Ebisa Bayissa
Статистика- Последний пост
- 13 авг.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 5
- Всего постов
- 23
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 1 962
- 1/48двое суток
- 2 248
- 1/72трое суток
- 2 425
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
Namoonni baay'inaan rabsuu barbaaddan +251912177737 Yoonii jedhaa bilbilaa
The Art of MTP. Gabaa irra jira!
без подписи
Kitaabota barbaaddan as irraa argattu
https://miiltoof.com/api/public/share/book/ec8af958-525a-475f-af18-28e396dd5ed7 Check out "Amazing Book" on Miiltoo E-Book Platform!
App armaan olii buufachuun kitaabota Afaan Oromoo dubbisaa!
Ebisa Bayissa pinned a file
без подписи
Ebisa Bayissa pinned Deleted message
Ebisa Bayissa pinned «kan group keetii wayyaa jedheeni kun kankoo irra jira https://t.me/sorardi/107»
Kabajamo, poostera kana miidiyaa hawaasaa keessan irratti post akka naaf gootan kabajaanan isin gaafadha.
без подписи
kan group keetii wayyaa jedheeni kun kankoo irra jira https://t.me/sorardi/107
#Beeksisa 1. Amantoota Wangeelaa hundumaaf 2. Waajjira Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Naqamteef 3. Waajjira Bulchiisa Godina Wallagga Bahaaf 4. Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaaf 5. Visit Oromiaf Bakkeewwan Seena-qabeessa Oromiyaan qabdu keessaa isa tokko kan ta'e Kolleejjiin Barnoota Kiristaanaa Naqamtee Kolleejjii seenaa fii umurii dheeraa qabu yoo ta'u, hambaa fii yaadannoo hayyootaa fii gootota Oromoo yoomillee hin dagatamnee Onesimos Nasiib fii Asteer Gannooti. Kolleejjiin kun kan hayyootni amantaa hedduun keessatti qaraman yoo ta'u, amantaa irra darbee bakkeewwan seena-qabeessa Naqamtee fii Oromiyaan qaban keessatti maqaa guddaa qaba. Egaa Kolleejjiin seena-qabeessi kun waggoota dheeraaf mancaatii guddaaf saaxilamee waan tureef yeroo ammaa kana suphiinsa argachuu baannaan seenaa qabatee jiru waliin dhabamuuf deema. Kanaaf geggeessaan Kolleejjichaa Luba Giiloo Si'aa ergaa viidiyoo armaan gadii irratti caqastan nuuf dhaamaniiru. Nus waamicha isaanii kana simannee #Sagantaa_Maddisiisuu geggeessuuf qophii taasisneerra. Sagantaan kun kan geggeeffamu Dilbata galgala akka lakk. yeroo Itoophiyaatti Halkan saatii 2:00tti (local time) karaa #Facebook Ebisa Bayissa fii Tashe T Warkesa akkasumas karaa #TikTok Eebbisaa Baay'isaa @ebisa_bayissa ta'a. Namootni hojii gaarii hojjechuun isin gammachiisu kamiyyuu kottaa nu waliin dhaabadhaa! Dilbata wal haa agarru! Irraa hin hafiinaa!🙏 Namoota Kolleejjii Kiristaanaa kana bira dhaabbachuu danda'an kamiyyuu afeeraa! Hiriyoota keessaniifis qooduun hojicha keessaa qooda fudhadhaa!✌️ Lakk. Herrega CBE: 1000017258692 EECMY CS NCEC Nekemte Christian Education College
без подписи
Bagan Sitti Hidhadhe Malee! https://youtube.com/watch?v=gx8q2wwgb4E&si=TpNDKy9HeJGq4bTz
https://www.facebook.com/share/p/1EMMJMsEnk/
Kabajamtootaa! Dhaggeeffadhaa irraa baradhaa! Youtube koo 'subscribe' naaf godhaa!
https://youtu.be/gmpqXh-WsEg?si=sDSYEOvWtxz-lYbQ
Haa ta'u! Faarfannaa haaraa. Youtube Channel koo 'subscribe, like, share' naaf godhaa. Eebbifamaa!