- Последний пост
- 16 июн.
- Последнее чтение
- 14 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 20
- Тип
- открытый
- Язык
- английский
- В каталоге с
- 14 авг.
- 1/24сутки в ленте
- —
- 1/48двое суток
- —
- 1/72трое суток
- —
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
Ministeerri barnootaa appilikeeshinii “Agent AI Teacher Assistant” (Agentic AI Teacher Assistant) jedhu kan guutummaatti sarara irraa bahee hojjetu fi of danda’ee murtee kennuu danda’u horateera. -----------------//------------- (Ginbot 28/2018 E) Ministeerri barnootaa AI appilikeeshinii hojii guyyaa guyyaa barsiisota sadarkaa 2ffaa hir’isu, guutummaatti sarara irraa badee hojii of danda’ee hojjeta. Akka ICT fi Digital Education CEO Zelalem Asaffaa (Doctor) jedhanitti, application kun sarvarii giddugaleessa ykn teeknooloojii duumessa irratti hin hirkatu, garuu salphumatti kompitara naannoo irratti kan fe’amu fi dandeettii keessoo qaba jedhe. Akkaataa sirna barnootaa haaraatti kitaabota kutaa 9ffaa - 12ffaa akka Datasettti, guutummaatti qoratanii hubachuuf AI application qopha’eera. (Model Fine-Tuning). Appilikeeshinichi karoora barnootaa qopheessa, gaaffilee qormaataa fi assaayimentii sadarkaa isaa eeggate kan maddisiisu, akkasumas tarsiimoowwan barsiisummaa mataa isaatiin qindeessuu kan Kunis yeroo gatii qabeessa barsiisonni hojii birokiraasii guyyaa irratti dabarsan guutummaatti kan hir’isu ta’uus himaniiru. Barsiisonni yeroo gahaa barattoota isaanii waliin qunnamtii kallattii akka qabaatan gargaaruun alatti qulqullina barnootaa mirkaneessuu keessatti shoora olaanaa akka qabu Dr. Zelaalem eeraniiru. CEOn akka jedhetti teeknooloojiin kun ulfaatina ifaa LLM moodeela salphaa ta’e laptoppii yookiin desktop kompiitara kamirrattuu osoo hin barbaachisin fe’uu danda’a. Muuxannoo manneen barnootaa filatamaniitiin appilikeeshiniin bu'aa gaarii argamuu kan ibsan ogeessi kun, barsiisotaafi ogeessota teeknooloojii naannolee hundarraa dhufaniif leenjiin kennamuus ibsaniiru. Gorsaan kutaa ICT Muluneh Atnaafuu (Doktor), gama isaaniitiin, appilikeeshiniin AI kun qaama tarsiimoo dijitaalaayizeeshinii barnootaa waliigalaa ministeera barnootaa baase akka ta’e ibsanii jiru. Digital divide riqicha: AI application guutumatti Offline Mode irratti hojjeta. Appilikeeshinichi tajaajila addaan hin cinne kenna jedhan keessumaayyuu manneen barnootaa baadiyyaafi fageenyatti bakka networkiin interneetii hin jirre yookiin baay’ee murtaa’aa ta’e. Kunis garaagarummaa manneen barnootaa magaalaa fi baadiyaa gidduu jiru akkasumas qulqullina barnootaa (Digital Divide) sadarkaa ol’aanaatti akka ceesisu hubataniiru. Zero Infrastructure & Subscription Costs ilaalchisee application kompitara irratti yoo fe’ame kaardiin interneetii ji’aan hin jiru, network diriirsuu ykn AI fayyadamuun akka barbaachisu ibsanii jiru. AI application kun barsiisota ammayyaa’aa fi salphaa kan taasisu qofa osoo hin taane, barattoonni deeggarsa fooyya’aa karaa walitti fufiinsa qabuun akka argatan gochuun firii isaanii akka fooyyessu ni ibsa. Pirojektiin Cehumsa Barnoota Itoophiyaa baankii addunyaatiin deeggarame sadarkaa yaalii AI application (Pilot) hojiirra oolchuu fi babal’ina dabalataa deeggarsa teeknikaa barbaachisaa ta’e gochuudhaan manneen barnootaa keessatti ijaaramuun bu’aa olaanaa qaba.
Dur Telegram 𝗟𝗼𝗴𝗶𝗻 gochuuf... koodiin 𝗦𝗠𝗦dhan bilbila irratti ergama ture. Amma garuu Telegram tajaajila SMS dhaabeera. Sababni: Ethio Telecom qarshii guddaa nu gaafate jedhu. (Screenshot kana ilaali) Kanaaf koodiin duraan karaa 𝗦𝗠𝗦 nuuf ergamaa ture gara 𝗘𝗺𝗮𝗶𝗹tti jijjiirame. Kanaafuu: Telegram keessan irratti 𝗲𝗺𝗮𝗶𝗹 keessan dabaluu qabdu. Yoo 𝗲𝗺𝗮𝗶𝗹 itti hin daballe... akka tasaa 𝗹𝗼𝗴𝗼𝘂𝘁 yoo gootan, deebitanii 𝗹𝗼𝗴𝗶𝗻 gochuuf Telegramiin kee 𝗽𝗿𝗲𝗺𝗶𝘂𝗺 ta’uu qaba. 𝗣𝗿𝗲𝗺𝗶𝘂𝗺 gochuuf immoo TON ykn USDT qabaachuu qabda. Odoo rakkoon kun si hin muudatin waan godhuu qabdu: • Telegram kee 𝗲𝗺𝗮𝗶𝗹 waliin walqunnamsiisi • Two-Step Verification enable godha. • Password cimaa-yaadachuu dandeessan itti godhaa. Kana yoo gootanTelegram keessan rakkoo kanaaf hin saaxilamu.
karaa youtube odeeffannoo teekinoolojiin walqabatan akkasumas youtube and vedio marketing irratti vidiyoowwan babbareedaa qabannee dhufaa jirra kanaafu youtube keenya subscribe gochuun akka nu cina dhabbattan jenna. https://www.youtube.com/@keenyatech
#Repost ⭐️1000STAR ለ 10 እድለኛ ሰዎች, አሸናፊውን TELEGRAM RANDOM ይመርጣል ከ 7 ቀን በኋላ አሸናፊዎች ይታወቃሉ, ለመሳተፍ 2 ቱን ቻናሎች የግድ መቀላቀል ይኖርባቹሀል። Share ስታደርጉ ደግሞ እድላችሁ ይሰፋል👍 🎁መልካም እድል 🙏 የኛ ቤተሰብ ስለሆናችሁ ከልብ እናመሰግናለን ☺️ ሞቅ ሞቅ አርጉት እንጂ👍🔥 ✉️@HahuCryptoEt
Baaburri dheeraan addunyaa kanaa kan konkolaachisaa malee socho'u hojii eegale. ▬ ▬ ▬ Tajaajilli baabura imaltoota konkolaachisaa hin qabne kun dhiheenya kana Sa’uudii Arabiyaa Riyaad keessatti hojiirra kan oole yoo ta’u, sammuu namtolcheetiin(AI) kan deeggaramuu yoo ta’u, saffisaa, baasii xiqqaa fi nageenya kan qabu ta’uu himama. Mallattoo tiraafikaa hubachuun, saffisa baaburaa to’achuun, yeroo rakkoon mudatu dursanii beeksisuun faayidaa teeknooloojii sammuu namtolchee baabura kanaaf qabu keessaa muraasa. Kana malees haala imala imaltootaa hordofuu ni dandeessisa. Tajaajilli kun daandiiwwan ja’a irratti dandeettii guutuudhaan guyyaatti imaltoota miiliyoona 3.6 fe’uuf dandeettii akka qabu Gulf Business gabaaseera. Filannoo geejjibaa itti fufiinsa qabu kennuudhaan, gadi lakkifamuu kaarboonii Riyaad keessatti hir’isuu fi dhiphina tiraafikaa magaalattii hir’isuuf gumaacha guddaa qaba jedhamee eegama. Tajaajilli daandii baaburaa baajata doolaara biiliyoona 23n hojiitti seene kun gara km 176 kan uwwisu yoo ta’u, sirna geejjibaa biyyattiif bifa haaraa ni kenna jedhamee eegama. @keenyatech
🔴Dhaabbanni #OpenAI barreeffama irraa video generate gochuuf AI model gargaaru kan #Sora jedhamuufi duratti ifoomsanii turan amma irratti officially #launch godhanii jiru. 🔴Haata'u malee garuu namoota ChatGPT Plus fayyadaman fi Pro Subscribers ta'an qofatu amma irratti karaa sora.com access gochuu danda’a. ⚠️Odeeffannoo guutuu waayee AI model kanaa (#Sora) yoo barbaaddan videon duratti qopheesse kana daawachuu dandeessu.
PREMIUM COURSES: 1. Virtual assistant course https://mega.nz/folder/vxUznQ7D#Bv5EVMFKsd-ZIqfypCQEXA 2. Shopify dropshipping https://mega.nz/folder/fsN3WQbL#gO6oe3z2h1DFMjLbz4B82g 3. WordPress https://mega.nz/folder/bp1WDKYD#DEy_7EgbtfDh-udLoQtD_g 4. SEO https://mega.nz/folder/uwUhCCRR#Yet-bWYTCToIfhkgCum_8w 5. Video Editing https://mega.nz/folder/qo822SwT#xuWlsw7MHBNAjtmb5AF7XQ 6. Ios App Development https://mega.nz/folder/Tld1DSKb#PLZ5wnX0yoDjo04dX7afsg 7.google Ads https://mega.nz/folder/bo123ATb#6L16Tbc3z47O4KhsIXKkTQ 8. Email Marketing https://mega.nz/folder/jxMjSSpI#hCByLH9Q56fBkzWfc8m0dw 9. Daraz Sellers https://mega.nz/folder/WkMDxaRS#dOg35M0SSu530E6NpfTBoA 10. Content Writing https://mega.nz/folder/zp1yyCqa#Me2EY_K3A2YPWShQ1QO4mg 11. Android App Development https://mega.nz/folder/q1FHUaQa#yMN2iefEwc-F4bUEBPLkOQ 12. Facebook Ads https://drive.google.com/folderview?id=1DMAyUAmBylkE4ZemMbcHJYzNoD0WPgJD 13. Amazon Affiliate Marketing https://mega.nz/folder/ThcHSQiA#sg3hEaulJWAIzGbq39Vjlw 14. 3d Animation https://mega.nz/folder/q1M1VSaL#gUQh3V-6FPK6EzVAfX4F7Q 15. Ebay https://mega.nz/folder/j9si0TLZ#4Z_PVRs_lp-F6t9aCHp__w 16. Instagram Marketing https://mega.nz/folder/S4kiVCBZ#7M5uPKD-KdGt0mghEIFWWw 17. Youtube Marketing https://mega.nz/folder/C4VkAZ6R#U5xoymtNJv0uAoC0x72yLQ 18. Graphic Designing V Course: https://mega.nz/folder/CwElWCba#T4kYRmEXTBE3_8NbO_OBc follow us @KeenyaTech
Akkuma beektan TikTok'n namootni hedduun Kennaa coin TikTok jedhamu kanaan jireenyi isaanii akka jijjiiramu gargaareera. TikTok hordofuun Telegram ammoo Gift Coin haaraa, Telegram Stars jedhamu, kan maamiltootni Telegram kennaa isaanii gara maallaqaatti jijjiiruuf dandeessisu dhiyaateera. Kana beeksisuuf Telegram waan Airdrop fakkaatu Major jedhamu kan namoota affeeruun salphaatti Telegram Star Coins argachuuf isin dandeessisu baasee jira. Yeroo nama 1 affeertan urjii 15⭐️⭐️ argattu Kana akka airdrop hin ilaalinaa, qarshii dhugaa waan ta'eef jarana, ammuma jalqaba 💥👇🏻👇 https://t.me/major/start?startapp=1143600629
✅️ Call 📞 waiting ✋️ Call waiting jechuun feature bilbila keenyaa keessaa tokko ta'ee yeroo nuti nama wajjiin bilbilaan haasofnu bilbilli biraa yoo nuuf bilbilame bilbila haasofnu irraan galuu ykn yeroo bilbilli keenya qabame namni biraa nuuf bilbilee nu argachuu akka danda'u kan nu gargaaruu jechuudha. 👉Faayidaan isaa yeroo kamittuu ykn yoo bilbilli keenya busy ta'es namni bayyee nu barbaadu bilbilee akka nun dhabneef kan nu gargaaruudha ✅️ How to activate, check ✔️ and cancel the call waiting ✋️ 👉Call waiting activate gochuuf *43# bilbiluu 👉Call waiting qabachuu fi dhiisuu check ✔️ gochuuf *#43# bilbiluu 👉Call waiting ofirraa balleessuuf immoo #43# goonee bilbiluudha. ✅️ Chaanalii keenya join fi share gochuu hin dagatinaa @KeenyaTech
#Remedial #Result Qormaanni barattoota Sirreeffamaa (Remediyaalii) bara 2016 ifoomuun barattoonni bu'aa isaanii toora interneetii irratti ilaala jiru. Barattoonni bu'aa isaanii https://result.ethernet.edu.et irratti seenuudhaan ilaaluu danda'u. Barattoonni hedduun yeroo tokkotti yaalaa waan jiraniif marsariitichi baay'ee dhiphateera. Irra deddeebitanii yaaluun bu'aa keessan arguu dandeessu. @KeenyaTech
t.me/KeenyaTech hiriyoota keessan itti afeera
#Dubbisi:- Waa'ee #Interneetarraa Galii argachuu. 1, Interneetarraa Galii argachuun ni danda'amaa? Deebii: Eeyyen Sirritti ni danda'ama. Bara darbe Yuutuubii qofarraa namni Doolara Mil54 argateeyyuu jira, Itoophiyaa keessatti dhaabbatni Yuutuubii irraa waggaa 1tti Mil.80 argate ni jira. 2) Dhaabbileen sirrii karaa Interneetaa namaa kafalan kam fa'a? Dhaabbileen karaa interneetaa namaaf kafalan lakkoofsaan baay'eedha. Isaan keessaa bebeekkamoon Dhaabbilee gurguddoo akka Google, Facebook, Tiktok, Instagram, Telegram, Youtube, Amazon, fikkf yoo tahu, Dhaabbilee kana irratti hojii walitti fufaa akka viidiyoo hojjachuu, barreeffama barreessuu, beeksisa hojjachuu fa'a yoo tahu, Dhaabbilee akka Upwork, fiver, LinkedIn irratti garuu beeksisa hojii bahan hordofnee dorgomuudhaan hojicha yoo moo'anne manuma keenya teenyee hojjachuudhaan hojicha qulqullinnaan yoo raawwanne kafaltiin nuuf kafalama. 3) Dhaabbileen Kafaltii namaaf kafalan dhaabbilee sirrii tahuu akkamitti beekna? Gaaffiin kun gaaffii ijoo namni hedduu yeroo ammaa dogoggora keessatti akka kufuufi saamicha adda addaatiif hawaasa baldhaa saaxilaa jiraniidha. Dhaabbileen Kafaltii namaaf kafalan siirrii tahan beekuufi adda baafachuun salphaadha. Tooftaaleen fayyadamuu qabnu: a) Dhaabbileen Interneetaan mallaqa namaaf kafalan Bebeekkamoo akka gubbatti eerree kanneen tahuu adda baafachuu b) Dhaabbatni Kafaltii namaaf kafalu dhaabbata sirrii taanaan dhoksaan osoo hin taane waldorgomsiisee ykn hojii keenya irra deddeebiidhaan hojjannu agarsiifnee akka nuuf kafalamu gaafannee kafaltii argachuuf ulaagaa guutuu qabnu yeroo guutnu, Kafaltii tokko osoo nu hin gaafatin hojii keenya hojjanne sanaaf Kallattiidhaan kafaltii madaalawaa nuuf erga. Fkn: Yuutuubii irraa galii argachuuf Hordoftoota Kuma 1 Qabaachuu, hojiin keenya sa'aatii 4000 ilaallamuu qaba. Karaa Google, Tiktok, Facebook fa'as ulkaagaa garagaraatu jira. -- Kafaltiin ulaagaa akkasii keessa dabarree argannu kan soba irraa bilisa taheefi sababni nuuf kafalamuufis ifatti beekkamuudha. Dhaabbilee Hattuu adda baafachuuf ammoo: -- Kafaltii argachuuf dursa miseensa tahaa, baasii miseensummaa Mallaqa akkasii(hangasii) kafalu qabdu kanneen jedhan -- Caasaa ijaaraa(Pramid sceme) uumaa adaduma miseensa fiddaaniin fayyadamaa kanneen jedhan(Gareen kun garee akka #FIAS) -- Level kanarraa gara Level sanaa darbuuf Mallaqa hammasii kafali warra jedhan fa'a Walumaagalatti sababa tokko malee ykn sababa isin qabatamatti hin beekneen mallaqni akkasii siif kafalama dursii mallaqa kana kafali, Mallaqa dhaalaan argadhe maqaa keetiin gara biyya kee erga, siin wajjiin investi gochuu fedha biyya kee dhufa, Meeshaalee adda addaa siif ergeera mallaqa xiqqoo kafalii fudhadhu.... fi kkf hundi garee #HATTUUDHA, irraa fagaadhaa, Firootaafi maatii keessan irraa ittisaa. Share & Nu waliin ta'aa• Chaanaalii •||@KeenyaTech
#Ethiotelecom Telebirr Engage maali? 👉Dhaabbanni ethiotelecom tajaajila haaraa #Telebirr_Engage jedhamu kan maamiltoonni odeeffannoo bilisaan waljijjiiruu fi hariiroo hawaasummaa isaanii karaa Telebirr SuperApp cimsachuu danda'an jalqabee jira. 👉Maamiltoonni ethiotelecom features haaraa dabalamee kana fayyadamuun baasii ykn kaffaltii dabalataa tokko malee nama dhuunfaa ykn gareen: - barreeffama, - suuraa, - sagalee, - Viidiyoo fi faayila waliif erguu kan dandeessisudha. 👉Akkasumas yeroo chat waliin gootanitti maallaqa walii erguu fi fudhachuu, kaffaltii waliif raawachuu, fi paakeejii ykn kaardii waliif bituu dabalatee tajaajila dijitaalaa hedduu appii tokko keessatti raawwachuuf isin dandeessisa. 👉 Egaa tajaajila kana fayyadamuuf 1. Appii Telebirr SuperApp download godhachuu yoo qabaattan ammoo #update gochuu. 2. Appicha banuun lakk bilbilaa fi password keessan fayyadamtanii login gochuu. 3. Ergii login gootanii booda gara gadi irratti #Engage kan jedhu argattu. Karaa sanaan #add_friend waliif erguun tajaajila armaan olitti ibsame fayyadamuu dandeessu. 👌Hubachiisa: Data bilbilaa #ON gochuu ykn banuu qabdu. Balance 0 dhaan ni hojjeta waan taheef kaaardii guutuun dirqama miti. @KeenyaTech
👉Yeroo kamuu caalaa Guyyaa har'aa kanatti #security Telegram keessaniif baayyee barbaachisaadha waan ta'eef of hindagatinaa. 👉#Wallet banachuun hojiilee #airdrops garaagaraa fi kkf irratti hirmaachaa kan jirtan taanaan hojiiwwaan sana hojjechuun cinaatti account keessanis #secure gochuu qabdu. 👉Tasa #account keessan butamee jennaan dhimmi #wallet keessaniis gaaffii keessa gala. Akkasumas waan hojjettanii fi maallaqa #wallet irra ol kaayattan sanas salphaatti dhabuu dandeessu.Kanaafuu akka furmaataatti 1. #Two_step_verification fayyadamaa 2. #Telegram_passcode fayyadamaa 3. #Account keessan device garaagaraa irratti login hingodhinaa (yoo dirqama sin barbaachise malee) Odeeffannoon teeknooloojii wayitawaan yeroo yeroon akka isin qaqqabuuf channel keenya join gochuu hindagatinaa 👇👇👇👇👇 @KeenyaTech
видео или голосовое, без подписи
Chaatbootiin Ogeessota fayyaa namaa bakka bu'uu danda'aa? Dhaabbileen chaatboot jalqaban tokko tokko fi dhukkubsattoonni akka danda’an himatu. Garuu sirriitti saayinsii kan bakka bu’u miti. Qorannoon tokko akka agarsiisutti namoonni gorsa fayyaa sammuuf OpenAI’s ChatGPT fayyadaman %80 yaala idileetiin akka filannoo gaariitti kan ilaalan yoo ta’u, gabaasa addaatiin ammoo chatbots mallattoolee tokko tokko dhiphina sammuu fi yaaddoo wajjin walqabatan hir’isuu keessatti bu’a qabeessa ta’uu akka danda’u ibseera. Gama biraatiin, hariiroon teraappiistii fi maamila gidduu jiru — walitti dhufeenyi namaa, jecha biraatiin — wal’aansa fayyaa sammuu keessatti milkaa’ina tilmaamtoota gaarii ta’an keessaa tokko ta’uun isaa akka gaariitti mirkanaa’eera. Abbootiin qabeenyaa sadii — Dastin Klebe, Lukas Wolf fi Chris Aeberli — kaampii wal’aansa pro-chatbot keessa jiru. Dhaabbanni isaanii Sonia jedhamu “AI therapist” fayyadamtoonni karaa appii iOS waa’ee mata dureewwan adda addaa waliin haasa’uu ykn barreeffamaan waliin barreessuu danda’an dhiyeessa. “Hanga tokko, teraappiistii AI ijaaruun qoricha hojjechuu wajjin wal fakkaata, kunis teeknooloojii haaraa ijaaraa jirra jechuun faallaa kan jiru irra deebi’anii paakeejii gochuudha,” jechuun Klebe, Hojii Gaggeessaan Olaanaa Sonia’s, gaaffii fi deebii TechCrunch’tti taasisaniin waliin taasisanin. Sadan isaanii bara 2018 ETH Zürich keessatti saayinsii kompiitaraa osoo barachaa jiranii wal arganii waliin gara U.S. deemuun MIT keessatti barnoota digrii lammaffaa hordofaniiru. Erga eebbifamanii yeroo muraasa booda walitti makamuun dhaabbata jalqabaa fedhii waliinii isaanii kan teeknooloojii guddifamuu danda'u (scalable tech) of keessatti qabachuu danda'u jalqabsiisan. Sonia maal ? Soniyaan moodeelota AI dhalootaa hedduu fayyadamuun fayyadamtoonni yeroo “walgahii wal’aansaa” appii keessatti maal akka jedhan xiinxalee deebii isaaniif kenna. Tooftaalee wal’aansa amala hubannoo irraa argaman hojiirra oolchuun, appichi fayyadamtootaaf ji’atti doolaara 20 ykn waggaatti doolaara 200 kan kaffalu yoo ta’u, “hojii manaa” kan haasawaafi mul’ata dhiphina olaanaa adda baasuuf gargaaruuf qophaa’e irraa hubannoo kennuu irratti xiyyeeffatedha. bal'inaan dubbisuuf link kana fayyadama https://techcrunch.com/2024/06/26/sonias-ai-chatbot-steps-in-for-therapists/
👑 Calling all fresh graduates (2023/2024)! 🌟 Exciting Opportunity Alert! ⭐️ Are you a recent graduate eager to kickstart your career? The SSTSI Program is here for you! Here's what you need to know: ✅ Who Can Apply: ▶️ Ethiopian citizen 🇪🇹 ▶️ Graduated in 2023/2015 or 2024/2016E.C. ▶️ CGPA of 3.0 or higher ▶️ Studied Computer Science, Information Technology, Software Engineering and related fields 🤝 What We Offer: ▶️ 12-month paid internship 😴 ▶️ Training to get you ready for the job market ▶️ Coaching and mentoring 📊 ▶️ Chance to learn from public service leaders 📅 Application Deadline: ❌ 03 July 2024 ❌ Female candidates are HIGHLY ENCOURAGED to apply😎. 🛒 Ready to jump-start your career with us? Apply now! 🔗 https://docs.google.com/forms/d/e/1FAIpQLSeNs51bRYDY67HSPmfGV_MXPh3zl6HFyfQblrWJIPnZ6WfMyg/viewform 🚩🚩🚩🚩🚩🚩🚩🚩🚩🚩 #SStSI #Internship #CareerStart
free market irratti gatin hamistercombat bahe jira link kanaan seentani ilaalu dandeessu https://www.gate.io/pre-market/HMSTR
Websaayitiiwwan kaffalti malee software garagaraa irraa buufachuu dandeessaan 1) download.cnet.com/ 2) alternativeto.net/ 3) www.FileHippo.com 4) www.lo4d.com/ 5) www.Ninite.com 6) www.majorgeeks.com/ 7) www.fosshub.com/ 8) www.Softpedia.com 9) www.soft32.com/ 10) www.software.informer.com/ 11) www.FilePuma.com 12) www.DownloadCrew.com 13) www.sourceforge.net/ 14) www.nirsoft.net/ 15) www.fullfreesoftware.net/ 16) www.FileHorse.com 17) www.SnapFiles.com 18) www.fullpcsoftware.com 19) www.DonationCoder.com
ከChrome Browser የYouTube Video download ማድረግ የምትችሉባቸው extensions SaveFrom.net Helper Link: https://chromewebstore.google.com/detail/savefromnet-helper/bkemklnfmefiejflhjpelnoopmehdkaf Video DownloadHelper Link: https://chromewebstore.google.com/detail/video-downloadhelper/lmjnegcaeklhafolokijcfjliaokphfk Video Download Plus Link: https://chromewebstore.google.com/detail/video-downloader-plus/hkdmdpdhfaamhgaojpelccmeehpfljgf?hl=en Video Download Professional Link: https://chromewebstore.google.com/detail/video-downloader-professi/elicpjhcidhpjomhibiffojpinpmmpil?hl=en 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/keenyatech