- Последний пост
- 21 мая
- Последнее чтение
- 14 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 21
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 14 авг.
- 1/24сутки в ленте
- —
- 1/48двое суток
- —
- 1/72трое суток
- —
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
Akkas ture. Mee akam ture jettee na hin gaafattu turtee🦻? ✍Manguddittii takkatu ollaa mootii jiraataa ture. Manguddittiin tun mana xiqqaa tokkoofii lukkuu qabdi turte. Gaafa tokko imala gara biraa deemuu barbaaddeeti deemuun duratti “Yaa Rabbi! lukkuun tiyyaaf goojjoon tiyya sitti adaraa!” jettee du’aa’ii godhattee deemte. Mootichi ollaa sunis erga isiin deemtee booda iddoo biqiltuufi Abaaboo garagaraa dhaabu bal'ifachuu barbaadee da'oo manguddittii tanaa dhaale. Loltoonni mootichaas goojjoo isii san diiguudhaan lukkuu isiitiis qalan. Manguddittiin wayta godaansa isii xumurattee dhuftu dubbii nama isii rifachiiftu tana argitee, gara samii ol ilaaluudhaan akkana jette “Yaa Rabbi! Ani as hin turree, atihoo eessa turte?” Jetteen😢.Rabbiinis kadhaa isii qeebalee ilmi mootii mooticha guraadeedhaan waraanee ajjeese. 👉Rasuulli Rabbii sallallaahu aleeyhi wasallam “Gabricha Rabbii ajjeefamaa tahi malee ajjeesaa hin tahin” Du'aa'ii nama miidhama eeggadhu! Gidduu isiitiifi rabbii girdoon takkallee hin jirtuu!"Jedhan. Rabbiinis akkana jedha “Si Rabbiin ka gabricha isaatiif gahuu mitii? ✍ Jaaloo miidhamaa tahi malee miidhaa hin tahin! Wallaah beeki rabbiin waadaa siif galeeraa akka ati harka isa si miidhe irraa deebifattu gaafa hoolaan qululluun (gaafa hin qabne) hoola gaafa qabu irraa harka kaffalattu! 📤 Ergaan isaa gabaabbinaan uumaan Rabbii si biratti hin miidhamin! Waarii Gaarii! @hundaqabata @hundaqabata
👌 WAAN JIJJIIRUU HIN DANDEENNE FUDHU! (ACCEPT WHAT YOU CAN'T CHANGE!) ✍ Waan harka kee hin jirre irratti hin dhiphatin! waan harka Rabbii jiru irratti ammoo hin shakkin! (Do not worry about what is not in your hands; and never doubt what is in Allah’s hands.) ✍Waan jijjiiruu hin dandeenne tokko wayta qunnamtu, inni sun fedha Rabbiitiin akka ta’e amanuun qalbii nama tasgabeessa. Wanti hundi harka Rabbii jira. Nutis hamma dandeennu carraaqna, bu’aa isaa immoo Rabbitti dhiisna. ✍Islaamummaa keessatti, waan harka keenna hin jirre fudhachuun hundee Iimaanaati. Kunis amantii Qadaa fi Qadara (Murtii Rabbii) irratti qabnuun wal qabata. Inni kun dhiphuu sammuu irraa nu bilisoomsa. " Tarii wanta tokko ni jibbita, garuu inni siif gaariidha. Tarii immoo wanta tokko ni jaalatta, garuu inni siif badaadha. Rabbi ni beeka, isin garuu hin beektan.” (Suuraa Al-Baqara 2:216). 👉Nabiyyiin keenna (SAW) akka nu barsiisanitti, wanti tokko erga nu jala taree booda "Osoo akkas godhee akkas ta'a ture" jechuun balbala sheytaanaa ufitti banuudha jedhani. 👌 Bakka "Osoo" jedhu san "Qaddarallaahu wa maa shaa'a fa'ala" (Rabbi murteesse, waan fedhes raawwate) jechuun gaariidha. Inni kun hamilee namaa ijaara. Akkuma Nabiyyiin keenna (SAW) jedhan: "Dhimmi mu'uminaa hundi dinqiidha; rakkoon yoo isa tuqe ni obsa, sun isaaf gaariidha. Kheeyriin yoo isa tuqe ni galateeffata, sunis isaaf gaariidha." ✍ Mammaaksi warra keennaas: " Bishaan kan tare osoo hin taane, kan dhufu waraaban" jedhama. Dubbiin nabii keennaa maaliif mi'aawa jennaan "kan tare dhiisanii, kan dhufu waan haasawaniif" jedhan. Waan tareef uf cinqaaa ooluun, waan lufe hin deebisu. (Talking about what passed does not bring back what is gone.) Focus your energy on what you can do today. 👌 Waan jijjiiruu hin dandeenne fudhachuun humna dhabuu osoo hin taane, murtii rabbiitti amanuu jechuudha. Akkasuma ogummaa sammuu fi amantii jabaa ufirratti qabaachuudha. ✍ Even in difficulty, saying "Alhamdulillah" aligns your heart with peace. So make your part of life the word ' Alhamdulillah'. 🙌 It’s enough of enough for today! If u get some points from this advise, share with your friends! Haganaan nu haa gahu! Jabaadhaa! Ijji iftuun wali nu haa agarsiiftu! @hundaqabata @hundaqabata
Dhaamsa Shamarran keenyaaf 💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐🌹 Hadhaa mana qofa ta’u osoo hin taane, Hadhaa namaa ta’u qabna 🤍 🕌 Imaamni guddaan Ahmad binu Hanbal haadha isaa irraa yeroo dubbatu akkana jedha: ✨ “Ummaan tiyya anaa amata kudhanii Qur’aana na haffaziiste. Osoo Subhiin hin geenye dura kaatee bishaan wuduu’aa naaf owwifte, na dammeysiti. 👕 Uffata kiyya naaf uffisteeti, isheenis hijaaba isiitiin hagooggattee, waan Masjiidni nurraa fagoo ta’eef kophaa ni sodaatti jechuun 🌙 halkan biyya Baghdaad qabbana sana keessa na wajjiin gara Masjiida deemti.” 🤲 📚 Imaamu Maalik haadha isaa irraa yeroo dubbatu akkana jedha: ✨ “Haati tiyya uffata Sheekonni gurguddaan uffatan naaf uffisteeti, 👉 ‘Deemi Rabii’a bira dhaqii; osoo beekumsa irraa hin baranne dura adaba irraa baradhu’ naan jatti.” 🤍 🕊 Imaamu Ashaafi’iin haadha isaa irraa yeroo dubbatu akkana jedha: ✨ “Ummaan tiyya yeroo ani halaqaa hadiisaa irraa gale, 📖 ‘Waan qaraate na dhageeysi’ jetteeti narraa dhaggeeyfatti. 💰 ‘Qabeenyaaf ati hin yaaddawin, Rabbiitu nu razzaqaa’ naan jatti.” 🌸 🌷 Hundi isaanii dhiira amantii keessatti mootummaa qabu oomishuuf tattaafachaa turan. 🤲 Rabbiinis tattaaffii isaanii keessatti barakaa kaa’eef. 💎 Yeroo haati gahee isii beeyte, ilmaan Diiniifi addunyaa keessatti milkaa’an oomisti. 🌹 Yaa ukhtii tiyya… Ati mootummaa guddaa tokko ijaaraa jirta jechuun ni danda’ama. 📚 Barbaachisummaa tarbiyyah, adaba, fi sodaa Rabbii dagatin. 🤍 Haati gaariin ummata gaarii ijaarti.
አንዳንድ ሰዎች ግን....ማለት ነው።🫣 Namoonni tokko tokko garuu jechuudha...... Ajaa'iba bar🙄🤭 Namoonni tokko tokko garuu jechuudha....Yoo bakka wahiitti(Group wahii irratti nu argitan)keessaan dhuftanii...Hi😏Hi...or AssalaamAleeykum...namaan jettan😃Maali Nagaan qabdan moo?....ani gaafa akkas jedhu warra...Nama gorsu or...barsiisuf ykn baratuuf....ykn namni sun dogongoree Gorsuuf dhufan😍Isaan sanniinii miti...በነገራችን ላይ...Warri nu gorsitan..na jajjabeessitan...Nuuf jiraadhaa...Rabbi isinirraa haa jaalatu🌸🤲Dhiifamas.... Warri kuun immoo...warri dhufaa..wal haa barru😮💨...Yoo sababa isin gaafatan....maal muslimni obboleessaa😆...ykn Wal baruun irra kheyriidha namaan jettan😉Dhiisaa kheyrii hin qabu...Adabadhaa Wallaahi🚫dhiisaa Keessan....shamarran keenya hin jeeqinaa... ! 🤔Some people ደሞ...Maqaa Bultii jedhuun...walitti dhufuun....booda immoo karaa hin taanen...Ofis dhabanii Rabbii ofiis dhabutti gahu...Subhanallaah😢 ✅ADARAA..ADARAA...Adabadhaa.....!!!.... 🫴Dubbiin kun dhiirota qofa bira miti...! Eeyyen...Shamarran tokko tokkos...obboleewwan keenya..Gara keessan dhaqxanii ykn isinitti dhufanii....photo keessan irratti ergaa..Qalbii jaraa cabsitan Rabbi sodaadhaa...😭...ukhtii koo ani simaafi....Namni muslimaa obboleessa waliiti...obboleessa kee miidhun sigaafachiisa...na gaafachiisa....ishees gaafachiisa...💔.. Wanti yaaduu qabdu heddutu jira bar obboleettii koo...ati Gaafa photo(suuraa) kee ergitu... 1ffaa kabaja kee gad buusta...😡🚫 2ffaa...tarii obboleessa kee kana Fitnaa keessatti kuffista...sababii rabbi si taasisee...hanga waan hin yaanne yaaduutti...hanga karaa sirrii irraa maqutti....or immoo....Gaafa ati irraa gorte...hanga Haaloo kee....Obboleettii kee biroo irratti bahuuf yaaduutti...Geessuu mala Subhanallaah😭💔... 🫴Walitti dhufeenyi dhiira fi dubartiidhaa kan sababii maleedhaa....gara birootti nama geessa...! RABBIIN OL TA'E KANA BEEKA kan akkas nuun jedheef:-👇 ولا تقربو الزنا.....🚫 سبحان الله🌸 Rabbi bar hin dalaginaa miti kan jedhe ....inumaayyuu ittumaa hin dhihaatinaadha...!🚫🚫.. Now adays....Haaluma Gabaabaadhaan itti gahuun danda'amaa yeroo itti ta'e keessa jirra...innis...SiLKii nuti harkarraa qabnuudha....!......Irraa of Haa EEGNU....!⁉️ Ukhtii too Of sattari....Namas sattari....ATI QAALIIDHA...!✨🌹 ✍Obboleessa koo Atis Qaaliidha🌹✊....Jara keessaan dhimma malee sitti dhufte...si jeeqxe BLOCK Ofirraa Godhi...tariitii sitti dhufuun ishee si dogongorsuuf ta'uu...mala... ✍Obboleewwan koo Dubbiin An dubbadhe warra ilaallatuufi warri keessa hin jirre dhiifama naaf...GODHAA....kan keessa jirtanis ofirraa dhaabaa... Yaa Rabbi warra Gaggaarii irraa nu taasisi😭🤲🤲🤲 🌺🫀Isin jaaladha waan dubbistaniif galatoomaa obboloota koo❤️🩹🥰🤌 https://t.me/IbnuTemiya
📥 Dubbii gabaabaa ergaan isaa dheeraa! Abu Haazim akkas jedha 👉 “Diina kee caala fedhii lubbuu keetiitti qabsaa’i!” Ammas “wanta lama yoo raawwatte wanta gaarii addunyaa fi aakhiraa ni waffaqamta(qunnamta), jedha. Isaan lamaan sunniin maaliidhaa? Jedhame gaafatame. Innis ni jedhe:- 1⃣ffaa, " wanta ofii jibbitu garuu wanta Rabbiin jaalatu bakkaan yoo geette (hojjatte)". 2⃣2ffaa, " wanta ofii jaalattu garuu kan Rabbiin jibbu hojjachuu yoo dhiifte". 🧑💻AKKA DHAAMSAA ADHAATTI https://t.me/IbnuTemiya
Raayyaa 39 Isa haaraadha
без подписи
✍Mee ALHAMDULILLAH....الحمد لله .....jedhaa🥹🙌 👉🏼Inni kuun Ramadaana otoo hawwuu asirraa boqate.😢 👉Inni kuunis otoo hawwuu....Fayyaan isaa isa dhoorgite😭... 👉Otoo halkan ka'ee dhaabatuuf hawwuu....fayyaa isaatif dadhabee😔carraan isa dabre.... 👉kuunimmoo yoomuma Rabbii kootif deemee taraawiha dhaabbadha jedhee yaada...ofiimmoo sababii fayyaatiif carraa kana hin arganne😔 ☀️Inni kuun immoo carraa hundaa argatee itti fayyadamuu dadhabe😭 👉Inni kuunimmoo Fayyadamee Galata galchuu irraanfate😢.... Ani fi Ati hoo isa kami laata...??.. ᴡᴀʟᴜᴍᴀᴀ ɢᴀʟᴀᴛᴛᴜᴜ..... 🌸Warri carraa kana argattan....Galgalaa ganama Rabbii keessan galateeffadhaa..... 🌸Warri otoo dandeettan itti fayyadamuu dadhabdanis....Rabbirraa abdii hin murinaa itti fayyadamuuf YAALAA....😊 🌸Warri Rabbiin ol ta'e sababii danda'uu keessanii dhukkuba isinitti taasises.....kheyrumaafi....🥹ᴀʟʜᴀᴍᴅᴜʟɪʟʟᴀᴀʜ.....ᴊᴇᴅʜᴀᴀᴛɪɪ ɪsᴀ ɢᴀʟᴀᴛᴇᴇғғᴀᴅʜᴀᴀ ᴀʙsʜɪʀᴜᴜ....Rabbiin ol ta'e...waan taasisu hunda sababaaf taasisa...kunis kan ta'eef kheyrumaafi....ofiimmoo waan Gaaritti hiikkadhaa(hawwii gaarii Rabbii ol ta'erraa hawwaa....)..Rabbiin keenya dhiphina booda laafinsi(furmaanni) akka jiru nuuf dubbateera....❤️🩹 Ammas Rabbiin ol ta'e...akka Abdii isarraa murachuu hin qabne nuuf hima..... Nabiyyiin Rabbii صلي الله عليه وسلم... Akkana jedhan. ..muslima tokko dhukkubni isa hin tuqu...Hammuma qoree isa waraantee dabalatee.....yoo Rabbiin sababa sanaan badii isaa irraa harcaase malee...... 🤗ALHAMDULILLAH Rabbiin keenya waan nu dhiphisu hunda keessatti....sababii...akkasuma furmaata jabaa nuuf kaahe..... Mee ALHAMDULILLAH JEDHAA...!🙌 الحمد لله.....❤️🩹 Yaa Rabbi dhabnelle argannus si galateeffachuu nuu laaffisi yaa Allaah..... Yaa Obboleewwan Du'aa'in wal haa Yaadannu..... Ooltii....Ramadaana Gaarii🌹❤️🩹 https://t.me/IbnuTemiya
📑JECHOOTA IBN AL-QAYYIM! 📮Soomni "lugaama warra Rabbiin sodaataniifi (harness of the muttaqun? gaachana loltootaa (shield of the warriors) jedhanii waamu. Kunis qalbii fitnaa addunyaa irraa ittisa. 📮 Soomni "humna qaama alaa fi keessaa eeguuf dhiibbaa ajaa’ibaa qaba. Inni akka qulqulleessituu (detox) qalbii fi qaamaa ta'ee tajaajila." 📮 Soomni "fedhii lubbuu (shahwaa) fi kajeellaa lubbuu kan akka nyaataa fi dhugaatii, xiqqeessuun, lubbuun akka laaftuu fi Rabbiin ajajamtu taasisa. Kun ammoo onnee addunyaa isii miidhuun akka hin booji'amne taasisa." 📮Soomni "qaama fedhii dabalataa irraa boqachisee, lubbuu ammoo hawwii addunyaa irraa bilisa baasa." 📨 Fasting tips of the day! https://t.me/IbnuTemiya
🛡️ Inni Si Tiksa! 💢Gaafa diinni kee "Inni kufeera" jedhu, Rabbiin immoo "Inni ka'uuf jira" jedha. 🔹️Gaachanni kee amantii keeti. Humna Duaayii: Duaayiin waraana harka duwwaa itti injifatanidha. ♦️Ati kadhadhu, Inni immoo siif lola. 🌟 Amantiin kee meeshaa waraanaa kee isa cimaadha!🌟 https://t.me/IbnuTemiya
Ramadan_Mubarak! Qalbii hoonga’e jiisee Rahmatasaan nu sooruu Ramadaanni nuuf dhufe Nutis jenneerra "nooruu!" Baatii kabajaa qabdu Caaltuu ji'oota maraa Waggaa ga'anii arguun Tola isaatiini baraa... Utuu qalbiin seena’uu Dirqiidhaan bira lufee Bar darbe waliin turree Meeqat nubiraa kufee Rahmatummaakee keessaa Umriin keenya itti fufee Alhamdulillaah Rabbi Kan nagaan nutti dhufe! Muslimoonni guutuu addunyaa irratti argamtan martinuu baga baatii kabajamaa Ji'a Ramadaanaa nagaan geessan! warra keyriisaa hunda argatee irraa milkaa'ee darbu Rabbi nuhaa taasisu! ✍️... Riyaad Raayyaa https://t.me/IbnuTemiya
Ramadaanni Boru Tahuun beekame. Ramadan Mubaarak
🌙ረመዳን ሊገባ 3️⃣ቀን ብቻ ቀረው! 🌙 ያንን ናፍቆት የሚቀሰቅስ የረመዳን ድባብ (Vibe) ናፍቆዎታል? 💡 በጣም የሚያማምሩ ፎቶዎች፣📷 ቪዲዮዎች እና የረመዳን ዝግጅቶች የሚለቀቁበት ልዩ ቻናል ተከፍቷል! አሁኑኑ ገብተው ጆይን ይበሉ፤ እንዳያመልጥዎ!🤍 ይህ ቻናል ካመለጣችሁ ብዙ ነገር አምልጦአችኋል! አሁኑኑ ተቀላቀሉንና ረመዳንን አብረን እንናፍቅ፡🤍💗 ለመቀላቀል እዚህ ይጫኑ፡👇 https://t.me/IbnuTemiya
Hundee Kee Hin Dagatin 🌳 Muka Hundee Qabu Mukti hundee hin qabne bubbeen ni kuffisa. Namni maatii fi seenaa isaa dagates akkasuma. Bakka geessu argachuuf, bakka itti dhalatte fi namoota si guddisan kabajuu qabda. 👨👩👧👦 Dhaamsa: Guddinni kee maatii kee keessatti haa mul’atu. Isaan si guddisuuf kufanii ka'an, ati immoo isaan boonsuuf milkaayi. Oolmaa milkaa'inaa ♨️
Channel photo updated
Channel name was changed to «Abduu Official»
THINK AND GROW RICH 📚 by Napoleon Hill Here are 12 key points from the book - 1. The Power of Thoughts: Your thoughts have the ability to shape your reality. Think positively and visualize your goals, as your mind can attract the opportunities and circumstances needed to achieve them. 2. Desire and Persistence: . A burning desire combined with unwavering persistence is the key to achieving your dreams. Be clear about what you want and keep pushing forward, even when faced with obstacles. 3. Belief in Yourself: Believe in your abilities and have faith in your potential for success. Confidence in yourself will help you overcome challenges and setbacks. 4. Setting Clear Goals: Clearly define your goals and create a concrete plan to achieve them. Specific and measurable objectives will help guide your actions effectively. 5. Mastermind Group: Surround yourself with like-minded individuals who share your ambitions. A mastermind group can provide support, new perspectives, and valuable insights. 6. Taking Action: It's not enough to think and dream; you must take consistent and decisive action towards your goals. Inaction leads to stagnation, while action breeds success. 7. Overcoming Fear: Identify and confront your fears, as they often stand in the way of progress. Overcoming fear is essential for personal growth and achieving success. 8. Learning from Failure: Treat failure as a stepping stone to success rather than a roadblock. Learn from your mistakes, adjust your approach, and keep moving forward. 9. Imagination and Creativity: Cultivate your imagination and tap into your creativity to generate innovative ideas and solutions. 10. Persistence and Perseverance: Success may not come overnight, but with persistent effort and perseverance, you can achieve extraordinary results. 11. The Power of the Subconscious Mind: Your subconscious mind plays a significant role in shaping your thoughts and actions. Train your mind to focus on positive outcomes. 12. Giving Back: Achieving wealth and success is not solely about personal gain. Use your success to contribute positively to society and help others along their paths to success.
✍Yaa Nama koo.... 🌸ilaa mee yaa nama koo namni maal naan jedha hin jedhin....🙌 🥀Rabbi maal naan jedha jedhi......eeyyen isatu si baasa... 🤜ilma namaa irraa tasuma haftee siif kennamu hin dhabdu.... 🤝Hammamis gaarii taatuu namni inuma waa siin jedha... Akkasuma namni gaarummaa keetiin si beekus jira.... 💦Akki gootu yaa namaa....Yoo Gaariidha jedhamtes hangas hunda hin gammadin....maaliif yoo jette Galmee kee isa Rabbi bira siif jiru...hin beektu🥲 ✍Yoo namni si tuffatus dhiisiin🤝maaliif beektaa inni rabbii miti...ati tarii rabbii kee biratti gaarii ta'uu dandeessa.... 🤷beekamaadha🤛..ilmi namaa dogongoraadha....Garuu Rabbiin Araaramaadha☝️🤗inni bar rahmata narraa hin muratinaa nuun jedheeraa🌸🥰 👌Gorsi namaa xiqqaas ta'ee guddaa...yoo gorsa karaa sirrii ta'e irraa fudhu....🤝Haala rabbiin walitti si hin buufneen....🥀 🌏Addunyaa kana irratti fakkiitu baay'ata...fakkii ta'uu irraa of haa eegnu.... 👉Fakkiin maali beektanii.....sababiin kheyrii dalaguu keennaa akkas yoo ta'e...👇 👉Ebaluyyuu akkas godhaa anilleen akkas godha🙄 👉Bar ebalu akkas godhee namni jaalateenii....🙄😢 👉Bar ebalu akkas godhee qarshii argatee....😳 👉Ebaluun yoo akkas godhe na jaalata....fi kanneen kana fakkaatan dalagaa kheyrii keenna nu jalaa balleessuu malu😭 Yaa akhii/ukhtiii koo Gaarii😢 Waan dalagdu Rabbumaaf dalagi...wallaahi keessi kees boqonnaa👌..jireenyi har'aa fi boruu(aakhiraa)keetiis bareedduu siif taati...inshaa'allaah ЯΑВВΙΙɴ НυИᴅΑ КЄЄИУΑΑFᴜᴜ ΙКНℓΑΑЅΑ Иυυf нαα кєииυ
без подписи
без подписи