C² NAMA👤
Статистика- Последний пост
- 19 июн.
- Последнее чтение
- 13 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 32
- Тип
- открытый
- Язык
- und
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- —
- 1/48двое суток
- —
- 1/72трое суток
- —
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
FAYIDAA DALDALA GURGURTAA KALLATTII (DIRECT PRODUCT SELLING) fi (www.alphagenuine.com) #Break_through_trading_share company waliin hojjechuu 🤝🤝🤝🤝🤝🤝🤝🤝🤝🤝 Akkam jirtu hordoftoonni koo hundumtuu? Ani nagaa kiyya. Kaampaaniin keenya maal gurguree galii argataa? Adeemsi gurgurtaa isaahoo maal jedhamaa? 1. Oomishni (product)n keenyaa leenjii gahumsa/ijaarsa dhuunfaa kan qulqullinni isaa sadarkaa addunyaa eeggattee dha. 2. Adeemsi gurgurtaa isaa immoo sirna/gurgurtaa fabaa kallattii (direct network marketing/selling) jedhama. 3. Akkaataan promotion oomisha isaatiihoo? Partners' oral promotion/ advertising jedhama. Material product selling /marketing (computer; mobile; clothes etc ) gurguruu irraa maaltu adda isa godhaa? Hojichuuf ykn gurguruuf ⏬1.Iddoon hinmurteessu ⏬2.Yeroon hindaangesdu ⏬3.Nama baayyee beekuu irratti hinhundaa'u ⏬3.Kaffaltii ibsaa; kiraa manaa; geejibaa; gatii buusuu fi baasuu hinqabu ⏬4.Yeroo feetetti hojjetta ⏬5.Riiskii xiqqaaa bu'aa guddaa qaba ⏬6.Barachaa; leenji'aa hojjetta ⏬7.Walkuffisuu fi walitti inaafuu hinqabu ⏬8.Adeemsa keessa system cimaa ijaarratte irraa galii addaan hincitne torbee torbeen argatta ⏬9.Carraa namoota milkaa'oo wajjin hojjechuu siif kenna ⏬10.Team leadership ijaaruu sibarsiisa ⏬11.Karaa salphaa fi bu'aa ba'ii hinqabneen hojjechuu dandeessa ⏬12.Jaalalaa fi positive mindset keessatti horachaa jiraatta ⏬13.Creative and possibility mindset si horachiisa ⏬14.Ilaalcha qacaramaa irraa gara qacaraa fi abbaa business of-danda'aa tti siceesisa ⏬15.Malaamaltummaa fi iftoomana dhabuu irraa bilisa ⏬16.system kaampaaniin siif diriirse irraa tiimiikee waaliin feetu halkan feetu guyyaa hojjetachuuf mirga qabda Faayidaa Waldaa Aksiiyoona Daldala Breakthrough Waliin hojjechuun qabu 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 1.Kapitaala ka'umsaa baayyee xiqqoodhaan paakeejii leenjii bitattee paartinerii bizinesii isaa taata 2.Extra money (galii dabalataa) si argachiisa. Qacaramaa irraa gara qacaraatti si ceesisa. 3.Financial freedom (bilisummaa maallaqaa):- maallaqa dhabiinsaan daangeffamuu irraa sibaraara 4.Time freedom (bilisummaa yeroo):- umurii fi yeroon sindaangessuu. Yeroo feetetti hojjetta. Namni yeroo akkasii hojjedhu dhiisi siin jedhu hinjiru. 5.Asset building (qabeenyaa dhaabbataa fi galii ijaaruu sidandeesisa) 6.Time flexiblity (yeroo barbaadnetti hojjechuu) 7.Leaverage (humna xiqqoo baayisuun maallaqa guddaa hojjechuu sidandeessisa) 8.Global work (akka addunyaatti eenyuu wajjinuu tiimiin hojjechuu sidandeesisa) 9.No boss (ajajaa hin qabdu): kan si hogganuu fi si ajaju mullatakee fi karoorakeeti 📢Bizinesiin isaa kan keeti malee kan eenyuu miti. Kankooti jettee ni hojjetta taanaan guddinnikees ni saffisa. 10.Team work (hojii gareen hojjettamuun kan waliin milkooftuu dha) 12.Real family or frendship (maatii dhugaa fi hiriyaa dhugaa horatta) 13.Anywhere work (bakka fi biyya barbaaddee tessee hojjechuu dandeessa) 14.Personal development(leenjii ijaarsa sammuu argatta) 15.No experience (muxannoo addaa hin gaafatu) 16.No education level (daangaa sadarkaa barnootaa hin gaafatu) 17.No over head coach (baasii dabalataa mana kiraa,bishaan,ibsaa, hin gaafatu, gatii geejibaa singaafatu) 18.Foreign currency (dollar import):- dollara biyyaaf argamsiisa. 19.Mentorship (nama sigorsu ni argatta 20. Trainer (leenjiisaa dhaabbatichaa ta'uu dandeessa) 21.Fast time work (yerookeetti ni fayyadamta) 22.Awarded (carraa garaa-garaan badhaafamuu dandeessa, mana jireenyaa, Konkolaataa, carraa biyyoota alaa dawwachuu, damee dhaabbatichaa banachuu, franchise office banachuu, global bonus share argachuu) 21.Dhaabbatichi galii argatu irraa 60% siif kaffala. 24.Aksiiyoona bitachuun abbaa dhaabbatichaa ta'uu ni dandeessa. Contact me 👇👇👇👇 0911593542
#Nagaa jirtuu? Gammachuu Waquumaan jedhama Shaggar burayuu irraa hojjettaa micro financedhaa Akkasumammoo, project biizinasiifii 'Network marketing' jedhamus akka dabalataatti hojjechaan jira. Akka na waliin hojjetaniif namoota 8 nan barabaada. Na waliin hojjettanii karaalee guddina jireenya dhuunfaa 7niin guddachuufi jireenya sin madaalu jiraachuuf warri fedha qabdan ykn hiriyyoonni keessan ykn ijoolleen keessan nu waliin akka hojjetan yoo feetan ykn affeeruu barbaaddan, keessaan karaa @Gamewk1 na quunnamuu dandeessu. Yeroodhaan carraa kanatti namni fayyadame, bilisummaa yeroofi maallaqaallee argachuu mala! Carraa gaarii!! 093 089 1413 ykn 0911593542
09-19-26-07___? Lakkoofsa dhumaa nama argateef #card 50 nan ergaaf👌 #contact me @Gamiwk
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
Industry and Company Profile Traning🎤 📍Galmaa Magaala Walisoo Galatoomaa warra Walee walisoo🥰 Contact me @Gamiwk
Ogummaa keessan keessatti karaa haaraa banuuf qophooftani jirtuu? Dhaabbanni keenya agarsiisa addaa Networkingi guyyaa Dilbata dhufu, Fulbaana 11/2018 A.L.I, Haala Hoo'aa ta'een ni kabaja. Sagantaa kana irratti carraa hojii fi milkaa’inaaf murteessoo ta’an ni dhiyaatu. Tikeetiin hafe muraasa waan ta’eef, tikeeta keessan har’a SANTIM PAY’n bituun iddoo keessan mirkaneeffadha! Gurgurtaan Tikeetii xumuramuun dura ariifadhaa! 👉 Yaadachiisa: Guyyaa sana Bankiin Daldalaa Itoophiyaa tajaajilli isaanii akka dhaabbatuu fuula miidiyaa isaanii irratti beeksisaniiru. Kanaafuu, tikeeti keessan guyyaa hafe keessatti bituun akka qophii xumurtan ni yaadachiifna. Tikeeti keessan bituuf liinkii asii gaditti fayyadamaa.👇🏽 https://santim.io/?eid=7051 Yoo SANTIM PAY fayyadamtan rakkoon yoo isiin qunname ykn QR code hin dhufne, gargaarsa ariifataa barbaaddeef: 📩 Ergaa gara @BTSCCOMMISSION ergi ykn 📞 Lakkoofsa 0988010611 irratti bilbili. #BBS2025 #BigBusinessShow #BusinessNetworking #BusinessGrowth === ALFAAN– Milkaa’ina Keessaniif Qooda Ol Aanaa qaba! === 📍 Finfinnee, Bole, Aanaa 3ffaa, Gamoo Shilmii Darbii 4ffaa ☎️ +251116680014 Bole Branch +251988010611 Sengatera Branch +251903441155 Adama Branch +251990211511 Mekelle Branch +251990227011 Bahirdar Branch +251990227211 Jimma Branch website| Facebook |Telegram| Instagram | TikTok | X | Youtube | LinkedIn
Ergaako Dhaggeeffadhu @Gamiwk1
#Vietnam_🇻🇳_Hanoi🏃🏻♂️🏃🏻♂️🏃🏻♂️ Yoo #kaayyeffatte, yoo #kaayyoo keef hojjette, yoo rakkoo obsite, yoo abdii hin kutin bakka garaa kee inuma geessa! Lafa kanarratti waan ofiikee yaadde gaarii fi qajeelaa taanaan namni ni dandeessaafi hin dandeessu jedheef osoo hin taane, waan ofiif nan danda'a jette hojjedhu. Namoonni nu waliin hojjachuuf fedhii qabdanii @Gamiwk1 irratti na dubbisaa Keessan na argachuuf @Gamiwk1
Baga Ayyaana Bara Hara'an Nagaan Geessan Hiriyootan koo Hundaaf Tokko dhumaa jira Tokko dhufaa jira INNI DHUMAA JIRU Kun dhibee kee fudhatee yaaddoo kee fe'atee qormaata kee baatee Gadda kee sassaabbatee galma Rakkina kee raasee kan siif hin malle yaasee hiyyummaa sirraa kaasee haa darbu! INNI DHUFAA JIRU KUN Nagaa Addaa baatee Jaalala hammatee furmaata qabatee milkaa'ina baatee siif haa dhufu! Kan jaalalaa Kan tokkummaa Kan badhaadhiinaa Kan cichoominaa Kan injifaannoo Hundaa keenyaaf haa ta'uu. From:- Ahmed Abduro
Amma Sa'a 4:00_5:00 sagantaa Breakthrough dabarsu kana hordofaa 👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾 https://t.me/Breakthroughsc
#GROWTH TEAM FOUNDER #GENERAL 💪 Waan hundumaa booda hin jedhiin! Booddee Bunni ni qorra Booddee fedhiin kee ni bu'a Booddee guyyaan gara galgalaatti jijjiirama Booddee Namoonni ni guddatu Booddee Namoonni ni dulloomu Booddee jireenyi si gaggeessuuf deemti Booddee yeroo carraa isaa qabaattee turtetti hojjechuu dhiisuukeef ni gaabbita.
https://t.me/boost/Giveplanyourvision
без подписи
без подписи
#CONGRATULATION 🎊 #SORESSAA ABDISA ..............GARMAAMUU TOLAA 🥰✈️✈️✈️✈️ #Congratution travel achiever Breakthrough Trading SC has organized a special recognition program at the Best Western Hotel to honor our IBOs who have successfully achieved the 6th Round Travel Commission milestone.
без подписи
без подписи