❤️Dhandhama Jaalala❤️
Статистика☞ ❣️xinsammuu❣️ ❣️ Wantoota barsiisoo❣️ ❣️beekumsa❣️ ❤️𝒘𝒂𝒍𝒂𝒍𝒐𝒐❤️ Buy ads: https://telega.io/c/Dhandhama3 Yaadaaf @Filishaggar
- Последний пост
- 20 авг. 2025 г.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 155
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- Категория
- Музыка (по похожим)
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- —
- 1/48двое суток
- —
- 1/72трое суток
- —
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
🎙 Breaking news ___ Group telegram durii kan isin hin fayyadamne nan bita ✅Bara 2019 fi isa dura kan baname ✅Bara 2020 baname ✅Bara 2021 baname ✅ Bara 2022 baname ✅ 2023 kan baname ✅ 2024 ji'a jalqabaa 9 Lakkoofsi miseensotaa 1 yoo ta'ellee rakkoon hin jiru 🔻 Gatii guddaa siif bita waan ta'eef baay'inni miseensotaa dhimma hin qabu, wanti guddaan bara itti banamedha.💯 Kaffaltii filannoo adda addaatiin ✅Baankii 🏦 🏦 🏦 🏦 ✅Telebirr, bank 🏦 ✅M-pesa bank 🏦 akka mijannaa keessaniitti fudhachuu ni dandeessu 🎚Hubachisa owner dura dabarsudhan. Yoo qabaattan @Ale_pair irratti inbox na dubbisi Dm me @Ale_pair✅ Payment Proof ✅ https://t.me/Ale_proof
Elaa…! Na hamadhu, sin hammadha Na darbadhu, sin abdadha Na tuffadhu, Sin bulfadha Na qiyyaafadhu, sin iyyaafadha #Garuu… Yoo daangaa dabarte Yoo alagaan na Dararte Yoo badii kankoo feete Yoo daangaakoo ceete, ~ Wal darbaa wal hin dheessinu Wal sarbaa gumaatti wal hin geessinu!
Yeroo joollee turretti haalaan daddfanee guddachuu feena turre!. GARUU... yeroo guddannetti yeroon joollummaa teenyaa sun yeroo caalatti nama gammachiisu turte!.💔🖇 @Filishaggar @Dhandhama3
#Har'a fixeensa argeen jaalala namoota baayyee yaadadhe!. @Filishaggar @Dhandhama3
Live stream finished (3 minutes)
Live stream started
#Gaafa Miindankee dabalu hiriyyaa biraa hin dabalin! @Filishaggar @Dhandhama3
#Onnee dhiira fi mana barnootaa nama kaayyoo qabuttu seena.🤞 #Onnee shamarran fi mana nyaataa nama qarshii qabuttu seena.🤔 @Filishaggar @Dhandhama3
❤️Dhandhama Jaalala❤️ pinned «Ciqilee itti irkannee boonyu hin qabnu ta'a Garuu, bakka itti dhaabbannee,jilba qabannee,kufne fi teenye itti boonyu Fuula Uumma keenya qabna!. #Good_Sunday💥 @Filishaggar @Dhandhama1»
Naan rafiisuu na fuuldura yaada naqee......!😘 @Filishaggar!
#Eenyuun madaalamta? Sadarkaan kan kee bakka ati of keesse malee bakka ilmi namaa si kaa'ee miti. ilmi namaa madaala tolchuu fi haqa dalaguu keessatti hanqinna guddaa waan qabuuf! Kanaafuu madaala namaa hin eegin ofumaa of madaali.! @Filishaggar @Dhandhama3
#Shamarran baay'een gorsa hiriyyaa hinaftuu dhaggeeffachuun dhiiraa gaarii dhabu.! #Mejemeriya_Teredashi!🤞 @Filishaggar @Dhandhama3
Yaadaa keessan nan dubbisa. Mee yaadaas ta'ee waan isinitti dhaga'amuu kan waa'ee channel kanaa irratti Yaadaa, Gaaffii, qeeqaa qabdan @Filishaggar Irratti naaf barreessaa. Yaanni keessan naaf waan guddaadha. Mee waanuma naan Jachuu feetan kamuu naan jadhaa🙏 Yaadaaf @Filishaggar @Filishaggar @Dhandhama3
#Jaalalleen hiriyyaa keetii jaalallee keetti miti. ♡Ati bifa, qallina, guntuta taa'aa laalte nama jaalatu ta'uu Malta, hiriyyaan Kee immoo guurraachomina, gabbina, shape fi waan akkana akkanaatiif xiyyeeffannaa ka hin laanne kan bilchinni qofti isa butee jaalatu ta'uu mala.🤞 #Kanaafuu miira Kee irra dhaabbattee filannaa nama biraa irratti yaada -ve hin kaasin. Wanti si biratti haalaan jaalatamu nama biraa biratti waan gatii hin qabne ta'uu danda'a. Nuti hundi wal adda, miirri fedhii fi jaalala keenyaatiis wal adda ❤️🔥 @Filishaggar @Dhandhama3
#Yoo nuti daangessine malee wanti sammuun keenya yaadee milkeessuu dadhabu hin jiru. #Hiyyummaafi badhaadhummaan yaada sammuu irraa maddu. @Filishaggar @Dhandhama3
#Shaggee😘 Yoon kufeyyuu maalii Nama akka keef gaggabee Gaafuman si argee kaasee Jaalalli kee na qabee Ergan si argee kaasee Waa'ee kee qofaan yaadaa Tolen naan jettuu bareedduu Si jaallachuun barbaada Hubadhumee miira kiyya Shokoksa qaama kootii Ani hedduu si fedheera Bareedduu intala mootii ! @Filishaggar @Dhandhama3
Gaafa baayyee abshaalomtu gowwaa fakkaachuu filatta!🙏 @Filishaggar @Dhandhama3
#BAJAJI😁 B-Beekumsa A-Akkaata J-Jaalallee namaa A-Afuura kutanii J- Janaajjannan I- irraa fudhatan @Filishaggar @Dhandhama3
Akka aduu ifuuf akka aduutti gubachuu qabda! @Filishaggar @Dhandhama3
Jaalalli gamtokkee balaa qaba. Walqixa ta'u qaba. @Filishaggar @Dhandhama3