tgindex
JL Sii naan Tumsaa

JL Sii naan Tumsaa

Статистика

Ati Loltuu Sammuu bilisoomee Qabdu yoo taatee! Rakkoon Oromoo maraa akka malee sidhukkuba, boqonnaa sidhowwaa boqonnaa malee akka hojjettuuf si dirqisiisa! Dirqama Sana yoo raawwatte Ati WBO dha!!!

Последний пост
1 авг.
Последнее чтение
13 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
39
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
3 067
+4 за 4 дн.
Сутки
−1
−0,03%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
979
36 постов
Вовлечённость
31,9%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 39
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
347
1/48двое суток
397
1/72трое суток
428

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • без подписи

  • 😆

  • Oduu Gama Sudaan! Waraanni mootummaa Sudaan kan Jeneraal Al-Burhaaniin hoogganamu dhiheenya kana haleellaa cimaa waraana Amity(RSF) irratti raawwateen diroonota hedduu Itoophiyaa keessatti Omishaaman haleellaa fi ajjeechaaf gara Sudaan ergaman kuffisuu isaa gabaase jira. Dirooniin kunneen ammoo Itophiyaa keessatti wal-ta'iinsa UAE (United Arab Emirates) Omishaaman kan ergaman ta'u ragaa suuraa waliin wal qabsiisun gabaase jira. Kun kan ibsuu bulchaan Impayeera Itophiyaa K/Abiyyi kan biyya keessaa isa hanqannaan ganfa Africa shororkeessaa akka jiru argiisisa.] Oduu Gama Sudaan Nu Dhaqabe Waraanni mootummaa Sudaan kan Jeneraal Al-Burhaaniin hoogganamu dhiheenya kana haleellaa cimaa waraana Amity(RSF) irratti raawwateen diroonota hedduu Itoophiyaa keessatti Omishaaman haleellaa fi ajjeechaaf gara Sudaan ergaman kuffisuu isaa gabaase jira. Dirooniin kunneen ammoo Itophiyaa keessatti wal-ta'iinsa UAE (United Arab Emirates) Omishaaman kan ergaman ta'u ragaa suuraa waliin wal qabsiisun gabaase jira. Kun kan ibsuu bulchaan Impayeera Itophiyaa K/Abiyyi kan biyya keessaa isa hanqannaan ganfa Africa shororkeessaa akka jiru argiisisa.

  • Darraatti WBOn Daaraa ishee taasisee. Hospital keessaa iyyaa jirtii. 🏥 Hidhoolee hedduu fi Gamtaa irraa tuulamanis Galii ta'aaniru...

  • Omishichi itti fufee jira. Jajjabee Zoonii lixaa Ebbifamaniiru. Bara milkiif Injifannoo Jln Qaqaaliin..

  • FIIXAAN BAASAA Wallee art Shantamaa Shubbisaati Fiixaan baasa jedhee Wani an jalqabuu Fedhii kiyyaa wajjiin wal naaf hin dhaqqabuu halli jiruutiif akkiniin ani yaaduu Waanuma halletuu wal naaf hin madalu Kan teeffadhee jiruu Gad taa’ee hubachuuf Finxaan finxiriiree Wal naf hin dhaqabu Nama koti jedhee Kan an ofitti qabuu Wajjin jiraachuudhaf Aada meeqa hirbuu Osooman kolkoluu Natti seena cubbuu Yoon obsees natti cimee Faggeessee na darbuu Waaniin walitti tuuluu Wal jalaa borooraa Tarkaanfiumaan fudhuu Inumaan gatantaraa Maaliif yaadni kan koo ga’uu didee bakkaa Kan ijaaree hunduu Kan diigameen argaa Kan diddee haa jidduu Ammas niin jirradhaa Waan rabbi naaf qoodee Olirraan hafaadhaa Kan dabarteef miti Kadhuftuu tolchadhee Ofduraansaihiqsaa Rabbii koo qabadhee Tattafata hin dhindhiisu Jiruus hin ifadhuu Haalaa fi jireenyaa amman injifaadhuu Of boodaa hin deebi’uu Rakkoorraa sodadhee jiruuf jireenya irraa waa hedduun baaradhee

  • https://t.me/KiyaSimale1213

  • 𝐇𝐢𝐫𝐤𝐨𝐨𝐧 𝐠𝐚𝐫𝐛𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐠𝐮𝐝𝐝𝐨𝐨𝐧 𝐠𝐚𝐧𝐝𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚. 𝐆𝐚𝐧𝐝𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐟𝐚𝐫𝐫𝐚 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢. 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐢𝐦𝐦𝐨𝐨 𝐟𝐚𝐫𝐫𝐚 𝐠𝐚𝐫𝐛𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢. 𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐬𝐚𝐛𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐟𝐚𝐥𝐦𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐪𝐨𝐟a...

  • https://t.me/KiyaSimale1213

  • Umrii xiqqoo kana keessatti waan hedduu arguuf carroomne; galmaa itti dadhabamee qaqabuuf karaarra jiraannuu illee. Oromoon waan ganda gaafa dubbaatu, ganda biraa jibbuuf jigsuu fi miti, ittin wal birmaatee waliirraa diina qoluuf garuu. Har'a golaa addaa addaatti erga coraamee boodduu bu'ee jira: golaa siyyaasaa fi gala amaantii. Warreen Qabsee BilisummaaOromoo irraatti Dallaa Qoqqooddaa ijaartu Immaamtni ishee Imaammaata Tewodiroosiiti. Oromoo irraa Dhalattuus Oromummaafis Ta'ee Oromummaaf Orma... https://t.me/KiyaSimale1213

  • https://t.me/KiyaSimale1213

  • без подписи

  • без подписи

  • 6 июн.1 24812

    Yeroo tokko tokko Callistee waan deemaa jiru yoo ilaaltu, akka dubbaattu si godha haalli garu, Dubbachuu fi Callisuu keen waan argamu madalaatu dursee si feesiisa. Waan argitee soorachuu kan barbaadduu yoo taate carraan Summii nyaachuu keeti bal'aadha. Kanaaf waan nyaachaa jirtu dhiiga nama qulqulluu ykn summi si galaafatu akka hin taanee eegi. Namni si waliin maddi tokko irraa irra jiru yoo takka si gurshee, osoo isaa hin deebisiiniif lamata afaan itti hin baniin Dhalli namaa wantoota hedduuf oolmaa barbaada, Dabboon dugda gowwaan kiyyaa naaf fixaan jedhee udduu of dhiitaa jetti akkoon dur... Waan namaaf gootees waan namarraatti gootees carraa ati namarraa argaattu wal qixaa garuu yeroo isaatu wal adda ta'uu mala, Dallaa sobaan ijaartee tuulte, dhugaa xiqqoo ati awwaalteetu diiga. . kameraan kiyyaa 🫵🫵🫵 https://t.me/KiyaSimale1213

  • JL Sii naan Tumsaa pinned «In celebration of 6 Years of Arraata Biyyooleessa Oromiyaa, show your support by updating your profile picture with this anniversary badge. ✊🏾 Stand with the Voice of the Voiceless. 📸 Let your profile carry the flag of truth. 🗣️ Let the voice of freedom echo…»

  • 20 мая1 4811

    без подписи

  • 20 мая1 4121

    In celebration of 6 Years of Arraata Biyyooleessa Oromiyaa, show your support by updating your profile picture with this anniversary badge. ✊🏾 Stand with the Voice of the Voiceless. 📸 Let your profile carry the flag of truth. 🗣️ Let the voice of freedom echo louder. 🔁 Use the hashtag #ONM_ABO5ffaa #ONM5YearsOfTruth and tag us! @highlight Oromia national Media - Arraata Biyyolessa Oromiyaa #highlights #highlightseveryone #highlightseveryonefollowers

  • 20 мая1 1391

    #Fujuunjulatu_Siyyaasaati Ijaarsi Kamiyyuu hundee irraa kaaseeti ijaarama. Kan kan Gubbaa irraa gad ijaaramu hin jiru. Garuu Diiguumsi immoo gubbaatti gad jalqabda. Jala dhaabataanii Diiguuf gaafa jedhanii Ofirraatti jiksaanii jallatti Awwalamu. Biyyaa ijaaruuf sirnaa biyyaa sana akka ishee hin jiraannee fedhu waliin dalaguun Biyyaa sanaas Biyyaa Biyyaa sana diiguu jiraattuu hin ijaaruu diigaa diigumsii sun immoo Warra diinaa fi sirnaa ummataaf Biyyaa gidirsee Waliin michoomee Irraatti jigeetuu dhabamsiisa, Hanguma ijaarsii sun ga'uu guyyaa jiguu gaga'aamnis ga'a. Oromiyaa ijaaruu fi Ethiophiyaa Amaayyeesuun akkasuma Biyyaa dhabama isa tokkoon tokko jiraatuudha waan ta'eef dugdaa garaadha, . warra Ethiyophiyaa dimookrattessuufi . dimookiraasii sabdaneessuu Marii wareegama Oromoon kafaale, kafalaa jiru fi lduraatti kafaluu jettaan xiixnalaa hin bookoofnee dabbeessattani sana icitii miti kana booda. Gaafa Oromoon Oromummaa dhiisee,Gaafa Oromiyaanis biyyummaa mulqamuu fudhatee Oromoon lafasaaf Ormoomee yoo jiraatee akka hin ajjeefamnee itti himuu sodaatan malee, Ayidiloojiin Warra dimookiraasi Sabdaneessaa kanaa adda miti... Sirna Oromoo miidhe, miice dhabaamsiisuurraa foyyeessurraatti warri dalagaanis kanaan adda hin jirani . የተደበቀው አጀንዳ በምስራቅ, በሰሜን በደቡብ ኢና በምዕራብ ኢትዮጵያ jedhamee biyyi gaafa waamamte nagaa argata waan jedhu itti himaa hin dhoksiina. Siyaasii meeshaadha, gabaani immoo ummaticha, yoo gabaa isiinii baaseef hin beektaanii gaduma baasa... Oromoo warra gamoo jala dhaabbatee diiguu irraa of baraarii warra falmaa folaannoo dhibdee irra jira WBO kee jabbeeffadhu. Silaa haa beekuus haa walaaluus erga maqaa qabsaa'aa sabaa jedhamuun of waamuun hin ollee. Yoo wareegamni bilisummaa akka fiduu hin amannee Qabsoo dhiisiu dhaloota Wareegaamaaf Qopheessuunosoo hin Biyyaaf wareegamuun Gatii gotummaa ta'uu barsiisuutu dhirqaama turee!!!! . Maal kun Funjunjultuun siyyaasa warra nagaa kuni https://t.me/KiyaSimale1213 JL Siinaan Tumsaa

  • Hordooftoota Amantaa Islaaamaa fi Ummaanti Oromoo Degertoottii fi Miseensoonni QBO marti Baga Baatii Ramaadanaa Ayyaana Idal Faxir Nagaan Geessan!!!

  • 14 мар.1 4351

    Yoo of hubaachuun si rakkisee malee akeeka ABO/WBOs ta'ee Qabsoon Oromoo ifa galaadha. Waamichi kun diinaa mataa dhukkubsee maaliif jedhee yoon yaadu dhugumaayyuu dhukkaseera Jarsichii