HAQA HAQAME
СтатистикаTatarsa'ee jalaan Ubbaa Yoo bubbules daandii gubbaa Miilli kaayyoo miilli haqaa Bakka yaade numa dhaqaa! https://t.me/boost/HAQA_HAQAME
- Последний пост
- 7 авг.
- Последнее чтение
- 13 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 25
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- —
- 1/48двое суток
- —
- 1/72трое суток
- —
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
без подписи
https://t.me/daniel_bekuma/186
https://t.me/daniel_bekuma/183
Yookaan Hin fagaattu Achi narraa siqxee Yookaan nan dagattu qaxii narraa cittee 💔 Kan biraa ilaaluu ijatu si shawwisa kaanis ittin dhiiftu Anas na hawwita Ofii waanta gootuun Anaan na shakkitaa 💔 Si beekee si bareen Dhugaan sitti aare Asiif achi goruun Kun jaalala dhaaree? ================== ✍️✍️✍️
ETHIO EXIT EXAM🇪🇹, [6/9/26, 11:15 PM] [🖼 የመንግሥት እንዲሁም የግል ከፍተኛ ትምህርት ተቋማት የመውጫ ፈተና #በድጋሚ ተፈታኝ የሆናችሁ (Re-sitters) የፈተና መግቢያ ትኬታችሁን https://verify.ethernet.edu.et/ ላይ በመግባት አውርዳችሁ ፕሪንት ማለት ይኖርባችኋል። (ከላይ በምስል የተያያዘውን ቅደም ተከተል በመጠበቅ ያውርዱ።) @Et_Exit_Exams] የመንግሥት እንዲሁም የግል ከፍተኛ ትምህርት ተቋማት የመውጫ ፈተና #በድጋሚ ተፈታኝ የሆናችሁ (Re-sitters) የፈተና መግቢያ ትኬታችሁን https://verify.ethernet.edu.et/ ላይ በመግባት አውርዳችሁ ፕሪንት ማለት ይኖርባችኋል። (ከላይ በምስል የተያያዘውን ቅደም ተከተል በመጠበቅ ያውርዱ።) @Et_Exit_Exams ETHIO EXIT EXAM🇪🇹, [6/9/26, 11:15 PM] [🖼 Photo] ETHIO EXIT EXAM🇪🇹, [6/9/26, 11:15 PM] [🖼 Photo]
Exit Exam 1) የመፈተኛ ፓስዎርድ እና የመግቢያ ትኬት የፈተና ሰአት ሲደርስ የሚሰጣችሁ ይሆናል 2) የ አገልግሎት ክፍያ 750 ብር ነው በምዝገባው ሰአት በ ቴሌ ብር በ "Education Assessment and Examinations Service" የምትፈጽሙ ይሆናል 3) username የረሳችሁ forgot username በመጠቀም ማግኘት ትችላላችሁ፣ ከዚህ ቀደም በተለያየ ሁኔታ ከ አንድ ጊዜ በላይ ከተመዘገባችሁ ሲስተሙ ሁሉንም username ያሳያል ፣ አንዱን በቻ ይዛችሁ እንድትመዘገቡ እናሳስባለን:: 4, ሰርቨሩ በብዙ ሰዎች በአንድ ጊዜ ስለሚሞከር መቆራረጥ ሲኖር በትግስት መጠበቅ ያስፈልጋል የዳግም ተፈታኞች ምዝገባ ዛሬ ሲጀምር የሚጠናቀቅበት ቀን አልተገለፀም http://exam.ethernet.edu.et/ የ University መረጃ የምታገኙበት
#Update በ2018 ዓ.ም ሰኔ ወር ላይ በድጋሚ የመውጫ ፈተና (Exit Exam) የምትፈተኑ ተማሪዎች፤ ከዚህ በታች በተገለጸው ሊንክ (Link) በመጠቀም፣ የ750 ብር ክፍያ በቴሌብር በመፈጸም ቁጥሩን (Transaction Number) በማስገባት መመዝገብ የምትችሉ መሆኑን እናሳውቃለን። Hojjeteera amma Barattootni irra deebiin Exit Exam qoramuuf jettan link http://exam.ethernet.edu.et/ waan hojjeteef dafaa guuttadha
“Ulfinni Oromoo tokkichummaadhaani.” — Dr. Moggaa Firrisaa (1923–2017). Gootaafi hayyuu, qabsaa’aa fi sabboonaa Oromoo isa Jimmaatti dhalatee Masaraa Mootummaa Hayilee Sillaasee keessatti baratee; booda garuu mirga uummata Oromoof Hayilee Sillaaseedhan mormaa ture. Jeneraal Taaddasaa Birruufa faanas Hayilee Sillaasee fonqolchuuf yaalaa turan. Dr. Moggaan hundeessitoota Waldaa Maccaafi Tuulamaa keessaa tokkodha. Saba Oromoo cunqursaa jalaa baasuuf mootummaa abbaa irree Dargiifi Wayyaanees osoo hin sodaatin qabsa’aa turan. Ogummaa isaaniitiinis Waraana Bilisummaa Oromoo lola irratti madaa’an tola yaalaa turan. Hanga bara 2017 E.C du’aan dachee kana irraa godaananitti dhugaa saba Oromoof falmuuf dubbachuu irraa callisanii hin beekan. Isinoo Dr Moggaa Firrisaa Maaliin yaadattu?
https://t.me/daniel_bekuma
https://t.me/arja_pictures
Fira hin qabu ani ! * Gaafa rakkoo kootii Kan anaaf birmatuu Dhibee keessa kootii Kan anaaf hubatuu * Daawwaa dhibee kooti Kan anaaf barbaaduu Waa'ee borii kooti Homtuu naaf hin yaadu * Fira rakkoo kootii Hunduu natti ta'ee Yaadaan na darara Yaaddoo natti ta'ee * Egeree borii kootii Hundumtuu na darba Waa'ee jiruu koot Yaadaan dhiibee darba * Mirga isaa tikfachuuf Mirga koo kan molqu Dhibee keessaa kootii Eenyumtuu naan argu Dhibee koo dhokfadheen Keessatti gad-dhiigaa Kaayyoon Jiruu kootii Borii koo ni Hikaa!
Haacee koo - goota dhiiraa Gumgumtuu akka bakakkaa Ati ofiiyyuu siidaadha Siidaa onnee walakkaa Warqee bakka hin buufamne Qaalii tilmaama hin qabne Nutti hir'ate karaa kee Akka hin taanetti cabne... Siidaa... Haa ijaaran gaariidha Akka dhaloonni ilaalu Nuuf garuu siidaan kamuu Dhugaafi gumaa kee hin caalu! Ni dhufti guyyaan tokko Turtee....taatus fageenya Gaafa dhugaan kee baate Isheedha #siidaan keenya! @Lataa_Qana'ii
#Yaa_Hiree_Hiraare Carraa Wal fakkaataa Tokkoof Eela Laatee Tokkoof Biyyoo Laata Daddarbaa Wal darbaa Hiree Wal hin simnee Eelaaf Meeluu Caba Kan Waliin Hindeemne Ganama Obboroo Caama Ilkaan Seequ Osoo kolfeen fixiin Ija Imimmaan Jeequ Hiree Wal fakkaataa Baraaf Guyyaa keessaa Dhaloonni Maal taanaan Maaf Of barbadeessaa Tokko Rirmi Nyaatee Tokko Hirmii Nyaata Ol adeemaan Dhume Barri Kun Maal Laata Ofitti Laatamnaan Ofiif Of Jibbita Garee Jiinnii taatee Mirgakee Sarbita Kichuutti Ciramuu Hamaatti Diramuu Ofitti Kennamuu Barii Ifee Dhaamuu Ofitti Dhaadachuu Goolii Ofitti Galchuu Bool'atti of gangalchuu Rabbi Nu Haa Oolchu🙏 Waanuma kamiifuu obsuun gaariidha!
Guyyaan Qormaata Kutaa 12ffaa Ifoomeera. Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaataa qormaata xumura barnoota sadarkaa lammaffaa (kutaa 12ffaa) Waxabajjii 24 hanga Adoolessa 17, 2018 A.L.I. tti akka kennamu beeksiseera. Gama biraatiin, qormaatni biyyoolessaa sagantaa Rimiidiyaalaa Caamsaa 17 hanga Caamsaa 20, 2018 A.L.I. (guyyaan Caamsaa 19 Iid Al-Adhaadha) kan kennamu yoo ta'u, qormaatni ba’umsaa barnoota digrii jalqabaa (Exit Exam) immoo Waxabajjii 2 hanga Waxabajjii 12, 2018 A.L.I. tti ni gaggeeffama. Dabalataan, qormaatni seensaa barnoota digrii lammaffaa fi isaa ol (NGAT) Adoolessa 29 hanga Adoolessa 30, 2018 A.L.I. tti akka gaggeeffamu ibsameera.
Darbee sittin dubbadhuu Daangaa ati naa keesserraa Yaadakoos hin rarraasuu Akka Meetii Lapheerraa Yaadakoo Qalbiin gorseen Akkan deemnen ittisaa Maaliif wan hin taanettii Yaadee Samuu dhiphisaa Gorseera garaa kiyyaa Akka Abdii kutatuu Onneen jaalala baasee Dhiiga duwwaa haa darbatuu!!🙄
https://youtu.be/P9KzCEdCuV4?si=2xfuUcFog8Ut7ReI
Barumsaa distance malee tasumaa jaalali distance hin jiru🙄never mind🔥
#Beeksisa #Barattoota_kutaa_12ffaatiif Qormaatni Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Gosootni Barnootaa Qorataman Beekame. --------------- BBO- Bitootessa 25/2018 Barattootni Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Fudhachuuf Qophiirra Jiran Gosoota Barnootaa; A- Dameen Barnootaa Saayinsii Uumamaan: 1- Afaan Ingilizii, 2- Herreega, 3- Scholastic Aptitude, 4- Baayoloojii, 5- Kemistiriifi 6- Fiiziksiidha. B - Damee Barnootaa Saayinsii Hawaasaa: 1- Afaan Ingilizii, 2-:Herreega, 3- Scholastic Aptitude . 4- Seenaa, 5- Ji'ograafii fi 6- Ikkoonomksii yoo ta'an; C- Qormaatni Sadarkaa Irraa Qophaa'u: Qormaatni kan qophaa'u gosa barnootaa qoraman hunda kutaa 9ffaa - 12ffaa boqonnaalee hunda kan hammatu ta'uu, D - Haala Qophii Qormaataa - #Qormaatni_kutaa_9ffaa keessa qophaa'u, sirna barnootaa haaraafi sirna barnootaa moofaa keessa jiru (#kan_waloo ta'e/ kitaaba lachuu keessa jiru) keessaa fudhachuun qophaa'a. - #Kutaa_10ffaa - 12ffaa Sirna Barnootaa Haaraa keessaa qophaa'a. - #Barnootni_Ikoonomiksii Sirna Barnootaa Haaraa Keessaa ta'ee kutaa 10ffaa - 12ffaatti kan jiru keessaa kan qophaa'uu ta'uu Tajaajilli Madaallii Barnootaafi Qormaatilee Biyyoolessaa beeksiseera. Kanaafuu, Barattootni keenya haaluma kana hubachuun humna qo'annoof qabdan cuunfitanii akka itti fayyadamtan dhaamsa keenya dabarsaa, barsiisotni keenyas deeggarsaafi sagantaa tutooriyaalii kennaa jirtan daran cimsitanii akka itti deemtan dhaamsa keenya ta'a. Barattoota keenyaaf: Carraa Gaarii Hawwina! Barri Kan Milkii Haata'u!
Dur yeroo namni jiru, Namni namummaa guutuu; Manni Oromoo hingubatu, Ilmoon Oromoo hinduutu! Yeroo tokko taanetoo, Diina Oromoon lollu; Nagaadhan manaa baanee, Yeroo nagaadhan gallu; Alaa-manni Oromoo, Nagaa ture yoosana; Bineensuu nama hintuqu, Yoo bulanis bosona! Har'a garuu Oromoon... Ofumaan walsalphisee, Ba'anii nagaan galuu, Fira deemanii laaluu; Jiraan waliif birmachuu, Jireenya walhanqisee; Du'aallee awwaallachuu; Wal-dhoowwee walsalphisee! Falachuuf falli badee, Falli tooftaa ilma namaa, Malachuuf malli badee, Malli abbootii ganamaa; Dur-hin-jirree maalitii? Eenyumatuu nutti himaa? Bara olaantummaa diinaa, Daran walmararfataa, Oromoon maalum-ta'eetu, Ofiin wal-diinomfataa??
#NationalExam የ2018 ዓ.ም የ12ኛ ክፍል ሀገር አቀፍ መልቀቂያ ፈተና ምዝገባ እየተካሔደ ይገኛል። በድጋሜ በግላችሁ የምትፈተኑ ተፈታኞች ራስ-አገዝ በሆነው በዚህ ሊንክ 👉 https://register.eaes.et በመግባት መመዝገብ ይኖርባችኋል። ያልተመዘገባ ተፈታኝ ለፈተናው መቀመጥ አይችልም ያለው የትምህርት ምዘናና ፈተናዎች አገልግሎት፤ ተፈታኞች በተሰጠው የጊዜ ገድብ ውስጥ እንዲመዘገቡ አሳስቧል። via tikvah