- Последний пост
- 14 авг.
- Последнее чтение
- 14 авг.
- Постов за неделю
- 2
- Всего постов
- 59
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 321
- 1/48двое суток
- 367
- 1/72трое суток
- 396
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
The must-have search engine for Telegram — Argo helps you precisely find the groups, channels, videos, and music you want!
🟢>>>Abjuu koo dhaan si argee ittin jennan "Sin amanuu Screenshot isaa naaf ergi" naan jette😭😭😂😂 @Dirreeboohartii @Dirreeboohartii
без подписи
🟢Rakkina keenya akka umurii shmrn tti dhokfannee jiraachaa jirra😄 @Dirreeboohartii @Dirreeboohartii
🟢Abbaa warraa: Rakkoo guddatu na muudatee 😔 Hadha warraa: Erga wal fuunee rakko koo rakkoo kee wanti jedhamu hin jiru rakkoo keenya malee. Abba warra: Hayyee hojjettuu mana keenyaa ulfessineerra😁😁😁😂😂😂😂😂 @Dirreeboohartii @Dirreeboohartii
Bro akka durbi sijaallattu yoo feete makiinaa ta'i🤣😁 @Dirreeboohartii @Dirreeboohartii
🟢Shamarran wanti yeroo sana Ija isaanii Cufataniif Gammachuu dhiiraa arguu waan hin feenefi😁😂😂😂 @Dirreeboohartii @Dirreeboohartii
🟢...ani hirriba hedduun jaaladha, hirribniis hedduu na jaalataa😊...Garuu maatiin koo hariiroo keenyatti gammachu homa hin qaban😭 @Dirreeboohartii @Dirreeboohartii
🟢Hima "Obseen osoo Obsaa dheessitu kufte" jedhu keessatti Obsaan,Obsee maaliif ari'e.😳😳 @Dirreeboohartii @Dirreeboohartii
🟢Yoo jaalalleen kee galgala galgala qofa si waliin haasa'uuf ykn si waliin taphachuuf si barbaddi ta'e, ati nama waliin jiraachaa jirta osoo hin taane BOOKEE (biinbii) waliin jiraacha jirta😁 @Dirreeboohartii @Dirreeboohartii
🟢Rakkoodha beektanij wanti qarshii kun😂😂😂
🟢 Rakkinni burcuqqoo nu goonaan gadheen farsoo nutti dhuguu barbaaddi!🚶♀️ @Dirreeboohartii @Dirreeboohartii
🟢😳😳😂😂😂
🟢Falmichi akkas jedhee eegala. "Ati inni kana dubbistu kun Harree 3 qabda, Harree sadi qabdu keessaa Harree tokko gurgurte, Harree meeqatu si hafe?" Jedha. Yeroo kana atis sammuukeetti "Harree lamatu na hafa" jettaan. Innis deebisee, "lakki Harree tokko qofaatu si hafa" siin jedha. Atis deebistee "Lakki akkas miti, harree lamatu na hafa," jettee falmuu eegalta. Falmii baay'ee booda "akkamiin Harreen Tokko na hafe, ergan sadi qabaadhee" jettee isa gaafatta. Innis "Harreen tokko ati qabdu sun suma mataakeeti, Harree homayyuu osoo hin qabaatiin, lamatu na hafa jettee na falmite" siin jedha.😁 Namnii siif galee react godhi👍❤️🥰😃 @Dirreeboohartii @Dirreeboohartii
Mudannoo akka tasa Otumaa maatii waliin teenye haasayaa jirruu lukkuu kormaan tokko lukku dhaltuu ari'aa dhufe fulduraa keenyatti mataa ishee yaabee... Ana: Hisht kut kut Father: maal si godhe dhiisii kan isaatii hoo isheen Mother: maal dhalaa koo kankee si jala fudhate seeteyi Amma egaa ani maalin jechu danda'aa😭😂 @Dirreeboohartii @Dirreeboohartii
🤣🤣🤣🤣🤣 ➡️ @Dirreeboohartii ➡️ @Dirreeboohartii
🟢Ana hanga ammaatti wanti naaf galuu dide akkamitti namoonni tokko tokko guyyaa lama lamaan jaalallee jijjiirraa wajjiin jiraatu ani hanga ammaattuu takkittii dhabee dubbiin bitaa natti galtee jirti.😳😳😂 ➡️ @Dirreeboohartii ➡️ @Dirreeboohartii
🟢Biroo hanga feete yoo na jibbites dhimma kiyyaa miti,gargaarsa koo yoo barbaadde ani iddoo kamittuu si faana jira,sababa gowwummaa keetiif jecha harkaan Jaannata hin dhabu.😳😳😂😂 @Dirreeboohartii @Dirreeboohartii
🟢Namichi mana hin qabne tokko sababa ani Biyisaayikilii irraa kufeef natti Kolfaa ture. Ani immoo akkuma lafaa ka'een tole natti kolfiteem gara manaatti galaa jedhee yoo ani biraa qajeelu, namichi mana hin qabne sun haala suuraa irratti mul'atuun na ilaalaa ture.🥺🥲🤣 @Dirreeboohartii @Dirreeboohartii
Rabbi na kaasee muuziqaa Afaan Ispeen tokko dhageeffataa ture, baayyee natti hoo'ee sirba jaalalaa bareedaa wayii natti fakkate, booddee garuu sirbichi kan waa'ee qonnaa ta'uu yoo natti himan qabanaa'ee hafe.🤣🤣😢🥺 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Galmee_Ispoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Galmee_Ispoortii ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ