tgindex
Eba Digital

Digital Hustler and Content Creator

Последний пост
22 июл.
Последнее чтение
15 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
21
Тип
открытый
Язык
und
Категория
Криптовалюты (по похожим)
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
13 729
−21 за 3 дн.
Сутки
−11
−0,08%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
5 958
21 постов
Вовлечённость
43,4%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 21
Упоминаний
1
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
2 630
1/48двое суток
3 013
1/72трое суток
3 250

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • 22 июл.2 68919

    Hub: Tajaajila paaspoortii hundarratti ashaaraan ni kennama! Namoonni baay'een akkuma durii paaspoortii haaraa baafachuu qofaaf ashaaraan kennama jedhanii yaadu. Garuu yeroo dhiyoo asitti namni paaspoortii haareffatus, kan bade baafatus ta'e, tajaajila kamiyyuu argachuuf dirqama biiroo immigration deemee ashaaraa kennuu fi suuraa haaraa ka'uu isa barbaachisa. Sababnisaas paaspoortiii inni fudhatu E-Passport waan ta'eef suuraa fi biometrics(ashaaraa) haaraa kennuun dirqamadha. Kan ashaaraan hin kennamne paaspoortii inni duraa E-Passport yoo ta'e qofadha. Tajaajila paaspoortii kan barbaaddan @Orodv1 irratti na qunnamaa! Inbox: @OroDV1 Magaalaa feetanirratti beellamaa normaliinis ta'e ariifachiisaadhaan isiniifan guuta.

  • 20 июл.3 24281

    Adsense Account - Kan youtube'dhaan banamee verify ta'e namoonni qabdanii fi gurgurachuu barbaaddan na qunnamaa! Gatii bareedaadhaan isinirraan bita. Inbox: @Eebbaa1

  • 10 июл.5 098492

    Deebii guutuu - Ati eenyu? Ogummaa akkamii qabda? Maal maal hojjetta? Akkamiin galii argatta? Kun gaaffii nama baay'eeti. Warri kaanis waa'ee hojii online fi hojiiwwan dijitaalaa haasawuu fi barreessuukoo yeroo argitan gaaffiin kun isin keessatti uumamuu hin oolu. Maxxansa kana keessatti gaaffii keessan guutummaatti isiniif deebisa! Waa'eekoo baruu yoo feetan hanga dhumaatti dubbisaa! Dursa achii as dhufa(Background) koo xiqqoo isiniif ibsa: - Waggaa 8 dura hojii online yaaluu jalqabe - Barnoota Digrii muummee saayinsii kompiitaraatiin waggaa 4 dura Yuunivarsiitii Samaraa irraa eebbifame. Barnootatti nama jabaatun tures! - Durii kaasee teeknoolojii fi wantoota dijitaalaa qorachuu, barachuu fi hojjechuu baay'een jaalladhan ture. - Durii kaasee wantoota haaraa baruuf, hubachuuf kaka'umsa olaanaan qaba. Maxxansaalee(Blog) fi Kitaabota murteessoo ta'an nan dubbisa, Viidiyoo garagaaraa nan dawwadha! Dudduubni koo gabaabaatti kana fakkaata. Egaa, Ani amma ogummaa dijitaalaa baay'een qaba. Ogummaa kanneen gonfachuuf waggoota 7 ol natti fudhateera. Ammas ogummaa dabalataa gonfachuuf akkasuma ogummaa duraan gonfadhe sadarkaa olaanaatti guddisuufis tattaafachaan jira. Ogummaawwan gonfadhe keessaa kan yeroo ammaa galii naaf argamsiisaa jiranii fi akkamiin akkan galii ittiin argachaa jiru bal'isee isiniif ibsa! Ogummaa gurguddoo galii galii naaf argmsiisaa jiran: 1) Content Creation     - Tiktok(157K+ followers)     - Telegram(50K+ total members)     - Facebook(8K followers)    2) Digital Marketing     - Social Media Marketing     - Social Media Management     - Paid ads     - Script Writing & Copywriting 3) Creative jobs      - Video Waraabuu      - Viidiyoo gulaaluu(Video Editing)      - Graphic Design      - Sound Design 4) Services      - Passport Services      - DV application & Processing      - Short Term Trainings 5) Website Design & Development    - Blog Websites    - Landing page Websites    - Business & Corporate Websites    - Portfolio Websites    - Educational & E-Learning Websites    - Entertainment & Media Websites    - Non-Profit & Charity Websites    - Personal & Biography Websites    - Event Websites 6) Artificial Intelligences(AI)    6) Forex Trading Hub: Kanan tarreesse kun ogummaa koo dijitaalaa interneetiin walqabatanii fi yeroo ammaa galii ittiin argachaa jiru qofadha. Ogummaa kanbiroollee qaba jechuumaafi! Ogummaawwan kunneen akkamiin galii naaf argamsiisaa jiru? 1) Content Creation: Tiktok, Telegram, Facebook Akkamiinan galii argadha? - Tajaajila ofiikoo kennu beeksifachuudhaan. Fkn: DV, Paaspoortii, Graphic Design, Video Editing, Leenjii Garagaaraa - Dhaabbilee biizinasiif beeksisa hojjechuudhaan. Fknf. Mana elektroniksii Obbolaawwan Teknolojii - Youtube immoo jalqabuufin jedha! 2) Digital Marketing: Tajaajiloota Digital Marketing biizinasii garagaaraaf kennuudhaan - Social Media Management - Paid ads - Content Creation with strategy - Content Marketing fi kkf Bal'inaan hubachuuf Amaya Marketing daawwadhaa! 3) Freelancing: Ogummaakootiin hojii battalaa namootaa fi dhaabbileef hojjechuudhaan Fknf: Graphic Design, Video Editing, Web Development fi kkf 4) Artificial Intelligence(AI): Hojii koo baay'ee keessatti AI fayyadamuudhaan ariitii fi si'aayinaan hojjedhee galii koo fooyyessaan jira. 5) Barsiisuu fi leenjisuu: Qaamaanis ta'e karaa Onlaayinii ogummaa garagaaraa leenjisuudhaan galii murtaa'e nan argadha. 6) Forex Trading: Daldala sharafa biyya alaa. Baay'ees ta'uu baatu yeroo murteessaa ta'etti forex trading nan hojjedha. Gabaabaatti ogummaawwan kanneenin qaba. Bifa kanaanimoo galii ittiin argadha. Dhimma kanarratti gaaffiin addaa yoo jiraate isiniifan deebisa. Gaafadhaa!

  • 10 июл.3 4145

    видео или голосовое, без подписи

  • 10 июл.3 824181

    Gurbaan kun maal maal hojjeta? Ogummaawwan akkamii qaba? Hojii online akkam akkamii hojjeta? Akkamiin galii argata? Bal'inaan baruu ni barbaadduu? Ni barbaaddu yoo ta'e barreeffama dheeraadhaan waan hunda gad fageenyaan isiniif ibsa. 📸 Selah Production by Damee Hordofaa @EbaDigital

  • 4 июл.4 6214

    видео или голосовое, без подписи

  • 4 июл.5 7383

    видео или голосовое, без подписи

  • 4 июл.5 3864

    видео или голосовое, без подписи

  • 4 июл.4 0184

    видео или голосовое, без подписи

  • 4 июл.3 78643

    Badhaafamtoonni baga gammaaddan! Ji'a 1 dura badhaasa namoota 10'f qopheesseen ture. Baadhaasichi maal akka ture ilaaluuf as tuqaa: https://t.me/EbaDigital/1298 Baay'inni badhaafamtootaa 10 hanga guututti eegeen ture. Garuu hanga ammaatti nama 7 qofatu ulagaa jedhame guutee badhaasaaf kaadhimamee jira. Namoonni maqaan keessan badhaafamtoota keessatti ramadame ajaja hunda akka raawwattan ragaa screenshot naaf fiduudhaan badhaasa keessan fudhachuu dandeessu. Inbox: @Eebbaa1 Badhaasni itti fufa!

  • 17 июн.6 114173

    Bara dhufurraa kaasee Carraa DV Ameerikaa yaaluuf paaspoortii qabaachuun dirqama akka ta'e dhageessaniittu mitii? Paaspoortiin bakka baay'eetti barbaachisaa jira. Namoonni tajaajila paaspoortii barbaaddan, Paaspoortii haaraa baafachuuf, haareffachuuf, Kan bade baasuuf, akkasuma maqaa fi umrii jijjiirrachuu yoo barbaaddan magaalaa barbaaddan irratti beellamaa normaliinis ta'e ariifachiisaadhaan isiniifan guuta. Inbox: @OroDV1 Tajaajiloota Paaspoortii argachuuf maal maaltu barbaachisa kan jedhu odeeffaannoo guutuu argachuuf as tuqaa!

  • 12 июн.12,2 тыс212

    Facebook fi Instagram isiniif hojjechaa jiraa? Yoo isiniif hojjechuu didee hin rifatinaa! Rakkoo akka addunyaatti mudatedha. Dafee akka sirreeffamu ni eegama! @EbaDigital

  • 10 июн.6 616292из OromoDV

    Birr kuma 13 amanee natti erge 🥺 Nama Jimmaa tokkotu paaspoortii isaa bara dhalootaa jijjiiruuf na qunname. Dokumantii fi form hunda erga naaf ergee booda, Gatii tajaajilaa birr 500 akka naaf ergu itti hime(Gatii paaspoortii ofumasaan akka kaffalatuuf). Gatiin Paaspoortii immoo birr 12500 ture. Sana booda walumatti kuma 13 sitti erga naan jedhee, Akkuma jedhe kuma 13 natti erge. Anis amanamummaadhaan xumureefii waraqaa beellamaasaa ergeefiin jira. Hubadhaa! Namni kun online kanarraan na beeka malee homaa tokko hariiroo wajjin hinqabnu. Akkasumatti na amane! By the way, Namoonni muraasni ishee birr 500 kanayyuu amananii natti hin erguuf ni sodaatu. Namoonni paaspoortii karaakoon guuttachuu barbaaddan Normaaliis, Ariifachiisaas magaalaa isin feetanirratti isiniifan guuta. Inbox: @OroDV1 Tajaajiloota Paaspoortii argachuuf maal maaltu barbaachisa kan jedhu odeeffaannoo guutuu argachuuf as tuqaa!

  • 7 июн.5 381392из OromoDV

    Breaking - Paaspoortiidhaaf qaamaan deemanii ashaaraa kennuun hafuuf jedha! Kunis kan ta'u ragaa ashaaraa maamiltootaa National ID isaaniirraa fudhachuudhaan akka ta'e ibsameera. Hub: Ammaaf hojiirra hin oolle! Paaspoortii kan barbaaddan @OroDV1 irratti na qunnamaa! Inbox: @OroDV1 Tajaajiloota Paaspoortii argachuuf maal maaltu barbaachisa kan jedhu odeeffaannoo guutuu argachuuf as tuqaa!

  • 30 мая12 тыс252

    Qophooftanii? Sa'atii 8:00 am irratti galma Harmony College keessatti walargina! Hub: Hirmaachuuf kaffaltii kaffalamu tokkollee hinjiru! 100% FREE! Namni fedhii qabu hundi hirmaachuu danda'a. Har'a(Sambata Xiqqaa) Sa'atii 8:00 irratti argamuudhaan waa'ee hojii online gad fageenyaan baradhaa! Bakka leenjii: Buraayyuu, Maariyaam, Bulchiinsa Magaalaa Fuuldura, Harmony College

  • 29 мая5 441121

    Qophooftanii? Boru(Sambata Xiqqaa) waaree booda sa'atii 8:00 irraa kaasee leenjiin kennamuu ni eegala! Hojii Online isa sirrii fi galii guddaa argamsiisu akkamiin akka hojjetamu barachuu yoo barbaaddan leenjii kana of hin dabarsinaa! Hub: Kaffaltiin kaffalamu tokkollee hinjiru! 100% FREE Bakka leenjii: Buraayyuu, Bulchiinsa Magaalaa Fuuldura, Galma Harmony College @EbaDigital

  • 28 мая11 тыс242

    Hojii Online dhugaan jireenya namaa jijjiiruu danda'u akkamiin akka hojjetama? Hojii Online hojjechuuf fedha kan qabdan leenjii bilisaa Sambata Xiqqaa dhufu(May 30, 2026) galma Harmony College tti isiniif qopheesserratti akka hirmaattan afeeramtaniittu! Leenjii kanarratti: - Waa'ee hojii online gad fageenyaan ni barattu - Sa'atii muraasa keessatti muuxannoo waggaa 5 olii ni qooddattu - Hojiiwwan Online bilbila keessan qofaan hojjechuu dandeessan 5 ol gad fageenyaan ni hubattu - Gaaffii keessan hundaaf deebiin ni kennama! Hub: Leenjii kana fudhachuuf maallaqni kaffalamu tokkollee hinjiru! 100% BILISA! Leenjiin waaree booda sa'atii 8:00 irratti eegalama! Buraayyuu, Maariyaam Bulchiinsa magaalaa Fuuldura

  • 26 мая5 537174

    Hojii Online - Leenjii bilisaa marsaa 2ffaa isiniif qopheesseera! Kottaa! Muuxannoo waggaa 5 olii qooddadhaa! Bilbila keessan qofaan madda galii uummadhaa! Bakka leenjii: Galma Harmony College, Buraayyuu Bulchiinsa Magaalaa Fuuldura Guyyaa leenjii: Sambata Xiqqaa dhufu Caamsaa 22, 2018 (May 30, 2026) Sa'atii leenjii: Waaree booda sa'atii 8:00 am

  • 23 мая6 02210

    Leenjii bilisaa - Hojii Online irratti Waggoota 5 oliif bilbilakoo qofa fayyadamee hojii online gosa 10 ol hojjedhee baay'eesaa itti milkaa'eera. Ammas hojjechaan jira. Ofiikoo qofa hojjechuu osoo hintaane, Namoonni biroos akka hojjetaniif ogummaa fi muuxannootiin…

  • 22 мая7 03733

    Leenjii bilisaa - Hojii Online irratti Waggoota 5 oliif bilbilakoo qofa fayyadamee hojii online gosa 10 ol hojjedhee baay'eesaa itti milkaa'eera. Ammas hojjechaan jira. Ofiikoo qofa hojjechuu osoo hintaane, Namoonni biroos akka hojjetaniif ogummaa fi muuxannootiin barumsa gaggabaabaa karaa Tiktok fi Facebook koo kanaan kennaa tureera. Ammammoo qaamaan dhuftanii waa'ee hojii online bal'inaan akka hubattaniif Harmony College waliin ta'uun leenjii bilisaa isiniif qopheesseera. Namoonni hirmaachuu barbaaddan comment irratti na beeksisaa! Bor (Sambata Xiqqaa) sa'atii 8:00 irraa eegalee galma Harmony College'tti dhuftanii hirmaachuu dandeessu. Bakki: Bulchiinsa magaalaa Buraayyuu fuula dura. @EbaDigital