FAANA MILKAA'INA
Статистика☞︎︎︎ 𝐊𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨𝐧 𝐜𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐢 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐛𝐞𝐞𝐤𝐮𝐦𝐮𝐦𝐬𝐚 𝐰𝐚𝐥 𝐬𝐨𝐨𝐫𝐫𝐞𝐞 𝐣𝐚𝐥𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐛𝐮'𝐮𝐮𝐫𝐮𝐝𝐡𝐚 ☞︎︎︎ 𝒚𝒂𝒂𝒅𝒂 𝒚𝒌𝒏 𝒈𝒂𝒂𝒇𝒇𝒊𝒊 𝐤𝐚𝐧 𝒒𝒂𝒃𝒅𝒂𝒏𝒊𝒇 𝒄𝒓𝒆𝒂𝒕𝒐𝒓𝒆 @Approval123 👈
- Последний пост
- 12 авг.
- Последнее чтение
- 13 авг.
- Постов за неделю
- 1
- Всего постов
- 22
- Тип
- открытый
- Язык
- so
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 196
- 1/48двое суток
- 224
- 1/72трое суток
- 242
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
Waan barfanneef dhiifama Gadhiifamera🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥 Waan barfanneef dhiifama jechaa Diraamaan hiree jaalalaa kutaa 93ffaan Channel kanarratti gadhiifameera.
02 AFFEERRAA CHANNEL BAKKALCHA BARIIPROMOTION- 02 🤝 BAGA NAGAAN DHUFTAN: ᴋᴜᴜғᴀᴍᴀ ᴄʜᴀɴɴᴇʟ ᴛᴇʟᴇɢʀᴀᴍ ᴀʀᴍᴀᴀɴ ɢᴀᴅɪᴛᴛɪ ᴅʜɪʜᴀᴀᴛᴀɴ ʜᴜɴᴅᴜᴍᴀᴀ ғɪʟᴀɴɴᴏᴏ ᴋᴇᴇssᴀɴ ɢᴏᴅʜᴀᴅʜᴀᴀ! 👇👇👇 ❏ sᴀɢᴀɴᴛᴀᴀʟᴇᴇ ʙᴀsʜᴀɴɴᴀɴsɪɪsᴏᴏ ❏ ǫᴏᴘʜɪɪ ғɪ ʙᴀʀsɪɪsᴀ ᴅɪɴǫɪsɪɪsᴏᴏ ❏ ᴇʀɢᴀᴀ ɢᴜʏʏᴀᴀ ɢᴜʏʏᴀᴀ ❒ ʜᴀᴀʟᴅᴜʀᴇᴇ ᴍɪʟᴋᴀᴀ'ɪɴᴀᴀ ❒ ᴡᴀʟᴀʟᴏᴏ ғɪ ᴀᴀʀᴛɪɪ ❒ ᴅᴜʙʙɪɪ ʜᴀʏʏᴏᴏᴛᴀᴀ fi kanneen kana fakkaatan kan barbaaddan join godhachuun itti gargaaramaa! BAKKALCHA BARII PROMOTION Advertising Telegram Channels & Groups Promoter: @Laga_Jireenyaa_Chennal_Bot FILANNOON KEESSAN GODHADHA!!
🤝Namoota Amma online jirtan qofaaf: 👉Amma sa'atii kanaa jalqabee hamma 🕟1:30 qofatti kan turuu! 🙌 Namoota dursanii chaanaalii armaan gadii JOIN godhan 20'f badhaasi kaardii 500 qophaa'eera! 🏃♂️🏃♂️
🤝Namoota Amma online jirtan qofaaf: 👉Amma sa'atii kanaa jalqabee hamma 🕟1:30 qofatti kan turuu! 🙌 Namoota dursanii chaanaalii armaan gadii JOIN godhan 20'f badhaasi kaardii 500 qophaa'eera! 🏃♂️🏃♂️
🤝Namoota Amma online jirtan qofaaf: 👉Amma sa'atii kanaa jalqabee hamma 🕟1:30 qofatti kan turuu! 🙌 Namoota dursanii chaanaalii armaan gadii JOIN godhan 20'f badhaasi kaardii 500 qophaa'eera! 🏃♂️🏃♂️
02 AFFEERRAA CHANNEL BAKKALCHA BARIIPROMOTION- 02 🤝 BAGA NAGAAN DHUFTAN: ᴋᴜᴜғᴀᴍᴀ ᴄʜᴀɴɴᴇʟ ᴛᴇʟᴇɢʀᴀᴍ ᴀʀᴍᴀᴀɴ ɢᴀᴅɪᴛᴛɪ ᴅʜɪʜᴀᴀᴛᴀɴ ʜᴜɴᴅᴜᴍᴀᴀ ғɪʟᴀɴɴᴏᴏ ᴋᴇᴇssᴀɴ ɢᴏᴅʜᴀᴅʜᴀᴀ! 👇👇👇 ❏ sᴀɢᴀɴᴛᴀᴀʟᴇᴇ ʙᴀsʜᴀɴɴᴀɴsɪɪsᴏᴏ ❏ ǫᴏᴘʜɪɪ ғɪ ʙᴀʀsɪɪsᴀ ᴅɪɴǫɪsɪɪsᴏᴏ ❏ ᴇʀɢᴀᴀ ɢᴜʏʏᴀᴀ ɢᴜʏʏᴀᴀ ❒ ʜᴀᴀʟᴅᴜʀᴇᴇ ᴍɪʟᴋᴀᴀ'ɪɴᴀᴀ ❒ ᴡᴀʟᴀʟᴏᴏ ғɪ ᴀᴀʀᴛɪɪ ❒ ᴅᴜʙʙɪɪ ʜᴀʏʏᴏᴏᴛᴀᴀ fi kanneen kana fakkaatan kan barbaaddan join godhachuun itti gargaaramaa! BAKKALCHA BARII PROMOTION Advertising Telegram Channels & Groups Promoter: @Laga_Jireenyaa_Chennal_Bot FILANNOON KEESSAN GODHADHA!!
02 AFFEERRAA CHANNEL BAKKALCHA BARIIPROMOTION- 02 🤝 BAGA NAGAAN DHUFTAN: ᴋᴜᴜғᴀᴍᴀ ᴄʜᴀɴɴᴇʟ ᴛᴇʟᴇɢʀᴀᴍ ᴀʀᴍᴀᴀɴ ɢᴀᴅɪᴛᴛɪ ᴅʜɪʜᴀᴀᴛᴀɴ ʜᴜɴᴅᴜᴍᴀᴀ ғɪʟᴀɴɴᴏᴏ ᴋᴇᴇssᴀɴ ɢᴏᴅʜᴀᴅʜᴀᴀ! 👇👇👇 ❏ sᴀɢᴀɴᴛᴀᴀʟᴇᴇ ʙᴀsʜᴀɴɴᴀɴsɪɪsᴏᴏ ❏ ǫᴏᴘʜɪɪ ғɪ ʙᴀʀsɪɪsᴀ ᴅɪɴǫɪsɪɪsᴏᴏ ❏ ᴇʀɢᴀᴀ ɢᴜʏʏᴀᴀ ɢᴜʏʏᴀᴀ ❒ ʜᴀᴀʟᴅᴜʀᴇᴇ ᴍɪʟᴋᴀᴀ'ɪɴᴀᴀ ❒ ᴡᴀʟᴀʟᴏᴏ ғɪ ᴀᴀʀᴛɪɪ ❒ ᴅᴜʙʙɪɪ ʜᴀʏʏᴏᴏᴛᴀᴀ fi kanneen kana fakkaatan kan barbaaddan join godhachuun itti gargaaramaa! BAKKALCHA BARII PROMOTION Advertising Telegram Channels & Groups Promoter: @Laga_Jireenyaa_Chennal_Bot FILANNOON KEESSAN GODHADHA!!
SkillMoney Complete tasks and manage your rewards. https://t.me/SkillMoney01_bot/earn?startapp=ref_8B65103E
Share the app with your friends and get 9279754705 as referral code or click here to register https://bittokenapp.com/?is_application=yes&device_type=androidregister?ref=9279754705
OFIRRAA ABDII KUTEERA!😭 Namuu waa ta'u malee ofirraa abdii hinkutu.Namaa gamtus malee ofganuutti hingalan. Gaafa nama dhibde akkishee dhibduudha! Anas waatu na dhibe.Waanti na dhibe siinis akka dhibe nan tilmaama.Garuu obsaan dhabbee Maaltu na dhibe? Maaltu sin dhibe? ️Mee otoon gara dhimma ijoo kootti hindarbiin gaaffii tokkon sin gaafadha. Eeyyamamoodha mitii? Tole Takkaa ofirraa abdii kuttanii beektuu? Waa yaaddanii,waa yaaltanii,dafqitanii,harqitanii waa siniif milkaa'uu didee beekaa?..deebiisaa Sinumaafin dhiisa! Sababootni ofirraa abdii nama kutachiisan hedduudha,Inumayyuu biyya lafaarratti waan abdii namaaf laaturra waan abdii namaa nyaatutu baay'eedha.Waantota nu fayyadan caala waantota nu miidhantu heddummata. Sababootni abdii nama kutachiisan kunneen namarraa gara namaatti garaagara,Kana sinis beektu jedheen yaada Haa ta'u malee sababootni ijoon ofirraa abdii nama kutachiisan,waan gochuu qabaniifi godhanii itti milkaa'uu qaban tokko yaalanii,yaalanii,yaalanii,ammas yaalanii,ammas yaalanii,ammallee irra deddeebi'anii yaalanii itti milkaa'uu dadhabuudha jedheen yaada Akkas mitiiree! Eeyyee akkasuma! Anas kanumatu na mudate.Hamma humnakoo yaaleera.Irra deddeebi'ee yaaleera.Yaaleera.Garummoo hinmilkoofne.Humna koon ol-natti ta'e.Nan dadhabe.Naa gamte!😥Dadhabuu koorraa kanka'e ofirraan abdii kute!Anumatu ana jibbe Ofmararuun dadhabe. Kunimmoo sababa abdii argachuu koo ta'e!😘 Ani brother or sister waa'ee Addunyaa hafuuratti sitti himma😳!. "Namni kamuu hamma danda'etti Waaqayyoon gammachiisuu barbaada.Garummoo Waaqayyoon gammachiisuu hindanda'u.Waan gaarii hojjachuu barbaada,garummoo faallasaa hojjata.Waaqayyo duratti qajeelaa ta'uuf yaala garummoo hindanda'u.Kanarraa kan ka'e keessisaa ni gadda.Waa'ee jireenya du'a boodaaf yaaddoo hamaa qabaata.Ofiin of fayyisuuf yaalee ofiin of ajjeesaa jiraachuusaa mirkaneeffata.Dhumarrattis ofirraa abdii kutata.Kunimmoo ofdadhabuu keenyaan qaamni biraa akka nu barbaachisu nu hubachiisa. Sababnisaa amma ofirraa abdii hinkutnetti qaama biraa abdachuu hindandeenyu waan ta'eefi.Ofirraa abdii kutuu inni ani jechaa jiru isa addunyaa hafuuraa ilaallatu qofa Ofii Kee gantee Yesuus Kiristoosif Akka jiraatuf Gooftaan keenya Yesuus kristoos bartoota isaa gara ofii isaatti yeroo waame,ulaagaan jalqaba inni kenneef "ofii isaanii dhiisuu"ture.Jechi of dhiisuu jedhu kun karaa biraa"ofganuu"jedhama! Ofii keenyaa ofganee Yesuus Kiristoosif haa jiraanu gaaffaa sana hikkaa Jireenya baraa! Galatoomaa!! ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ 🙏♥️°°°ʏᴇʀᴏᴏ ɢᴀᴀʀɪɪ°°°♥️🙏 ☞︎︎︎ @Faana_milkaina ☜︎︎︎ ☞︎︎︎ @Faana_milkaina ☜︎︎︎ ☞︎︎︎ @Faana_milkaina ☜︎︎︎
#JIILAN_QABA🥺 Dubartii tokkotu konkolaataa akka addunyaatti jira jedhamu ooftee gara dargaggeessa tokkootti dhufte. Dargaggeessi kun karaa gubbaa taa’ee qarshii nyaata qoonqoosaatti nyaatu ittiin bitatu kadhata ture. Akkuma dhuftee gurbaa kana bira geesseen qarshii baay’ee lakkaa’uun mucicha rakkisu hidhaadhaan fuutee mucaaf kenniti. Gurbaanis “Ani qarshii kana hin barbaadu!” jedhee deebisee itti darbate. Dubartiin qabeenyaan badhaate kunis, waan gurbaan qarshii xiqqoo barbaadu seetee “Ilmako! Homaa rakkoo hin qabu! Yoo sodaatte, koottu deemnee account kee irratti siif galchina! Hin sodaatiin!” jettee qarshii sana mucaatti deebisti. Gurbaan ammas aaree, “Hin barbaadu!” jedhee itti darbate. Dubartiin kun “Maal barbaadderee? Qarshii kana anatu siif kennaa jiraam!” jette isheenis aartee. Gurbichis, “Ani durumaayyuu jiilan qaba! kanaan duras qarshii baay’ee namarraa argadheen fudhadhee manatti gale. Ijoollummaa waanan qabuufis qarshii sana maatiikoo waliin nyaannee fixne. Hamma qarshii sana fixnuttis namoonni na beekan na irraanfatani. Kunoo kadhattummaakootti yeroon deebi’u namni qarshii naaf kennu dhibe. Namni reefu na yaadachaa jiraati, hin barbaadu!” jechaa yaada biraan booji’amees, “Ani garuu amma kanan barbaadu akkakee ta’uudha. Anatti himi yoon maal hojjedhen akka kee ta’a?” jedhee boo’e. Dubartittiinis, “Lakki ilmako! Akka koo ta’uu hin dandeessu! Akka koo ta’uun sitti ulfaata!” jetteen. “Ani yoon hojjedhe maaltu akkakee ta’uu na dhowwa? Maaliif na tuffatta?” jedhee iyya. “Dhuuguma akka koo ta’uu barbaaddaa?” jettiin. “Eeyyee! Qurxummii naaf kennuu dhiisiitii akkaataa itti qurxummii qaban natti himi!” jedha gurbaan. Isheenis balbala konkolaataashee bantee akka gurbaan ol seenu eeyyamtiif. Gurbaanis ol seenee taa’e. “Akka koo ta’uu feeta mitii?” jettee imimmaan ijashee guuteen! Itti dabaltees uffata miidhagaa irra keessatti uffatteettu baaste. Itti fuftees shurraabii ishee ol qabdee dhaqnashee gara laphee yommuu itti agarsiistu, lapheeshee jalaan maashinii ittiin harganan hojjechiifatteettu ittiin harganti. Yommuu itti siqanis qilleensa galfattee yommuu baastu ni dhaga’ama. Itti dabaltees “Dhalako! Ani qarshii baay’een qaba. Garuu fayyaa hin qabu! Ati garuu fayyaa qabda! Qarshiimmoo fiduu in dandeessa. Kanaafuu akkakoo ta’uun sitti haa hafuutii, dhaqii qarshii kanaan hojiikee hojjedhuu of jijjiiri!” jetteen. Dargaggeessichis deebii tokkollee dhabee qarshii sana fudhatee otoo boo’uu karaasaarra bu’e jedhama. 👇 “Otoon akka abaluu ta’ee maaluman ofiin jedha?” jettee beektaa? Gaaffii akkasii lammaffaa of hin gaafatiin! Abaluun abaludha. Ati si’idha. Nama uffatasaa malee waan inni keessa jiru beekuun in cima! Of ta’iima ofiikee jiraadhu! Hiyyuma keessaa bahuuf jetteemmoo soorummaa hin sodaatiin! Kanuma! Akkuma kaleessaan miidhama jettees carraa argattetti fayyadamuuf hin shakkiin! Just be yourself 🙏♥️°°°ʏᴇʀᴏᴏ ɢᴀᴀʀɪɪ°°°♥️🙏 ☞︎︎︎ @Faana_milkaina ☜︎︎︎ ☞︎︎︎ @Faana_milkaina ☜︎︎︎ ☞︎︎︎ @Faana_milkaina ☜︎︎︎
Abdii Hin Kutiin! Utuu jiranii abdii kutachuun farra dhala namaati. Namni utuma lubbuun jiruu, utuu soorata nyaatee jiraatuu abdii kutata taanaan mataa isaattis, maatii isaattis, biyya isaattis, addunyaa irra jiraatuttis ba'aa sodaachiisaa ta'a. Kanaaf.... Abdii kutuurra mormaa cituu wayya Sababni isaa jiraa abdii dhaberra isa du'e wayya waan ta'eefi. Ariifattee na jalaatii hin aariin ragaan waan deeggaramen dubbadhaa jiraati. Inni du'e seenaa isaa, karoora isaa, waanuma isa ilaalatu hundumaa fudhatee gara lafa jalaatti waan darbeef bu'aas miidhaas hin fidu! 👉 Jiraan abdii dhabe garuu bu'aa yoo dhabes miidhaa qabaafan, "Jiraa abdii dhabe irra du'aa wayya" Jedhe! Namni nyaata addunyaa kanaa nyaatee, dhugaatii ishee dhugee, biyyoo addunyattii irra miilaa isaatiin adeemee, oksiijinii tolaatiin jiraatee faayidaa guutuu argachaa ofiisaatif faayidaa dhaba! Kanaaf addunyaan kun karaa nama kanaa kisaaraa olaanaa keessa jirti jechuudha. Adaraa kee obbolee koo hamma hafuura baafattutti abdii hin kutatin! Tolee? Waliif galleerra mitii? ✏ Goototni yeroo baayyee karoora isaanii jijjiruu irra lubbuu isaanii kennu. Kana jechuun lubbuu isaanii caalaatti karoora isaanii jaallatu jechuudha. Karoorri kee qabeenya keeti, kanaaf karoora keef jiraachuutti abdii hin kutin. wantoota abdii nama kutachiisan keessaa tokko KUFAATII dha. yoo itti fayyadamteef kallattiin milkaa'inaas kufaatiidha. Sababni isaa namni kamiyyuu kufaatii irraa barachuu waan danda'uuf kufaatiin barsiisaa namaa isa hangafa. Fakkeenya Namoota Kufanii Milkaa'anii Keessaa : - 👉TOMAS EDISEN balbii elektrikaa hojjechuuf si'a 10,000 yaalee kufee nama milkaa'eedha. 👉ABRAHAAM LINKEN Pireezidaantii Ameerikaa ta'uuf waggaa 22ffaa isaa irraa eegalee dorgomee moo'amaa waggaa 52ffaa isaatti pireezidantii Ameerikaa tahe. Isaan kaneen qofaa miti baay'etu jiru! obsumaan moo'atani. Kanaaf atis abdii hin kutiin jabadhu🙏 ♡ ㅤ ❍ ⌲ Lᶦᵏᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ forward 🙏♥️°°°ʏᴇʀᴏᴏ ɢᴀᴀʀɪɪ°°°♥️🙏 ☞︎︎︎ @Faana_milkaina ☜︎︎︎ ☞︎︎︎ @Faana_milkaina ☜︎︎︎ ☞︎︎︎ @Faana_milkaina ☜︎︎︎
☞ Gaarummaan ati har'a hojjattu Galaa kee borii siif ta'a. Kanaaf Jal'ina lafa kaa'ii waan gaggaarii qofa facaafadhu! ☞ Gaafa ol baatu warra sii gadii hin dagatin! Sababani isaas gaafa gadi buutu isaanuma deebitee argatta waan ta'eef. ■☞Lubbuu kee waan hin taanen hin dhiphisin! Sababni isaas akka si darbuuf kan siif barreeffame sin argatu. Akka si argatuuf immoo kan siif barreeffame sin dhabuuti. ■☞ Namoonni tokko tokko akka axxiffannaati. Jireenya kee keessaa gaafa ba'an galata jedhi malee of hin goolin! ■☞ Callisuu kee keessatti wantoonni ati hin dubbanne baay'een akkuma jiran kolfuu kee keessa dhukkubni ati dhokfattu baay'eetu jiru. ■☞Waan hunduma amanuu dhaaf hin ariifatin! Sababni isaas sobni dhugaa irraa ariifatee gurra si lixaati. ■☞ Nama balbala onnee kee rurrukutu hundumaaf ariifattee hin banin! Sababni isaas namni tokko tokko akka ijoollee balbala rurrukutee fiiguu jaallata waan ta'eef! ■☞ Namni kan sitti hin hinaafne gaafa ati rakkatte qofa dha. Gaafa milkaa'inni kee baay'atu hinaaftonni kees lakkoofsan danuu dha. kanaaf si hin dinqin! ■☞ Nama tokko yeroo jaallattu amma argattutti utuu hin taane amma dhumaatti jaaladhu! Isa har'a akka salbaajii uffatanii boru baafatan dhiisi! ■☞ Gaafa qabeenya argattu Uumaa kee yaadadhu! Qabeenyi hiyyummaa irraa malee du'a irraa si hin oolchu waan ta'eef. ■☞ Dandeetti kee kan agarsiisuu qabdu warra si dinqisifatanitti utuu hin taane warra si tuffatanitti haa ta'u! ■☞ Saree yoo si ciniinte deebitee hin ciniintu. Akkuma kana namoota jal'ina si irratti yaadanis tuffadhuutii bira darbi! Isaan irra wayyaa'uu kee itti agarsiisi! ■☞ Nama gaarii yaaduuf gaarii hojjatu yoo taate namni ati dhabdu hin jiru. Garuu namni si dhabu immoo jira. ■☞ Jireenya mataa kee oofuu yoo hin dandeenye jireenya namaa irratti imalaa taata. kanaaf kan ormaa dhiisi kan kee gaggeeffadhu! ■☞ Maaliif sitti fakkaata Daawwitiin konkolaataa inni duuba agarsiisu xiqqaatee inni fuuldura agarsiisu kan guddaa ta'eef... Isa dudduubaa irra inni fuulduraa waan caalufi dha. Atis Boriin kee har'aaf kaleessa kee caala wan ta'eef kaleessa kee xiqqoo xiqqoo yaadachaa borii kee fageessii ilaali! ♥️°°°ʏᴇʀᴏᴏ ɢᴀᴀʀɪɪ°°°♥️ 👇📲𝐒𝐇𝐀𝐑E 📲𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄📲👇 ☞︎︎︎ @Faana_milkaina ☜︎︎︎ ☞︎︎︎ @Faana_milkaina ☜︎︎︎ ☞︎︎︎ @Faana_milkaina ☜︎︎︎
https://t.me/t22_robot?start=ref_1943998713 Check out this awesome bot!
Yeroo baayyee waanti nuti fagootti hawwinu, abjuu keenya jennee waanti nuti abju’annu gaafa harka keenya galan nu harkatti rakasu.Hammuma gaafa harka keenya galaniitti,gaafa harkaan ga’annu akka duraa sana nun dharraasisan. ✅Akka barumsa fulbaanaa isa gaafa daree seennu sana dabtara keenya haala gaariin qabannuu, qalama garaa garaan jala sararruu,barreeffama keenyallee bareechinee barreessinuu… gaafa ji’onni lakkaa’anii barumsatti barru nu harkaa bifa dhabanii sana akka hin taane… ✅ Akka gaafa bilbila ykn computer fagootti qabachuuf hawwinuu, abjuu keenya godhannee dharraanu, even gaafa jalqaba bitannu irriba keessaa kaanee ilaalluu, jiramoo bade jennee of shakkinuu…Gaafa dhufanii harka keenya galan ammoo itti barree waanuma salphaa nu harkatti ta’anii sana….; Jireenyi nuti Waaqayyoo wajjin qabnu akkas akka hin taane, Waaqayyoon baruun keenya nu biratti akkanni rakasu akka hin gooneef yeroo hundumaa jaalalasaa yaadaa, akka gaafa amannee Gooftaa fudhanne sanatti haa deddeebinu 🙏♥️°°°ʏᴇʀᴏᴏ ɢᴀᴀʀɪɪ°°°♥️🙏 ☞︎︎︎ @Faana_milkaina ☜︎︎︎ ☞︎︎︎ @Faana_milkaina ☜︎︎︎ ☞︎︎︎ @Faana_milkaina ☜︎︎︎
https://t.me/ibiddeegaraphics
Itti fufi! Amma eessa jirta? Dhugaan si bira jiru maali? Yeroo dhaabbattee gadi fageenyaan yaaddu maaltu sitti mul’ata? Yaadaan hin hidhamin, ilaalcha namootaatiin hin daangeffamin, sodaan deemsa si hin dhowwiin. Dhugaan namni arguu hin dandeenye, namni hubachuu hin dandeenye si bira jira. Dhugaan jiru gara fuulduraatti tarkaanfachuudha. Dhugaan jiru garuu imala qofa. Dhugaan jiru jireenya karaa hiika qabuun jiraachuudha. Nama kamiifuu hin kolfinaa, nama kamiinuu hin qaanfatinaa, waan tokkoof abdii hin kutin. Onnee kee keessa fedhiin gadi fagoon yoo jiraate, yaadni humna guddaa qabu kan eenyummaa kee keessatti walitti makame yoo jiraate osoo hin qabaatin eenyu taata? Eenyu hin gootu jettanii yaaddu? Maaliif deemtee nama gammachiisu hin barbaaddu? Jireenyi amma jiraachaa jirtu kanarraa adda ta'e akka jiru yoo amante dhiibbaa fi dhiibbaa tokko malee of dhiibi, namni tokko osoo si hin dirqisiisiin imala kee jalqabi. Bakka jirtutti yeroo dheeraaf akka hin turre beekamaadha. Garuu akka hin barbaanne agarsiisuuf yaaluun dirqama. Eeyyee! Fuulduratti tarkaanfadhu, socho'i itti fufi, yeroo hunda waan fooyya'aa ta'eef of humneessuuf carraaqi. Wanti si hidhu baay'ee haa ta'u, waan baay'ee keessatti qabamtu, namni maal siin haa jedhu, garuu ati imala kee qofa irratti xiyyeeffatta, garuu waa'ee yeroo ammaa fi tarkaanfii kee itti aanu qofa yaadda. Yeroo hundumaa karaan adda taʼe akka jiru yaadadhu. Namoonni baay'een waan arganii fi waan hin arganne hubachuuf rakkatu, waan hunda hubachuu barbaadu. Garuu dhugaan jiru sammuun hamma danda'e fudhataafi hubata. Nagaa sammuu kee, tasgabbii keessoo keetii, kaka'umsa jijjiiramaaf, abjuu kee jiraachuuf, nama kaayyoo ta'uuf jettee waan hunda hubachuuf hin yaalin. Sammuun kee dhimma kanaa fi sana keessatti waan liqimfameef sirriitti yaaduu fi hubachuu hin danda'u. Kan kophaa hafu si ta'uu hubadhu. Nama qisaasama asii fi achi seenee waa'ee kanaa fi sanaan yaadda'u hin ta'in. Dhimma ofii qofa irratti xiyyeeffadhu, gocha gara fuulduraatti firii siif argamsiisu qofa hojjedhu, bakka si ilaalu fi si fayyadu qofa barbaadi. Eeyyee! Dadhabbiin yeroo barbaadetti dhufa, dadhabbiin yeroo hunda balbala kee eega, jireenya rakkoo irraa bilisa ta'e gonkumaa jiraachuu hin dandeessu. Wanti guddaan hunda gidduutti gara fuulduraatti tarkaanfachuu dandeessu. Bakka tokkotti barootaaf dhaabbachuu hin sodaatin, namni si gammachiisa ykn si gaddisiisa jettee hin sodaatin. Dallaa siif dallaa ta'e keessaa ba'i, kiyyoo ati seente keessaa of harkisi, hidhaa kee gadhiisi, samii ofii keetii ol balali'aa akka jirtu beeki. Jireenyi imala hin qabne nama nuffisiisa, jireenyi jijjiirama hin qabne nama hin gammachiisu. Jijjiirama filannoo hin godhinaa, gara fuulduraatti tarkaanfachuu mirga hin godhinaa. Yoo jijjiirama hin jirre, guddachaa hin jirtu ta'e, hamma dandeessutti carraaqqii illee hin gootu ta'e waa'ee jireenyaa dubbachuuf ga'umsa akka qabdu hin yaadin. Waan garmalee hin walxaxin, rakkoo fi gufuu jiru qofa irratti xiyyeeffadhu. Jajjabina osoo hin barbaachisin ofuma keetii dammaqi, jajjabina osoo hin barbaachisin dammaqi, yeroo hunda kallattii galma keetiin fuulduratti tarkaanfachuu itti fufi. Faani kee @Faana_milkaina siif haa ta'u Guyyaa gaarii isiniif haa ta'u! @Faana_milkaina @Faana_milkaina @Faana_milkaina
#Maaltu_Na_Galche? Maatii tokkotu turan jedhan. Hantuunni gurmuun itti yaatee rakkiste. Dhuma irra kiyyoo hantuutaa bituuf mari'atan. Ni bitanis. Yeroo kana hantuunni lukkuu bira deemtee, "Yaa lukkuu waan ta'e kana dhageessee?" jette. "Maal inni?" jedhee gaafate lukkuun. "Sila badne! Mana kanatti kiyyoon hantuutaa bitameera! Nuuf dhumate!" jette. Lukkuunis bitaa itti gallaan, "Kun maal isaatu na ilaallataree? Ani bar hantuuta miti. Kiyyoon bitame kan hantuutaati. Ana maaltu na galche?" jedhe miira aariin. "Haa ta'ukaa!" jette hantuunni. Sana booda gara hoolaa deemtee waanuma lukkuudhaan jette ittiin jette. Hoolaanis deebiima lukkuu kenneef. "Ana maaltu na galcheree? Maaltu na ilaallata? Kiyyoo hantuutaaf qophaa'eef maaliifan dhiphadha. Ofii keef boo'i malee ana maaltu na galcha?" ittiin jedhe. Hantuunni itti fuftee booyyee bira immoo deemte. "Kiyyoon hantuutaa mana kanatti akka bitame dhageessee? Bar sila badnee!" ittiin jette. Booyyeen ittumaayyuu itti kolfe. "Maaltu na galcheree? Ani hantuutaa? Kiyyoon hantuutaa maal na godha?" ittiin jedhe. Dhuma irratti hantuunni sangaa bira deemtee kiyyoon hantuutaa akka bitame itti himte. "Nuuf dhumatee bar!" ittiin jette. Sangaanis, "Ana maaltu na galcheree? Kiyyoon kan hantuutaati. Animmoo hantuuta miti. Ofiif boo'i" ittiin jedhe. Haala kanaan otoo jiranii kiyyoon sun sagalee dhageessise. Ni iyye. Waa qabuu isaati. Haati manaa hantuutatu qabame jettee fiigdee yoo deemtu kan qabame bofa ture. Bofti lubbuuf wixxisu sun otoo isheen hin argiin koomee ishee hidde. Achumaan dhukkubsatte. Haadha manaa isaa dhukkubsatte waldhaanuuf maallaqa ga'aa kan hin qabne abbaan manaa foon gurguree ittiin ishee waldhaansisuuf booyyee isaa qale. Booyyeen wareegama lubbuu kaffaluuf kan jalqabaa ta'e. Maallaqa argateen haadha manaa waldhaansise. Ogeessi ishee waldhaanes, "Ittoon lukkuu waan ishee gargaaruuf haa fayyadamtu" ittiin jedhe. Achumaan abbaan manaa sun galee lukkuu sana qale. Lukkuun, "Maaltu na galche?" jedhes gaaga'ama sanaaf gatii lubbuu baase. Haati manaa dhukkubni ishee itti hammaachaa dhufe. Maatii fi firoonnis yeroo murtaa'eef ishee dhukkubsachiisan. Namoota haadha manaa isaa dhukkubsachiisan sanaaf abbaan manaa hoolaa qale. Hoolaanis aarsaa lubbuu baase. "Maaltu na galche?" jedhee turus wantichi gatii isa baasise. Dhuma irratti haati manaa ni duute. Sirna awwaalcha ishee irrattis sangaan qalamee namoonni ittiin keessumsiifaman. Gaaga'ama kiyyoo hantuutaa irraa dhufeen kan hin du'iin hafe hantuuta qofa ture. Maal jechuufan jedhe? Gaaga'amni ati obboleessa kee irratti ilaaltee, "Ana maaltu na galcha?" jette sun si hin hankaaku. Ibiddi ati kan koo miti jette sun dursee eenyuun akka gubutu hin beekamu. "Maaltu na galche?" jechuun nu hin baasu. Dhukkubni obboleessa kee dhukkuba keeti. Miidhamni obboleettii kee miidhama keeti. Wal irratti ilaaluun kun hafuu qaba. "Maaltu na galche?" (Eebbisaa Baayisaa) ♡ ㅤ ❍ ⌲ Lᶦᵏᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ forward 🙏♥️°°°ʏᴇʀᴏᴏ ɢᴀᴀʀɪɪ°°°♥️🙏 ☞︎︎︎ @Faana_milkaina ☜︎︎︎ ☞︎︎︎ @Faana_milkaina ☜︎︎︎ ☞︎︎︎ @Faana_milkaina ☜︎︎︎
Telegiraamii waan fayyadamtaniif qofa akka siniif kaffalamu beektuu? Odeeffannoo guutuu argachuu warreen barbaaddan kunooti 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/firomotivation join godhaa
"#Intalli koo #Hiyyeessatti hin heerumtu" Dureessi Addunyaa kanaa #Bill Gates Intalli Isaa Maaliif nama Hiyyeessatti heerumuu Akka Hin Dandeenye Ibse. Waggoota muraasa dura Ameerikaatti konfiraansii invastimantii fi faayinaansii irratti gaazexeessan tokko gaaffii fi deebii irratti gaaffii nama hunda kolfisiise tokkon isa gaafate. Gaazexeessaan akkas jedhee gaafate, " Isin sooressa Addunyaa kanaadha, otuu intala keessan dhiirri hiyyeessi ykn qabeenya hin qabne fuudhuuf barbaadee ni eyyaamtuu?" Kan jedhu ture. Bill Gates akkas jedhe, "Tokkoffaa, qabeenya jechuun herreega baankii hojiin itti baay’atu qabaachuu jechuu akka hin taane hubadhu. Qabeenyi hunda caalaa dandeettii qabeenya uumuudha. Fakkeenyaaf: namni lootarii mo'ate ykn qumaara taphatu, Yoo miliyoona 100 mo'atellee dureessa miti. Hiyyeessa maallaqa guddaa qabuudha, kanaaf miliyeenaroota lootarii waggaa 5 booda %90 deebi'anii hiyyeeyyii ta'u. Dureeyyii maallaqa hin qabnes jiru. Fakkeenyaaf hojii uumtonni (entrepreneurs) dura qarshii dhabanillee, sammuu maallaqaa fi qabeenya sana guddifachaa waan jiraniif gara qabeenyaatti karaa irra jiru. Gaazexeessaa: "Dureeyyii fi hiyyeessi akkamitti adda adda bahu?" Bill Gates itti fufee..." Gabaabumatti, Sooressi duroomuuf du'uu danda'a, Hiyyeessi immoo duroomuuf ajjeesuu danda'a. Dargaggeessa leenji'uuf murteesse, waan haaraa baratu, yeroo hunda fooyya'iinsaf yaalu yoo argite, sooressa ta'uu isaa beekuu qabda. Dargaggeessa rakkoon mootummaa keessa jira jedhee yaadee sooressa akka hattuutti yeroo hunda qeequ yoo argite hiyyeessa ta'uu isaa beekuu qabda. Dureeyyiin guddachuuf odeeffannoo fi leenjii qofa akka isaan barbaachisu ni amanu, hiyyeessi namni kaan maallaqa akka isaaniif kennuu qabu yaadu. Xumura irratti intallikoo nama hiyyeessatti hin heerumtu yeroon jedhu, waa'ee maallaqaa miti. Dandeettii namicha kanaa qabeenya uumuu dubbachaan jira. Dubbiikoof dhiifama, yakkamtoonni baay'een namoota hiyyeeyyiidha. Gaafa qarshii argatan ni maraatu kanaaf hatuu ammas dabalanii hatu. Isaan akkamitti ofuma isaaniitiin maallaqa argachuu akka danda'an waan hin beekneef nama kofalchiisu. Gaaf tokko eegduun baankii tokko boorsaa maallaqaa tokko argate, boorsaa sana fudhatee hogganaa baankii sanaaf dabarsee kennuuf deeme. Namoonni nama gaarii kana gowwaa jedhanii waamu, dhugaa dubbachuuf garuu namni gaariin kun dureessa maallaqa hin qabne qofa ture. Waggaa tokko booda baankichi hojii gaggeessaa godhee isa muude, waggaa 3 booda itti gaafatamaa maamiltootaa ta'ee, waggaa 10 booda waajjira naannoo baankii bulchuu ta'e, hojjettoota dhibbaan lakkaa'aman bulchuu fi kaffaltiin waggaatti inni argatu hanga inni hatuu danda'u ol ta'e" Qabeenyi hunda caalaa haala sammuuti yaa fira koo! ✍️ Via Tadele Fekadu TD Yoo irraa barattan #Share godhaa🙏 ♡ㅤ ❍ ⌲ Lᶦᵏᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ forward 🙏♥️°°°ʏᴇʀᴏᴏ ɢᴀᴀʀɪɪ°°°♥️🙏 ☞︎︎︎ @Faana_milkaina ☜︎︎︎ ☞︎︎︎ @Faana_milkaina ☜︎︎︎ ☞︎︎︎ @Faana_milkaina ☜︎︎︎