessaa ture irratti, abaarsaa fi dallansuun Rabbii kan cinnan hin irratti haa bu'u, ibiddi itti qabataa jiru kunis irraa hin dhaamin. © Ifaa Dhugaa Channel kana join taasisaa!! https://t.me/+L-34vxbyV74yYjJk
ODUU AMMEE: Soomni Ji'a Ramadaanaa Boru (Roobii) ni Jalqabama Baatiin Ramadaanaa waan mul’atteef soomni ji’a kabajamaa Ramadaanaa boru Roobii, Guraandhala 18, 2026 kan jalqabamu ta’uu beeksiseera Sa’udi Arabiyaan beeksisteetti. Hawaasni Muslimaa hundi halkan har’aa irraa jalqabee salaata Taraawiihii kan eegalu yoo ta’u, boru ganama barraaqaan sooma jalqabaa eegalu. 🌐 @Rafiiqul_Islaam 🌐
🧡🔠🔠🔠 🔠🔠🔠🔠🔠🔠🔠🔠 🌙RAMADAN MUBAREK ☀️ Dhaabbatni Tilawa center Ji'â Ramadan Kabajamaa Sababeeffachuun Barnoota Karaa online kennu Irratti Kaffaltii ji'aa Dhibbaantaa 32% Hirrisuun, Koottaa Baradhaa, ✈️ Guyyoota Keessan Ramadaana keessa Barnoota Amantaa Fi Hojii Kheeyrii Irratti Dabarsaa isiniin Jedha, 🟡 Ramadana Kan Milkii Jalalaa fi Wonti Yaadne hundi keessa nuuf milkaa'u Rabbi nuuf Haa taasisu, Galmaa'uuf 🌐 @Tilawacenter Ykn +251-709-054-763 Irratti nu Dubbisaa.
Wol Faallessummaa Macaafa Qulqulluu. KUTAA 1️⃣FFAA 1⃣ Yesuus – Nageenya moo Qoqqoodinsa? 📖 Yohaannis 14:27 “Nagaa isin biratti nan hambisa, nagaa koo isiniif nan kenna; ani akka biyyi lafaa kennuttan isiniif kenna miti, garaan keessan hin raafamin, hin sodaatinis!” — Yoh. 14:27 📖 Mattewos 10:34 Wongeela Maatewoosii 10:34 (GAXNT) Yesuus itti dabalee, “Ani gara biyya lafaa nageya fidiisaaf waan dhufe isinitti hin fakkaatin. Ani goraadee malee, nageya fidiisaaf hin dhunne. 🔴 Wal-faallessummaa: Nagaa kenna vs nageenya fiduuf hin dhufne 2️⃣ Yesuus – Nageenya vs Qoqqoodinsa (Lukaas) 📖 Mattewos 5:9 “Warri nagaa buusan haa gammadan, isaan ijoollee Waaqayyoo in jedhamu. 10 Warri qajeelummaadhaaf jedhanii ari'ataman haa gammadan, mootummaan waaqaa kanisaanii ti.” — Mat. 5:9 📖 Lukaas 12:51 “Biyya lafaa irratti nagaa buusuudhaaf waanan dhufe isinitti fakkaataa? Waawuu, caalaatti wal diduu malee.” — Luq. 12:51 🔴 Wal-faallessummaa: Nagaa uumu vs qoqqoodinsa fidu 3️⃣ Yesuus – Addunyaa Hin Murteessu moo Murtii Fida? 📖 Yohaannis 3:17 “Waaqayyo biyya lafaatti farachiisuuf miti, biyyi lafaa isaan haa fayyuuf ilma isaa biyya lafaatti erge malee.” — Yoh. 3:17 📖 Yohaannis 9:39 “Yesus ammoo "Warri hin argine akka argan, warri arguutti jiran immoo jaamota akka ta'an, firdii kennuudhaaf ani gara biyya lafa kanaa dhufeera" jedhe.” — Yoh. 9:39 🔴 Wal-faallessummaa: Murtii hin fidu vs murtii fidu 4️⃣ Yesuus – Ibidda fidu moo Nageenya? 📖 Lukaas 12:49 “Yesus, "Ani ibidda lafa irra buusuudhaafan dhufe; ibiddichi utuu kanaan dura bobeeffameera ta'ee attamnan hawwan ture.” — Luq. 12:49 📖 Mattewos 5:44 “Ani garuu isinittan hima, diinota keessan jaalladhaa, warra is in ari’ataniifis kadhadhaa!” — Mat. 5:44 🔴 Wal-faallessummaa: Ibidda/jeequmsa vs jaalala/nagaa 5️⃣ Abbaa fi Haadha Kabajuu 📖 Mattewos 19:19 “Abbaa kee fi haadha keef ulfina kenni; namas akka mataa keetiitti jaalladhu!' isa jedhu" jedheen.” — Mat. 19:19 📖 Lukaas 14:26 “"Namni gara koo dhufu, abbaa isaatiifi haadha isaa, haadha manaa isaatii fi ijoollee isaa, obboloota isaatii fi obboleettota isaa, ofii isaas ana caalaatti kan jaallatu bartuu koo ta'uu hin danda'u.” — Luq. 14:26 🔴 Wal-faallessummaa: Kabajuu vs jibbu 6️⃣ Seerri Musee – Hin Darbu moo Dhumeera? 📖 Mattewos 5:18 “Ani dhuguman isinitti hima, hamma waaqnii fi lafti badanitti seericha keessaa fidalli xinnaan tokko yookiis gar tokkoon fida1aa utuu fiixaan hin ba'in hin badu.” — Mat. 5:18 📖 Romaa 10:4 “Kristos nama amanu hundumaa gara qajeelummaatti geessuudhaan seericha iddoodhaan in ga'a.” — Rom. 10:4 🔴 Wal-faallessummaa: Seerri hin darbu vs dhumeera 7️⃣ Yesuus – Namoota Hundaaf moo Israa’el Qofaaf? 📖 Mattewos 28:19 “Egaa dhaqaa, maqaa abbaatii fi ilmaatti, kan hafuura qulqulluuttis isaan cuuphuudhaan, saba hundumaa bartoota koo godhaa!” — Mat. 28:19 📖 Mattewos 15:24 “Inni immoo deebisee, "Ani warra akka hoolotaa karaa irraa goranii mana Israa'elii badan duwwaaf malee hin ergamne" jedheen.” — Mat. 15:24 🔴 Wal-faallessummaa: Hundaaf vs Israa’el qofaaf 8️⃣ Namni Gaariin Jira moo Hin Jiru? 📖 Luqaas 6:45 “Namni gaariin gaarummaa garaa isaa keessaa waan gaarii in baasa; namni hamaanis hammina garaa isaa keessaa waan hamaa in baasa. Namni waan garaa isaa keessa guute afaaniin in dubbata" jedhe.” — Luq. 6:45 📖 Romaa 3:12 “namoonni hundinuu karaa Waaqayyoo irraa goraniiru, ergaan-takkaa warra dhimma hin baafne ta'aniiru; namni gaarii hojjetus, tokko illee hin jiru,” — Rom. 3:12 🔴 Wal-faallessummaa: Namni gaariin jira vs hin jiru 9️⃣ Yesuus – Jaalala moo Diinummaa Maatii Keessatti? 📖 Yohaannis 13:34 “Akka isin wal jaallattaniif abboommii haaraa isiniif nan kenna; ani akkuman isin jaalladhe, isnis immoo akka wal jaallattan isin abboomeera.” — Yoh. 13:34 📖 Mattewos 10:35-36 Mat. 10 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ³⁵ Ani nama tokko abbaa isaa wajjin, intala haadha ishee wajjin, haadha manaa ilmaa amaatii ishee wajjin walitti naquudhaaf dhufeera. ³⁶ Diinni nama tokkoos warra mana isaa keessaa in ta'u. 🔴 Wal-faallessummaa: Jaalala vs diinummaa #ITTI_FUFAA...... Join Us🌐 @Rafiiqul_Islaam 🌐
🌙ረመዳን ሊገባ 4️⃣ቀን ብቻ ቀረው! 🌙 ያንን ናፍቆት የሚቀሰቅስ የረመዳን ድባብ (Vibe) ናፍቆዎታል? 💡 በጣም የሚያማምሩ ፎቶዎች፣📷 ቪዲዮዎች እና የረመዳን ዝግጅቶች የሚለቀቁበት ልዩ ቻናል ተከፍቷል! አሁኑኑ ገብተው ጆይን ይበሉ፤ እንዳያመልጥዎ!🤍 ይህ ቻናል ካመለጣችሁ ብዙ ነገር አምልጦአችኋል! አሁኑኑ ተቀላቀሉንና ረመዳንን አብረን እንናፍቅ፡🤍💗 ለመቀላቀል እዚህ ይጫኑ፡👇 ⬇️⬇️⬇️ ⬇️⬇️⬇️ https://t.me/+cfH1PH71RIo3NGJk https://t.me/+cfH1PH71RIo3NGJk https://t.me/+cfH1PH71RIo3NGJk https://t.me/+cfH1PH71RIo3NGJk
✅#ODUU _#GAMMACHİİSAA 🟢 Namoota Afaan Arabaa baruu feetanii, yeroo Yookiin iddoo mijata, dhabdanii Rakkachaa jirtaniif, 🔴DHAABBATNI TİLAWA CENTER . 🚨Afaan Arabaa, Online class 🚨seerluga ( النحو) 🚨Vocabulary (المفردات) 🚨Dubbachuu. (التكلم) 🚨Dubbisuu. (القراءة) 🚨Barreessuu ( الخط) 🚨 Woliin dubbi. ( الحوار) 🚫 certificate (الشهادة) ✅ Kaffaltii ji'a qarshii 300 qofaan Jalqabaa ( begginer) ji'oota 8 keessatti ni kennina AMMAA GALMAA'AA ▶️ Galmaa'uuf ✈️ @Tilawacenter 📞 +251-709-054-763 Nu Dubbisaa Join Us @Rafiiqul_Islaam 🧡
✅#ODUU _#GAMMACHİİSAA 🟢 Namoota Afaan Arabaa baruu feetanii, yeroo Yookiin iddoo mijata, dhabdanii Rakkachaa jirtaniif, 🔴DHAABBATNI TİLAWA CENTER . 🚨Afaan Arabaa, Online class 🚨seerluga ( النحو) 🚨Vocabulary (المفردات) 🚨Dubbachuu. (التكلم) 🚨Dubbisuu. (القراءة) 🚨Barreessuu ( الخط) 🚨 Woliin dubbi. ( الحوار) 🚫 certificate (الشهادة) ✅ Kaffaltii ji'a qarshii 300 qofaan Jalqabaa ( begginer) ji'oota 8 keessatti ni kennina AMMAA GALMAA'AA ▶️ Galmaa'uuf ✈️ @Tilawacenter 📞 +251-709-054-763 Nu Dubbisaa Join Us @Rafiiqul_Islaam 🧡
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐭𝐚 𝐏𝐝𝐟 𝐃𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐮𝐮 𝐧𝐢 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮⁉️ 📚📚📚📚📚📚📚 𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐭𝐚 𝐆𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐆𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐅𝐞𝐝𝐡𝐢𝐢 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧𝐢𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐍𝐢 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮⁉️ Kitaaba kana dubbisuu ni barbaadduu ⁉️ 𝐀𝐝𝐬: 👇 https://t.me/+MSNhD4NGSpQ3MWE0
✅#ODUU _#GAMMACHİİSAA 🟢 Namoota Afaan Arabaa baruu feetanii, yeroo Yookiin iddoo mijata, dhabdanii Rakkachaa jirtaniif, 🔴DHAABBATNI TİLAWA CENTER . 🚨Afaan Arabaa, Online class 🚨seerluga ( النحو) 🚨Vocabulary (المفردات) 🚨Dubbachuu. (التكلم) 🚨Dubbisuu. (القراءة) 🚨Barreessuu ( الخط) 🚨 Woliin dubbii. ( الجوارب) 🚫 certificate (الشهادة) Jalqabaa ( begginer) ji'oota 8 keessatti ni kennina AMMAA GALMAA'AA ▶️ Galmaa'uuf ✈️ @Tilawacenter 📞 +251-709-054-763 Nu Dubbisaa