- Последний пост
- 18 февр.
- Последнее чтение
- 13 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 212
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- —
- 1/48двое суток
- —
- 1/72трое суток
- —
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
Gaafa18/2/2026 Ramadaan kariim soommana gaarii Warra baranaa kan bara hedduu kan bara kanaa hamdii kan bara dhufuu Abdii baga nagayaan geessan baga walumaanuu geenye Soommanni kun soommana waan yaanne hunda itti milkoownu itti injifannu Rabbiin nuuf haa godhu bara bilisummaafi walabummaa itti Oromoofi Oromiyaa nuuf hatasiisuu Rabbiin Ramadaana kana milkii fi bu,aa inni qabu hunda Rabbiin nu haa qunnamsiisu Yaa Rabbii guddaa baatii kabajamtuu ulfaattuu kana keessa ummata keenya kan akka callee cittee Adduunya irra faca,e kan biyya isaa keessatti rakkina hiriyyaa hin qabne keessummeessaa jiru kana gammachuu dhuma hin qabne nu dhageessisi Soommana kana warra irraa milkaahu warra milkii inni qabu hunda Rabbiin qunnamsiisu nu haa godhu Ramadaan kariim Ramadaana 1447 Gurraandhala/18/2/2026
#Zuwaay_Dugdaa Gandaa #Bookattii_Bubbeetti kennee Gootichii sabaa WBOn 👊
Komandon🙄😁✊
Yeroo kanatti oromiyaan Guutuun Humna WBO,n marfamtee jirti,kan kana fidee kanaan nu gahe immoo dhiigaa fi lafee Jaallan kufaniiti. 🙏
Faannoon Magaalaa fi Aanota heeddu to'achuu miidiyaan warra Soddaa Abiy Ahimad tokko gabaasaa jira . Egaa kanas haa ta'u sanas saaksii jaraa kanammoo dadhabneerra . Mee waanuma hundaafuu Lafa nagaa turaa. By
"#Fayyisaa_Leellisaa halkan edaa sa’aa 6:30 irratti machaayee osoo konkolaataa ari’uu Jamoo mikaa’eeli Naannoo #wareda_1tti konkolaataa biroo rukutuun namoota lama irraan miidhaa guddaa geessise. Lamaan keessaa tokko du’aaf jiruu jidduu jira. Kan lammataa lafeen caccabeera. Erga jararraan miidhaa geessise booda poolisiin qabuuf yoo yaalan qawwee itti baafatee ari’ee deeme. Hanga ammaa too’annaa jala hin galle." Biyya Seerri hin jirre! Warri akka Fayisaa yoo Seeraa ol ta'an warri isaa olii akkam akka ta'an tilmaamuun hin dhibu🤔
Aadde Keeyriyyaa jedhamti. Miseensa koree jiddugaleessaa TPLF fi Af-yaa'ii mana maree federashinii Itoophiyaa turte. Mootummaa Abyi kan abbaa irree kanaa waliin ummata koo kan Tigraay irratti daba hojjachuun seenaan nagaafata waan taheef, aangoo mana marii federaashinii irraa fedhii kiyyaan if kaaseetiin jira jettee dubbatte. Danbii seeraa fii heera mootummaa barraahe hojirra oolchuun sirna akkanaa keessatti hin dandahamu. Heeraa fi seera biyyattiitiif amanamummaan qabu bahuuf, itti gaafatama natti kennitan kabajaanin isiniif deebisa jetti. Akkas inni kan oromoo taa'ee Arka haa reebuu silasoo gobboon dhaqee Achiyyuuu
без подписи
Kaabinee Obbo Gammachuu Dabalaatu Kaabintuu Aadde Yaadanii Waggaarii xuuxaa ture jedhan, Obbo Gammeen kun Suutuma xuuxaa jirti, Aadde Yaadaniin immoo harki isaanii inni bitaan suuraa kana yeroo ilaallu meeshaa waraanaa dhiiraa tuttuquu barbaadaa jira fakkaata.😉 Walumaa galatti Kaabineefi kaabintuu baay'een ishee waanuma akkasii hojjechaa oolti. Wal dhuge ! 😃
👇👇👇Deebii oromoon garboomee hin jiru kan jedhuuf barruu gadii kana dubbisaa ~Godaannisa Gabrummaa Akkaan Yaadachiifnee Summii Xoophiyummaa Sammuu Dhalootaa Keessaa Haquun Seenaa Haaraa Tolchineen Biyya Walabaa Dhaloota Dhaalchifna! Uummanni Oromoo dhaqdhaqii gabrummaa keessattu kufee rakkataa jiraa? Eeyyeen, gaaffii hinqabu gabrummaa hamtuu jalatti kufee gannaa 160f rakkoo guddoo dhamdhamuu irratti argama. Laal! Warra Uummanni Oromoo dhaqdhaqii gabrummaa keessatti kufee rakkataa hinjiru jedhu, baandicha Haayiluu Gonfaafi ilmaan isaaf dhaloonni qawwee warri lubbuu tokkittii qabsiisuun uummata Oromoo qaalii dhaqdhaqii gabrummaatti qulleessuuf falmatti jirtu waan jettu danuu qabdi. Warra olaantummaan summii Xoophiyummaa sammuu isaanii keessatti wal horee dhaaleef waa'een gabrummaa hingalu. Fakkeessitootiif akkeessitoonni warri waan garaa malee waan sabaa hin yaanne uummanni cunqurfamaa Oromoo gabrummaatti jiraachuu sammuun isaanii amanee hin fudhatu. Isaaniif gabrummaan daldala siyaasaa ittiin miliyoona horatan, mi'a qaalii badhaadhummaa isaaniiti. Yoo Oromoon gabrummaa jalaa ba'e qannoof qananiitti jiraachuu dhabu, kabajaaf jajannaa impaayeraa irraa gonfatan qaaniif leeyyootti sharafatu kanaaf akka uummanni cunqurfamaa Oromoo gabrummaatti hafuuf waan danda'an hundaan qabsoo Oromoo gufachiisuuf gufuuf gufaata bocaa oolu. Gabrummaan maali? Uummanni tokko akka sabaatti gabroome kan jennu yoo maal maal molqamedha? Akka armaan gadiitti ilaaluu yaalla: 👉 Uummanni akka sabaatti mirga uumaan uumamaan kenneef akkasumas mirga namoomaaf dimookiraasii heeraan gonfate gaaf qaama gabroomseen sarbamu, sabni sun dhaqdhaqii gabrummaatti kufee rakkataa jira jechuudha. Faayidaaf mirga silaa gama uumaaf heeraan argachuu dhabu gabroomee jira jechuudha. Mirga jiraachuu utuu qabduu ajjeefamuun, mirga socho'uu fi gurmaa'uu utuu qabduu hiree kanneen afaan qawween sarbamuun gabrummaadha. Hiikkoon gabrummaa warra gabrummaa fedhuuf hingalu yoo warra roorroo gabrummaan rakkachaa jiraniif ta'e malee. Uummanni Oromoo erga gabrummaa sammuu, qaamaa, seenaa, aadaa, qabeenyaa...walumaagalatti eenyummaa molqamee sarbiinsa mirga namoomaaf dimookiraasii afaan qawwee Impaayeraan irra gahe jalatti kufee jaarraa tokkoof walakkaan darbaniiru. Warri Oromoon gabrummaa jala hinjiru jedhu warra Oromoon ajjeefamaa, hidhamaa, qe'eef qabeenya isaarraa buqqa'aa hinjiru jedhee impaayeraaf abukaattoo dhaabbatu ta'uu akeekkachuun dansa. 👉Angafoonni qabsoo keenyaa maaliif qabsaa'aa turan? Har'a hoo dhaloonni qawwee maaliif qabsaa'aa jira? Kunooti: Qabsoo angafoonni, abboonni keenya kaleessaa gaggeessaa turan, uummata Oromoo qaalii bilisummaan biyya walabaa Oromiyaa keessa birmadummaan jaarraa 19ffaa dura nagaaf tasgabbiin baha Afriikaa jiraataa ture, uummata afaan, aadaa, sirna bulchiinsa, seenaa fi qarooma mataa isaa qabaachuun Addunyaaf raajii ta'ee ture san deebisanii gadi dhaabuuf ture, argi. Abjuuf mul'anni dhalootaa qawwee humnicha guddaa Gaanfa Afriikaa gooticha WBO's, kanarraa adda miti. Inumaayyuu, xurree qabsoo abboonni dhiigaaf lafeen tattaraaran dhiigaaf lafeen tiksuun abjuuf mul'ata Angafootaan qabsoo Oromoo dhugoomsuudha. Dhugoomsuu qofa utuu hintaane, biyya walabaa gabrummaatti qulloofte, biyya gabrummaa impaayeraa seenaa taasiftee mirga abbaa biyyummaa gonfachuun tarree biyyoota Addunyaa Faajjii biyyummaa dhaabbattu, biyya qannoof qananiin uummanni cunqurfamaa Oromoo gabrummaatti qullaa'ee nagaaf tasgabbiin jiraattu dhaloota dhaalchisuudha. Dhaloonni qawwee, dhaloota seenaa gabrummaa uummata isaa qaalii dhaalchisu ykn odeessee boossisu miti, dhaloota godaannisa gabrummaa uummaticha hubachiisee dallaa of-dhabuu summii Xoophiyummaa Impaayeerri sammuu dhalootaa keessatti ijaarte diigee imimmaan uummatichaa haqee gabrummaatti xumura tolchu, warra guca bilisummaan as ba'aa jiru dhaloota amaanaa wareegamtoota gammoojjii Shinniggaa tiksu, warra galfata seenaaf ba'aa qabsoo Oromoo of harkaa qabuu, quba qabaadhu! 👉IUOf 💪 Gmtaan Insarmu
без подписи
без подписи
#Gadda laphee nama cabsu! Manguddoonni kabaja sabaa ta’an, Abbootiin aadaa fi safuu, akka bineensotaatti ajjeefamuun isaanii gara-jabina sirna mootummaa PP ifatti mul’isa.😭💔 Godina Matakkal Aanaa Dibatee keessatti, loltoonni sirna PP tiksan yakka namoomaa gara jabina hin yaadamneen raawwachaa jiru. Manguddoonni kunneen lamaan, Nama hidhata waraanaa hin qabne, kan harka isaanirraa qaww*ee hin qabne, kanneen nagaan jiraataniidha. Abbootii safuu fi kabajaa kan aadaa, seera hawaasaa fi wal kabaja dhalootaa bakka bu’an, namoota nageenyaaf falmani fi kan dhugaan jiraatan kana loltoonni mootummaa gara-jabinaan sodaa Waaqaa fi safuu namaa malee, ajjees*anii biraa deeman. Gochi fokkisaan kun tuffii lubbuu namaati. Sirni kun Sirna aangoo ofiif qofa yaadu irraa madde, kan nama Oromoo fi saboota biroo akka diinaatti ilaalu, Sirna seera, safuu fi kabajaa namoomaa gadi xiqqeessee tuffatudha. Manguddoota hin kabajan. Dubartii fi daa’imman hin qusatan. Abbootii nagaa akka diinaatti ilaalu. Kun hundi ragaa ifa ta'edha. Sirni PP humna qawween nama tumtu malee dhugaa hin jaalattu. Ajjeechaan manguddoota kanaa: Seenaa keessatti akka yakka guddaatti galmaa’eera. Dhaloota dhufu biratti gochi fokkisaan mootummaa kun akka yaadatamu ni ta'a. Lubbuun namoota nagaa akka soba aangootiif hin dabarre addunyaatti ni himama. Manguddoota ajjeefaman seenaan isaan ni yaadata. Sagaleen isaanii dhaloota keessan itti fufa. Garuu sirni isaan galaafate guyyaa tokko ni jiga. Maatii, Firoota, fi uummata naannoo sanaa hundaaf jajjabina hawwina.
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
Yeroo amma lolli karaa Kaabaa dhufaa jiru daran akka abiddaa saafa laboobuf jira. TPLFfi Ertiraa, hardure Isa dhumarra jiru. Tokkummaan sirnaa bututtuu Abiyi dursa jiru irraatti roobsani daara gochuuf jiru. Kara Nannoo Amaara Faannoo tumsaa jiru jarri Faannoo kunis ergama fudhatan ojiitti hiikuf qophii addaatti jiru. Yeroo ammaa PP sardamaafi waan qabdee gadi dhiistu wallaala jirti. Uummata oromoo xinnof guddaa jaartis jaarsa utuu hin jedhin Lola kana irratti #Dirqama irmaachifte lafarraa haxoofte balleessuf PP ojechaa jirti. #Hubadhu Yaa Oromoo sirna dhiiga ilmaanke dhugee,lubbuu hayyootake eeddu lafarraa duguuga ture harras duguuga jiru kana yeroon tokkummaan dhaabbatte WBO jabeeffatte sirna nama nyaata kana ofirra galagalchitu amma. #OROMIYAAN_BIYYA💪 ..💪Gaara Bengu'aa #Like #share #copy link gochuun odeeffanno o'iitu argadha
#Inbox WBOn naannoo G/W/L Magaalaa #Gimbii Yeroo ammaa kana godina wallagga lixaa magaalaa #Gimbii jala bakka #Soodduu jedhamtu diinni sochii humna guddaan hammeessitee itti seentee jirti,. jaallan naanno sana jiran ofeeggannoo akka godhatan
Odeeffannoo jabaa Konkolaatoti #geejiba namaa dirqamaan gara toora #Oromiyaa Lixaa- #Shawaa Lixaa , #Jimmaa, #Wallaggaafi kkf imalaa jiran dhuguma akka odeesamaa jiru Makalakayaa መከላከያ gara #kaabaatti geessuuf qofa osoo hin taane addatti Qonnaan bulaa gandoota godinaalee maraa kanarraa ukkamisamuun stooraman gara Waraannatti geejibuufi dha. Waan dhagahamaa jiru akka malee yaadessaa dha. Guutuu Oormiyaa irraa Qonnaan Bulaa walakkaa Miliyoonaa/ 0.5 million/ ol akka ukkasamu ajajni darbeera.