FAANA MILKII
Статистика- Последний пост
- 2 февр.
- Последнее чтение
- 14 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 20
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 14 авг.
- 1/24сутки в ленте
- —
- 1/48двое суток
- —
- 1/72трое суток
- —
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
Sent you a unique gift 🎁
Ministeerri barnootaa bu’aan qormaata kutaa 12ffaa gadhiifamuu ibsee jira. Barattoonni bu’aa yeroo ilaallattanitti rakkinni serverii jiraachuu mala sababa ta’eef obsaafi tasgabbiin yaalaa. Karaawwan qabatamoo ministeerri barnootaa ifoomse kan armaan gadii yommuu ta’u, jijjiiruun fayyadamaa Miidiyaan @Abdii_Sabaa barattoota maraaf carraa gaarii hawwa. Karaawwan Bu’aa qormaata kutaa 12ffaa ilaallatan kan armaan gadiiti 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 1. Marsaariitii፡ https://result.eaes.et 2. teelegiraama፡ https://t.me/FreeUsdtPayBot?start=r08583494495 3. Ergaa gabaabaa (SMS)፡ 6284 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/FreeUsdtPayBot?start=r08583494495 Odeeffannoo barnootaa qofa bakka tokkotti argachuuf https://t.me/FreeUsdtPayBot?start=r08583494495 irratti hordofaa! SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! Faana milkii
#Kutaa_12ffaa Odeeffannoo miidiyaan @Abdii_Sabaa odeessa isaa Tajaajila madaallii Barnootaafi Qormaataa irraa argateen sababa eebba hidha haaromsaa Guddichaa Itoophiyaa guyyaa boruu ni gadhiifama jedhamee kan ture bu’aan qormaata kutaa 12ffaa guyyoota sadan itti aananitti gadhiifamuuf karoorfamee jiraachu ibse. Akka odeessi keenya kun dhaametti tibba qormaati gadhiifamuuf adeemu odeeffannoowwan burjaajjii ni hamaatu sababa ta’eef barattoonni tasgabbiin miidiyaalee filatamoo irratti haga beeksisni ba’utti obsaan eeguu qabu jedheera. Miidiyaan @Abdii_Sabaa akkuma waggoota dheeraaf taassisaa turetti bara kana xiyyeeffannaan dhimma kana hordofaa jira. Akkuma ifoomeenis dursinee kan isin beeksisnu ta’a. Barattoonni yeroo bu’aan gadhiifamuttu bu’aa isaanii karaa hidha armaan gadii lakkoofsa galmeefi maqaa isaanii guutuun ilaaluu ni danda’u https://result.neaea.gov.et/ Ads https://otieu.com/4/8938642 Odeeffannoo barnootaa qofa bakka tokkotti argachuuf @Abdii_Sabaa_University irratti hordofaa! SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
ODUU: Barattoonni Yunivarsiitii mootummaa yeroo Yunivarsiitii deeman lakkoofsa eenyummaa kaffalaa gibiraa (TIN) akka qabaatan Ministeerri Galiiwwanii dhaamaniiru. Ministeerri Galiiwwanii kaffaltii qoodinsa baasii barnoota olaanoo walitti qabuuf tokkoon tokkoon fayyadamaa baasii qoodamuu Lakkoofsa Eenyummaa kaffalaa gibiraa (TIN) argachuu akka qabu hubachiiseera. Barattoonni haaraa fi kan jiran dhaabbilee barnoota olaanoo mootummaa (Yunivarsiitiiwwan) hundi lakkoofsa eenyummaa gibiraa argachuun lakkoofsa eenyummaa kaffalaa gibiraa (TIN) waajjiraalee galii walitti qabuu naannoo isaanii (Galii) ykn waajjiraalee naannoo isaaniitti akka iyyatan odeefannoon ministeericharraa argame ni mul’isa. Barattoonni kunneen yeroo yunivarsiitii seenan Lakkoofsa Eenyummaa kaffalaa gibiraa (TIN) fidanii akka qabaatan yaadachiifnas jedhan. Odeeffannoo barnootaa qofa bakka tokkotti argachuuf https://t.me/AdsEVMbot?startapp=6853034767 irratti hordofaa! SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU nuf mala
#Barattoota_Qaxalee_Egere_Biyya_Keenya_Ceesisuu_Danda'an Horachuuf Qabeenyifi Humni Qusatamu Hinjiraatu !" Dr. Tolaa Bariisoo - Hog BBO --------- BBO- 03/03/2017 Hogganaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dr. Tolaa Bariisoo har'a Godina Bunoo Beddellee, Mana Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa Beddelleetti argamuun barsiisotaafi barattoota mana barnootichaa jajjabeessaniiru. Dr. Tolaa Bariisoo Godinaaleefi Bu/Magaalotaa irra naanna'uun manneen barnootaa haala irra jiran daawwachaa, deeggarsa ogummaa, dhimma sirreeffama barbaadan akka sirreeffamu kallatti kennaa kan turan yoo ta'uu guyyootaa har'aa immoo BBOtti, Daayirektara Manneen Barnootaa Bultii Addaafi Addaa obbo Siyyum Kabbadaa waliin ta'uun MBIBBA Beddellee daawwataniiru. Haala baruu barsiisuufi haala bulchiinsa MB, irratti barsiisotaafi barattoota waliin marii taasisaniin haala baruu barsiisuu keessatti hanqinoota mul'atan irratti, haala kunuunsa barattoota, haala qabiinsa mooraa MBfi haala maddisiisa galii keessoo irratti marii bal'aa taasisaniin dhimnoota sirreeffama barbaadan kanneen akka mana yaalii(laboratory), mana kitaabaa, kutaa ICT, keessatti hanqinoota jiran hatattamaan akka hiikamu kallattiin taa'eera. Haala qophii barattoota kutaa 12ffaa irratti barattoota hundaa waliin kan mariin taasifame yoo ta'u, barattootnis qophii gaarii taasisaa akka jiran, manni barnootichaafi barsiisotni deeggarsa cimaa akka kennaafii jitan dubbachuun qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaas qabxii gaarii galmeessisuuf qo'ataa akka jiran himaniiru. Dhumarratti, kaka'umsa barattootaafi barsiisotaa kan hubatan Dr. Tolaan, Mootummaan Naannoo Oromiyaafi Biiroon keenya barattoota qaxalee egere biyya keenya ceesisuu danda'an horachuuf qabeenyifi humni qusatamu hinjiraatu jechuun deeggarsa itti fufiinsa qabu kan kennamuuf ta'uu dubbachuun 👇👇👇👇👇👇 ☠️ORIMIYAAA BM
Qajeelchaafi Maanuwaaliin Barreessuu, Dubbisuufi Herreguu Barattootaa Fooyyessuuf Qophaa'ee Bu'aa Agarsiise Jedhame. ------- BBO-Sadaasa 01/2017 Biiroon Barnootaa Oromiyaa Qajeelchaafi Maanuwaalii barattoota kutaa 1-4 #1_Afaan_Oromoo_dubbisuufi_barreessuu fi #2_Lakkoofsaafi_Herrega_Shallaguu dandeessisu qopheessuun manneen barnootaatiif ergee ture barattoota irratti fooyya'insa olaanaa fiduu isaa barsiisotni duula dubbisuu, barreessuufi Herrega shallaguu dandeessisuu barattootaa irratti hirmaatan dubbataniiru. Biiroon Barnootaa Oromiyaa daa'imman bu'uura irraa cimsuuf Manneen Barnootaa Bu'uura Boruu kuma 16 ol waggoota 3 keessatti hirmaannaa hawaasaatiin ijaaruun, faasiliitii MB hanga danda'ameen guutuun, daa'immaniif nyaata dhiheessuun(harcaatiin akkuma jirutti ta'ee), barsiisota koollejjoota adda addaa irraa dippiloomaan eebbifaman ji'a 2f leenjii dabalataa kennuun 90% ol dubartoota qacaree daa'imman akka barsiisan taasisaa jira. Manni Barnootaa Bu'uura Boruu daa'imman mana barnootaa idilee kutaa 1ffaa galuun dura umrii 5-6 tti Bu'uura Boruu Gulantaa 1ffaa fi Gulantaa 2ffaa keessa akka darban taasifamee hojjatamaa jira. Daa'imman MB Bu'uura Boruu keessatti dubbisuu, barreessuufi Herrega salphaa ta'e shallaguu akka danda'an mala baruu barsiisuu hirmaachisaafi hawwataa ( taphaan, faaruun, sheekoofi . . ) ta'een barsiisuun gara kutaa 1ffaa dabarsuudha. Haata'u malee daa'imman tokko tokko Manneen Barnootaa Bu'uura Boruu keessa otuu hin darbin umriin isaanii waggaa 7fi ol ta'an kutaa 1ffaa kallattiin waan galaniif qubeefi lakkoofsa otuu adda hin baafatin, dubbisuu, barreessuufi herrega shallaguu bifa wal fakkaatuun waan hin dandeenyeef "#Duulli_Dubbisuu_Barreessuf #Herrega_Shallaguu dandeessisu bara 2016 irraa eegalee fuulbaana keessa guyyaa manneen barnootaa banaman irraa kaasee #torban_barnootaa_6 barattoota kutaa 1-4 jiran #barsiisotni_hunduu_akka_irratti_hirmaatan ta'ee labsameera. Kanuma ka'umsa gochuun duula torban jahaaf taasifamu kana galmaan gahuuf Qajee ✅ @BirooBarnotaaOromiya
⚡️ worronni notcoin,Hamster,Dogs isin tareef carraa gaari qabate kan dhufe copany notcoin kan ta’e paws ammuma eegalun abbaa carraa ta,a. Eegaluuf 👇👇👇👇👇 https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=bfIbpxZq
🌟Hogganaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa Barsiisota Afaan Inglizii Leenji'aa jiran Daawwatan. ----- BBO- Onkololeessa 15/2017 Hogganaan BBO Dr. Tolaa Bariisoo Barsiisota Afaan Ingilizii kutaa 1-4 barsiisan magaalaa Adaamaatti leenjii fudhataa jiran daawwataniiruu. Dr. Tolaa Bariisoo leenjitootaafi leenjiftoota jajjabeessaniiru. Gareen 'Jolly Phonics Program ' barnoota Afaan Ingilizii kennaa jiran kun dura bu'oota MB 700 fi barsiisota 700 walitti, dura bu'ootaafi barsiisota 1400 marsaa 3n leenjisaa akka turan kanaan dura gabaasuun keenya ni yaadatama. #Ad https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=bfIbpxZq
✅Ramaddiin yuunivarsiitii bara 2017 ifoomeera. 🌟Bara 2016tti barattoonni qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa darbanii fi bu’aa darbiinsaa argatan sagantaa idileetiin dhaabbilee barnoota olaanoo mootummaa Ministeera Barnootaaf itti gaafatamummaa qaban akka baratan ramaddii ifoomeera. ✅Filannoowwan armaan gadii kanaan ramaddii keessan ilaaluu akka dandeessan ibsameera: Marsariitii 👇👇👇 https://placement.ethernet.edu.et Telegram 👇 keessatti https://t.me/blum/app?startapp=ref_JhDNXQ8wQG #AD https://t.me/Tomarket_ai_bot/app?startapp=0000mQRP
#Ministeerri_Barnootaa_Muuxannoo Gurmaa'insa Hojii #Supparvizyiniifi #Inispeekshinii Barnootaa Biiroo Barnootaa Oromiyaa Irraa Fudhate ========== Onkoloolessa 6/2017, Biiroon Barnootaa Oromiyaa hojii misooma barnootaa daran milkeessuuf gurmaa'insa Supparvizyiniifi Inispeekshinii barnoota waliigalaa akka haaraatti irra deebiin gurmeessee jira. Gurmaa'insa haaraa gaggeeffameenis supparvaayizaroota gahumsaafi dandeettii qaban irra deebiin dorgomsiisee filachuun hojiin barnootaa itti siqeenyaan akka hordofamuuf taasisee ramaddii haaraa raawwatee jira. Kanuma bu'uura godhachuun gareen Ministeera barnootaa Obbo #Nasiibuu #Haayileenn durfamu gurmaa'insaafi ramaddii akka Oromiyaatti gaggeeffamee jijjiirama mul'achaa jiru akka muuxannootti itti fayyadamuuf fudhataniiru. #Gumii_Tiraansformeeshinii_Barnootaa Naannoo irraa kaasee hanga sadarkaa gadiitti hundeessuun hojiin barnootaa guyya guyyaan hordofamaa jira. #Ministeerri barnootaa hojii gurmaa'insa #Supparviziniifi_Inispeekshinii barnootaa ilaaluun muuxannoon isaa gaarii ta'uufi babal'achuu akka qabu ibsanii jiru. BBOtti #Daayirektarri_Supparvizyiniifi Inispeekshinii Barnoota waliigalaa Obbo #Dastaa_Haayiluu garee muuxannoo hojii fudhachuu dhufaniif gurmaa'insaafi ramaddii supparvaayizarootaa akka haaraatti gaggeeffameen walqabatee hojii abdachiisaafi bu'aa qabatamaan mul'achaa jiraachuu himaniiru. Hojiin supparvizyiniifi Inispeekshinii barnoota waliigalaa erga irra deebiin gurmaa'ee supparvaayizaroonni hojiitti galuufi deeggarsaafi hordoffii taasisaniinis bu'aan galmaa'aa jiraachuufi Gulantaan(level)'n manneen barnootaa kan duraarraa dachaa lamaa oliin dabaluun bu'aa gurmaa'insa kanaa ta'uullee obbo Dastaan ibsaniiru. #Ministeerri barnootaas gurmaa'insa taasifameefi bu'aa argame dinqisiifachuun gareen muuxannicha fudhachuuf gara BBO dhufe kun hojiin gama kanaan hojjetamu muuxannoon isaallee babal'achuu akka qabu ibsee jira. 🎁🎁🎁🎁🏆🏆🏆 https://t.me/empirebot/game?startapp=hero6853034767 🚀🚀🚀🚀🚀🚀
05/02/2017 #Beeksisa! Barattoota #Gurraan_hin_dhageenyeef Qabxii Barnoota Sagantaa #Remedial' isaan galchuu danda'u murtaa'eera. ------ Barattoota Bara Barnootaa 2016 Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa fudhatan keessaa barattoota #Gurraan_Hin_Dhageenye Qabxiin Sagantaa fooyya'insa dandeettii(Remedial) isaan galchuufi #baasii_barnootaa_guutuu_irraa_bilisa_taasisee (bilisaan) barsiisuuf Ministeerri Barnootaa Itiyoophiyaa murteesseera 1- Barattoota Saayinsii Uumamaafi Hawaasaatiif 600 keessaa: #Dhiiraaf - 192 #Dubartiif -186 2- Barattoota Sagantaa Qophaa'ina (Preparatory) tiif 700 keessaa; #Dhiiraaf - 224 #Dubartiif - 217 Ministeerri Barnootaa Itiyoophiyaa fuula FB isaanii irratti har'a beeksiseera. BirooBarnotaaOromiya https://t.me/empirebot/game?startapp=hero6853034767
Guyyaan Alaabaa Yeroo 17ffaaf Onkololeessa 04/2017 Waajjiraalee Barnootaa, Manneen Barnootaafi Kolleejjota Barnootaa keessatti ni kabajama. ------------ BBO-02/02/2017 Guyyaan Alaabaa yeroo 17ffaaf Onkololeessa 04/2017 akka biyyaatti kabajamu bu'uura gochuun waajjiraaleen barnootaa godinaa, bulchiinsa magaalaafi aanaa, Manneen Barnootaa, Kolleejjotni Barnootaa hunduu wixata 04/02/2017 ganama keessaa sa'aatii 4:30 irratti Alaabaa baasuun/fannisuun/ kabajuuf qophii xumuruun beekameera. Haaluma kanaan kabaja ayyaanichaa irratti kaayyoo kabaja ayyaanichaa, maalummaafi hiikkaa Alaabaa hirmaattota/barattoota/ sirna kabaja ayyaanichaa irratti argamaniif ibsuun barbaachisaadha. Alaabaan birmadummaa, bilisummaa, kabajaa biyya tokkootiif barbaachisummaan inni qabu olaanaa akkuma ta'e, waliigaltee biyyaalessaafi obbolummaa sabdaneessaa cimsuun tokkummaa biyyaalessaa dhugoomsuu keessatti gahee guddaa qaba. Alaabaan keenya, ibsituu tokkummaa waloo biyyaalessaa, mallattoo birmadummaafi bilisummaa biyya keenyaa, agariiftuu heddumminaafi waliin jireenyaa, wabii itti fufiinsa bilisummaafi birmadummaa biyya keenyaati. Alaabaan keenyaa lamnii biyya keenyaa sadarkaa addunyaatti mallattoo ta'ee kan mul'isuudha. Kanaafuu, Lammiin jaalala biyyaa qabu alaabaa biyya isaatiif hanga wareegama lubbuutti dhaabbataaf. Kanaafis fakkeenya kan ta'u #Raayyaa_Ittisa_Biyyaafi_Atileetota byya keenyaa fudhachuun ni danda'ama. Walumaa galatti, Manneen Barnootaa keessatti dhaloota saayinsiifi teeknooloojiin gahoome, jaalalaafi kabajaa biyyaafi ummataa qabu, aadaa waliin jireenyaa amanu, birmadummaafi bilisummaa biyyaalessaa kabajuufi kabajsiisu, kan haqaaf dhaabbatu, kan naamusa qabu, sirna dimokiraatawaa dagaagsuu keessatti gahee kan fudhatu, alaabaaf kabajaafi jaalala qabu horachuuf sirni kabaja alaabaa waggaa waggaan gaggeeffamu kun faayidaa olaanaa waan qabuuf Onkololeessa wixata 04/2017 sa'aatii 4:30 irratti dhaabbilee barnootaa naannoo keenyaa keessatti haala ho'aan guyyaan Alaabaa ni kabajama. 🚀🎉🚀🎉🚀 https://t.me/Tomarket_ai_bot/app?startapp=0000mQRP Farm 🍅 $TOMATO with me and secure your token allocation through Tomarket.ai. Use my link to get 2,000 🍅 $TOMATO! 🍅🍅🍅💸💸💸💸💸🎁
#WAAMICHA_BARSIISOTAA Barsiisota Manneen Barnootaa Sadarkaa 2ffaa gosa barnootaa adda addaa qacaramtanii barsiisuuf BBOtti galmooftan hundaaf. ------ BBO - 15/01/2017 Gaafa 19/01/2017 carraa baaftanii manneen barnootaa sad. 2ffaa Godinaalee Oromiyaatti argamanitti waan #Ramadamtaniif, #Koottaa_Carraa_Ramaddii_keessanii_kaasaa! #Iddoo_Carraan_itti_kaafamu:- Magaalaa Adaamaatti, #Giddu_Gala_Qorannoofi_Leenjii_Barnootaa_Oromiyaa #Guyyaa_Dilbataa_19/01/2017 #Sa'aatii 2:30 irratti Galma walgahii Giddu Galeessaa keessatti. #Barsiisotni_Ogummaa_Barsiisummaatiin Yunivarsiitii Adda Addaa irraa bara 2016 diigrii jalqabaatiin BEDn eebbifamaniifi qacaramuuf biiroo keenyatti galamaa'anii turan hunda. 👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/empirebot/game?startapp=hero6853034767 🎉🚀🎉🚀🎉🚀🎉🚀🎉
🎉Waamicha Barattoota MBBA #Barattoota_Kutaa_9ffaa_Manneen_Barnootaa_Bultii_Addaatti Ramaddii Argatan Hundaaf. ------------- BBO-14/01/2017 Biiroon Barnootaa Oromiyaa barattoota qormaata Seensa MBBA darban manneen barnootaa 8 keessatti Raabsee Ramaduun ni beekama. Kanaafuu, Barattootni ramaddiin isinii kenname hunduu #Fulbaana_20/2017 Mana Barnootaa Ramadamtanitti Simannaan waan isiniif taasifamuuf ganama sa'aatii 2:30 irraa jalqabee akka argamtan isin beeksifna. #Fulbaana_21/2017 haala waliigalaa jireenyaafi barnootaa irratti ibsi (orientation) ni kennama. #Fulbaana_22/2017 Manneen Barnootaa Bultii Addaa Sad. 2ffaa hunda keessatti adeemsi baruufi barsiisuu kan jalqabamu ta'a. #Barattootni kutaa 10-12 jirtan immoo, Fulbaana 18/2017 gara mooraa MB akka galtan isin beeksisuun ni yaadatama. 🎉#AD t.me/catsgang_bot/join?startapp=e2przn4-pKR6dPV2dKOfA Meow, lets see who is OG 😼
Beeksisa Ramaddiin Barattoota Kutaa 9ffaa Calallii Xumuraatiin MB Bultii Addaatiif Darban Beekame. ------ BBO- 10/01/2017 Barattoota Qormaata Seensaa Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa kutaa 9ffaaf #calallii xumuraa darban ramaddiin kennameefii jira. Barattootni MB BultiI Addaa galuuf dorgomanii hin fudhatamin immoo MB Addaa 2ffaa kamiyyuu galanii barachuu akka danda'an ibsameera. Calallii irra deebiin ilaalameen qabxiin seensa MBBAfi MBA tiif murtaa'es; 1- MBBA - Dhiiraaf 78%fi ol, Dubartiif immoo 75fi ol, 2- MBA - Dhiiraaf 70%fi ol, Dubartiif immoo 67%fi ol ta'ee murtaa'eera. #Iddoo_Ramaddii keessanii Pdf Asii Gaddii irraa ilalu dandessuu. 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/milkiiof/733 🚀🚀🚀🚀🚀🚀🚀
Amma Sattii 6:00 Irraa Egallun Qabxii Kessanii Kerrallee Asii Gaddin Ilalu Ni Dandessuu. Carraa Garii Telegram - https://t.me/MinistryOfEducationEthiopia Telegram 2 - https://t.me/BirooBarnotaaOromiya 👉👉 Poortaalii - https://result.eaes.et Teelegiraam Bot - https://t.me/EAESbot Ergaa gabaabaa(SMS)- 6284 irratti ‘R” dursuun lakkoofsaa galmee (Fakkeenyaaf R1234567) barreessanii erguun qabxii ofii Ilalu Ni Dandamaa akkasumass keralle adda adda kan isinii beksifnuu ta'a. #Ad t.me/catsgang_bot/join?startapp=e2przn4-pKR6dPV2dKOfA
▶️ Firii qormaata kutaa 12ffaa ilaalchisuun Guyyaa har'aa waaree booda ministeerri barnootaa ibsa miidiyaaleef ni kenna. Bara kana barattoota 684,205 qormaata kana qoraman keessaa barattoonni 29,718 onlaayin yeroo jalqabaaf qoramaniiru. Guyyaa har'aa wiixata qaammee 04/2016 bu’aan qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa ni ifooma jedhamee jiraa 👇👇👇👇 https://t.me/empirebot/game?startapp=hero6853034767 t.me/catsgang_bot/join?startapp=e2przn4-pKR6dPV2dKOfA Meow, lets see who is OG 😼
Hojii Online Warri Hojjachu Barbadan Amma Kuno Gadaa Airdrop Jalqaberra Namonni Murasni Hojji Online Malaqaa Heddu Hojechaa Jiruu. Garuu Namonii Heddun Sababa Information Dhabuttin Ta'e sababa adda addan Hojachuu Hin Dandenye. Rakkole Adda Adda Furuun Gadaa Airdrop Biffaa Nammaa Hawwattun Dhuferra. Information Argachuu! Gaffii Gafachuu! Airdrop Haraa Yeroon Osoo Isiin Jella hin Demin Information Argachu Channel Gadaa Airdrop Irra Fayyadama Nii Tatuu. Ammumaa Link Asii Gadittin Join Jedhaa. Hardhaa Galgalaratti Gaffiin Ni JiraTON Akka Badhasatti Nii Ebifnaa Kanafuu Dadafattii start Jedha. t.me/catsgang_bot/join?startapp=e2przn4-pKR6dPV2dKOfA
#Galmeen_Barattootaa Jalqabamuuf #Guyyoota_Hojii 3 Qofatu Hafe. --------- BBO- 21/12/2016 Dureessa hiyyeessa, dhiira dubara jennee otuu adda hin baafne ijoolleen Umriin Isaanii Barnootaaf Gahan Hundi Gara Mana Barnootaa Dhufanii Haa Galmaa'an! Haa baratan! #Galmeen_Hagayya_27/2016 eegala. Ergaa kana galmaan gahuuf immoo, #Maatiin ijoollee #Guddiftootni ijoollee #Ollaan #Caasaan Gandaa #Abbootiin Gadaa #Haawwoliin Siinqee #Abbootiin Amantii #Miidiyaan Hawaasaa #Miidiyaan Uwwisa bal'aa qabu (Mass Midea) hundi daa' imni umriin isaa/ishee waggaa, 5fi ol ta'an gara Mana Barnootaa akka dhufan gahee nurraa eegamu gumaachuun dirqama lammummaa haa baanu. Barattoota Mana Barnootaa Bu'uura Baruu irraa hanga kutaa 12ffaa jiran hundi sagantaa galmeef bahetti fayyadamuun haa galmaa'an. #Guyyaan_galmee_Hagayya 27/2016 kan jalqabu yoo ta'u, #Galmeen_kan_xumuramu immoo, Qaam'ee 5/2016 ta'a. #Dafaa_Galmaa'aa! Galmeessisaa! Bara barnootaa 2017 Oromiyaa Keessatti daa'imni #umriin_barnootaaf_gahe_tokkollee mana barnootaa alatti akka hin hafne gahee keenya haa gumaachinu! - BBO -👇👇👇👇👇 https://t.me/lost_dogs_bot/lodoapp?startapp=ref-u_6853034767__s_573809
видео или голосовое, без подписи