tgindex
የዶ/ር ዐብይ አህመድ አሊ የሁልጊዜም ደጋፊዎች ማህበር ,The support of Dr. Abiy Ahmed Ali🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🙏

የዶ/ር ዐብይ አህመድ አሊ የሁልጊዜም ደጋፊዎች ማህበር ,The support of Dr. Abiy Ahmed Ali🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🙏

Статистика
@EastAfricanewchannelанглийский

Prime minister Ethiopia #Abiy Ahmed #Abiy Ahmed Ali #Abiy🙏🇪🇹🙏

Последний пост
13 февр.
Последнее чтение
13 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
24
Тип
открытый
Язык
английский
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
160
−1 за 2 дн.
Сутки
−1
−0,62%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
163
22 постов
Вовлечённость
101,9%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 24
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
1/48двое суток
1/72трое суток

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • ለጋብቻ የቅድመ ጋብቻ ስልጠና ሰርተፊኬት መያዝ ግድ ሊሆን ነው ተባለ። ከጊዜ ወደ ጊዜ እየጨመረ የመጣውን የፍቺ ቁጥር ለመቀነስ ፣ የቅድመ ጋብቻ ስልጠና ሰርተፊኬት ሳይዝ ማንም ሰው ወደ ጋብቻ እንዳይገባ የሚያደርግ አሰራር ሊጀምር መሆኑን የሴቶችና ማህበራዊ ጉዳይ ሚንስቴር ተናግሯል። ይህንን አሰራር በሚቀጥለው ዓመት ሥራ ላይ ለማዋል ዝግጅት መደረጉን ሚኒስቴር መስሪያ ቤቱ ለሸገር ኤፍ ኤም ገልጿል። የአዲስ አበባ ከተማ ሲቪል ምዝገባና የነዋሪነት አገልግሎት ኤጄንሲ በቅርቡ ባወጣው መረጃ መሰረት የትዳር ፍቺ ከአለፉት አመታት አንፃር 54 በመቶ ጭማሪ አሳይቷል። ይህ መረጃ ባለቤትነቱ የሸገር ኤፍ ኤም ሬድዮ ጣቢያ ነው።

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • 13 февр.231из efpmedia

    "በውድድሩ ያሳያችሁት ብቃት ካለፈው የተሻለ በመሆኑ በቀጣይ ጠንክረን ከሰራን የተሻለ ውጤት ማስመዝገብ እንደምንችል ተገንዝበናል" ክቡር ኮሚሽነር ጀነራል ደመላሽ ገ/ሚካኤል አዲስ አበባ፣ የካቲት 5 ቀን 2018 ዓ.ም (ኢ.ፌ.ፖ.ሚ) የኢትዮጵያ ፌደራል ፖሊስ አዛዥ ክቡር ኮሚሽነር ጀነራል ደመላሽ ገ/ሚካኤል በውድድሩ ያሳያችሁት ብቃት ካለፈው የተሻለ በመሆኑ በቀጣይ ጠንክረን ከሰራን የተሻለ ውጤት ማስመዝገብ እንደምንችል ተገንዝበናል ያሉት ለSWAT TEAM በተደረገው አቀባበል ላይ ነው፡፡ ክቡር ኮሚሽነር ጀነራል ለSWAT TEAM በሰጡት የሥራ መመሪያ የሀገራችን ህዝብ የለመደው በውድድር መሳተፍን ብቻ ሳይሆን ሁሌም በአሸናፊነት ማጠናቀቅን በመሆኑ በቀጣይ ከምናደርገው ተሳትፎ ባለፈ የተሻለ ውጤት በማስመዝገብ የሀገራችንን ሰንደቅ ዓላማ በዓለም አደባባይ ከፍ በማድረግ የመጀመሪያዎቹን ደረጃ ለመያዝ መዘጋጀት አለብን ብለዋል። በውድድሩ ወቅት የነበሩ ስኬቶችና እጥረቶችን በግልጽ በመለየት፤ ለውድድሩ የሚያስፈልጉ ኢንፍራስትራክቸር እና ትጥቆችን በማሟላት፣ የተወዳዳሪውን ቁጥር ከአንድ ወደ ሁለት ቲም ለማሳደግ ለውድድሩ የሚሆን አቅም ያላቸውን መልምሎ በስልጠና በማብቃት በሚቀጥለው ውድድር ከምርጥ ቡድኖች መካከል ለመግባት ከወዲሁ መዘጋጀት ያስፈልጋል ብለዋል ክቡር ኮሚሽነር ጀነራል፡፡ ለበለጠ መረጃ https://www.federalpolice.gov.et/am/federal/police/news

  • 13 февр.141из efpmedia

    https://www.federalpolice.gov.et/am/federal/police/news

  • 13 февр.130из FDREdefenseforc

    https://youtu.be/tVDTMYTuMXw?si=mUQtd4cWYElEDxp1

  • 13 февр.108из bighabesha_softwares

    Google Docs የቪዲዮ አማራጭ ተካተተለት። የተለያዩ የዶክመንቴሽን ስራዎችን የምንሰራበት የGoogle online platform Google Docs (docs.google.com) አሁን ደግሞ ቪዲዮ የምንሰራበትን አማራጭ አካቷል። docs.google.com ላይ ገብታችሁ እነዚህን በሙሉ መስራት ትችላላችሁ። ⚫Google Docs (Word Documentation) ⚫Google sheets (spreadsheet document) ⚫Google Slides (PowerPoint Document) ⚫Google Vides (Video generation) ⚫Google Forms (Forms document) በዚህ አዲስ የቪዲዮ አማራጭ የተለያዩ የቪዲዮ አይነቶችን imageና voiceover generate በማድረግ መስራት ይቻላል። በጣም ብዙ ጠቀሜታዎች አሉት። በተለይ በAI የታገዘ faceless የYouTube ቪዲዬዎችን ለመስራት በጣም ይጠቅማል። አጠቃቀሙን በዝርዝር YouTube ላይ እሰራላችኋለሁ። @bighabesha_softwares

  • видео или голосовое, без подписи

  • "Dumessa olitti jiraadha malee dumeessa jala hin jiraadhu!" ⛈️✨ "Addunyaa kanarra simbirroota baay'eetu jira. Yommuu roobni roobu hundi isaanii gaaddisa barbaaduuf fiigu; Joobirri garuu rooba jalaa dhokachuuf hin fiigu. Kanaa mannaa baallee isaa diriirsee duumessa olitti balali'ee roobaa ol ta'ee gadi ilaala." Yeroo rakkoon dhufu namoonni hedduun Nama komachuun amilee isaanii gadi buusun gaaddisa barbaadu. Garuu akka joobiraa ta'i! Rakkoo kee dhoksuuf hin yaalin; humna rakkoo kee olitti ol kaasu ijaari. Yaadadhu: Joobirri kophaa isaa balali'a; Sinbirroota waliin hin balali'u. Olka'iinsa kee irratti kophaa kee imaluu hin sodaatin. Callisuun kee sodaa osoo hin taane humna. Joobirri sagalee hin dhageessisu, garuu samii ni to'ata. Har'a akkas jedhi ofitti himi: 'Ani Joobira, rakkoo koo olitti akka balali'uufan uumame!' Har'a  rooba duumessa keessa jiru osoo hin taane ifa duumessa gubbaa itti argitu nuuf haa ta'u." 📝 Rakkoo kee olitti akka Joobiraatti balali'uuf qophoofteettaa?

  • видео или голосовое, без подписи

  • Jaalalti Dur Hafte Chiikii takka ni jaalattaa xalayaa fakkii Onnee xiyyaan keessan bahu qabdu barreessitaaf. "Ittin yaada" siin jeetti. Torbaan tokko booda ammas ni barreessitaaf "tole" siin jetti. ni bilcheeffatta. Yeroo dheeraa ni janajjanta. Falaxxellee taatu akka taatu taatee keeka ni afeerta. Xiqqo booda bakka barcaa fiddaa, ishiin hin qamaatu looyzii ati liqii fudhatte si jalaa nyaattee fixxi. Yoo xiqqo araadaa taate mana filimaa geessitee, filmii shahrukh 'kuch kuch hotahai' afeerta. Yoo mana baruumsaa tokko barattan, yeroo boqonnaa ishii fi geelee ishiitiif jallaattii fi qoloo ni bittaaf. guyyarraa hanga manaa galchita. Mucaa ollaa ishiitiin saahiba taata. Yoo ganda kee hin tahin, Aladaa fi saftiin waggaa guutuu sitti fakkaata. Yoo ganda keessan taate immoo saftii dhokattanii wal agartan. Yeroo Quraanarraa galtu eeydee hanga manaa galchita. Yoo kiristaana taate immoo yeroo charchirraa deeman karaa cinaa dhaabbatta. Yeroo si garte, haadha duubatti haftee si dubbifti. Guyyaa Aladaa immoo manaa hin baatu. Uffataa fi meeshaa biffee keessa jirtu guutuu gad baaftee dhiqaa oolti. Galgala yeroo biddeena bituuf gad baatu eeydee osoo ati itti hasoytuu "ummaan nan dhiiftu" jettee si biraa fiiydi. Yoo bilbila manaa qabaatan, shilingii sharafattee bilbila kararra dhaabbatu saniin itti bilbilta. Akka saantima sirratti hin finneef daftee "hello bareedduu tiyya si yaadee bar" akkuma ati jetteen, sagalee "Irzaa'il bareedina sirraa haa fuudhuu eenyuboo ati?" Jettu dhageessee cufta. Haadha tahuu akkuma hubatteen, ni tuman jettee waa'ee ishii yaadaa bulta. Guyyyaa itti aanu sumaa ishii gaggeessee deebi'u jiru, obboleessi ishii guddaan akka waan ofii obboleettii namaa hin waadinitti hiriyoota isaa waliin akka buutitti si cafaqa. Fuulli timaantim si fakkaatee galtee "maal taate?" Yeroo siin ja'an "oson kubbaa taphadhuutin kufe" jetta. Rakkoo dila kana dabarsitee guddiftee gaafa high school geessan, Namichi qabeenya qabu tokko dhufee ishii fuudha. Uuffffff 😥 Daawwitee mokannanii fi theggaayee Ishatuu hiriyoota kee siif tahuun ammakaa. Kaasseta qalamaan maraa ooluun ammakaa. Walleen dur immoo boohichaaf akka itti tolan. "Solanee gaafa ati heerumte manan turre 🙆‍♂️" ""ለሰርጓ ተጠራሁ" boohihichaa fi boohicha baqqaa 🤦‍♂️ "Mannikee inni haaraan sitti haa toluu, gammachuun jiraadhu. Kankeeto raawwateera naan hin jedhin garuu, dhabeenyatti haa hammaatu maalin godhaa garuu" Uuuu jettagaa hulaa cufattee. Sirbi hundi waanuma waa'ee ishii sirbu sitti fakkaata. Sirbi Inglish, sudani fi Hindii hundi kan afaan hin beeyne, ishuma waan faarsu sitti fakkaata. Hiriyoonni kee siif rifatan. Waan ati jettuun hunda "tole" siif ja'an. Yoo ati arrabsites caluma ja'an. San booda umrii tiyyatti chiikii hin laalu jetta. "Lammata karaa dubartiin baate hin bahu" jettee mukaaf citaan kakatta. Garuu .....

  • Channel photo updated

  • Channel photo removed

  • видео или голосовое, без подписи

  • Jechoota_Hayyootaa ================= 1. Farda lagaan ga’uu ni dandeessa; garuu obaasuu hin dandeeessu (Ingilizoota). 2. Saroonni lama; lafee tokko irratti, waliif galanii hinbeekani! (Faraansayota) 3.Kan arrabni yaabee dhalchu, kormi yaabee hin dhalchu! (Oromoota) 4. Miilli sochoonaan afaan agabuu hin bulu! Afrikaanota) 5. Bareedinni fuudhaa fi heerumaaf wabii hin ta’u! (Ariyaanota) 6. Iddoo yeroo dulloomtu teessu, iddoo yeroo dargaggummaa kee turte agarsiisa (Gaa’elikaanota) 7. Osuma barnoonni galaana ta’uuyyuu, harroonni garuu daakuu hin danda’an (Gaa’elikaanota) 8. Eenyummaa akaakayyuu kootii hin beeku; ilm ilmasaa garuu maal ta’uuf akka jiru beekuuf nan dhama’a. (Abraham Linkon) 9. Kan abbaan of hin gargaarre carraan isa hin gargaaru. (Oromoota) 10. Kan dhaggeeffatu hubachuuf, jechoota muraasatu isa ga’a (Afrikaa kibbaa) 11. Kan hiriyaa isaarra harka kaa’atee deemu fageenyi karaa itti hin beekamu (Nayijeeriyaanota) 12. Qalqalloon duwwaa jirtu dhaabbachuu hin dandeessu! (Taanzaniyaa) 13. Bareeda kan jennuun bareedinaan osoo hin taane, kan nu gammachiisaniini (Xaaliyaanota) 14. Kan carraa qabu galaanatti osoo darbattanillee qurxummiitu afaanitti qabatee baha! (Araboota) 15. Karaa si baasu osoo hin beekiin, deemsa hin eegalin. (Ingilizoota) 16. Kan fedhu, kan raawwatu nama cimaadha; kan hawwu kan argachuu danda’u immoo, nama abshaala! (Ayerlaandota) 17. Dhugaan lubbuu magarsiti; sobni garuu ni tortorsiti. (Oromoota) 18.Akka ganamaa seetee, galgalas narra ejjadhukaa jette kosorruun Oromoota) 19.Taa’umsi dhagaa fi jechi haadha ormaa suuta lafee nama lixa! (Oromoota) 20.Yaanni bilchaataan balbala cufamaa ni saaqa! (Africaanota)

  • видео или голосовое, без подписи

  • Dubartii diin qabdu fuudhuun maaliif barbaachisa?😥 Shabaabni sababa 21 kana dubbisaa Share Waliif Godhaa 1. Taquwaa (fear of Allah) (Sodaa rabbiif qabaachuu). (Rabbi sodaatti amrii rabbii jala butamtuu dha). 2.beekhumsa diinii qabdi. 3. Waan Rabbiin ajaje hojjatti waan Rabbiin irraa isii dhowwe irraa fagaatti. 4.haraamarraa of tiiksiti. 5.qabeenya kee tiiksiti. 6.Ajaja jaarsaa malee manaa hin baatu. 7.Karaa rabbii /ibaadaa rratti si kakkaafti. 8.Hamlee si jajjabeessiti. 9. baayyee si hin rakkiftu. 10.Bifaa fi qabeenyaan si hin madaaltu. 11. ilmaan kee akka diinii rratti guddatan taasifti ykn diinii dhaalchifti. 12.hammeenya jahannam waan beeytuuf Zinaa rraa of tiiksiti. 13.Rabbi waan sodaatuuf waadaa ykn irbuu hin diigdu. 14. rakkoo si mudatu kamuu si cinaa dhaabbatee si gargaarti. 15.Cinaa imaanaa siif guutti. 16.Haraama rraa ija kee fi qaama kee akka tiiksituuf si gargaarti. 17.Jireenya gaarii kan imaanaan faayame akka jiraattu si taasifti. 18.Qananiin jiruu duniyaa dubartii gaarii waan taheef dubartii gaarii fuudhuun filatamaa dha. 19.Akhlaaqa Haalaaf amala gaarii /naamusa gaarii qabdi waan taheef si kabajji maatii kees ni kabajji. 20.yaadni keetiif yaadni isii yaada Aakhiraa waan taheef waliin jirachuun hin rakkisu. 21..Waliin jannata seentan waan taheef dubartii Haalaan diin qabdu fuudhuun akkaan barbaachisaa dha. Rabbiin Jaartii gaarii tan diinii qabdu isiniif haa keennu!

የዶ/ር ዐብይ አህመድ አሊ የሁልጊዜም ደጋፊዎች ማህበር ,The support of Dr. Abiy Ahmed Ali🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🙏 — tgindex