tgindex
Dr. Sabah

Welcome to My Telegram Channel @abcoromo

Последний пост
14 авг.
Последнее чтение
15 авг.
Постов за неделю
21
Всего постов
26
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
15 авг.
Подписчики
5 677
−23 за 3 дн.
Сутки
−10
−0,18%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
18
26 постов
Вовлечённость
0,3%
к подписчикам
Постов в день
3,0
всего 26
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
18
1/48двое суток
20
1/72трое суток
22

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • Dubartoonni iddoo baay'ee si'ooftuu gaafa xuqamte gammachuu argatan 'G-spot' jedhamtu erga doktorri maqaan isaa Dr 'Grafenberg' jedhamu iddoo kana argateen booda maqaa isaatiin moggaafamte qaama saalaa isaanirraa qabu. Iddoon argama ishii dubartootaa dubartootaatti garaagarummaa qabaatus jiddu galeessaan ulaa qaama saalaa gara fuulduratiin (vaginal opening anteriorly) hanga seentimeetira 3-6tti ol siyxee argamti. Iddoon kana xuquun dubartoonni yeroo walquunnamtii saalaa dafanii fedhii isaanii akka bahaniif gargaara. Iddoo kanaan alatti saala lachuufuu dafanii akka gammadaniif iddoowwan gargaaran namaa namatti garaagarummaa qabaatus yeroo baay'ee mormi, hidhii, rifeensi, cidhaan fi sarbaan gara keessatiin iddoo si'aa'inna qabanii fi dafanii sadarkaa gammachuu irra akka gahan kan gargaaranidha. Namaa namatti garaagarummaa waan qabuuf isiniif iddoo kanniin keessaa kamtu gammachuu akka isiniif kennu iftoominaan waliin mari'achuun barbaachisaadha. Dubartoonni qaama saalaa dhiiraa dheeraafi furdaa barbaadu osoo hin taane iddoowwan kana beekanii ishiis gaafatanii iddoowwan kanniin. Galatoomaa!!! Fayyaan faaya!!! Fayyaa ta'aa!!! Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • Akkamitti marsaa laguu osoo hin argin ulfa ta’uun danda’amaa? ***** Gaaffii : Dubarri tokko tasuma osoo laguu hin argin yookin erga laguu dhabbataadha yookin yeroo isaa eegee hin dhufneen ulfaa’uu dandeessii? EYYEE! Dubarri umuriin ishee wal-hormaataf gahe tokko osoo tasuma marsaa laguu hin argin ulfaa’uu ni dandeessi. Sababni isaas marsaan laguu kan dhufu erga hanqaaquun dubaraa xannacha ovarii irraa gadi dhiifamtee guyyaa 10-14 booda. Kanaafis dubarri kun gadi lakkifamuu hanqaaquu fi jalqabuu marsaa laguu jidduu guyyoota (10-14) jiran keessatti yoo walqunnamtii saalaa goote osoo laguu hin argin ulfaa’uu dandeessi. Haaluma wal fakkaatun dubaarri laguu argaa turtee jidduudhan sababa garaagaraa armaan olitti eerren laguun ishee bades akkasuma osoo deebitee laguu hin argin ulfa taatee argamuu dandeessi. Kunis dubarri tokko laguu ishee arguu dura guyyoota 10-14 dura hanqaaquu qopheesiti, hanqaaquun kunis guyyoota 10-14 keessatti yoo sanyii dhiiraan wal hin argine marsaa laguu ta’ee dhangala’a. Hub1: wantoota marsaa laguu jeequu danda’an maxxansa darbe keessattin ilaallee jirra! Hub2: Kanaafis dubarri tokko marsaa laguu argaa hin jirtu jechuun hin ulfooftu jechuu miti, marsaa laguu ifatti osoo hin argin ulfaa’un ni dandaa’ama! Galatoomaa! Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌

  • без подписи

  • без подписи

  • Faayidaalee fuudhuun fayyaafii jireenya keenyaaf qabu. **** 1. Amaloota badoo ta'an fi araada gara garaa namarraa nama ittisa(Farsho, Sijaaraa...) 2. Carraa dhibee faalij (stroke)n qabamuu  ni hir'isa. 3. Namootni gaa’ila keessa jiran/turan carraan dhibee sammuu baratamoon (mukuu, dhiphuu, yaaddoo) qabamuu isaanii hir'ataadha. Yoo qabamanis dafanii dandamatu. 4. Umrii ni dheeratu, keessattuu dhiirti fuudhe kan hin fuune caalaa umrii akka dheeratuudha kan qorannoon agarsiisu. 5. Namootni gaa'ila keessa jiran dafanii yaala baqasanii yaaluu irraa dandamatu. 6. Hirriba ga'aa rafu. 7. Carraan dhibee onneetiin qabamuu isaanii ni hir'ata. Kana malees qarshii qusachuu(waliinii), hariiroo namaa wajjin qaban ballisuu, balaa fi yakka hir'isuu irrattillee ga'ee ni qaba jedhu. Hiikoo fi dhimma jireenyaallee namaaf kenna. Anuu nan fuudhaa me waa natti barbaadaa!! Isinis fuudhaa! Warrii fuutan bultii gaarii! Ulfaadhaa! Fayyaa dayaa! Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • EEGGANNOO IJA KEENYAAF 1. Nyaata ija keenya gargaaran kan baala magariisaa qaban akka raafuu nyaachuu, kaarota, hanqaaquus yoo argame nyaachuu. 2. Ija keenya boqochiisuu. Daqiiqaa digdamaa oliif walitti fufanii waan tokkicha ilaaluun waan ija miidhuuf daaqiiqaa 20 yoo turre altakkaa bakka biraa ilaaluu qabna 3. Yoo aduu keessa deemnu ija keenya eeggachuuf fuullewwan sunglasses jedhaman godhachuu 4. Yoo bakkeewwan balaa ijarraan ga’an hojjanna ta’e ija keenyaaf safety eye wear godhachuu 5. Koompuutera yeroo dheeraaf ilaaluu dhiisuu. 6.Tamboo xuuxuu dhiisuu: dhukkuboota akka kataract fi narvii waan ijatti fiduuf. 7. Ogeessa fayyaa bira deemnee yeroo yerootti ilaalamuu. Fayyaan Faaya!! Fayyaa ta'aa!! Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @drhoneliat12em💌

  • Itti kaaftee hin dhiisin. **** Walqunnamtii saalaa booda dubartiin callisuun mallattoo isa beekamaadha. Erga raawwataniin booda yaada kennuu irraa of qusattee, dugda sitti galtee calliftee ciifnaan hin quufne jechuudha. Dubartiin sirritti qufte/ fedhii baate odeessuu jaalatti, morma kee jalaa hin dhabamtu. Yeroo dhangalaase dhiirti ni dadhaba waan ta'eef narraa us ykn callisu jedhuunillee hin calliftu. Dubartii walqunnamtii saalaan hin gammachiiftu taanan guyyaa itti aanu sii kennuu dhabuu dandeessi. Sumaa jettee calliftee raawwachun waan jibbisiisuuf boru si diduu dandeessi. Yeroo raawwatamu fedhii hin baatu taanan adeemsa keessa fedhiin ishii gadi bu'a. Fedhii dhabuu dandeessi. Yeroo ati itti kaaftu sin dhaggeeffattu. Yeroo dhungattu, haammattu itti hin tolu. Si dhiisudhaan gara hojiitti deemti. Alaan'alaafii jeequmsa heddumeessitee bultiin jeeqamuun diiggaan gaa'ilaa dhufuu danda'a waan ta'eef itti kaaftee hin dhiisin. Galatoomaa!!! Fayyaan faaya!!! Fayyaa ta'aa!!! Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌

  • без подписи