ORO ARSENAL VIDEOS
Статистика- Последний пост
- 13 авг.
- Последнее чтение
- 13 авг.
- Постов за неделю
- 15
- Всего постов
- 21
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 837
- 1/48двое суток
- 959
- 1/72трое суток
- 1 034
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
Oddefannoo Kutaa meqaa Barbaadduu ? REQUEST GODHA👇👇👇👇👇
Jechoota babbareedoo fi qalbii namaa hawwatan kanneen suuraa irratti barreeffamanii qophaa'an argachuuf, chaanaalii Abdii Quotes join godhadha! ✨💭💖 https://t.me/Abdii_Quotes https://t.me/Abdii_Quotes https://t.me/Abdii_Quotes 👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆
Sochi Maarlii Saalmoon kaleessa galgala agarsiisaa ture.
Jechoota babbareedoo fi qalbii namaa hawwatan kanneen suuraa irratti barreeffamanii qophaa'an argachuuf, chaanaalii Abdii Quotes join godhadha! ✨💭💖 https://t.me/Abdii_Quotes https://t.me/Abdii_Quotes https://t.me/Abdii_Quotes 👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆
Penalty Arsenal vs como
Arsenal vs como highlight
✅Oddefannoo kutaa Meqaaa barbaaddu Kessaa seenaa tuqun 👇👇👇
Namoota Yeroo amma Online jirtaan qofaf 🔥🔥 Badhaasa kardii abba 200 ammas 👏 Biyyii bayyinan Dawwatamtu biyyaa kami?
Lewis-Skelly goolii Arsenal 1 _0 Coma
Daqiiqaa 30 booda nii haqama Gaaffii kardii abba 200 irraatti hirmaadha amumma aritiin 10+10×0+10=???
https://www.youtube.com/live/Mq71R7VQxNw?si=zpv_teQjIfO779wc
Yeroo wal argan
Martin Zubimendi
AFAAN OROMOOTIIN Wamicha Gargaarsaa—Haa qaqqabnuuf! 🙏 Dargaggeettiin suuraa gubbaa irratti argitan kun Eelroo’ii Qiddus jedhamti. Hordoffii yaalaa kaansarii lafee (bone cancer) irratti argamti. Dhukkubni kun irratti argamee waggaa tokko kan tahe yoo ta’u, sababa kanaan harki ishee bitaa guutummaatti akka muramu taasifameera.Ta’us garuu, Eelroo’ii abdii utuu hin kutatin yaala ishee hordofaa jirti. Amma garuu dhukkubni kun gara somba isheetti waan babal’ateef, rakkon hargansuu ishee mudatee jira. Sababa kanaan, yeroo ammaa kana Finfinneetti Giddugala Yaalaa fi Baqaqsanii Yaaluu 'Heal Venture' (Heal Venture Medical and Surgical Center) keessatti kutaa gargaarsa addaa (ICU) keessa jirti.Haata’u malee, baasiin hospitaalaa yeroo ammaa kana guyyaatti birrii 50,000 (kuma shantama) ol waan ta’eef, dandeettii maatii ol ta’eera. Haatii fi abbaan ishee bira waan hin jirreef, hiriyaan ishee ti kan yaalachisaa jiru.. Nutis cinaa ishee haa dhaabbannu! 🥹❤️ CBE: 1000487578828 Tele Birr: 0911179293 Awash Bank: 013471629151800 Maqaan Herrega Hundaa: Rahel Yaa sabaa Obboleettiin keenya nu barbaaddi, haa qaqqabnuuf! 🙏
የእርዳታ ጥሪ እንድረስላት 🙏 የምትመለከቱዋት ወጣት ታዳጊ ኤልሮኢ ቅዱስ ትባላለች በአጥንት ካንሰርን ህክምና ላይ ትገኛለች በሽታው ከታወቀ አንድ አመት ሆኗታል በበሽታው ምክንያትም የግራ እጇ ሙሉ በሙሉ እንዲወገድ ተደርጓል ሆኖም ግን ኤልሮይ ተስፋ ሳትቆርጥ ህክምናዋን እየተከታተለች ነው አሁን ግን በሽታው ወደ ሳንባዋ በመሠራጨቱ የመተንፈስ ችግር ስላጋጠማት በአሁን ሰአት በአዲስ አበባ Heal Venture Medical and Surgical Center በ ICU ትገኛለች ሆኖም ግን በአሁን ሰአት ላይ የሆስፒታሉ ወጪ በቀን ከ50.000ብር ነው ከቤተሰብ ከአቅም በላይ ስለሆነ እናትም አባትም አጠገቧ ስለሌሉ ጓደኞቿ እያሳከሟት ነው.. እኛ ከጎኗ እንሁን 🥹❤️ CBE - 1000487578828 TeleBirr - 0911179293 Awash Bank - 013471629151800 ሁሉም አካውንት ስም - Rahel Aregay እህታችን ትፈልገናለች እንድረስላት 🙏
видео или голосовое, без подписи
Welcome to Arsenal
Taatoo Gabriel Magalhães!🇧🇷🔥
Max Dowman🌟🔥
Sosochiiwwan Max Dowuman kaleessa agarsiise.👏🏼🌟