tgindex
Guca Aartii

Barumsa, Koorsiiwwaan Tiyaatiraa fi Fiilmii I blog about marketing and sales Buy ads: https://telega.io/c/Fiilmiin

Последний пост
12 авг.
Последнее чтение
13 авг.
Постов за неделю
1
Всего постов
20
Тип
открытый
Язык
om
Категория
Маркетинг
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
3 964
+1 за 2 дн.
Сутки
0
0,00%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
722
20 постов
Вовлечённость
18,2%
к подписчикам
Постов в день
0,1
всего 20
Упоминаний
1
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
119
1/48двое суток
136
1/72трое суток
147

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • https://telegram.me/wallet/start?startapp=ref-3-z2HCakJhza0 👋 Hey! I'm using Wallet in Telegram to buy crypto — it's right inside the app, no extra setup. Join with my link and you can get up to $50 back on your first trade.

  • 📢 Advertising in this channel You can place an ad via Telega․io. It takes just a few minutes. Formats and current rates: View details

  • Tasammaa Galataa Artiisti Tasammaa Galataa Wallagga ba’aa Leeqaa Dullachaa Baadiyyaa Gatamaa jedhamu keessatti dhalate. Umurii isaa waggaa 12tti gara Magaalaa Finfinnee dhufe. Barnoota isaa kutaa 1 – 12 akkasumas barnoota isaa kan Koolleejii Magaaluma Finfinneetti baratee xumure. Bara 1993 waajjira Beeksisaa fi Aadaa (Yeroo ammaa Biiroo Aadaa fi Tuurizimii) tti beeksisa Leenjii Tiyaatiraa ba’etti dabalamuun leenjii erga fudhateen booda, Tiyaatira isaanii Eebbaaf hojjatan Mana Tiyaatiraa Biyyoolessaatti dhiyeessun eebbifaman. Sagantaa kana irratti argamanii kan turan Qajeelchaa beekaman ETV Obbo Warquu Gaaddisaa Taatummaa isaa waan dinqisiifataniif bilbilanii Diraamaa Mata Dureen isaa “Dagsiistuu” jedhamu akka isaan faana hojjatu affeeran. Hojiin isaa Tv s haala kanaan eegale. Ijoollummaa isaatti nama Siyaasaa ta’uu malee waa’ee aartii yaadee hin beeku ture kan jedhu Tasammaan, Carraa hojii barbaada beeksisuma Waajjira Beeksisaa fi Aadaa “Leenjisnee isin qacarra” jedhu sanatu aartiitti na galche jedha. Kennaan Uumamaa dhokataan keessa isaa ture tasumaa addunyaa aartii keessatti liqimsamee akka hafu isa taasiseera. Namni inni akka fakkeenyatti ilaalu Taatoo Wagaayyoo Nigaatuu ta’uu isaa kan dubbatu Artiist Tasammaan, Gareen Dhangaa yeroo sana tures kanneen akka Admaasuu Biraanuu, Abbabach Ajjamaa, Olii Naggaa, Humneechaa Asaffaa faa ilaalaa akka ture kaasa. Tuuta dhangaa waliin hojjachuun koo mana barumsaa guddaa ture jedha. Diraamaawwan dhedheero Tv irratti darban keessaa kanneen akka Dagsiistuu, Sakaallaa, Imaanaa, Qaccee, Dheebuu fi kkf. Diraamaa raadiyoo dhedheeroo kanneen akka Guduunfaa, Haaloo Godaane, Furtuu Bade dabalatee hojeewwan hedduu irratti hirmaateera. Fiilmota kanneen akka Lafaaf Lafee, Saamaloo, Madaa hin qoorre, Eelaa dabalatee Diraamaawwan waltajjii hedduu hojjateera. Bayyeen keenya ammoo Taphoota gaggabaaboo VCD dhaan Abbaa Lataa faa faana hojjachaa tureen ni yaadanna. Namoonni Dhangaa ilaalaa turanis Tasammaa sirritti yaadatu. Artiisti Tasammaa yeroo ammaa kana Dhaabbata Bulchiinsa Manneen Tiyaatira Finfinnee jalatti Garee Aartii Afaan Oromoo keessatti qacaramuun hojiiwwan gara garaa hojjachuu irratti argama. Yeroo ammaa Tiyaatira Mata dureen isaa Saddeeta jedhamu kan mana Tiyaatiraa Hagar Fiqir keessatti Dilbata yeroo hunda sa’aatii 8:00 irratti darbu irratti hirmaachaa akka jiruu fi Tiyaatira biraa kan Daa’immaniis shaakala irratti akka argamu dubbata. Tiyaatiroota Tasammaan irratti hirmaate keessaa Oteelloo, Gumaa, Faandhoofticha Gadoo fi kkf ni heeramu. Goolaba Artiisti Tasammaa Galataa waggaa lama dura dhukkuba hamaa Kaansarii dhiigaan qabamee garmalee rakkachaa ture. Dhukkuba isaa kana irraa fayyuuf gara biyya alaa deemee yaalamuuf qarshii naannoo Miiliyoona ja’aa ol isa barbaachisee ture. Ummatnis deeggarsa muraasa taasisuufis amma yaadame ga’uu waan hin dandeenyef asuma biyya keessatti yaalamaa tureera. Yeroo ammaa kana Fayyaan isaa xinnoo fooyyee qabaatus yaalii walitti fufaa taasisuuf akkasumas qoricha dhaabbataan fudhatuuf baasii hedduutu irra jira. Kanumaan walqabatee namoonni barruu kana dubbistan hundumtuu amma humna keessaniin Tasammaa cina akka dhaabbannu waamicha siniif dhiyeessina. Seenaa kana kan qindeeffanne Turtii Tasammaan Gammadaa Show waliin taasise irraatidha. 1000345360399 Tasammaa Galataa CBE @Fiilmiin

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • Daawitii Jireenyaa Baroota 1988-1991 jiran keessatti Tiyaatira waltajjii mata dureen isaa "Daawitii Jireenyaa" jedhu Afaan Amaaraatiin kan barreesse Nabiyyuu Takkaalliny ta'ee gara Afaan Oromootti kan jijjiire ammoo Mulgeetaa Nagaasaati. Qopheessaan Diimaa Abarraa; gargaaraan qopheessaa Kabbadaa Dagafuuti. Namfakkiiwwan kudha lamaan kan ijaarameefi irra jireessi isaanii jireenyi baadiyaa rakkoo cimaa waan itti uumeef bultii gaarii barbaacha akkaataa imala isaanii gara magaalaatti taasisan kan mul'sudha. Daawitiin jireenyaa boqqonnaa tokko jalatti ijaaramee, mul'ata ja’aan hiruun seenaan isaa Jalqabamee kan xumuramuufi yoomeessi isaa giroosarii naannoo Markaatoo, mana Ayyaantuun qaxaramtee hojjattu keessatti jalqabee xumura argata. 'Daawitiin Jireenyaa' Fulbaanaa 7, 1989 A.L.I Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatiin koree dhaabbateen ilaalamee, hawaasni keenya yoo ilaale, bu'aa irraa argachuu danda'a jedhamee waan itti amanameef ummata Oromoof akka dhiyaatu eeyyama argate. Haaluma kanaan Fulbaana 10 fi 17, 1989 A.L.I Galma Aadaa Mana Qopheessaa Finfinneefi, Mana Tiyaatiraa Biyyoolessaa keessatti akka agarsiifamu ta'e. Bulchiinsa Mootummaa Nannoo Oromiyaafi Biiroon Aadaafi Beeksiisaa walta'uun Godina Addaa Oromoo Walloo, Kamisee dabalatee teessoo magaalota godinaalee kudha sadiifi aanolee tokko tokko irratti agarsiifameera. Magaalota diraamichi itti mul'ate keessaa akka fakkeenyaatti Adaamaa, Asallaa, Roobee, Ciroo, Jimma, Naqamtee, Gimbii, Mattuu, Amboo, Shaashamannee, Kamisee, Fiichee fi Bishooftudha. Walumaagalatti Fulbaana 20 hanga Muddee 28, 1989tti waltajii 60 ol argachuuf carraa guddaa argatee jira. Kanaafuu, seenaa tiyaatira Oromoo keessatti ummataaf dhiyaachuun sadarkaa olanaa irratti argama. Via Oromo Theater #Share @Fiilmii

  • видео или голосовое, без подписи

  • https://m.facebook.com/story.php?story_fbid=pfbid02Cn3Febio6Xxg2Mb8TV1zdoRgphreLvCQURwC3aG1ZCdSDPSbuJ2AL1R5Bgf4718Fl&id=61591828723822&mibextid=wwXIfr

  • Bubbee S1E18 Misirroo Siitkoomiin Bubbee garamitti deemaa jira? Bubbee fi Jiituun gaa’ela dhaabbatan moo? Michuun akkam taati laata? Mee kutaa ajaa’ibaa kana hundumtuu daawwadhaa! https://youtu.be/LTPnq2dNB9I?si=IHWVrXF9HvyuK3_K

  • Bubbee S1E13 Hirmii Siitkoomiin Bubbee sadarkaa biraatti ce’aa jira. Jiituun (Tiyyaan) erga dhuftee as bifa haaraan ol ka’ee hojjatamaa jira. Mee kutaa ajaa’ibaa kana hundumtuu daawwadhaa! https://youtu.be/8-Nt6pP5zNU?si=vVtZktknEvtdaTDw

  • Bubbee S1E12 Tiyyaan gara Bubbeetti Jiituu taatee dhufteetti. Waan ajaa’ibaa ilaaluuf qophooftanii? Siitkoomiin haaraa mata dureen Bubbee jedhu eegaleera. https://youtu.be/IcGVKl1o1RI?si=b23JcbiKgl5k1TEV

  • Namootni Finfinnee jiraattanii fi Tiyaatira ilaaluuf fedhii qabdan @kaachuu_yw irratti na dubbisaa! Namoota dursanii naaf barreessan 10 nan affeera!

  • https://youtu.be/FXWTMwM2eVo?si=kY4AEz8WWqv1KiyP

  • Twitter warreen qabdan maatii keenya ta’aa! https://x.com/kaachuu_y/status/2054094675523371278?s=46

  • 1 мая1 147

    Waan haaraa jaalattoota aartii qofaaf https://www.facebook.com/share/p/1DVJe89X2t/?mibextid=wwXIfr

  • 28 апр.1 2733

    Bubbee S1E8 Boba’aa Siitkoomiin haaraa mata dureen Bubbee jedhu eegaleera. https://youtu.be/3Gpe8OlHuNg?si=qtxyI8LNJ96jcY9e

  • 5 апр.1 2503

    Bubbee S1E5 Battallee Siitkoomiin haaraa mata dureen Bubbee jedhu eegaleera. https://youtu.be/9ys0owk_ewI?si=WkVSJqekxpVdcC3m

  • 📢 Advertising in this channel You can place an ad via Telega․io. It takes just a few minutes. Formats and current rates: View details

  • 📢 Advertising in this channel You can place an ad via Telega․io. It takes just a few minutes. Formats and current rates: View details

Guca Aartii — tgindex