- Последний пост
- 29 июл. 2025 г.
- Последнее чтение
- 13 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 39
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- —
- 1/48двое суток
- —
- 1/72трое суток
- —
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
Moyaleen Balbala Oromiyaati ‼️
Mooraan leenjii Waraana bilisummaa Oromoo Zoonii giddu galaa Jaarmiyaa ABO-WBO sabboontota roorroon gabrummaa manaa baaste ofitti fuudhee kaadhimamtoota haaraa kan yeroo dheeraaf barnoota siyaasaa fi barnoota waraanummaan leenjisaa turee bu'aa ba'ii leeenjiin waraanummaa qabdu cufa erga goolabe booda sirna eebbaa isaanis milkiin xumuratee jira. Kun hojii Oromiyaa bilisomsuuf akkasumas injifannoo warraaqsichaa mirkaneessuuf kan taasifamu dalagaa wal irraa hin cinnee dha.
Warra adeemsi Impayeera galeef akkas. Mirgi Booji'aama Yoomu Nu Biratti Eegamaa Dha. IUOf
Qoosaa sittin fakkaatin adeemsi godaansa dooniin bahara cee'uun baayyee hamaa dha. Ulee as gubbaatti situmuu fi dambalii qilleensa baharaa dheebuu fi beela qooqqifannaa kun balaa isa xixiqqaadha dhidhimuunis jira. Kana hunda argaa ilmaan oromoo wanni bahara kanatti oofu waan jabaate hiyyummaa namtolchee hidhaa ajj**chaa reebicha walumaa galatti,rakkina mootummaan Fashi*stii pp fideedha. Falli jiru kana hanqisuuf ABO-WBO jala hiriiranii mootummaa abbaa irree kana ofirraa buqqisuun qofa taha.
#Oduu_Akkaan_Gaddisiisaa! Godina harargee lixaa hardiimitti Ummanni harkaan lafa qotee bishaan baafachuuf odoo yaaluu hallayyaan irratti jiguun Lubbuun namoota hedduu darbeera. Humna Gargaarsaa waan hin qabneef nama Lubbuun hafeef reeffa biyyee jala baasullee hin dandeenye! #Badhaadhina_Abjuu
видео или голосовое, без подписи
Gariin Oromoo waaroo gabrummaan ho'iifate hirriba gabrummaa keessaa of baruu dadhabus hanga sabaa koof jedhe manaa baheetti dubbachuu hin dhiisu hanga hirriba gabrummaa keessaa dammaksuutti 💪 Yoo ija banatte ilaaltef suuraa kanarraa waa meeqa dubbiisu dandeessa. Inni angoo qabu ol-adeema biqiltuu dhaabsise biqiltuu waliin kunuunse guddiisa. Ilmee haadha hiyyeessa ammoo ganda keessaa kurkursee qabee aadda waranaatti kichuutti kutaa oola. Kadireen ollaa kee jirtullee hanguma humnashetti akkuma ajajaa isheerra barte gochaa oolti lafa jirtuutti. Oromoo Itti Dammaqii Ka'i Hirriba Gabrummaa Keessaa 🙏
የአባ ገዳ ልጆች የነፃነት ቀንዲሎች....
Kunis jira ilmaan faarsee bulaa......namummaa ummataa fi qeerroof yaadde hin fakkaattu?
Dhaggeeffadhu kee quubsaadha ilmaan pp ....
Dhayi Jalaa! Boosettin gurra dhoosaa Opdo bilisa baaftetu lubbutti si qoosaa. Mana hidhaa cufa teenyaa Yoom gumaan bahe takkaa nama keenyaa? Goota duulli dadhabe Yaa booree baasaa tuutaa jajjabee! Dhayi Jalaa!" Keekiyyaa Badhaadhaa #OromoVoice https://youtu.be/JfBKqC6bQKI?si=CmIwpFriswGnO-D2
#መረጃ፦የፋሽስቱ ሠራዊት በየግንባሩ አፈር እየበላ ሲሆን ይህ የጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት #የቢርቢሮሰ_ጎሮ_ብርጌድ ነው.....
#መረጃ፦ጀግናው ሠራዊታችን ከህዝብ ጋር በተለያዩ ማሀበራዊ ፖለቲካዊና ቀጠናዊ ጉዳዮችን በመወያየት ቀጣይ ዕቅዶችን በማስቀመጥ ህዝባዊነቱን እያረጋገጠ የሚራመድ ጀግና ሠራዊት ነው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት....... ዓሣውና ባህሩ ተጣምረው እስከ ነፃነት ይጓዛሉ....
Birgeedii Badhoo Dachaas Cibraa Birbisa Gooroo waliin ta'uun Diinaa Biyyoon Makee IUOf
~Sooddoo Daacceetti akkasitti irraa hiike
Najjootti Hoolota Biraanu Julaa akkasiin walitti oofe jira Jajjabeen. Itti fufa.... IUOf
#መረጃ፦ዛሬ ማለትም በ17/06/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት የሆራ አርሰዲ ዞን በደቡብ ምዕራብ ሸገር ዞን ሶዶ ዳጪ ወረዳ በጪቂ ቀበሌ ላይ ፋሽስቱን ድባቅ ከመታ በኋላ....
Dina oromo isa kaleessa oromoo Qawween cabse Waraanni bilisummaa oromoo(WBO)nis Qawween cabsee kuno bifa kanaan Sagantaa hafuura jaallummaa isaa waliin geggeeffata! JL Disasaa(Risaa laga mogor) Warruu Ilma Sabaa Ayyaani Abbaa Oromoo Isiin Faana Haa Ta'u
Impayeerri dhiiga ol-adeema dhuguu baree shamarraniif ijoolle xiqqoo dhimma siyaasa miti ofiyyuu hin barree basaasummaf ergachuutti jira.
Biraanun Julaa fi Hayiluu Gonfaa kana quba qabduu? Hanga waraanicha baraa gaa. IUOf WBOn Haa Waaru