tgindex
FDRE Special Boarding Schools

FDRE Special Boarding Schools

Статистика
@FDREBoardingSchoolанглийский

Our Mission:- Ensuring effective, quality and equitable education and training system through building the implementation capacity of the education sector at all levels.

Последний пост
13 авг.
Последнее чтение
13 авг.
Постов за неделю
6
Всего постов
22
Тип
открытый
Язык
английский
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
1 665
+38 за 3 дн.
Сутки
+5
+0,30%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
518
21 постов
Вовлечённость
31,1%
к подписчикам
Постов в день
0,9
всего 22
Упоминаний
11
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
120
1/48двое суток
137
1/72трое суток
148

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • видео или голосовое, без подписи

  • 11 авг.6 957766

    Beeksisa Barattoota Manneen Barnootaa Bultii Addaa Sad. 2ffaa Federaalaatti Barachuu Barbaadan Hundaaf ----------- BBO - Hagayya 05/2018 Manneen Barnootaa Bultii Addaa Sad. 2ffaa Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa Hundesse 9 Keessatti Kutaa 9ffaafi 10ffaa dorgomee galuu barataan barbaadu liinkii asii gadii kana banuun 'online'n galmaa'uu ni dandeessu. Guyyaan Galmee:- Ammarraa Jalqabee Hanga Hagayya 15/2018tti tura. A) Manneen Barnootaa Bultii Addaa Sad. 2ffaa Barattoota Kutaa 9ffaa fi 10ffaa Simatan: 1) Walisoo 2) Bu'ii 3) Bongaa 4) Gaambeellaa 5) Jigjigaa yoo ta'an; B) Manneen Barnootaa Bultii Addaa Sad. 2ffaa Barattoota Kutaa 9ffaa Qofa Simatan Immoo: 1) Dirre Dawaa 2)ArbaaMinci 3) Asoosaa 4) Baahir Daar fa'a ta'uu beekun carraatti fayyadamuuf akka galmooftan isin beeksifna. C) Ulaagaa Galmee Kutaa 9ffaa: - Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa Qabxii Giddu Galeessa(Average) 85% fi oliifi Gosa Barnootaa Herregaafi Ingiliffa 'qabxii 80% fi ol galmeessisan galmaa'uu ni danda'u Kutaa 10ffaa: Bara 2017 Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa Qabxii Giddu Galeessa (Average) 70 fi ol galmeessisaniifi Qabxiin Tiraansikriiptii kutaa 9ffaa 85%fi oliifi barnoota herregaafi Ingiliffaa qabxii 80% fi ol qaban galmaa'uu ni danda'u jechuu Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa beeksiseera. Kanaafuu, Galmaa'aa! Liinkichis: https://sbs.moe.gov.et/apply HUBACHIISA: Galmeen Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa, MB Bultii Addaa WMO Sad. 2ffaafi Manneen Barnootaa Addaa Sad. 2ffaa Naannoo keenyaas hanga Hagayya 08/2018 qofa kan turu waan ta'eef Carraa Lachuttuu Akka Fayyadamtan Haata'u! Carraa Gaarii ! 🔺@FDREBoardingSchool ⭐ 🔻@FDREBoardingSchool ⭐

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • 10 авг.1414из IfaBoruBoardingss

    Beeksisa #Qacarrii_Barsiisotaa --------------- BBO - Hagayya 04/2018 Qacarrii Barsiisota Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa ; 1)Gosoota Barnootaa Barsiisaniifi 2) Afaanota Biyya Alaa Barsiisaniif Ulaagaalee Qacarrii Guutan Hundaaf: 1- Gosoota Barnootaa: 1. English 2. History 3. Geography 4. Economics 5. ICT 6. Maths 7. Physics 8. Biology 9. C/Ship 10. A/Study 11. Physics Lab. 12. ICT Technician  kan barsiisan yoo ta'u, 2) Barsiisota Afaan Biyya Alaa Barsiisan immoo: 1-  Arabic Language 2.- French Language  barsiisan qacaree Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa  Sad. 2ffaa  7nitti ramaduu barbaada. Kanaafuu, Barsiisotni fedhii qabdaniifi ulaagaa qacarrii guuttan galmaa'uu ni dandeessan. 🔗@IfaBoruBoardingss  ⭐ 🔗@IfaBoruBoardingss  ⭐

  • 9 авг.120из IfaBoruBoardingss

    Barattoota #MBBAfi_MBA Kutaa 9ffaa Seenuu Barbaadan Hundaaf: --------------------- BBO- 03/12/2018 Akaakuu Barnootaafi Qabxii Madaallii Qormaata Seensa Kutaa 9ffaa MBBAfi MBA ilaallata. #1_Akaakuu_Barnootaa Qormaata Seensaa Kutaa 9ffaa Manneen Barnootaa Bultii Addaa 2ffaaf Kennaman: 1 - Afaan Oromoo 2 - Ingiliffa 3 - Herregaafi 4 - Saayinsii Walii Galaa keessaa kan qophaa'an waan ta'eef itti qophaa'aa kan jedhu ergaa keenya yoo ta'u, duraan dursitanii '#online'n: #Galmaa'uufi #Buufata_Qormaataa_filachuu hin dagatinaa! Liinkin Galmeetis:- https://exam.oeb.gov.et/ #2_Qabxii Madaalli Ulaagaalee 1- Qabxini Qormaata Seensaa barreeffamaan kennamu - 80% 2- Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa Bara 2018 - 15% 3- Qabxiin Tiraansikriiptii kutaa 7-8 - 5% keessaa kan qabamu yoo ta'u, 100% keessaa barattootni walduraa duubaan caalmaan galmeessisan gara Manneen B arnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa, Mana Barnoota Bultii Addaa Waldaa Misoomaa Oromiyaa Sad. 2ffaafi Manneen Barnootaa Addaa Sad. 2ffaatti kan ramadaman ta'uun beekameera. Kanaafuu, Ammaa achi qormaata seensaa 'online'n kennamu irratti xiyyeeffannoon qophaa'un murteessaa ta'uu hubachuun barbaachisaadha. #Carraa_Gaarii! 🔗@IfaBoruBoardingss ⭐ 🔗@IfaBoruBoardingss ⭐

  • 8 авг.131из IfaBoruBoardingss

    видео или голосовое, без подписи

  • 7 авг.141из IfaBoruBoardingss

    #SIRREEFFAMA Galmee Barattoota Manneen Barnootaa Bultii Addaafi Addaa Sad. 2ffaa Dorgommiin Galuu Barbaadan Hundaaf ------------- BBO - Hagayya 01/2018 Biiroon Barnootaa Oromiyaa Barattoota Bara Barnootaa 2018 Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa fudhachuun qabxii olaanaa galmeessisuun gara kutaa 9ffaatti darbaniifi #Manneen_Barnootaa_Ifa_Boruu_Bultii Adaa Sad. 2ffaa, Manneen Barnootaa #Bultii_Addaa_WMOfi #Manneen_Barnootaa_Addaa Sad. 2ffaa dorgommiin Seenanii barachuuf fedhii qaban hundaaf Adoolessa 29/2018 beeksisa baasuun ni yaadatama. Haaluma kanaan: #Ergaawwan sirrachuu qaban #lama yoo ta'an; 1) #Iddoo_Galmee :- Iddoon Galmee ibsaman sunniin hin barbaachisan. Kanaafuu, Galmeen Oonlaayiniin(#Online)n Waan Gaggeeffamuuf barataan kamiyyuu bakkuma barbaade jiraatee(taa'ee) #Liinkii asii gadiitti fayyadamuun #Lakkoofsa_galmee (Registration Number) kan kutaa 8ffaa ittiin qormtan galchuu, itti aansuun maqaa #Akaakayyuu(Grandfather's Name) Galchuu, itti aansee filannoon isiniif dhufu immoo, bakka itti qoramuu barbaaddan/Giddu Gala Qormaataa/(Exam Center) yoo ta'u, bakka qoramuuf isinitti dhihaatu filachuun iyyachuu (Apply) gochuu ni dandeessu. #Guyyaan_Galmee har'a (01/12/2018) Sa'aatii ammaa kanarraa kaasee hanga Hagayya 08/2018 qofa bakka jirtanitti Giddu Gala Itti Qoramtan (#online)n filachuu galmaa'uu ni dandeessu Liinkichis :🔽 🔗 https://exam.oeb.gov.et/ 2) #Guyyaa_Qormaataa : Fuuldura Murteessinee isin beeksifna. 🔗https://t.me/IfaBoruBoardingss 🔗https://t.me/IfaBoruBoardingss

  • 5 авг.100из IfaBoruBoardingss

    Barattoota Bultii Addaa Dorgomuu barbaaddan hundaaf Beeksisa Ulaagaa Simannaa MBBA.PDF https://t.me/IfaBoruBoardingss https://t.me/IfaBoruBoardingss

  • 29 июл.1861из IfaBoruBoardingss

    #BEEKSISA Barattoota Manneen Barnootaa Bultii Addaa (MBBA) Sad. 2ffaa #Ministeerri_Barnootaa_Itoophiyaa_Hundeesse Dorgomanii Galuu Barbaadan Hundaaf ----------- BBO - Adoolessa 22/2018 Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa bara 2018 irraa eegalee Manneen Barnootaa Bultii Addaa Sad. 2ffaa naannolee adda addaa keessatti banuun barattoota qaxalee qormaata naannoo kutaa 8ffaa qabxii olaanaan gara kutaa 9ffaa darban qormaata seensaa kennuun dorgomsiisee fudhachuu kan jalqabe ta'uun ni yaadatama. Bara barnootaa 2019f immoo, #Barattoota_qaxalee #1_Qormaata_Naannoo kutaa 8ffaa qabxii olaanaa galmeessisanii darbaniifi #2_Barattoota_kutaa_9ffaa irraa #gara _0ffaa qabxii olaanaa galmeessisanii darban dorgomsiisee fudhachuuf beeksisa baaseera. Haaluma Kanaan: - MBBA Sad. 2ffaa Walisoo - MBBA Sad. 2ffaa Bu'ii - MBBA Sad. 2ffaa Bongaa - MBBA Sad. 2ffaa Jigjigaafi - MBBA Sad. 2ffaa Gaambeellaatti kan simatu yoo ta'u, MBBA Sad. 2ffaa haaraa barana(2019) barattoota kutaa 9ffaa qofa simachuun hojii jalqaban immoo, -MBBA Sad. 2ffaa Dirre Dawaa - MBBA Sad. 2ffaa Baahir Daar - MBBA Sad. 2ffaa Asoosaafi - MBBA Sad. Arbaa Minciitti barattoota kutaa 9ffaa qofa kan dorgomsiisee kan simatu ta'uun beekameera. Kanaafuu. barattootni manneen barnootaa Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa hundeesse kana galuu barbaaddan gamanumaa akka qophii akka taasiftan isin beeksifna. Dabalataanis Galmeefi_Qormaatni_Seensaa kompitaraan oonlaayiniin (#CBT_online ) kennama. Kanaafuu, Kompitaratti fayyadamuu shaakalaa kan jedhu dhaamsa keenya ta'a. #HUBACHIISA:- Beeksifni #Manneen_Barnootaa_Ifa_Boruu_Bultii_Addaa (#MBIBBA)fi #Waldaa_Misooma_Oromiyaa Sad. 2ffaa tibbana kan bahu waan ta'eef barattootni qormaata naannoo kutaa 8ffaa qabxii olaanaa fiddaniifi fedhii qabdan qophii barbaachisaa ta'e akka taasiftan gamanumaa isin beeksifna. https://t.me/IfaBoruBoardingss https://t.me/IfaBoruBoardingss

  • 19 мар.4262из GolaOromiyaaa

    #Kana_Beektuu_Laataa? ✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️ #Lakkoofsi_SHAN maali? Oromoo biratti akkamitti ilaalama? Shanii fi dhugaa kudha-shan! Itti dhiyaadha🙏 ••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••• 🖐-Oromoon Gadaa shan qaba 1-Gadaa Birmajjii 2-Gadaa Duuloo 3-Gadaa Meelbaa 4-Gadaa Michillee 5-Gadaa Roobalee •••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••• 🖐-Oromoon hortee shan qaba 1-Maccaaf Tuulama 2-Ituuf Humbannaa 3-Raayyaaf Asaboo 4-Sabboof Goona 5-Sikkoof Mandoo •••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••• 🖐-Oromoon bokkuu shan qaba 1-Bokkuu Biifaa 2-Bokkuu Dikaa 3-Bokkuu Horaa 4-Bokkuu kallachaa 5-Bokkuu Roobaa ••••••••••••••••••••••••••••••••••••• 🖐-Oromoon Yaayyaa shan qaba 1-Bannoo Galeessa 2-Boruu Biloo 3-Galleen Annoo 4-Golloo Goboo 5-Mannee Leeqaa Jaarsoo ••••••••••••••••••••••••••••••••••••• 🖐-Oromoon Odaa shan qaba 1-Odaa Bisil 2-Odaa Bulluq 3-Odaa Bultum 4-Odaa Nabee 5-Odaa Roobaa •••••••••••••••••••••••••••••••••••• 🖐-Oromoon seera Walaabuu shan qaba 1-Seera Tajoo 2-Seera Faanoo 3-Seera Innoo 4-Seera Irroo 5-Seera Latoo •••••••••••••••••••••••••••••••••••• 🖐-Oromoon Waayyuu shan qaba 1-Dhaha-dhooftuu 2-Ekera-dubbistuu 3-Huchuu 4-Mallima 5-Qaalluu •••••••••••••••••••••••••••••••••• 🖐-Amantiin Oromoo Waaqeffataan daandii shan qaba 1-Damboomsa 2-Haaromsa 3-Gaaromsa 4-Namoomsa 5-Hundeessa •••••••••••••••••••••••••••••••••••••• 🖐-Oromoon mulannoo shan qaba 1-Badhaadhummaa 2-Gaarummaa 3-Gammachuu 4-Mo'aa 5-Namummaa ••••••••••••••••••••••••••••••••••••• 🖐-Oromoon ayyaana mo'aa shan qaba 1-Aarsaa 2-Booranticha 3-Gijaaree 4-Gindiika 5-Urgooftuu Mo'aa ••••••••••••••••••••••••••••••••••••• 🖐-Oromoo biratti mo'aa ta'uun waan shan of keessaa qaba 1-Arjummaa 2-Dhugaa jaallachuu 3-Gootummaa 4-Haayyummaa 5-Obsa ••••••••••••••••••••••••••••••••••••• 🖐-Oromoon seera Gadaa shan qaba 1-Seera Safuu 2-Seera Asaasaa 3-Seera Dhowwaa 4-Seera Basaqqeessaa 5-Seera Gooroo ••••••••••••••••••••••••••••••••••••• 🖐-Horri Oromoo kutaa shan qaba 1-Ittisa 2-Baqassaa 3-Faxxaana 4-Naanniga 5-Qaawwaa Eelaa ••••••••••••••••••••••••••••••••••••• 🖐-Manni oromoo kutaa shan qaba. 1-Goorduba 2-Dinqa 3-Gola Mirgaa 4-Gola Bitaa 5-Bakka Ibiddaa Galatoomaa! 🔰Madda: Jechoota Manguddoofi Seenaa irraa https://t.me/GolaOromiyaaa https://t.me/GolaOromiyaaa

  • 9 февр.282из AmuTechn

    Ethiopia Digital 2030 Ethiopia Digital 2030 jechuun tarsiimoo mootummaa Itoophiyaa dha; kaayyoon isaa biyyattii gara dijitaalaa ceesisuu, tajaajila mootummaa ammayyeessuu, fi guddina dinagdee saffisiisuudha. Kunis haala armaan gadii irratti hundaayee dhugoomsama: 1️⃣ Bu’uuraalee Dijitaalaa Jabeessuu =>>Interneetii saffisaa fi bal’inaan babal’isuu =>>Networkii (mobile, fiber optic) babal’isuu =>>Data center fi cloud technology fayyadamuu ➡️ Kun ummata hundaaf tajaajila dijitaalaa salphaa taasisa. 2️⃣ Tajaajila Mootummaa Dijitaalaa (E-Government) =>>Tajaajila mootummaa online gochuu =>>Galmee, eenyummaa (digital ID), kaffaltii fi tajaajila biro dijitaalaan kennuu ➡️Yeroo fi baasii ummataa hir’isuu 3️⃣ Dandeettii Nama (Digital Skills) Cimsuu =>>Barnoota ICT manneen barnootaa keessatti jabeessuu =>>Leenjii dargaggoota fi hojjettootaaf kennuu =>>Beekumsa technology ammayyaa (AI, cybersecurity, software) babal’isuu 4️⃣ Daldala Dijitaalaa (Digital Economy) Guddisuu =>>E-commerce jajjabeessuu =>>Startup fi innovation deeggaruu =>>Tajaajila kaffaltii dijitaalaa (mobile money, e-payment) babal’isuu 5️⃣ Nageenya Dijitaalaa (Cybersecurity) Mirkaneessuu =>>Odeeffannoo mootummaa fi ummataa eegu =>>Seera cyber fi sirna nageenyaa diriirsuu =>>Hakeerummaa fi balaa dijitaalaa ittisuu 6️⃣ Hirmaannaa Uummataa fi Dhaabbilee =>>Mootummaa, dhaabbilee dhuunfaa, fi uummata waliin hojjechuu =>>Dubartoota, dargaggoota fi naannoo fagoo hirmaachisuu =>>Technology fayyadamuun hiyyummaa hir’isuu Xumura Ethiopia Digital 2030 kan dhugoomu: ✔️ Bu’uuraalee technology jabeessuun ✔️ Dandeettii nama cimsuun ✔️ Tajaajila dijitaalaa babal’isuun ✔️ Nageenya fi seera diriirsuun ✔️ Hirmaannaa hunda hammachuun https://t.me/AmuTechn https://t.me/AmuTechn

  • видео или голосовое, без подписи

  • 7 февр.249из Cryptocurrencyamu

    Micheal Saylor's $MSTR just pumped 31% in the last 16 hours, adding nearly $10 Billion to its market cap. They are now sitting at -$3.93 billion in unrealized loss on their Bitcoin position. https://t.me/Cryptocurrencyamu https://t.me/Cryptocurrencyamu

  • 7 февр.242из Cryptocurrencyamu

    ⁉️ Why Bitcoin got out of control 🟠 Discussing Bitcoin’s crash with Bloomberg, Galaxy Digital CEO Mike Novogratz admitted that Bitcoin “should not have behaved this way” and that “something went wrong.” ➡️ He hopes that the bottom has already been reached, and he estimates a new price range for BTC at $70,000–$100,000. However, well-known investor Michael Burry disagreed with Novogratz, warning that Bitcoin has no bottom and is in a “death spiral.” 📉 Meanwhile, U.S. Senate candidate John Deaton blamed traditional finance for the BTC crash, claiming they suppressed its price through futures markets. https://t.me/Cryptocurrencyamu https://t.me/Cryptocurrencyamu

  • 7 февр.2031из Cryptocurrencyamu

    📝 Trend Research has sent a total of 423,864 $ETH ($830.63M) in the last 24 hours. Across the past 6 days, they’ve sent 612,452 $ETH worth $1.26B, and there are now only 39,301 $ETH ($80.93M) left to send. link https://t.me/Cryptocurrencyamu https://t.me/Cryptocurrencyamu

  • 7 февр.189из Cryptocurrencyamu

    ETH reclaims $2,100 https://t.me/Cryptocurrencyamu https://t.me/Cryptocurrencyamu

  • 7 февр.168из Cryptocurrencyamu

    JUST IN: 🇺🇸 $1.20 trillion added to the US stock market today. https://t.me/Cryptocurrencyamu https://t.me/Cryptocurrencyamu

  • 7 февр.144из Cryptocurrencyamu

    JUST IN: $150,000,000,000 added to the crypto market cap today. https://t.me/Cryptocurrencyamu https://t.me/Cryptocurrencyamu

FDRE Special Boarding Schools — tgindex