tgindex

⭕️مصعب بن يونس الأنصاري

Статистика
@MusaabYunus2арабский
Последний пост
4 июл.
Последнее чтение
15 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
20
Тип
открытый
Язык
арабский
В каталоге с
15 авг.
Подписчики
125
0 за 1 дн.
Сутки
0
0,00%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
86
18 постов
Вовлечённость
68,8%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 20
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
1/48двое суток
1/72трое суток

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • Live stream started

  • Live stream finished (411 days)

  • без подписи

  • تشجير شذا العرف في فن الصرف للشيخ أحمد بن محمد الحملاوي د.عماد علي جمعة

  • без подписи

  • 30 окт.1201из Hamzanaik1

    HAMZA HASSEn 🌷🌹🌷🌹🌷🌹🌷🌹🌷🌹🌷🌹🌷 🌷 YAA AQSAA 😭 YAA AQSAA 🌷 🌷 ---------- ---------- 🌷 🌷🌹🌷🌹🌷🌹🌷🌹🌷🌹🌷🌹🌷 Iyya dhageeytii dhabe 👇👇👇 ---- --------- ----- Dhiigaan si arkannee Dadhabnuus si tiysuu... Onneen kheenya muree Yahuudaaf sin dhiisu... Meeqaatam shahiidee Qaqqaaliin sahaabaa... Dhiiga isaa khennee Diin isaa gad dhaabaa... Arra garuu dhuftee yahuudaan si dhaaltee... Faana sahaabotaa Dhiiga kheetiin faalte... Hin dhiifne hin dhiifnu Sitti wal dabarra... Osoo gooftaan jiruu Maaf nama gabbarra... Jennee siif falmanna Bakkuma jirrurraa... Bara baraan dhumaa Duguuggaan jabaatee... Eega walabummaan Dhiiga qofaan taatee... Dhumnus humaa miti Fidaa khee yoo taane... Aqsaa kheenya jechaa Wal faana yoo dhumne... Carraan dhabe male Silaa numan dhufa... Ol khaasee si dhaabuuf If wareegeen khufa... GARUU... GARUU... Kharaatu fagaatee Miila na sakhaalee... Du'us sheenaan qabu Nasrii tee ijaan laalee... Yaa AQSAA dhiifama Humnaa na hambise... Silaa carraa helee Yahuudaa gonbisee... Hangumaan dandayuun Silaa an siif tumse... YAA RAHMAAN nan dhoorkin Carraa na badhaasi... Dhiigaaf lafee kheenyaan Bilisa isii baasi 😭😭😭 🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱 Yaa RAHMAAN aqsaaf dirmadhuu bilisa isii baasi nama gammachuu san qooddatu nu taasisi nutillee carraa achitti shahiidomuu nu badhaasi... aamiin allaahuma amiin

  • 30 окт.78из Hamzanaik1

    GUYYAA DHUMAA (DU'A) 😭😭😭😭😭😭😭😭😭 Ni dhalata namuu Seera Uumaa guutee Bultii afurtamaaf Ulmaa boraafatee Waggaa lama guutuu Haadha ofii luuggatee Ni guddifatti haati Duddatti baadhattee Olii gad ceceetee Fedhii isaa guuttee 😭😭😭😭😭😭😭😭 Qaamni isaa jabaatee Sammun isaa bilchaatee Hamtuudhaafi toltuu Amma adda baafatee Barnoota jalqaba Karoora baafatee 😭😭😭😭😭😭😭😭😭 Jireenya barumsaa Qalbiidhaan madaalee Mullaataa fii kayyoo Fageenyatti laalee Hiikkaa jireenyaa jachuun Amma isaaf gale Sadarkaa barumsaa Firiin isaa tolee Kunoo gammachuudhaan Kara manaa galee 😭😭😭😭😭😭😭😭😭 Umriin isaa gahee Amma bultii jaara Hojii isaa hojjachaa Taa'ee ilmaan hora Oogummaa barateen Hawaasa gargaara Sababa hojiitiin Hundaanu wal bara Jaalalaan jiraata Rakkoo addunyaa furaa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭 Oso inni hin yaadin Umriin isaa guuta Malaa'ikaan du'aa Laalee isa qaadhimata Rabbiin isa fuudhe Maaltu itti jaabaata Murtii khaaliqaati Hin qabdu furmaata Kunoo maatiin isaa Gadda habbuuqqata Maqaan isaa reeffaa Awwaalchaaf dhihaata Namuu biraa galaa Hojii isaatii waliin Zalaalam jiraata 😭😭😭😭😭😭😭😭😭 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 @httpsmaherzain123 @httpsmaherzain123 @httpsmaherzain123

  • 30 окт.63из Hamzanaik1

    🖑 Baqeeyfadhu sis 🖐 . ----------- --- Si yaadeetii miti Sumaan hin daganne. Akka ati na gantetti Dandayee sin ganne. Si eeguuttin jiru Ture eegaan si jibbe. Akka dur san seetee Hin owwisin dibbee. Yeroon si dubbisu Boonuu faa feffeeta. Osoon siihuun yaamin Koostar jettee ceeta. Carqii siif haa godhu Eega kharaa buutee. Namni hedduu jira Si malees bar guutee.😂😂 From @jalala halal irra @Hamzanaik1 @Hamzanaik1

  • ❤  BAKKAAN DHABE  ❤        ~~~~~~~~  ~~~~~~ Akka dhabee miti    Bakkan dhabe malee... Akka tuffatamuun    Silaa naan hin malle... Garuu maal waa godhan    Osuma beekhanii... Huubaa wajjin nyaatan    Gaaf beela jirani...      =====|||||===== Tee na dhimmifnaanin    Himadhe ol baasee... Jaalala khankeetu    Sammuu too dhamaase... Onnee khoo gowwaatu    Garaa khoo na raase... Gaafaan si arke san    Rabbiin fi na khaase... Jaalalaatu dhufee    Gurra na hasaase...      =====|||||===== Abshir hin sodaatin    Jaalladhu tun teetii... Atummaan gaafannaan    Isiinuu si feeti... Isiirraa fixattee    Ergatta abbeetii... If biran kuchiisin    Rabbii siif fideetii...      =====|||||===== An dhugaa saheetiin    Bar sitti if kanne... Garuu onnee tee kheysaa    Bakkalleen arkanne... Dhiibbadhee seeneetiin    Tirfii si yaabbadhe... Bakkan taa'u dhabnaan    Ifirraan dhaabbadhe...      =====|||||===== Hangiin si jaalladhe    Fooyyeen sahin qalbii... Feetu na furadhuu    Yoon feenes na darbi... Nama jaalalaati    Aniis bar duraanuu... Atiis na qeebalii    Khan walii ha taanu...      =====|||||===== Diddummoo callisi    Aniis niin callisa... Khaliixaa jaalalaa    Arrumaan fannisa... Girdoo jala seeneen    Jaalala dhokhadhaa... Akka too si godhus    Rabbii khiyyaan khadhaa.. #jalala halal irra @Hamzanaik1 @Hamzanaik1 @Hamzanaik1

  • 30 окт.58из Hamzanaik1

    🌷 Isiirrattin Bare 🌷 Ifiif dhukkubsachaa Namaaf dawaa tahuu. Caphaa ifii dhiisanii Khan gufateef nahuu. Agabuu bulanii Kan qaban gad laachuu. Fudhachuurra caala Arjoomuudhaaf kaachuu. Ifii miilaan deemaa Khophee nama khaayuu. Waan qaban baasanii Nama biraa faayuu. Sumarrattiin bare If dura siif yaaduu. Ummii an si male Taan biraan barbaduu From jalalaa halal @Hamzanaik1 @Hamzanaik1 @Hamzanaik1

  • 30 окт.62из Hamzanaik1

    Bar anaa fakkatee                   Wanin garii godhee...... Garuu ifumaafiin               Debi,ee if midhee...... Khalee gamaa ketiin                Bar dhufee towbadhee...... Arraas dilawetiin si                  Duraa dhabbadhee....... Fadhii lubbuu jalaan                Ka,ee fittii demee..... Isii gutuuf jachaan                  Khunoo halkaamee..... Dilii dalagudhaan                  Heddudhaan jeynomee..... Akkaa dhiratileen               Qomaa ittii if tuttuumee...... Ni'ima te dagadheen                   Bar sii irranfadhee..... Dilii xiqqoo guddoo                Hundaa isii hojjadhee.... Garuu ammaa khunoo                     Towbachuun fadhee...... Ammas debi,etiin                  Hulaa te dhabbadhee...... Garuu arraan tanaa                      shenawee Fakkataa..... Waan boruu dhufuu ga                         Saan atuu ni beytaa..... Dilii naan debisiin                       Ya rabbii ya goytaa........ Tunii khadhaa tiyyaa                      Rahmaan naaf qabelitaa ?..... Ya Rabbii ya Allaah                    An sumaan kharadhaa..... Naan debisiin ganaa                      Me gamaa diliidhaa...... Anaa qofaa mitii                  Hundaa musliimadhaa.... Khaan an dilaawa jadhuu                         Hundii Amiin jadhaa.... @Hamzanaik1 @Hamzanaik1

  • 28 авг. 2025 г.91из altasel_alakde7

    •||آخر وقت تقديم الاختبار. تعلن إدارة برنامج: (التأصيل العقدي) عن آخر وقت الاختبار يوم الأربعاء والذي سيبقى متاحاً حتى الساعة 11:00 صباحاً -بتوقيت مكة-: 27/ 8/ 2025م. نفع الله بكم وأحسن إليكم

  • 28 авг. 2025 г.87из altasel_alakde12

    الأوائل في الاختبار التاسع_ شرح العقيدة الواسطية "الدفعة الثانية عشرة".                          الحمد لله رب العالمين، والصلاة والسلام على رسوله الأمين، وآله وصحبه أجمعين، وبعد: من مراسم النجاح الجد والكفاح؛ إذ المحب لا يألو جهداً في بلوغ ذرى الغايات، فهي قبلته التي إليها يتوجه بركابه متيمما شطرها، ولكل جاد في دربه نصيبه من سعيه، وإن طلبتنا الأفاضل ركبوا فيه الصعب والذلول حتى حازوا مقاليد التقدم والارتقاء في هذا المضمار، وصاروا من الأوائل على جميع أقرانهم في أداء الاختبار التاسع_ شرح العقيدة الواسطية "الدفعة الثانية عشرة".                 وبلغ المتوسط الحسابي للدرجات: (25)، والدرجة النهائية: (30).                     • وهذه قائمة فيها أسماء الأوائل من الطلبة:            - أحمد صبري حسن - مصر: (29).     - الشافعي بن صابر الشافعي - مصر: (29). - علي مسلم المحاسنة  - الأردن: (29). - محمد سيد كامل سيد - أميركا: (29). - أبو البراء بن علي - إيران: (28). - حذيفة عبد الواحد القعود - ليبيا: (28). - محراب بن مسلم قلويف - الأردن: (28). - محرز مؤيد الغلامي - السعودية: (28). - مريم رجب سيد - مصر: (28). - موسى بن إسماعيل زروق - الجزائر: (28). - يوسف بن محمد عبمر - الجزائر: (28). نسأل الله -تعالى- لنا ولهم مزيد التوفيق والتسديد.                 إدارة قناة الشيخ أبي عبد الرحمن الموصلي.                 https://t.me/almosaly

  • без подписи

  • 15 июл. 2025 г.1092из doctrinefoundationcourse

    •||الدورات الجديدة في برنامج (التأصيل العقدي). يسر إدارة برنامج: (التأصيل العقدي) أن تعلن عن جديد دوراتها، وهي: الدورة الأولى: -دورة: (الفرقان بين الحق والبطلان/٢) لشيخ الإسلام ابن تيمية؛ وذلك يوم السبت، بتاريخ: ٢٤/ محرم / ١٤٤٧هـ، والموافق: ١٩/ ٧ / ٢٠٢٥، للاشتراك التسجيل في: https://forms.gle/Gxi3jbubd43rjjxy6 والدخول إلى قناة: (التأصيل العقدي المتقدم/٢): https://t.me/Advancedoctrinefoundation2 ———— الدورة الثانية: -دورة: (شرح الفتوى الحموية/الدفعة العاشرة)، لشيخ الإسلام ابن تيمية؛ وذلك يوم السبت، بتاريخ: ٨/ صفر/ ١٤٤٧هـ، والموافق: ٢/ ٨ / ٢٠٢٥م؛ للاشتراك التسجيل في: https://forms.gle/zqZJoo23saVXtKHB9 والدخول إلى قناة: (التأصيل العقدي/١٠): https://t.me/altasel_alakde10 ———- الدورة الثالثة: -دورة: (جواب الاعتراضات المصرية على الفتوى الحموية/الدفعة التاسعة) لشيخ الإسلام ابن تيمية، وذلك يوم السبت، بتاريخ: ٢٢/ صفر/ ١٤٤٧هـ، والموافق: ١٦/ ٨/ ٢٠٢٥م، للاشتراك التسجيل في: https://forms.gle/edcXYBLLZF4vheTh6 والدخول إلى قناة: (التأصيل العقدي/٩): https://t.me/altasel_alakde9 ———- الدورة الرابعة: -دورة: (شرح القواعد المثلى/الدفعة السابعة) للشيخ محمد صالح العثيمين؛ وذلك يوم السبت، بتاريخ: ٢٢/ صفر/ ١٤٤٧هـ، والموافق: ١٦/ ٨/ ٢٠٢٥م، للاشتراك التسجيل في: https://forms.gle/oUzp7EjtckTnJT6C9 والدخول إلى قناة: (التأصيل العقدي/٧): https://t.me/altasel_alakde7 ———— الدورة الخامسة: -دورة: (في مباحث القدر وأفعال العباد/الدفعة المتقدمة الرابعة)؛ وذلك يوم السبت، بتاريخ: ٢٢/ صفر/ ١٤٤٧هـ، والموافق: ١٦/ ٨ / ٢٠٢٥م، للاشتراك التسجيل في: https://forms.gle/3Ugwq6CTKqtcD7Zi8 والدخول إلى قناة (التأصيل العقدي المتقدم/٤): https://t.me/Advancedoctrinefoundation4 ———— الدورة السادسة: -دورة: (الفرقان بين أولياء الرحمن وأولياء الشيطان/٣) لشيخ الإسلام ابن تيمية، وبشرح معالي الشيخ صالح آل الشيخ؛ وذلك يوم السبت، بتاريخ: ٢٢/ صفر/ ١٤٤٧هـ، والموافق: ١٦/ ٨ / ٢٠٢٥م، للاشتراك التسجيل في: https://forms.gle/n6SrqrQU2WHxeQij6 والدخول إلى قناة (التأصيل العقدي المتقدم/٣): https://t.me/Advancedoctrinefoundation3 ———- الدورة السابعة: -دورة في (كتاب الاستقامة) لشيخ الإسلام ابن تيمية، يوم السبت، بتاريخ: ۲۹/ صفر/ ۱٤٤٧هـ، والموافق: ۲۳/ ۸/ ٢٠٢٥م، للاشتراك التسجيل في: https://forms.gle/G8Q7ySW2C7FtscnP6 والدخول إلى قناة: (التأصيل العقدي المتقدم/١): https://t.me/Advancedoctrinefoundation ————- الدورة الثامنة: -دورة في كتاب: (الاستغاثة والرد على البكري/ الدفعة المتقدمة السادسة) لشيخ الإسلام ابن تيمية مع ملخص الحافظ ابن كثير الدمشقي؛ وذلك يوم السبت، بتاريخ: ١٤/ ربيع أول/ ١٤٤٧هـ، والموافق: ٦/ ٩/ ٢٠٢٥م، للاشتراك التسجيل في: https://forms.gle/rDFyCXxqMY69btQk6 والدخول إلى قناة: (التأصيل العقدي المتقدم/٦): https://t.me/Advancedoctrinefoundation6 —————- إدارة قناة الشيخ أبي عبد الرحمن الموصلي https://t.me/almosaly

  • 10 июл. 2025 г.96из Alburhaan_media

    WALALOO Harmee too @Alburhaan_media dubbisaa walaloo ajaa'ibaa Maal jedhee si ibsa Maal jedhee barreessaa...?? Galanni kee hin badu Yoommuu ana keessaa Ji'a sagal guutuu Garaatti na baattee Ofiif osoo hin taane Anaaf iddoo laattee Galanni kee hin dhumuu Harmee too yaa dheessee Qorraaf aduu hin jennee Hundumaa dandeessee Xaartee na guddiftee Kan asiin na geessee Anoo hin irraanfannee Oolmaa kee kaleessaa Kan yoommuu hin baane Laphee kan koo keessaa Sanyiin kee kaleessa Facaaftee guddifte Utubaa taatefii Ol dhaabdee muldhifte Kunoo daraareera Firii godhachuufi Rakkinaaf gadadoo Sirraa qolachuufi Atoo fayyaaf umrii Rabbiin siif haa laatu Sanyii facaafterraa Nama firii nyaatu Waan hin ta'in qabdaa Nu guddisuuf atuu Osoo hin dadhabin Qorras ta'ee aduu Gallanni kee yoomis Ana duraa hin baduu Natti fudhatullee Ammaaf yeroo dheeraa Oolmaa kee deebisuuf Kutadhee ka'eeraa Firiin dadhabbii kees Kunoo bilchaateeraa Sirraa fagaadhullee An yoommuu si yaadaa Fuula kee ifaa San arguu barbaadaa Jireenyatu sirraa Na fageesse malee Rakkinatu garaa Na jabeesse malee Si dagadhee miti Harmee too yaa tiruu Rabbii guddaa malee Kan si caalu hin jiruu Sirraa fagaadhetiin Kophaa koo soomanaa Dirqama jiruutii Kan na baase manaa Hundaa si caalchisee Yoomis si jaaladhaa Fayyaa siif haa kennuu Rabbii koo sii kadhaa Akkaamiin si obsa Yaa furtuu jaannataa Xaartee na guddifte Naaf gootee rahmataa Nu guddisuuf jettee Jijjiirattus bifaa Dukkanaa'ee hin hafu Gaaf tokko siif ifaa Abshiir yaa deessee Hin yaadda'in narraa Gorsaaf jaalala kee Osoo hin ba'in darraa Sirraa fagaadhullee Rabbii koo kadhadhee Guduunfaa ganamaa Gorsa kee qabadhee Nama si kaaddamee Jaannata milkaa'uu Jaannata olaanaa Lagni jala yaa'uu Rabbiin nuuf haa kennu Naaf sillee milkeessee Kan milkii haa ta'u Iddoon ati geessee Yoommuu si jaaladha Harmee too yaa deessee.... ✍✍ https://telegram.me/ALBURHAAN_MEDIA https://t.me/joinchat/AAAAAFBEYwfvADfetCd9GQ T.ME/ALBURHAAN_MEDIA

  • 10 июл. 2025 г.72из ALMIFTAH_TUBE

    WALALOO KUTAA 1FFA Kanaaf Rabbiin Erge....... Fasaadni baay'atee Addunyaa walga'ee Haraama daldaluun Kan hojii nuuf ta'ee Bara safuun dhibee Dubri qullaa yaatee Qarshiidhan bitamnaan Zinaan halaal taatee Hin nyaatinaa jedhee Kan rabbiin abaaree Horii ribaa fuudhee Namni fooqin ijaaree Wal jaalachuun dhibee Wal jibbaan hammaatee Ummanni wal jibbee Haqqii walii nyaatee Qilleensi addunyaa Shirkiidhan faalamnaan Rabbitti amanuun Yakkatti ilaalamnaan Roorroon bahaaf lixaan Musliimatti cimnaan Namni nuuf dubbatu Addunyarraa dhibnaan Kanaaf rabbiin erge Waraanasaa jabaa Amrii waan hundaatuu Isatu harkaa qabaa Harkaan hin qabamu(COVID-19) Ijaan hin muldhatuu Sagalees ol kaasee Namatti hin dubbatuu Mootota addunyaa Kan qaban dhageettii Warra misaa'elaa Warra taankiif jeettii Hundaa sodaachisuun Harka kennachiisee Rabbiin itti jiraa Hojiisaa yoom dhiisee Sheyxaanni jallisee Qalbii teenya gogsee Kunoo badiin keenya Mana rabbii onsee Kutaa 2 ffan itti fufa

  • 10 июл. 2025 г.75из ALMIFTAH_TUBE

    👇 walaloo Eid mubarak Iid mubaarak jenneerra Yaa gaggaarii ummataa Baga woggaa geessanii Ayyaana muslimootaa Muslimni gaafa woggaa Shukrii Rabbii galfataa Meeqatu gahuu dhabee Xobbeerratti gufataa Ramadaana soomannee Baatii itqiif Rahmataa Ati Adeemuuf kaanaan Garaatu Nugubataa Muslimni guyyaa Iidaa Rabbii Isaa faarfataa Takbiiraa heddummeessee Islaamummaa ibsataa yaa Iida kanaan duraa jennatuma qooddannaa jiruuf jireenya keenyas Deebifnee Haaromfannaa dirree gubbaa bobbaanee Wahdaa keenya ibsannaa Kayirii daangaa hin qabne Gaafas galmaan gahannaa Mana woliirra deemnee Firummaa jabeeffannaa Miskiina Nyaachifannee dhukkubsataa gaafannaa Yaa Rabbi woggaan dhufee Akka manaa nun dhabnee Amaanaadha gooftaakoo Nu sitti of dhiifannee Koroonaa Nurraa kaasii Akka Nurrattin dhiifnee Muslimoota Nuuf tiksii Yaa gooftaa Namangannee Yaada keessan karaa👇 @Barnootaafi @Alburhaan_media T.me/Alburhaan_media

  • 10 июл. 2025 г.58из ALMIFTAH_TUBE

    #Eessaa_Garamittii? 🤔🤔🤔🤔🤔🤔🤔🤔 Dhalachuun bu'aan isaa Dhalamuu beekuuf turee Addunyaa kana beekuuf Har'a hin arganne hiree. Dhalamuu wallaalleetumaa Ol fiignee gadi joorraa Fayyaa beela'a dhiifnee Du'aa boollaa Soorraa Wanta nu fayyaduufii Nu miidhus wollaallee Turree Addunyaa dhiifnee Erga biraa gallee. Jecha Jechuu malee Hiikni hin madaalamuu Lafarra ejjachuu malee Of Jala hin Ilaalamuu, Maal godhaga ergaa Madaallee hin xiinxallee Erga bu'aafii miidhaa Addaan nuuf hin gallee. Jireenyi wol dhayee Addunyaan mancooftee Argattu hin gammadduu Wanti hunduu hadhooftee Galaan lafa guutee Erga galma dhabee Safuuf duudhaan keenya Erga nurkaa cabee Maal eenyuun komannaa Sababnoo nutumaa Addunyaan wal dhooftee Furmaanni maalumaa? Maaltu nu simataa Gara fuulduraattii? Tarkaanfiin keenya kun Eessaa garamittii? Jion 👉 https://t.me/Alburhaan_media Yoo yaada qabaattan Comment nuuf barreessaa🖋🖋🖊🖌 https://telegram.me/Alburhaan_media

  • 10 июл. 2025 г.651из Kennaapost

    📌 UMMII 📌 Ajab yaa haadha Namaa Garaansii laaftuu dhumaa Nyaatteellee hin gabbattu bareeddee Akka Namaa Dhukkubsattee hin ciiftu Ayii garaa haadhummaa hammam dhukkubsattullee Dawaanshii sabbatumaa Ummii kiyya yaa ummaa Sin jaalladha yaa maamaa Naaf jiraadhu haadhakoo Siif garaan koo raafamaa Umrii kee haa dheeressuu Yaa haadha ilmaan Namaa Situ yaaddoon dhiphataa Haadha guddaaf daa'imaa Yaa bareedduu harmeekoo Kan kee yoom dagatamaa Nuguddisuudhaaf jettee Taate gadi Aantuu Namaa Waan hin taane hin qabduu Nuuf cabdeetta yaa ummaa Galanni kees tuullaadhaa Yoom kaffalamee dhumaa Ajab yaa haadha Namaa Haadha ilmaan muslimaa Jaarmiyaa beekumsaati kan jiruu biyya lamaa Yaa Rabbiikoo kaayyoosii Hundumaa fiixaan baasii Galma guddaadhaan ga'ii Rakkina keessaa baasii Yaa Allaah yaa gooftaakoo Harmee keenya Nuuf tiksii Sadarkaa ummaa keenyaa Firdawusiin Nuuf taasisii Chaanaalii kiyya khana join gochuun Na hordofaa jzk 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 🙏🙏🙏 JOIN 🙏🙏🙏 @AbduljalilRedwan @Kennaapost @Kennaapost @Kennaapost @Kennaapost T.me/Kennaapost