- Последний пост
- 6 июн.
- Последнее чтение
- 14 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 20
- Тип
- открытый
- Язык
- und
- В каталоге с
- 14 авг.
- 1/24сутки в ленте
- —
- 1/48двое суток
- —
- 1/72трое суток
- —
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
видео или голосовое, без подписи
Watch your thoughts, they become your words Watch your words, they become your actions Watch your actions, they become your habits Watch your habits, they become your character Watch your character, it becomes your destiny.
Kakuu baay’ee Abdii meeqa utuu qabduu Eegdee eegdee yoo dadhabduu… “Hin abdadhu” jettee diddaa? Abdii kutteemmoo maal fiddaa? Eelaan garaa - bowwuun mataa Abdii kutnaan siif salphataa? Yoos hiibboon kee hiika argataa? Kana beeki Hagam turus karaan haqaa Bakka abdatan namaan dhaqa… Si dhukkubus imimmaan kee coccobsitee Rakkoo har’aa ciniinnattee yoo obsite, Ni argita Bara aduun siifis baatu Fagaatullee Kakuu kan kee ormi hin nyaatu!
Make Your Life Better.. 1: If you born poor, its not your mistake, But if you die poor, its your mistake..! 2: Born with personality is an accident, But dying in a personality is an achievement..! 3: Your birth may be normal, But your death should be History..! 4: Follow none, But learn from everyone..! 5: Practice like a devil, And play like a angel..! 6: Do or Die is an old concept, Do it before die is the new concept..!"
𝗬'𝗔𝗟𝗟 𝗜 𝗟𝗢𝗩𝗘 𝗬𝗢𝗨❤️ 𝘀𝗵𝗼𝘄 𝗺𝗲 𝘆𝗼𝘂𝗿𝘀
GO GENTLY I allow myself to slow down, rest and relax. I take time for myself today letting my nerves settle, my breath slow and my mind rest. I clear my energy by surrounding myself in a ball of golden light helping to release and transmute old stale energy and place a protective rejuvenating cocoon around myself. @Brain_available
Of Barii pinned «📣 Dear Members, If you see promotion links on the channel they are for the growth of the channel, "it's not part of our content" so help us by being patient and not leaving!!🙏❤️ @Brain_available»
📣 Dear Members, If you see promotion links on the channel they are for the growth of the channel, "it's not part of our content" so help us by being patient and not leaving!!🙏❤️ @Brain_available
#Dudhaalee Jireenyaa 👉Principles of Life የህይወት መርሆች 1.Of Fudhachuu(simachuu) 👉Self Acceptance ራስን መቀበል 2.Kaayyoo jireenyaaf jiraachuu 👉 Living for life purpose ለህይወት አላማ መኖር 3. Dorgommii irraa fagaachuu 👉 Avoiding competition ከዉድድር መራቅ 4. Yaada qajeelaa(Gaarii) yaaduu 👉Positive Thinking ቀና ማሰብ 5. Barachuuf fedhii qabaachuu 👉Being willing to learn ለመማር ፍቃደኛ መሆን 6. Ogummaadhaan deddeebi'uu 👉Walking with wisdom በጥበብ መመላለስ 7. Gamna(qaxalee) Ta'uu 👉Being Intelligent ብልህ መሆን 8. Salphaatti mufachuu dhiisuu 👉Taking no offence easily በቀላሉ አለመቀየም 9. Jireenya ofii galateeffachuun gaggeessuu 👉Leading a life with gratitude የምስጋና ህይወት መኖር 10. Waan gaariidhaaf(Fooyya'aadhaaf) deemuu 👉Going for the best ምርጡን መፈለግ 11. Yeroo hubachuu 👉Understand the timing ግዜውን ማወቅ 12. Waan jijjiiruu hin dandeenye fudhachuu 👉 Accept what you can't change መለወጥ የማይችሉትን መቀበል 13. Waraana kee filadhu 👉 Chose your Wars የሚዋጉትን ጦርነት መምረጥ 14. Hundaaf dhiifama gochuu fi haaloo bahuu irraa fagaachuu 👉Forgiving all and avoiding vengeance ሁሉን ይቅር ማለትና በቀልን መተው 15. Gidiraa keessatti cimanii dhaabbachuu 👉Preserve in suffering በመከራ ዉስጥ መፅናት 16. Gammachuu fi boqonnaa qulqulluu qabaachuu 👉Pure joy and rest ንፁህ ደስታና እረፍት 17. Bareedina keessaaf iddoo guddaa kennuu 👉Value inner beauty ለዉስጥ ዉበት ዋጋ መስጠት 18. Gad ofqabuu fi nama tuffachuu dhiisuu 👉Being humble and not despising others ትሁት መሆንና ሌሎችን አለመናቅ 19. Jireenya keessatti naamusa qabaachuu 👉Being disciplined in life በስነ ስርአት መኖር 20. Kennuu fi fudhachuu baruu 👉Giving and receiving መስጠትና መቀበል 21. Onnee kee hordofi. 👉Follow your heart (Instinct) ልብን መከተል 22. Kabajni kan maluuf kabaja kennuu 👉 Give due honor ክብር ለሚገባው ክብር መስጠት 23. Cimanii kadhachuu 👉Pray seriously ተግቶ መፀለይ 24. Seenaa hojjechuuu, yaadannoo(ashaaraa) kaa'anii darbuu 👉Make history, leave legacy React 💥 @brain_available
𝚆𝚑𝚊𝚝 𝚒𝚜 𝚕𝚒𝚏𝚎? ʟɪꜰᴇ ɪꜱ ᴀ ᴊᴏᴜʀɴᴇy ʙᴇᴛᴡᴇᴇɴ "ʙ" ᴀɴᴅ "ᴅ" ʙ ⁱˢ ᵃ ᵇⁱʳᵗʰ & ᴅ ⁱˢ ᵃ ᵈᵉᵃᵗʰ ʙᴜᴛ "ᴄ" ɪꜱ ɪɴ ʙᴇᴛᴡᴇᴇɴ ᴀɴᴅ ᴡʜᴀᴛ ɪꜱ ᴀ "ᴄ"? ᴄ" ɪꜱ ᴀ ᴄʜᴏɪꜱᴇ @brain_available
Kakuu baay’ee Abdii meeqa utuu qabduu Eegdee eegdee yoo dadhabduu… “Hin abdadhu” jettee diddaa? Abdii kutteemmoo maal fiddaa? Eelaan garaa - bowwuun mataa Abdii kutnaan siif salphataa? Yoos hiibboon kee hiika argataa? Kana beeki Hagam turus karaan haqaa Bakka abdatan namaan dhaqa… Si dhukkubus imimmaan kee coccobsitee Rakkoo har’aa ciniinnattee yoo obsite, Ni argita Bara aduun siifis baatu Fagaatullee Kakuu kan kee ormi hin nyaatu!
Kan seenaa malee dhalatee Seenaa malee du'uu Bar inni horiidha malee Nama bakka hin bu'u Horiinii horiidhuma Seenaanis seerris hin qeequu Har'a quufee bullaan 'Bor jiraa' jedhee hin beeku Mee riqicha gad-dhaabi Kan dhaloonni irra ce'uu Yoo seenaa hin kaa'in duute Horiidhuma si see'u Garuu........ Har'a irraa dheessina malee Gaafa guyyaa itti ceenaa Garuu sihaa baraaru Du'a gadhee du'a seenaa Du'a utuu lubbuun jiranii Uumamni namaaf iyyuu Du'a gadhee du'a lakkuu Kan argaa jibbu biyyuu Kan uffata keessatti Raqni ajaa'ee kenne foolii Seenaadhaan abaaramuu Du'a lakkuurraa ooli.
Maaf utuu lubbuu jirtuu Boolla hin baane buutaa Duuti tokko dirqama Akkamiin lama duuta? Jireenyi dachee jalaa Har'a bultee bor harcaatii Waanuma dhimma hin baafnetu Godaannisa nutti taati.
Lukkuu Gaafan dura arge Yeroosheen iyyitu Koochoo rurukkuttee "Bari'eera" jettu Kan namni hin dhageenye Yoo sheen barii himtu... Ganama utuun rafuu Hirribarraa kaatee Warra ishee dhaga'u Hunda dammaksitee Ofii utaaltee buutee Kosii keessa fiigdu Yeroosheen ajaa'aa Miillaan qottee diigdu Tortoraa funaantee Hunda waliin dhooftu Ajaa'aa erga nyaattee Maaliif hin ajooftu? Akkamis iyyitu Akkamis agartu Dhumti lukkuu manaa Aalbeerra hin dabartu!
Gaaf heddu, Kobbeen buta waraqaan fida Jechi na dida Gaaf heddu, Waliinan gaha kobbeef waraqata Kanin barreesse garaa na hanqata Gaaf gaaf, Jecha qaba Humnan dhaba Gaaf gaaf, Fedha qaba Jechan dhaba - (Kana dura dhimmeera) Eessumarraa eegalee eessattimee goolabu? Maal fa'aa tatarreessee dhugaakee katabu? (Kana booda dhiiseera) Waanan jedhee hinfixne kankee hin jalqabu! Ati, hin akkeeffamtu hin fakkeeffamtu hin barreeffamtu Jechaan ni dhibamta Jireenyaan himamta! @Brain_available
Be comfortable with being uncomfortable.
Be comfortable with being uncomfortable.
Glass needs to be broken , to be dangerous
®️Kanneen Hubadhu®️ ®️Ni kufte jechuun Hin kaatuu miti ®️Hin jirtu jechuun Duuteettaa miti ®️Gaddite jechuun Hin gammadduu miti ®️Kolfite jechuun Hin boosuu miti ®️Rakkatte jechuun Hin duroomtuu miti ®️Wollaalte jechuun Hin bartuu miti ®️Jaallatte jechuun Hin jibbituu miti ®️Hunduu guyyaa Mataasaa qaba. ®️Kan sirraa eegamu Dogongora keerraa Barnoota argadhu ®️Cimina kee immoo Itti fufiin dhaamsa kooti ✍️ @Brain_available
Kakuu baay’ee Abdii meeqa utuu qabduu Eegdee eegdee yoo dadhabduu… “Hin abdadhu” jettee diddaa? Abdii kutteemmoo maal fiddaa? Eelaan garaa - bowwuun mataa Abdii kutnaan siif salphataa? Yoos hiibboon kee hiika argataa? Kana beeki Hagam turus karaan haqaa Bakka abdatan namaan dhaqa… Si dhukkubus imimmaan kee coccobsitee Rakkoo har’aa ciniinnattee yoo obsite, Ni argita Bara aduun siifis baatu Fagaatullee Kakuu kan kee ormi hin nyaatu!