GCME - Jimma Region
Статистика#Campus_crusade_for_Christ 🫰 #The_Gospel_for_every_student ✊ #A_movement_on_every_campus 🔥 #Multiplying_disciples_for_every_nation 💥
- Последний пост
- 9 авг.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 49
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 19
- 1/48двое суток
- 21
- 1/72трое суток
- 23
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
#GospelMovement @UumamaHaaraa7 https://youtube.com/shorts/UdtBnVdueMw?si=g9j0x69fwPOsBVne
ኢትዮጵያን ጨምሮ በስምንት የአፍሪካ ሀገራት ክርስቶስን የሚመስሉ መሪዎችን ለማፍራት፣ ብሎም ሚሲዮናዊነትንና ስነ-መለኮት ባጣመሩ ትምህርቶች ለውጥ ለማምጣት እየተጋ ያለ፣ የግሬት ኮሚሺን ሚኒስትሪ ኢትዮዽያ ዩኒቨርሲቲ – International Leadership University – Ethiopia የ2019 ዓ/ም የትምህርት ዘመን የመጀመሪያ ዙር ቅበላ ምዝገባ ጀምሯል። በዩኒቨርስቲያችን የሚሰጡ መርሃ ግብሮች • BA in Leadership • MA in Christian Leadership • MA in Organizational Leadership • MA in Mission and Theology በተጨማሪም በሚሽን እና ቲዮሎጂ፣ በዲፕሎማ እና በመጀመሪያ ዲግሪ መርሃ ግብሮች በአማርኛ እና በእንግሊዝኛ በማስተማር ላይ ይገኛል። የምዝገባ ቦታ፦ ዋናው ካምፓስ - አዲስ አበባ፣ መገናኛ በሚገኘው ግሬት ኮሚሽን ሚኒስትሪ ኢትዮጵያ ህንፃ ሁለተኛ ፎቅ ወይም በድህረ ገጻችን ባሉበት ሆነው መመዝገብ ይችላሉ። https://iluethiopia.com/ILU/ በተጨማሪም በሀዋሳ፤ በወላይታ ሶዶ፤ በሆሳዕና እና፤ በቦንጋ ማዕከላት ምዝገባ ተጀምሯል። ለበለጠ መረጃ፡ በ 0942262728 ይደውሉ። ዓላማችን በሥነ-ምግባር የታነጹ፣ ለውጥ አምጪ መሪዎችን ማፍራት ነው። International Leadership University –Ethiopia’s
Kanaafidha, Gochaa gaarii mataa keenyanis miti amantiidhaan malee kan jenneef. Kan nuti itti amanuu qabnuu fi amanamuu qabu immoo Yesus kiristos isa fayisaa biyya lafaa ta'ettidha. Nuti ayyaana Waaqayyootiin akka fayine amantiidhaan fudhachuun bu'uura mirkaneessituu Kiristaanummaa keenyaati jechuudha. Kanaaf mata dureewwan kana sirritti Beekuun dirqamaa keenya. Isaan kana keessaa filannoo keessaniin tokko fudhannee bal'inaan waliin barachuu ni jalqabna. Yaada keessan comment nuuf godhaa! Wako alex Eebbiffamaa Maxxansa kana share yoo gootan namoota baayyee gargaaruu dandeessu Maddi: https://www.facebook.com/share/196LWsnRqD/ 📝 Bona Adugna t.me//Youth4Christ1
YOUTH FOR CHRIST MINISTRY: NAMNI TOKKO KIRISTAANA TA'UUF BARUMSA BU'UURAA INNI ITTI AMANUU QABU 5n'n Barumsooni buu'uuraa namni tokkoo kiristaanaa (duuka buutuu Kiristoos) ta'uudhaaf dirqaamaa itti amanu qabu maal fa'i?..... manneen amantaa kiristaanummaa garaagaraa gidduutti mata duree tokko tokkoo irraatti garagarummaan yoo jiraate iyyuu, barumsooni (doctrine) murteessoo(essential) ta'an kiristaanummaan isaan malee jirachuu hin danda'u jechuu dandeenyu jiru ......... Barumsoota kanatti Yoo namni tokko ani itti hin amanu jedhe illee kiristaanaa ta'u akka hin dandenye kan ibsan ni jiru. Anis har'a isaan keessaa warra barbaachisummaa isaaniitiin ol-aanoo ta'an shanan isiniif tarreessa. Isaan kana qofaatu murtessoodha jechaan jira miti. Kanneen hafan yoo jiraatan iyyjj warreen kun kanneen top five ta'aniidha jechuu kootii malee. Isaan shanan kun warra ani akka natti toletti lafa ka'ee miti warra bu'uurri Kiristaanummaa irratti ijaaramee fi dhugaa dubbii Waaqayyootu nu barsiisa malee........ Ohh😳 ani eenyu inni waanuma itti tole buu'uura kiristanummaa gochuudhaaf aboo qabu.......nama wallaalaa fi dadhabaa homaattuu hin galle isa ayyaanni Waaqayyoo namoomse ta'een jiraadha. Garuu barumsootni kun kan Waaqayyo inni jiraataan dubbii isaa isa hin dogogorre Macaafa Qulqulluu keessatti barbaachisummaa isaanii ifaaf ifatti nuuf katabeedha. Akkasumallee seenaa waldaa kiristaanaa waggaa kuma lamaa ol ture keessatti, waldaan kiristaanaa iddoo guddaa kan itti kenniteefi namoota itti hin amane illee waldaa keessaa ari'a turteedha. Kan nama dhibuu barumsootni kun yeroo ammaa kanatti waltajjii waldaa irraa akka barbaachisummaa isaaniitti xiyyeffannoon itti kenname yeroodhaa yerootti gaafa barsiifaman hin arginu. Garuu warra ijoo fi xiyyeeffannaan dursaa kennamee amantootni yeroo garaagaraatti barachuu qabaniidha. Barumsooni kunis: 1ffaa, Macaafa Qulqulluu Macaafni Qulqulluun dubbii Waaqayyoo isa geggessaa haafuura qulqulluudhaan barreeffame, tasuma kan dogogoraa hin qabne, isa hundee barsiisaa(doctrine)fi shakkala(jireenya ) kiristanummaa ta'e ta'u isaa amanuun dirqama. 2ffaa, Sadan Tokkummaa Macaafni qulqulluun wanti inni jalqaba irratti nutti himuu fi giddu galeessaa isaa kan ta'e Waaqayyoodha. Namni Waaqayyoo maalummaa ( being ,essence ) isaatiin tokkoo qofa, qaamaan(person) immoo sadii Abbaa, ilma, hafuura qulqulluu akka ta'e hin amanne fayyuu hin danada'u. Kana hin amanu taanaan kan inni waaqeffatu waaqa isa kan kiristanummaa miti. Duuka buutuu Kiristoositti lakkaa'amuus hin danda'u. 3ffaa, Waaqummaa fi Namummaa Yesuusitti amanuu Yesus qaamaa(person) ana ofiin jedhu tokko qofa akka ta'e, kan waan Waaqayyoon Waaqayyo jechisiisaan(God's nature) hundumaa qabu, kanaanis Waaqayyoo dhugaa kan ta'e akkasumallee waan nama nama jechisisaan hundumaa(human nature) kan qabu kananis nama dhugaa kan ta'e ta'u isaa amanuun dirqama kiristaanaati. Kanafiyyuu Yesus qaama tokkoo Waaqayyoo dhugaa fi nama dhugaadha akkasumas, Waaqayyoo guutuu fi nama guutuu kan ta'eedha. 4ffaa DU'EE DU'AA KA'UU GOOFTAA YESUUS Du'ee du'a ka'uun gooftaa yesus ( death and bodily resurrection of jesus) Kun baay'ee murtessesadhaa fi kan itti amanuu keenya yeroo hundumaa ija jabinaan beeksisnu ta'uu qaba. Yesus cubbuu keenyaaf akka du'e arfii du'a mo'ee akka ka'e amanuun lafee dugdaa wangeelaa fi Kiristaanummaati. 5ffaa FAYINAA FI AMANTIIN AYYAANA WAAQAYYOOTIIN AKKA TA'E Fayyinni ayyaana Waaqayyootiin gooftaa keenya Yesus kiristos irratti amantii nuyi qabaannuun qofa akka argamuu beekuu qabna. Fayinni garaummaa fi hojii gaarii nuti qabnuun gonkumaa kan argamu miti. Nuti hojii gaarii tokko illee utuu hin qabaatin tola ayyaana Waaqayyootiin fayine. Nuti ofii keenyaa hojii gaariidhaa of fayisuu hin dandeenye, hojii gaariin nuuf lakkaa'ame kan Kiristoosi malee( nuyi cubbamoota) (du'oota turre). Du'oota jechuun fooniin utuuma jiraannuu garuu sababii cubbuu isaaniitiin du'a hafuuraa keessa kan jiraataa turreedha jechuudha.
CAMPUS BRIDGE IS BACK #CAMPUS BRIDGE 2026 Stay tuned. #campusbridge #SLM #GCME Barattootni qormaata kutaa 12ffaa bara kana fudhattan karaa lakkoofsa bilbilaa armaan gadii galmaa'uudhaan leenjiif qophaa'uu dandeessu. Bakki leenjii magaalota jimmaa, Limmuu, Beddellee, Mattuuttidha. Barattootni odeeffannoo kana qooduudhaan waliin ga'uu ni dandeessu. Lakk.bil: +251910232144 telegram: @boni4lv
CAMPUS BRIDGE IS BACK #CAMPUS BRIDGE 2026 Stay tuned. #campusbridge #SLM #GCME
KARAA HAARAA ISA MIRGA WAAQAYYOOTTI NU GEESSU 📣 KARAA HAARAAN 🎚Ibr.10:19-20 "¹⁹ Egaa yaa obboloota ko! Yesus dhiiga isaa nuuf dhangalaasuu isaatiin gara iddoo isa hundumaa irra caalaa qulqulluutti galuudhaaf ija jabina qabna. ²⁰ Inni foon isaatiin karaa haaraa, karaa yeroo hundumaa jiraatu golgaa sana keessaa nuuf bane." ⚜️Bara duraatti hariiroon Waaqayyo ilmaan namaa waliin qabu baayyee adda ture. Waaqayyo deddeebi'ee gara namootaa dhufee wajjin dubbachuudhaan hariiroo isaa jabeessaa ture. Gaaf tokko garuu namootni Waaqayyo isaanii wajjin hariiroo maatii tokkoo wajjin qabaata ture kun wanta Waaqayyoon gaddisiisu hojjetan. Innis immoo fedhaa fi abboommii isaa hordofuu diduu isaanii ta'e. Cubbuun hariiroo maatii jaalala guddaa qaban sanaa gargar diige. Namootni sokoksaa milla Waaqayyoo yeroo hundumaa of biratti dhaga'an cubbuudhaan gowwoomfamanii qullaa ta'an. Waaqayyo isa qulqulluu fi isaan jaallatu baqachuu jalqaban. Sababa kanaatiin karaan isaan irra deemanii gara Waaqayyoo dhaqan in cufame, jaalallee isaanii wajjinis gargar ba'an. Nutis isaan irraa dhaala waan fudhanneef Gara iddoo isa hundumaa caalaa qulqulluu ta'ee, gara Waaqayyootti dhihaachuudhaaf, karaan nuuf hin argamne ture. Nuyi, golgaa cubbuu sanaan ittifamnee Waaqayyo irraa fagaannee turre. Karaan gara Waaqayyootti geessu, karaan karaa lubootaa, karaan aarsaa foon horii fi dhiiga horiidhaan hojjetame sun, raawwatee gara Waaqayyootti ilmaan namootaa geessuu kan danda’e hin turre. ⚜️Kanaaf karaan haaraan kan biraa golgicha isa Waaqayyorraa nu ittise sana keessa nuuf darbu hojjetamuun dirqama ture. Karichis, akkuma karaan asfaaltii, dhagaa daakamaa fi reenjii dhangalaa'aadhaan hojjetamutti, Foon Kiristoos isa ciccitetu akka dhagaa daakamaatti, dhiiga isaa isa dhangalaafametus akka reenjii dhangala'aa isa dhagaa walqabsiisuutti dhangalaafamee, KARAA HAARAA, KARAA YEROO HUNDUMAA JIRAATU golgaa sana keessaa nuuf bane. Hallelujah🙏 Waaqayyo karaa ofiisaati nutti baafate. Nuti isaaf namoota malan hin turre. Garuu araarri isaa baayyee waan ta'eef al tokkicha karaa barabaraaf jiraatu nuuf saaqe. Kun immoo gaarummaa fi jaalala Waaqayyo nuuf qabuuf agarsiistuu guddaadha. ⚜️Egaa faanni dhalootaa karaa haaraa, karaa yeroo hundumaa jiraatu kanarra bu'e faana ayyaanomedha. Karaa dhiigaa fi foon qulqullaa'aa kana irraa hojjetame irra adeemuun nuuf ayyaanomuudha. Karichi xumurri isaa gara galma Waaqarraa, isa hundumaa caalaa qulqulluu ta'ee, gara mirga waaqayyo abbaatti kan nu geessudha. Nutis karaama kanaan gara mirga Waaqayyoo dhaquudhaaf mirga guutuu fi eeyyama karaa qulqullaa'aa kanarra imaluu arganneerra. Kunis tola, toluma tola tolaati! Isa kana iyyee akka nama qalbii dabarseettan gammachuu koo himadha. Ani karaa yeroo hundumaa jiraatu, isa gara mirga Waaqayyootti geessu Yesuusiin argadheera✝️ Haaleluuyyaa! Ameen!🙏 Maddi: https://www.facebook.com/share/196LWsnRqD/ 📝 Bona Adugna t.me//Youth4Christ1
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
#JESUS FOR EVERY CAMPUS #STUDENT_LED_MOVEMENTS #National_Student_LEADERS_Summit #Day-3 #WIN_BUILD_SEND
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
#JESUS FOR EVERY CAMPUS #STUDENT_LED_MOVEMENTS #National_Student_LEADERS_Summit #Day-3 #WIN_BUILD_SEND
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи