tgindex
OROMIA TODAY

Walaboomee Ripaablika Oromiyaa Mataasaa dhaabuu.

Последний пост
12 авг.
Последнее чтение
15 авг.
Постов за неделю
2
Всего постов
28
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
6 145
+7 за 5 дн.
Сутки
−4
−0,07%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
696
28 постов
Вовлечённость
11,3%
к подписчикам
Постов в день
0,3
всего 28
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
274
1/48двое суток
314
1/72трое суток
338

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • без подписи

  • Wallagga Bahaa Aanaa Anga Guutee keessatti finxaaleyyiin Amaaraa Faannoon namoota nagaa 36 lubbuun galaafatteetti. Yeroo ammaa kanas aanota wallaggaa bahaa Giddaa Ayyaanaa ,kiiramuu fi Angar Guutee keessatti humni finxaaleyyii Amaaraa Faannoon ummata irratti weerara banee jira. Qaamoleen Nageenyaa Oromiyaas ummata waliin tahuun wareegama guddaa kaffalaa jiru.

  • https://www.facebook.com/share/v/18e44KK65k/?mibextid=wwXIfr

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • Breaking news Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Hoorroo Bulluqii fi Amuruutti tarkaanfiin waraana goleessituu PP irratti fudhatame !5 Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Amuruutti waraanni sirna PPf ergamtu dhukaasa tokko malee meeshaalee waraanaa hedduu yeroo Waraana Bilisummaa Oromoof kennitu Aanaa Horroo Bulluq magaalaa Saqalaa keessatti immoo gaachanni Ummata Oromoo WBOn barii lafaa sa'atii 11:00 irraa qabee lola mooraa waraanaa pp irratti baneen guutummaa guutuutti weeraruun tarkaanfii fudhateen humnoota sirna PPf ergamtu hedduu du'aa fi madoon adabuun meeshaalee gurguddaa dabalatee meeshaalee waraanaa hedduu mooraa qabsoo Oromoof galii taasiseera. Guyyaa har'aa waraanni sirna PP Magaalaa Shaambuu irraa gara Saqalaatti birmannaa taasisuuf turte bakka addaa Caabir jedhamutti kiyyoo gaachanni ummata Oromoo hidhe harka bu'uun tarkaanfii irratti fudhatameen akka of duuba deebitu yoo taatu hedduunis du'aa fi madoon adabamtee jirti. Guyyaa har'aa waraanni madaa'e yaalaaf Ambulance hedduun gara hospitaala Magaalaa Shaambuutti guuramaa jiraachuu fi sochiin ummataa magaalaa Shaambuu dabalatee aanota akka Horroo Bulluq,jaardegaa jaartee fi Amuruutti guutummaatti danqamee ummatni sochii kamuu dhaabee jiraachuu maddeen naannichaa nuuf himaniiru. Taateen kun wayita sirni pp filannoo kijibaa fi hannaa gaggeessuuf qophaayaa jirtutti WBOn tarkaanfii kan fudhate yoo tahu aanotaa fi gandoota baadiyaa Godina Horroo Guduruu Wallaggaa keessatti filannoon gaggeeffamuu isaa shakkii keessa galchee jira .

  • без подписи

  • https://sagaleeqeerroo.com/part-iii-omn-qeerroo-and-the-making-of-public-perception

  • https://sagaleeqeerroo.com/part-ii-the-rise-of-omn-and-qeerroo

  • ይህ ሀይሌ ገብረስላሴ የተነገረው በአሁኑ ወቅት በሁሉም የሀገራችን ክልሎች የሚንቀሳቀሱ ነገዴዎች ስሞታ ነው!

  • Tokkummaa Oromoo fi Hiree Murteessuuf Ummanni Oromoo yeroo ammaa seenaa keessatti iddoo addaa irra gaheera. Yeroo hedduu mariin, marii dabalataa, marii walitti deebi’uun gaggeeffamaa ture; garuu yeroo baay’ee murteen sabichaa akka tasgabbaa’uuf humni gahaa hin mul’anne. Kanaaf, wanti ati jette — “hiree Oromoo kan murteessu irree Oromooti” — hiika bal’inaan akkaataa tokkummaan, sagantaan, fi murteen Oromoo bifa nagaa fi dimokraasiin akka murtaa’u akeeka. Oromoon yeroo ammaa abdii guddaa qaba. Abdii kana dhugoomsuuf, wanti barbaachisu humna waraanaa osoo hin taane: • Tokkummaa uummataa, • Humna siyaasaa qindaa’e, • Sagantaa ifaa, • Murtii nagaa fi dimokraasii irratti hundaa’e, • Hirmaannaa saba bal’aa dha. Tokkummaan Oromoo yeroo jabeeffamu, sagantaan yeroo tokkotti qindaa’u, murteen yeroo uummata bal’aa irraa dhufu — hireen Oromoo kabajama. Hireen saba kamuu humna waraanaa osoo hin taane, humna tokkummaa fi murtii siyaasaa tiin ni murtaa’a. Oromoon yeroo tokkummaa isaa jabeeffatu, yeroo yaada isaa gara tokkootti qindeessu, yeroo murtii isaa bifa nagaa fi dimokraasiin labsatu — kabajama, dhaga’ama, fi tajaajilama. Yeroo kana, hireen Oromoo akka tasgabbaa’uuf humni barbaachisu: • Tokkummaa jabaa, • Murtii ifaa, • Hirmaannaa uummataa, • Sagantaa waloo dha. Oromoon yeroo humna isaa bifa nagaa fi dimokraasiin jabeeffatu, yeroo tokkummaan isaa cime, yeroo sagantaan isaa ifa ta’e — kabajama, sodaatama, fi tajaajilama. Hireen saba tokko yeroo kabajamu, yeroo dhaga’amu, yeroo tajaajilamu — murteen isaa ni tiksama. Kanaaf, wanti ati jette akka hiika bal’inaan: Tokkummaan kee jabeeffadhu. Sagantaa kee ifa godhi. Murtii kee nagaa fi dimokraasiin labsadhu. Gaafa ati tokkummaa fi murtii kee jabeeffatte — hireen kee siif kabajama. Kun bifa nagaa, bifa jabina, bifa of‑hirmaannaa qabuun qindaa’e.

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • Obbo Jawaar kan ani jedhu dhugaadha kan barruun Sagalee Haqaa maxxansu walakkaan dhugaa qabaatus dogoggora jedha. Addunyaa Siyaasaa keessatti namni akka Jawar Mohammed soba jira jedhanii yaaduun of sobuudha. waan dubbatee lafa jiru deebi'aa nama ija ashaboon dhiqatee haaludha. Sanas tahu kana Jawar kaleessa hayyoota ,namoota gurguddoon mariiyatu har'a waxaxee waliin taheera deemsi isaa. Oromoon gaafa si tufu alalfatee akka Jawaar kanatti jibbamtu jechuumaaf🤷‍♂️🤷‍♂️

  • без подписи

  • 5 июл.1 05261

    Jawar yeroo hunda akka nama attention barbaaduutti of agarsiisa. Yeroo PP waliin taphataa ture ni yaadanna; yeroo sanas drama ofii uumuun seenaa Oromoo irratti tapha taphachaa ture. Har’as akkasuma — falmii dhabee falmii uuma, xiiqii siyaasaa ofii ijaara. #ABO irratti duuluun isaa yaada siyaasaa cimaa osoo hin taane, meeshaa salphaa nama hunda biratti dhaga’amuuf fayyaduu dha. Kun qabsoo hin jijjiiru; qabsoon nama dhuunfaa irratti hin ijaaramu. Dhaabni seenaa qabu karaa isaa deema; namni xiiqii siyaasaa uumu immoo yeroo gabaabaa qofa dhaga’ama. Jawar Mohammed kan sirni PP uummata Oromoo miidhe maxxansa malee, kan inni mataa isaatiin miidhe dachaa sirna PPti. Dantaan dhuunfaa isaa gaafa tuqamu, gaafa dhiigni dargaggoota Oromoo dhangala’utti dharra’ee “qabsaawaa” fakkaatee as bahu malee Oromoof yaaduu hin danda’u. Nama Amaarri Caffee Oromiyaa keessatti barcuma argachuu miti, pirezedaantii tahuu qaba jedhee falmaa turetu har’a dhimmoota Oromoo dubbataa dhimmamee dhugaa dubbata jedhanii amanuun rakkisaadha. Oromoon Jawwee mirqaanee xibaaree waliin huuba lafaa kaasu hin jiru; Facebook irratti xibaaruun amaluma isaa waan ta’eef waca jechuumaaf. Kosiidhaan kosii jechuu itti fufna — qabsoon immoo karaa isaa deema.