tgindex
Rabbuunii ~•Barsiisa koo {ራቡኒ~•መምራ ሆይ

Rabbuunii ~•Barsiisa koo {ራቡኒ~•መምራ ሆይ

Статистика

"Rabbuunii jechuun Barsiisa koo jechuudha "{Yoh20:6} 𝚔𝚊𝚢𝚢𝚘𝚘𝚗 𝚌𝚑𝚊𝚗𝚗𝚎𝚎𝚕 𝚔𝚎𝚎𝚗𝚢𝚊 𝐖𝚊𝚊𝚗𝚐𝚎𝚎𝚕𝚊, 𝐃𝚞𝚋𝚋𝚒𝚒 𝐀𝚋𝚋𝚘𝚘𝚝𝚊 ,𝐒𝐢𝐫𝐧𝐚 𝐌/𝐤 , 𝙶𝚊𝚊𝚏𝚏𝚒𝚕𝚎𝚎 𝚜𝚑𝚊𝚔𝚔𝚒𝚝𝚝𝚘𝚝𝚊 , 𝐤𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐥𝐞𝐞... 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐭𝐮.

Последний пост
14 авг.
Последнее чтение
13 авг.
Постов за неделю
16
Всего постов
100
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
10 254
−6 за 2 дн.
Сутки
−4
−0,04%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
36
40 постов
Вовлечённость
0,4%
к подписчикам
Постов в день
2,3
всего 100
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
1/48двое суток
1/72трое суток

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • 13 авг.1из Quality Button Bot

    без подписи

  • 13 авг.1из Quality Button Bot

    без подписи

  • 13 авг.1из 1137439312:AAGumjHJ7pzA6vrrfVMlKoqTUsCs59GySrg

    без подписи

  • 13 авг.1из Quality Button Bot

    без подписи

  • 13 авг.1из 1137439312:AAGumjHJ7pzA6vrrfVMlKoqTUsCs59GySrg

    без подписи

  • без подписи

  • 13 авг.1из Quality Button Bot

    без подписи

  • 13 авг.1из 1137439312:AAGumjHJ7pzA6vrrfVMlKoqTUsCs59GySrg

    без подписи

  • 13 авг.1из Quality Button Bot

    без подписи

  • Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇

  • ✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇

  • 🚨🚨Faaruu buhee (debre taabor) argachu ni barbaddu? Eega faaruwwan buhee argachuuf Bakka ADD jedhu tuqun Dhaggeffadhaa👇👇👇👇

  • 📖 FAARSAA 25 ━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 🙏 KADHATA DAAWWIT ━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 🌿 Yaa Waaqayyo, lubbuun koo ol gara kee in yaaddi! Yaa Waaqayyoo ko, ani sin amanadha, akka ani hin yeellaasifamne godhi! Diinonni koos ana irratti hin gammadin! Eyyee, warri harka kee eeggatan hin yeellaasifaman; warri akkasumaan amanamuu isaanii dhiisanii si irraa garagalan garuu in yeellaasifamu. 🌿 Yaa Waaqayyo, karaa kee akkan beeku godhi, daandii kees na barsiisi! Dhugaa keetiin na geggeessi, na barsiisis! Ati Waaqayyo isa na fayyisu waan taateef, ani guyyaa hundumaa sin eeggadha. 🌿 Yaa Waaqayyo, gara-laafina kee fi gaarummaa kee yaadadhu! Warra durii durii jalqabdee argisiisaa turte yaadadhu! Yaa Waaqayyo, ati gaarii waan taateef, gaarummaa keetiin na yaadadhu malee, cubbuu ijoollummaa koo fi irra-daddarbaa koo hin yaadatin! 🌿 Waaqayyo gaarii dha, qajeelaa dhas! Kanaafis cubbamootatti karicha in argisiisa. Inni warra gadadamoo wanta qajeelaa ta'een in geggeessa, karaa isaas isaan in barsiisa. 🌿 Karaan Waaqayyoo hundinuu karaa gaarummaa fi karaa dhugaa ti! Warra kakuu isaa fi abboommii isaa eegan hundumaaf, karaan Waaqayyoo hundinuu karaa gaarummaatii fi karaa dhugaa ti. Yakki koo baay'ateera, yaa Waaqayyo, maqaa keetiif jedhii yakka koo anaaf dhiisi! 🌿 Namni Waaqayyoon sodaatu eenyu? Karaa fo'achuun isaaf ta'u, Waaqayyo isatti in argisiisa. Inni gaariitti in jiraata; sanyiin isaas lafa in qabaata. Waaqayyo warra isa sodaatanitti, yaada isaa isa dhokataa iyyuu in beeksisa; kakuun isaas warra gad fageessanii hubatan isaan in godha. 🌿 Waaqayyo miilla koo kiyyoo keessaa in baasa! Iji koo yeroo hundumaa gara isaa in ilaala. Fuula kee gara kootti deebisi, araara anatti argisiisi! Anoo kophaa koo ti, gadadamaa dhas. Garaa kootti nan dhiphadha, ati na furi! Muddama ani keessa jiru keessaas na baasi! 🌿 Gadadamuu koo fi rakkachuu koos ilaali! Cubbuu koo hundumaas anaaf dhiisi! Diinonni koo attam akka baay'atan, hammam akka na jibbanis ilaali! Ati jireenya koo eegi, ana oolchis; ani kooluu sitti galeera, akka ani hin yeellaasifamne godhi! 🌿 Ani abdiidhaan waanan si eeggadhuuf... Balleessaa dhabuunii fi waan qajeelaa hojjechuun hamaa ana irraa haa eegan. 🙏 Yaa Waaqayyo, saba Israa'elin rakkina isaa hundumaattii furi! Faarsaa 25:1-22

  • 9 авг.85из Orthodox_promotion1

    Warreen Barumsa Koorsii Gaafachaa Turtaniif, Gaaffilee Shakkitootaaf Deebii Ga'aa Dabalatee Isiniif Fidneerra Kunoo 👇

  • 9 авг.92из Orthodox_promotion1

    Araarsummaa Fi Ayyaanni Haadha Keenyaa Isinirras Nurras Haa Bulu Jechaa Kan Kanaa Gaditti Argamu Miidiyaawwan Tajaajila Afuuraa Sirnaaf Seera Isaa Eeganii Dabarsanidha. Ammuma Join Gochuun Seenaa Baradhaa. Baraiisota Keenya Halkanii Fi Guyyaa Itti Dadhabanii Barreessaniifis Jajjabina Ta'aa. Hunadhaa👉 Barachuu Baattanis Join Gochuun Isin Hin Miidhu Ammuma Link Kanaa Gadii Tuqaa 👇 Tajaajila Afuuraa Ortodoksii Tewaahidoo Itiyoophiyaa Hunda

  • Koorsii Dubbii Amantaa Kutaa 6ffaan Gadhiifameera Dubbisaa Karaa Kanaan             👇👇👇 https://t.me/DaandiiFayyinaa27 https://t.me/DaandiiFayyinaa27 https://t.me/DaandiiFayyinaa27" Dhugaa Ni Beektu Dhugaanis Bilisa Isin Baasa "  📖 Yoh. 14:6 | Yoh. 3:16 | Yoh. 8:32 Kaayyoon Channel Kanaa Dhugaa Kitaaba Qulqulluu Dhaloota Biraan Gahuudha https://t.me/DaandiiFayyinaa27