CPD TECHNICAL SUPPORT
СтатистикаIt ensures accuracy, reliability, and timely support for application, New, renewal, and upgrade license application services. The team strives to enhance system performance and uphold regulatory standards for a transparent and effective licensing system.
- Последний пост
- 15 авг.
- Последнее чтение
- ещё не заходили
- Постов за неделю
- 29
- Всего постов
- 62
- Тип
- открытый
- Язык
- английский
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 482
- 1/48двое суток
- 552
- 1/72трое суток
- 595
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
KOOLLEJJII FAYYAA HOSPITAALA ADAAMAA (KFHA) TAAJILA TOLA-OOLTUMMAA GANNAA Koollejjii Fayyaa Hospitaala Adaamaatti tajaajilli tola-ooltummaa Gannaa kennamaa jira. KFHAtti tajaajilli kun Adoolessa 01, 2018 irraa eegalee, akkuma baroota darbanitti kennamaa tureen, hanga Qaammee 05, 2018tti kan itti fufu ta’a. Kanaaf, hawaasni Magaalaa Adaamaa fi naannawaa isheetti argamtan carraa kanatti sirnaan fayyadamuun tajaajila fayyaa armaan gadii bilisaan akka argattan affeeramtaniittu. Tajaajiloota Kennaman *Safartuu Dhiibbaa Dhiigaa *Qorannoo Dhukkuba Sukkaaraa * Tajaajila Qorannoo Dhukkuba TB *Qorannoo HIV fi Dhukkuba Tiruu *Qorannoo fi Yaala Kaansarii Harmaa fi Fiixee Gadameessaa *Qorannoo fi Yaala Jajal’achuu Miila Daa’immanii (Clubfoot) *Tajaajila Dhaqna Qabaa Daa'immanii Kanaaf, hawaasni Magaalaa Adaamaa fi naannawaa ishee carraa tajaajila fayyaa tola-ooltummaa kanaa akka of jala hin dabarsine, gara Koollejjii Fayyaa Hospitaala Adaamaa dhufuun tajaajila barbaachisaa akka argattan isin beeksifna. Koollejjii Fayyaa Hospitaala Adaamaa Fayyaa Hawaasa Keenyaaf, Tajaajila Qulqulluu!
без подписи
без подписи
GALMA'UUF QOPHOFTANII?? Qabxii kutaa 12ffaa yeroo gadhiifamu galmaa’uu. https://t.me/Oromiacpdcenter
ፋርማሲ ለመክፈት የሚያስፈልጋችሁ ሙሉ እቃ በ1000 ብር እጣ እድለኛ ይሁኑ:: Abbaa Carraa Meesha Dukkana qorichaa tahaa qarshii 1000 qofaan🙏🙏 0941301333 https://t.me/onehealthlottery
Abbaa Carraa Meesha Dukkana qorichaa tahaa qarshii 1000 qofaan🙏 ፋርማሲ ለመክፈት የሚያስፈልጋችሁ ሙሉ እቃ በ1000 ብር እጣ እድለኛ ይሁኑ:: 0941301333 https://t.me/onehealthlottery
#Oduu #Gammachiisaa itti fayyadama Waliif qoodaa.... lammilee tajaajila akka argatan gochuun gahee hundaa keenyati. WAAJJIRA FAYYAA GODINA BOORANAA BAHAA
*National ID,fi *KTL* Ergaa fi Ergama xiyyeeffaannaa addaa barbaachisu waan ta'eef hojii Irra oolchaa! Galatoomaa!
Carraa Barnootaa Hojjataa Bulchiinsaa Ogummaa Dev'nt Mgt.pdf
Biiroon Fayyaa Oromiyaa fi Hospitaalli Kompireensiivii ispeeshaalayizdii Yuunivarsitii Wallaggaa Dhaabbata Project Harar Itoophiyaa fi "Smile Train"waliin ta'uun daa'immanii fi namoota baqaqaa hidhil ykn laagaa qabanif Hagayya 08-10/2018 Hospitaala Kompireensiivii Ispeeshaalaayizdii Yuunivarsiitii WaÎlaggaa Magaalaa Naqamteetti tajaajilli baqaqsanii yaaluu tolaan ni kenna. Regional Health Bureau and Wollega University Comprehensive Specialized Hospital in Collaboration with Project Harar Ethiopia and Smile Train, organized a Cleft surgical mission for Children and adults with cleft lip/palate at Wollega University Comprehensive Specialized hospital at Nekemte Town from August 08-10/2018 E.C Odeeffannoo dabalataaf. Lakk. Bilbila- 0917794735/0943082061 WUCSH Public Relations and Communication Office
без подписи
без подписи
GALMA'UUF QOPHOFTANII?? Qabxii kutaa 12ffaa yeroo gadhiifamu galmaa’uu. https://t.me/Oromiacpdcenter
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи