tgindex
QEERROO PRESS

✦Humni Jabaan Addunyaa kana raasu, kan Gabromfata jalaa bilisa si baasu, TOKKUMMAADHA. Lafa jirtutti ijaaramii, Wal ijaari! ✦ᴏʀᴏᴍɪʏᴀᴀɴ ᴡᴀʀᴇᴇɢᴀᴍᴀ ɪʟᴍᴀᴀɴ ɪsʜᴇᴇᴛɪɪɴ ɴɪ ʙɪʟɪsᴏᴏᴍᴛɪ! ᴏʀᴏᴍᴜᴍᴍᴀᴀɴ ᴅʜɪɪɢᴀ!! ❤️💚❤️ @Sololoobot

Последний пост
25 февр.
Последнее чтение
13 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
161
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
3 894
+5 за 4 дн.
Сутки
−4
−0,10%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
489
40 постов
Вовлечённость
12,6%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 161
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
1/48двое суток
1/72трое суток

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • 25 февр.1 116171

    Bishaan ROOBEE kan bara dabre ji’a sadi keessatti xumurame jedhame sun achumaan hafee? Bilciliciin suuraa ka’aniituma itti dhiisanii edaa ? =====•••••====== “Ani amma Baalee Roobeen jiraadha,mee bishaan dhugaatii hin jiru, jarri koridarii ifaa bulu malee dhimma kana gatii hin qabdu,mee barsiisoota Yuuniivarsiitii madda Walabu gaafadhu bishaan waan takka hin jiru,keessattu condominium University Madda walabu keessa! Rakkoo hamtuudha”

  • #inbox “ Barsiisaa Geetu Qannoo jedhama Godina wallagga bahaa aanaa Gobbuu sayyoo Ganda adaree Tiksaa Bakka laga ejeree jedhamutti Gaafa guyyaa 14/6/2018 Balleessa tokko malee waraannii mootummaa makaalakiyaa jedhamu rasaasa itti roobsuun erga ajjeesanii reeffa isaa immoo harreetti fe'anii isa booda uummanni iyyinaan reeffa harree irraa buusani .. Barsiisaa herregaati nama jabaa kana nu jalaa ajjeessani maaloo sagalee nuuf ta'i”

  • Guyyaa24/2/2026 WBOn Zoonii Lixaa guyyaa har'a Godina wallagga lixaa Aanaa laaloo Assaabii bakka addaa Laga Huwwaa jedhamutti waraan ergamtuu pp konkolaataa Ooraalii 1 fi 3F lamaan deemtu irratti Haxxee hidhuun Tarkaanfii fudhateen heedduu du'aaf madoo adabee konkolaataa oraaliin su hanga ammaatti achi ka'uu didee galgala kana gotottee deemaa jirti Madoo ulfaataan kan hospitaala ga'e 5 keessaa tokko duutetti.

  • G/Q/W/ Aanaa #Haroo_Sabbuu ganda #Jajjoo_Akaakil keessatti Guyyaa Kaleessaa Dargaggoo Maqaan isaa #Takkaalinyi_Mangashaa jedhamu Gara laafina tokko malee Waraanni pp Rasaasa itti roobsuun ajjeesan.

  • Abbaan Taayitaa Miidiyaa Itiyoophiyaa ragaa galmee Addis Standard Internet Media haqee jira. Abbaan taayitichaa, "Miidiyaa gama Miidiyaa hawaasaan tamsaasuun beekamu Addis Istaandardii irra deddeebiin gabaasa naamusa miidiyaa, seera Itoophiyaa, fi dantaa…

  • Abbaan Taayitaa Miidiyaa Itiyoophiyaa ragaa galmee Addis Standard Internet Media haqee jira. Abbaan taayitichaa, "Miidiyaa gama Miidiyaa hawaasaan tamsaasuun beekamu Addis Istaandardii irra deddeebiin gabaasa naamusa miidiyaa, seera Itoophiyaa, fi dantaa biyyaalessaa biyyattii fi ummataa balaadhaaf saaxilan tamsaaseera jechuun eeyyama isaa haquu beeksise "Addis Standard amala isaa akka sirreessuu fi amala diigumsaa isaa irraa akka of qusatu irra deddeebiin gorfamaa tureera kan jedhu Abbaan Taayiyaa Miidiyaa Itiyoophiyaa garuu of sirreessuu dideera" waan taheef eeyyama isaa haquu beeksise. Akka gabaasa Abbaa Taayitaatti Addis Standard naamusa ogummaa fi dantaa biyyoolessaa biyyaa fi ummataatiin damee miidiyaa irratti akka hojjatu irra deddeebiin akeekkachiifamaa fi gorsi kennamaaf turullee of sirreessuu dideera" jedhe Kana hordofuun "ragaan galmee guraandhala 17, 2018 irraa eegalee haqamuu isaa; hayyama miidiyaa ykn beekamtii tokkollee akka hin qabne" beeksiseera. Abbaan Taayitaa kana haa jedhu malee Dhaabbanni Miidiyaa Addis Standard afaanota sadiin jechuun Afaan Oromoo,Afaan Amaaraa fi Afaan Engilish tamsaasa isaa gama miidiyaalee hawaasaan kan tamsaasu Yoo tahu sagalee ummata cunqurfamootaa tahee waggoota hedduuf tajaajileera. Hundeessituu fi hoggantuun Miidiyaa Addis Standard Aadde Tsadaalee Lammaa baatii muraasa dura Obbo Geetaachoo Raddaa afgaaaffii Aljezera irratti gaafatame irratti gaaffii hin hin barbaachisne kaastee gaafatte jedhamuun qondaaltota Mootummaa fi deeggartoota sirna PPn qeeqamaa turuun ishee ni yaadatama. Dhaabbatni Miidiyaa Addis standard dhugaa fi haqa Ummataa golgamee akka hin ukkamsamneef qaamota dhiittaa Mirga Namoomaa raawwatan hunda dabalatee ifatti madaalawaa tahee kan hojjetu ture.

  • без подписи

  • Komishiniin Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa [HRW) ji'oota jahan darban keessa namoota 1,336 naannoolee  Itiyoophiyaa adda addaa keessatti seeraan ala hidhamanii kanneen turan gadi lakkiseera jedhe. Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota  hidhamanii  fooyya’iinsa agarsiiseera kan jedhan komishinarri olaanaa komishinichaa obbo Birhaanuu Adeeloo ibsa gaazexeessitootaaf guraandhala24/2026 kennaniin tahus ammallee hidhaan seeraan alaa lammiilee nagaa irratti raawwatamaa jira jedheera. Namootni seeraan ala hidhaman irra caalaan isaanii naannoo Oromiyaa keessa akka tahan komishiner Birhanuu Adeeloo himaniiru. Komishiniin mirga Namoomaa Itiyoophiyaa akka jedhetti namoota seeraan ala  hidhamanii turan baatiiwwan jaha darban jedhe keessaa  naannoo Oromiyaatti namoota 915, naannoo Amaaraatti 186, naannoo Benishaangul Gumuz 46 fi naannoo Gaambeellaatti 66 fi naannoo Somaaleetti namoonni 123 seeraan ala hidhamanii turan lakkisiisuu isaa ibseera.

  • https://youtu.be/2F1Fuf_Ch1I?si=GppYwzj4KRZb49wQ

  • Godina Matakkal Aanaa Dibaaxii jalatti gandoota argaman keessatti manneen barnootaa waraana RIBn cufamanii hojiin ala tahanii barattootni barnoota malee hafaniiru. 1, M/barumsaa Damaddasii 2, M/barumsaa Coqorsaa 3, M/barumsaa Goongoo 4, M/barumsaa Geshee 5, M/barumsaa Sobboo siree 6, M/Barumsaa Daalattii 7, M/barumsaa Bofoo 8, M/barumsaa Calliyaa 9, M/barumsaa Daalee 10, M/barumsaa Tuskii Gambeellaa jedhaman guutummaa guutuutti cufamanii barattootnis Maatii waliin buqqa’anii daandii irra jiraachuu jiru.

  • https://youtu.be/g3vU_zBUqks?si=fTT-UEgA1Bkn-jUk

  • #Inbox #Oduu_Gaddaa😭 Godina wallaggaa lixa aanaa Gimbii Ganda malkaa gaazii naannoo yukkur jedhamuuti mucaa dubaraa maqaan ishee #Iftuu_Lammeessa umurii waggaa 15n kan tate gafa guyyaa 7/2/2026 waraana motummaa Abiy Ahmed Ali ajj*eefamte.

  • #Odouu_Cabsaa Hospitaallii Oromiyaa keessaa jiruu hundii Hojii dhaabuu murteessaani Kessumaa Hojetootni hospitala keessaa hojetan hundii Night duty nu itti miindeeffaamnee sabatier 24 osoo hojjeennuu nu kanfaluu waan diidaani akka dhaaban murteessinee jedhuu haa tahuu garuu mootummaan ammoo hin kaffaalluu waraanaaf kaffala jirraa waan taheef kan jedhan sababa dhiyeessani

  • Dhaamsa Arifachiisaa Dhaabbanni "INSA" isiin basaasuf jecha application "Sydo" jedhamu kana fudhatee dhufee wan jiruuf namni kamu wan kana buusee itti fayyadamu irraa akka qusatu isiniif dhaamna.

  • #Of_eeggannoo. Impaayerri itoophiyaa kufaatii hamaa itti dhufaa jiru yaadda'uun tooftaalee garaagaraatiin duulaa jirti. Gurraandhala 22/2026 QBO irraa. Yaadachiisa ppn Appilikeeshinii "sydro"jedhu karaa INSA kalaquun gadi dhiiftee jirti. kun immoo miidiyaa hawaasaa kamuu hordofuuf ishee fayyada. kanaaf ijoolleen keenyi  kamuu hin buufatinaa,kanneen miidiyaalee hawaasaa fayyadamtan cufti akka hin saaxilamneef isin of eeggachuun maxxansa kana wal-qaqqabsiisaa. Ilmaan oromoo impaayerattii kuffisuuf duultanii jirtan cufti appii ammaa kana hin buufatinaa. Yoo isin buufattanii bilbila keessan irraa qabaattan isin saaxilamoodha. Kana dursinee dhaga'uun keenyi injifannoodha. Erga dhageenyee hin buufannu.

  • без подписи

  • без подписи

  • #SALAALEE Harki namaa akkam itti Looniif mana wal faana guba? Kana gochuu irra nama ajjeessuun hin salphatuu? Ayi uummata kiyya Salaalee. Guyyaa dheengaddaa ammas waan ulfaatatu uummata Salaalee Darraa irratti rawwate. Kamisa dhuftuus karoora haaraa Mootummaafi Fannoon mootummaa akka waliin qaban sagaleen suuraa na qaqqabee jira. Adaraa uummata kana irraa dhaabbadhaa, adaraa saba kana dhiisaa haa jiraatu. Uummanni amma isinii dandaa’ame of tiksaa.

  • Godina Matakkal Aanaa #Dibaaxiitti Manneen Barumsaa 10 cufamanii hojiin ala tahanii jiru. Waraanni RIB baatii lama dura sakatta’umsa addaa taasifna jechuun Godina Matakkal Aanaa Dibaaxiitti guutummaa guutuutti ummata Oromoo jumulaan buqqisuun qe’ee fi qabeenya isaanii barbadeessaa jiraachuu odeessaaleen arganne ni mul’isa. Aanaa Dibaaxii gandoota Ummatni Oromoo keessa jiraatu keessatti manneen barnootaa 10 guutummaatti yoo cufaman Buufatni fayyaa tokkos Hojiin ala tahuu hawaasni Oromoo Godina Matakkal Aanaa Dibaaxii ni dubbatu. Aanaa Dibaaxii jalatti gandoota argaman keessatti manneen barnootaa waraana RIBn cufamanii ummatni akka buqqa’an tahan: 1, M/barumsaa Damaddasii 2, M/barumsaa Coqorsaa 3, M/barumsaa Goongoo 4, M/barumsaa Geshee 5, M/barumsaa Sobboo siree 6, M/Barumsaa Daalattii 7, M/barumsaa Bofoo 8, M/barumsaa Calliyaa 9, M/barumsaa Daalee 10, M/barumsaa Tuskii Gambeellaa jedhaman guutummaa guutuutti cufamanii barattootnis Maatii waliin buqqa’anii daandii irra jiraachuu jiraattotni ni dubbatu. Manneen barnootaa 10 cufamuun alattis Buufatni fayyaa Tuskii Gambeellaa jedhamu cufamee jira jedhameera.

  • без подписи