- Последний пост
- 21 мая
- Последнее чтение
- 14 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 21
- Тип
- открытый
- Язык
- английский
- В каталоге с
- 14 авг.
- 1/24сутки в ленте
- —
- 1/48двое суток
- —
- 1/72трое суток
- —
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
News Update! The EAES has announced the postponement of the national remedial program exam which is to be held from 'Ginbot 27 to Sene 03, 2018' (June 04-10, 2026). Students who have not yet completed their self-verification are strongly advised to do so before May 22, 2026. After completing the self-verification process, usernames and passwords will be sent to office of the Freshman Coordinator to generate entrance tickets for the exam. Office of the Registrar
Ebila 15: GGO (OROMOO FI OROMIYAA ♥❤) Guyyaan Gootota Oromoo akka guyyaa seenaa qabeessaatti waggaa waggaan guyyaa har’aa jechuun Ebila 15 kabajama. Guyyaan kun yaadannoo gootota saba Oromoo birmadummaa sabichaa kabachiisuuf lubbuu isaanii wareegan hundaaf oola. Seenaan isaa bara 1980 (Akka lakkoofsa Awurooppaatti), geggeessitoonni olaanoon Dhaaba Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) fi qabsaa’onni muraasni hojii diploomaasii fi siyaasaa irratti bobba’anii, osoo gara biyya Somaaliyaa deemaa jiranii, naannoo Shinniigaa, bakka Jigjigaatti dhihoo ta’etti, shiftoota diinaan butamanii Amantii fi kutadhaan wal hin qoodnu jechuun Oromummaa isaanii tokkummaan agarsiisanii guyyaa akka har’aa kana ajjeefaman. Gootota yeroo sana wareegaman keessaa, Jaal Magarsaa Barii, Jaal Gadaa Gammadaa, Jaal Abboomaa Mitikku, Jaal Galatasaa Finfinnee, Jaal Faafam Dooyyoo, Jaal Muhee Abdoo, Jaal Dhadacha Boruu, Jaal Yiggazuu Bantii, Jaal Falmataa (Caccabsaa), Jaal Irra Aanaa Qacalee, Jaal Marii Galaan, Jaal Dhaddachoo Mul’ataa fi kanneen biroon yoo ta’an, gootonni kunneen utuu diinaaf hin jilbeenfatiin hanga dhumaatti birmadummaa saba isaanii kabachiisuuf falmachaa hanga hafuura isaanii dhumaatti cichuun lubbuu isaanii wareegan. Wareegamni isaanii saba Oromoo keessatti gadda guddaa kan uumee fi akkasumas qabsoo sabichaa itichee itti fufsiisuuf kaka’umsa cimaa ta’eera. Kanaafuu, Ebila 15 waggaa waggaadhaan akka Guyyaa Gootota Oromoo ta’ee ni yaadatamuun kan guyyaan kun abuuramuu danda’eef sababa guyyaa gootota bakka tokkotti wareegaman kana yaadachuuf akka ta’e ni amanama. Guyyaan kun gootota bara 1980 qofa osoo hin taane, gootota yeroo mootummaa Minilik irraa eegalee, sirna mootummaa itti aanan, yeroo Dargii fi mootummaa Wayyaanee hanga har’aatti wareegaman hunda ittiin kan yaadatamanidha. Kana malees guyyaan kun gootota dhaaba siyaasaa tokko keessatti miseensa ta’uun qabsa’aa utuu jiranii wareegaman qofa utuu hin taane, gootota bakka kamittuu dhugaa sabichaaf utuu falmanii wareegamaniif kan oolu ta’uun ni amanama. Uummanni Oromoo marti baga guyyaa Gootota isiniif jecha lafee cabanii, lubbuu itti dhabanii kabaja isinitti horan geessan jenna. #EGEREE_MEDIA_CHANNEL
🤩 Eenyuutu balaliisaa xiyyaaraa yookiin pilot ta'uu barbaada?✈️🛩🛫 👩 ✈️PILOT ta'uuf maaltu barbaachisa❗️ 🛩 aviyeeshinii gaafa jedhamu garuu xiyyaara balalisuu qofa akka ta'etti hin yaadinaa 😳Kutaalee hojii hedduu kan of keessatti qabateedha.Paayileetiin isaan keessaa tokko....Garuu Aviation seenuuf ulaagaaleen barbaachisan irra caalaan isaanii common waan ta'eedha. || Ulaagaalee armaan gadii yoo guutte Pilot ta’uuf itti dhihoo jirta ✅ Bu'aan entrance qabxiin seensa yuunivarsiitii PHYSICS, MATHS fi ENGLISH 5O ol ta'uu qaba ❗️Keessumaa Ingiliffa irratti baay'ee ga'umsa qabaachuu qabda keessattuu. Yeroo interview gootan accent fi confidence keessan baay'ee ilaalama 🙈 ➡️ Bara kana barattoota Freshman university hunda keessatti barataniif Aviation beeksisa baasee barattoota hedduu fudhateera. ⏩ Cabin Crew & Catering, School of Marking, Aircraft Maintenance fi kkf Bu'aa kutaa 12ffaa keessanii irratti hundaa'uun barachuu dandeessu. ↔️ ✅ Dheerinni hojjaa dhiiraaf 1.70m dubartootaaf immoo 1.65m dha ✅ Ulfatinnii qaama kee hojjaa kee faana balance ta'uu qaba. ✅ Ijaa fi gurri keessan fayyummaan isaa eegamue qaba. sababni isaas ulaagaa.hunda guuttanii sababa kanaaf qofa kufuu dandeessu. 🏃♂️ Ispoortii dheerina qaamaa dabalu hojjechuun nyaata keessanis sirreessuun hojjaa keessan dabaluu dandeessu❗️ ✅ Umuriin kees ni ilaalama. umriin kee waggaa 18 gadi yoo ta’e dorgomuu hin dandeessu. Yoo achi galte, 😋 Kafaltiin isaa ohh 😮 💨 Balallii bilisaa gara biyya hundaatti 😅 Carraa adda addaa qabda jechuudha. Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 https://t.me/EgereeSocialMedia https://t.me/EgereeSocialMedia Yoo hojii keenya kana jaalattan #share #like #react gochuun nu jajjaabessaa
Japan Fully Funded Internships 2026 for Worldwide students! 1) No IELTS / TOEFL 👉Apply Link: https://scholarships365.info/japan-fully-funded-oist-internship-program-world-students Programs: Undergraduate & Masters Students Benefits: 1) Airfare + Visa 2) 2400 Yen / Day 3) Accommodation 4) Stipend / Medical Deadline: 15, April 2026
Urgent Warning⚠️ A critical vulnerability currently active on the Telegram app. This vulnerability leads to the immediate banning of personal accounts, channels, and groups when using a profile picture or channel logo. Therefore, all media channels are urgently requested to delete: ✔️ Channel pictures ✔️ Profile pictures of administrators This is to avoid any bans or account loss. Failure to comply with this warning is your sole responsibility.
Egeree media pinned «University of Glasgow Humanitarian Scholarship 2026 [Fully Funded] is announced for world students for multiple degree programs in UK! Degree Programs: 200+ Programs Benefits Cover: Fully Funded Scholarship 1) Travel 2) Tuition 3) Room 4) Stipend 5) Medical…»
Channel photo removed
University of Glasgow Humanitarian Scholarship 2026 [Fully Funded] is announced for world students for multiple degree programs in UK! Degree Programs: 200+ Programs Benefits Cover: Fully Funded Scholarship 1) Travel 2) Tuition 3) Room 4) Stipend 5) Medical Deadlines: 30, April 2026 👉Apply here: https://scholarships365.info/university-of-glasgow-humanitarian-scholarship-2026-fully-funded Good Luck!
Without fee jedhee jira ilaalamee family
Europe Scholarship 2026 in France, Italy, Spain, Germany and Romania without Application Fee! Europe Erasmus Mundus EMIMEP Scholarships 2026 is open for world students! You will study in 4-5 Countries on Same Degree with Scholarship! No Agent - Direct Apply Degree: Multiple Degree Programs Benefits: Study without IELTS / Fully Funded Scholarship 1) Travel 2) Tuition 3) Stipend 1400 Euro Monthly 4) Room 5) Medical 👉Apply Link: https://scholarships365.info/erasmus-mundus-emimep-scholarship-in-europe-fully-funded Deadline: 12th March 2026
Hey guys har'aas akkumaa beekamu odeeffaannoo haara tokkoo qabadhee dhufeera. Akkuma beekamu ji'a jalqabaa kana biyyoota hedduu keessaa dhaabbileen barnoota ol-aanoo carraa barnoota scholarship opportunity beeksisa kan bara barnootaa 2026 fi 2027 baasa jiruu. Kanaaf barattootni biyyaa keenya carraa kana fayyaadamuu waan danda'aanii barattootaf #share gochuu akkaa hin dagannee. Akkumaa waada isiinif galee barattoota fedhii qabdaan carraa barnoota scholarship biyyaa #china kan bara 2027 application isa link armaan gadii jiruu seentanii guutu dandeessuu. Link kanaan seena ilaala https://intl.cphi-china.cn/en/como_default_forms_steps/como_user_profile #share #like #react gochuu akka hin dagannee
Share 'attachment.pdf'
Namoonnii waa'ee scholarship keessaan nu gaafacha turtaan #file kana irraa dubbisaa. Hanga tokkoo yoo isiinif galee
Freshman mid exam maths kan wolaita sodo university fi university garagaraa kana shaakala namoonnii fedhii qabdaan
Share 'math mid exam different university.pdf'
Geography gaaffii shaakalliif isiin fayyaadudha ilaala
Share 'Geo ch3,4, and 5 300 multiple choice questions.pdf'
Hey guys har'aas akkumaa beekamu odeeffaannoo haara tokkoo qabadhee dhufeera. Kanaaf barattootni biyyaa keenya carraa kana fayyaadamuu waan danda'aanii barattootaf #share gochuu akkaa hin dagannee. Akkumaa waada isiinif galee barattoota fedhii qabdaan carraa barnoota scholarship biyyaa Dubai kan bara 2027 application isa link armaan gadii jiruu seentanii guutu dandeessuu. Bachelor of Computers https://applydubai.dmu.ac.uk/bachelor-of-computers?utm_source=Facebook&utm_medium=Ubrik&utm_campaign=Computer_Science&fbclid=IwZXh0bgNhZW0BMABhZGlkAasue0YtK75zcnRjBmFwcF9pZA8yNzUyNTQ2OTI1OTgyNzkAAR5wUpvvAjp9rIYr1AVczANGNQRmff9-SXMzUgwRj4Ux9UKukLY4jAYATKmO8w_aem_nqQJ175lD92SdVDzdCli2A&utm_id=120240920744640654&utm_content=120240920744690654&utm_term=120240920744780654 Odeeffaannoo akkaasiif ammaayyuu @EgereeSocialMedia subscribe gochuun maatii ta'aa nu jajjaabessaa.
Egeree media pinned «Akkaasumaas carraan barnoota scholarship opportunity bilisa kan biyya turkiye kunooti. Hubachiisa isa kan USA irraa isa kan turkiye osoo filattaanii irraa gaariidha. Sababnii isaas innii USA doolari hedduu waan gaafatuuf gara mallaaqa itiyoophiyattii immoo…»
без подписи