tgindex
NasriiDiin 🌙

NasriiDiin 🌙

Статистика

Kaayyoon Namooma biyyooma waloomaaf biyya keenyarrattifi addunyaarratti waliin jiraachuuf wal beeku nu barbaachisa! Quran Hadiisa Seenaawwan garagarraa

Последний пост
4 июл.
Последнее чтение
13 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
21
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
156
0 за 2 дн.
Сутки
0
0,00%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
95
21 постов
Вовлечённость
60,9%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 21
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
1/48двое суток
1/72трое суток

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • ጉአደኛ..... ምክሬን በዱዐ ነው የምጀምረው አሏህ መልካም ጉአደኛ ይስጠን🤲 አንድ ሰው ጥሩ ጉአደኛ ሊመርጥና ሊኖረው ራሱ ጥሩ መሆን አለበት ምክንያት ያ ሰው መጥፎ ከሆነ መጥፎ ጉአደኛ ሲገጥመው ይስማማሉ ግን ግን ጥሩ ከመጥፎ ጋ ስለማይሄድ ሊርቀው ይቻላል ብቻ ምን ልላችሁ ፈልጌ ነው ጉአደኛቹን ምረጡ የናንተ ጉአደኛ ወደመስጅድ የሚጣራ ከመጥፎ የሚያስጠነቅቅ ወደ ጥሩ የሚያዝ ሃሳቡ akhira እንጂ ዱንያ ያሎነ አላህን የሚፈራ ነው አላህ ይስጠን የዚህ አይነት ጉአደኛ ቢጎዳችሁ ራሱ ወላሂ አውቆ አይደለም ከልቡም አይደለም ተልቶአቹም አይደለም የሸይቷን ሥራ ብቻ ነው "Hiriyyaan gaariin daandii milkaa'inatti nama geessa;yeroo gaarii qabaadha!

  • لِّلْمُؤْمِنِينَ يَغُضُّوا مِنْ أَبْصَارِهِمْ وَيَحْفَظُوا فُرُوجَهُمْ ۚ ذَٰلِكَ أَزْكَىٰ لَهُمْ ۗ إِنَّ اللَّهَ خَبِيرٌ بِمَا يَصْنَعُونَ [النور: 30] “Mu’uminootaan “(ija keessan gadi qabadhaa)” jedhi, ija isaanii gadi qabatu; qaama saalaa isaaniis ni tikfatu. Santu isaaniif irra qulqulluudha. Dhugumatti, Rabbiin keessa beekaa waan isaan dalaganiiti.”

  • "Nageenyi filannoo hin qabu "amantiin keenyaas nagaa nutis nagaa tahu barbaanna!

  • 13 июн.78из MohammadamminKassaw

    ከችግሩ፣ ከመከራው፣ ከሚሰማው መጥፎ ነገር ሁሉ አላህ ይፈርጀን። @MohammadamminKassaw

  • 1 июн.863из JUMJAGARO

    📮Daewa notice السلام عليكم ورحمة الله وبركات Kabajamtoota barattoota yuunivarsiitii jimma kaampaasii Aggaaroo guyyaa borii jechuun kibxata (25/9/2018) sagantaa da'awaa xumuraa bara kana waan qabnuuf hundi keessanuu affeeramtanii jirtu. "irraa hin hafamuu" ክቡራን የጅማ ዩኒቨርሲቲ የአጋሮ ካምፓስ ተማሪዎች፣ ነገ ማክሰኞ (25/9/2018) የዚህ አመት የመጨረሻ የዳዕዋ ፕሮግራም ስለሚኖረን ሁላችሁም ተጋብዛችኋል። "እንዳትቀሩ!" 📮Da'wa Notice Meet: Ustaz Abdu Place:- Mesjid Time:- Tomorrow After Meghrib Solat Don't miss it

  • "Milkaa'inni guyyuma tokko olkaatee, waan guddaa hojjechuudhaan osoo hin taane, guyyuma hunda olkaatee waan  hojjechuu qabdu hojjechuun dhufa"~

  • 31 мая821из NasAl2702

    Kabajamtoota barattoota keenya kaampaasii Aggaaroo ,duraan dursee nageenyi koo isin haa qaqqabu jechaa maatii keessaniif buna qabattanii galuu barbaadduu?eeyyeen ni barbaaddu taanan na bira gatii madaalawaa taheen ni argattu keessodhaan na dubbisaa! የተከበራችሁ የአጋሮ ካምፓስ ተማሪዎቻችን፣ በመጀመሪያ ሰላምታዬ ይድረሳችሁ እያልኩኝ፤ ለቤተሰቦቻችሁ ቡና ይዛችሁ መግባት ትፈልጋላችሁ? አዎ፣ የምትፈልጉ ከሆነ እኔ ጋር በተመጣጣኝ ዋጋ ታገኛላችሁ፣ በውስጥ መስመር (inbox) አውሩኝ! Thank you 🙏

  • 27 мая972из amumsjm

    የኢትዮጵያ ሙስሊም ወጣቶች ካውንስል ፕሬዚዳንት ኡስታዝ ሀይደር ኸዲር ከኢድ ሶላት ቡሃላ ያስተላለፉት መልዕክት፦ " የሒጃብ እና ኒቃብ ጉዳይ የመጨረሻ መፍትሔ ሊያገኙ ይገባል። እነዚህ ጉዳዮች አጀንዳ ሆነው ከትውልድ ትውልድ መተላለፍ የለባቸውም።" ፦ ሁሉም አካል መፍትሔ ይመጣ ዘንድ ተግቶ ሊሰራ ይገባል። ሁሉም የሚጠበቅበትን ሊወጣ ግድ ነው። ያ የሚሆን ከሆነ መፍትሔው አይርቅም። @MohammadamminKassaw

  • 19 мая927из MohammadamminKassaw

    "jeedala tahee waggaa dhibba jiraachuu manna , leenca tahee guyyaa tokko Aadee du'uu naaf wayya" - Husen Bune @MohammadamminKassaw

  • Asalamualaikum warahmatullah wabarakatuhu? SAGANTAA GEGGEESSAA GC WALIIGALAA AJUMJ (WELL GO) 🎓 Yeroon nuti hundi hawwidhaan eegaa turre dhumarratti gaheera! Hojii jabaa fi milkaa'ina obboloota fi obboleettiwwan keenya eebbifamaniif beekamtii kennuuf yeroo qophoofnutti, isinis qaama  sagantaa dagatamaa hin qabne kanaa akka taataniif afeerraa keenya kabajaan isiniif dhiyeessina. Imala Sagantichaa: ✨ Wasiyyaa: ✨ Muuxannoo Waljijjiiruu: ✨ Tapha fi Bashannana: ✨ Beekamtii Kennuu: ✨ IKRAAMA Addaa:  🎂 ✨ Fi kanneen biroo baay'ee... "Nama booda oduu isaa dhaga'u hin ta'inaa"—irraa hafuun keessan nama gaddisiisuun isaa hin oolu! Guyyaa: Dilbata kana, Caamsaa 9 📍 Iddoo: Masjiida Al-anser fuuldura kaampaasii Aggaaroo 🕒 Sa'aatii: Sa'aatii 2:30 -5:30(Ganama keessaa) 🎓 የታላቁ AJUMJ አጠቃላይ የGC ሽኝት (WELL GO) ፕሮግራም 🎓 ሁላችንም በጉጉት ስንጠብቀው የነበረው ቅጽበት በመጨረሻ ደረሰ! የተመራቂ ወንድሞቻችንን እና እህቶቻችንን ታላቅ ጥረትና ስኬት ለማክበር በምናደርገው ዝግጅት ላይ፣ እርስዎም የዚህ የማይረሳ ክብረ በዓል አካል እንዲሆኑ በታላቅ አክብሮት ተጋብዘዋል። የፕሮግራሙ ድምቀቶች፡ ✨ ወሲያ (ምክር)፦ ✨ የልምድ ልውውጥ፦ ✨ ደስታና ጨዋታዎች፦ ✨ ዕውቅና መስጠት፦ ✨ ልዩ ኢክራም፦  🎂 ✨ እና ሌሎች በርካታ ነገሮች... "በኋላ ላይ ወሬውን ብቻ የሚሰሙ አይሁኑ"—ይህ ፕሮግራም ቢያመልጥዎት በእርግጥ ይቆጫሉ! ቀን፦ በዚህ እሁድ ግንቦት 9 📍 ቦታ፦ Al-anser መስጂድ Agaro Campus fetlefet 🕒 ሰዓት፦ ከጣዋት2:30 -5:30 ሰዓት (በኢትዮጵያ)

  • If taanee jiraannu Carraa hedduu qabna Maaliif fakkeessinee Karaa gorru dhabna ❤️‍🩹🥰❤️‍🩹 Of tahi !

  • "ዲን አማና ነው።" አላሁመ ሶሊ ወሰሊም ወባሪክ ዓላ ሙሐመድ !😍!

  • ሰው ማለት ... ሰው የሚሆን ነው ሰው የጠፋ እለት!

  • 27 апр.148из sherenesri

    Wantoonni lama kan maalummaa kee adda baasudha 1.yeroo homaa hin qabnetti obsa ati qabdufi 2.yeroo waan hunda qabdu ilaalcha ati qabdudha

  • Funyoo Jabaa Rabbii « Funyoo Rabbii hunda waliin qabadhu malee wal hin qoodin.» Funyoon eegumsa qabu kan ati akka dalagaa addunyaa tanaatti hin liqimfamneef qabachuu dandeessu yoo jiraate "Qur'aana" dha. Karaan hin cabne, hin hiiqne, gara Rabbii geessu tokkicha. 🤲 Gooftaa koo gabroota kee kanneen funyoo kana jabeessanii qabatan keessaa nu taasisi

  • 26 апр.95из jucavm_muslim_jemaa

    https://t.me/jucavm_muslim_jemaa?livestream=046a307f181291d84c

  • Yeroo boqonnaaa (sa'a laaqanaa) 7:30_8:00

  • Assalamualaikum warehmtullah webarakatehu guyyaa har'a sagantaan dorgommii qur'aana barattoota yuunivarsiitii jimma kaampaasii qonnatti gaggeeffamaa jiruun hanga ammaatti dorgomtoonni hedduun hirmaacha turan kaampaasii Aggaaroo bakka bu'uun hirmaacha kan jiru barataa #Adnan Abdulbasit;yoo tahu hanga ammaatti sagantaan akkuma itti fufetti jira, du'aa'ii keessanin hin dagatina.~jecha carraa gaarii ~

  • 26 апр.781из jumjofficialpage

    ۞ وَرَتِّلِ الْقُرْآنَ تَرْتِيلًا ۞

  • 26 апр.732из sherenesri

    Barattoota koo uffanna dhaan illee yoo ta'e namni tokko akka isin hin caalle. Irra guddaan hirdhina immoo wallaalummaadhaa.muftii Gommaa