Dawaa Qalbii
СтатистикаKayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha Gorsa bifa gabaaban dhihessuu Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi. Join godhi hiriyyoota keetis affeeri. @Sammaan Yaadaf ↓↓↓↓↓↓ @Rabbiiftai
- Последний пост
- 15 авг.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 19
- Всего постов
- 87
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 91
- 1/48двое суток
- 104
- 1/72трое суток
- 112
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
Sunnaalee fi Hojiiwwan Jaalatamoo Guyyaa Jimaataa 🛁 Qaama Dhiqachuu 👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dibachuu. 🕌 Yeroodhaan gara masjiidaatti deemuu. 🚶 Yoo danda'ame miilaan deemuu. 📖 Suura Al-Kahf dubbisuu. 🤲 Nabiyyii Muhammad ﷺ irratti salawaata baay'isuu. 📿 Du'aa fi zikrii baay'isuu. 👂 Khuxbaa callisanii xiyyeeffannoon hanga xumuraatti dhaggeeffachuu. 🕌 Tahiyyatul Masjid salaatuu (khuxbaan dura yoo seename). ⏰ Yeroo du'aa'iin itti qeebalamu barbaaduu fi san keessatti Rabbi kadhachuu. 📖 Qur'aana baay'inaan qara'uu. 💰 Sadaqaa kennuu fi hojii gaarii
𝐆𝐀𝐀𝐅𝐅𝐈𝐈 𝐇𝐈𝐑𝐌𝐀𝐀𝐂𝐇𝐈𝐒𝐀𝐀! 💡 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢 (𝐒.𝐀.𝐖) 𝐥𝐚𝐛𝐬𝐚 "𝐁𝐚𝐫𝐚 𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐛𝐨𝐨𝐝𝐚 𝐦𝐮𝐬𝐡𝐫𝐢𝐤𝐧𝐢 𝐇𝐚𝐣𝐣𝐢𝐢 𝐡𝐢𝐧 𝐠𝐨𝐝𝐡𝐮, 𝐊𝐚'𝐚𝐛𝐚𝐚𝐬 𝐪𝐮𝐥𝐥𝐚𝐚𝐧 𝐡𝐢𝐧 𝐭𝐚𝐰𝐰𝐚𝐟𝐮" 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐮 𝐮𝐮𝐦𝐦𝐚𝐭𝐚 𝐝𝐮𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐥𝐚𝐛𝐬𝐮𝐮𝐟 𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮𝐮𝐧 𝐠𝐚𝐫𝐚 𝐌𝐚𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐞𝐫𝐠𝐚𝐧? Add My Channel👇 @Rafiiqul_Islaam @Rafiiqul_Islaam
𝙲𝙷𝙰𝙽𝙽𝙴𝙻 𝙱𝙰𝚁𝚂𝙸𝙸𝚂𝙾𝙾 𝙵𝙸 𝙱𝙰𝚂𝙷𝙰𝙽𝙽𝙰𝙽𝚂𝙸𝙸𝚂𝙾𝙾 𝚃𝙰'𝙰𝙽 𝙰𝚁𝙶𝙰𝙲𝙷𝚄𝚄𝙵 𝙼𝙰𝙻𝙻𝙰𝚃𝚃𝙾𝙾 𝙼𝙰𝙶𝙰𝚁𝙸𝙸𝚂𝙰𝙰 𝙲𝚄𝚀𝙰𝙰𝚂𝚄𝚄𝙳𝙷𝙰𝙰𝙽 𝚂𝙴𝙴𝙽𝙰𝙰! 🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩 🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩 🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩 🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩 🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩 𝑻𝑯𝑰𝑺 𝑰𝑺 𝑯𝑶𝑷𝑬 𝑷𝑹𝑶𝑴𝑶𝑻𝑰𝑶𝑵 𝑨𝑫𝑽𝑬𝑹𝑻𝑰𝑺𝑰𝑵𝑮 𝑻𝑬𝑳𝑬𝑮𝑹𝑨𝑴 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳𝑺/𝑮𝑹𝑶𝑼𝑷𝑺 Add: 👇👇 @Rafiiqul_Islaam @Rafiqul_Islam_Promotion ➕ @Rafiqul_Islaam ➕
𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑨𝑲𝑲𝑨𝑴𝑰𝑰 𝑩𝑨𝑹𝑩𝑨𝑨𝑫𝑫𝑼⁉️ 𝑾𝑯𝑨𝑻 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑫𝑶 𝑻𝑯𝑬𝒀 𝑾𝑨𝑵𝑻⁉️ Channel/Group 30K+ 𝐒𝐮𝐛𝐬𝐜𝐫𝐢𝐛𝐞𝐫𝐬 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝒓: @Rafiqul_Islaam Adds:👇👇👇 My Channel @Rafiiqul_Islaam HP: @Rafiqul_Islam_Promotion
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐭𝐚 𝐏𝐝𝐟 𝐃𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐮𝐮 𝐧𝐢 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮⁉️ 📚📚📚📚📚📚📚 𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐭𝐚 𝐆𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐆𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐅𝐞𝐝𝐡𝐢𝐢 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧𝐢𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐍𝐢 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮⁉️ 𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐦𝐢𝐢 𝐃𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐮𝐮 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮⁉️ 𝐀𝐝𝐬: 👇 https://t.me/+1a9c55bufmpiZjk0 https://t.me/+LjQDHUqKPAYzYjE0 https://t.me/+_F8t5ldqfDxlZDY0 ╔══❖•ೋ° 🌸 °ೋ•❖══╗ 𝐅𝐢𝐥𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐭𝐚𝐚 ╚══❖•ೋ° 🌸 °ೋ•❖══╝
📣 YAADACHIISA CIMAA!!! 🔖 Qormaanni xumuraa barnoota Hadiisaa boru guyyaa kamiisaa 13/08/2026 Ykn 07/12/2018 halkan sa'aatii 1:00 irratti ni banama. 🏆 Koorsii jalqaba kana irratti barattoota Qabxii Ol-aanaa fidaniif badhaasni qophaa'e jira Badhaasni qophaa'e: 🥇 1ffaa - 5,000 Birr 🥈 2ffaa - 3,000 Birr 🥉 3ffaa - 2,000 Birr 📍Hubachiisa: Qormaata qoramuuf website irratti galmaa'uun dirqama. Kanaafu, barattoonni haga ammaatti website irratti hin galmaa'in akka galmooftan isin yaadachiifna. 📖 Kitaaba keessan sirriitti dubbisuun qormaata xumuraatif sirriitti qophaa'aa. ⭐️ Qormaata gaarii akka isiniif ta'u hawwina!! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa. #Qormaata_xumuraa
Chaanaalota Akkamii argachuu barbaadduu❓ Channaalii barbaaddan argachuuf see more kan jedhu tuqaa ilaalaa SEE MORE..... Free Waver: @Rafiqul_Islaam Ads: 👇👇👇 @Rafiiqul_Islaam
ᴀʀᴇ ʏᴏᴜ ꜱᴛᴜᴅᴇɴᴛ❔ ᴀᴛɪ ʙᴀʀᴀᴛᴀᴀᴅʜᴀᴀ❔ ꜰʀᴇᴇ ᴡᴀᴠᴇʀ: @Rafiqul_Islaam Adds: 👇👇👇 @Rafiiqul_Islaam @Rafiqul_Islam_Promotion
📢 𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀! 📢 🏆 𝐒𝐚𝐠𝐚𝐧𝐭𝐚𝐚 𝐖𝐚𝐥𝐝𝐨𝐫𝐠𝐨𝐦𝐦𝐢𝐢 irratti hirmaachuudhaan beekumsa keessan gabbifadhaa! 💡✨ 👇 𝐇𝐢𝐫𝐦𝐚𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 𝐓𝐮𝐪𝐚𝐚: 👇 https://t.me/+1a9c55bufmpiZjk0 https://t.me/+n_WpZjgOc4lkNDlk https://t.me/+LjQDHUqKPAYzYjE0
🔔🔔 TELEGRAM IRRA SEENTEE MAALAN DUBBISA HIN JEDHINII BARREEFFAMA ARMAAN GADII KANS GADI TUQUUDHAAN WAAN BARBAADDE ARGACHUU DANDEESSAA. ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 KARAA MILKAA'INAA ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 MILKAA'INA JIREENYAA ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 GAAFFII FI DEEBII ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 SEENAA MIMMIIDHAGOO ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 ODUU HAALA YEROO ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 AMANTAA ISLAAMAA ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 SEENAA MUSLIMOOTAA ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 SEENAA SAHAABOTA ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 SEENAA NABIYYII (S A W) ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 HADIISAAFI QUR'AANA ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ███▓▒►JOIN ►▒▓███ ███▓▒►JOIN ►▒▓███ ███▓▒►JOIN ►▒▓███ ███▓▒►JOIN ►▒▓███ ███▓▒►JOIN ►▒▓███ Free Waver: @Rafiqul_Islaam
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
Gosoonni Barnoota Ogummaa Haaraa 11 Bara Barnootaa 2019 Irraa Eegalee Hojiirra Oolan Ifoomfaman! Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa bara barnootaa 2019 (A.L.I) irraa eegalee barattoota kutaa 11ffaaf gosoota barnoota ogummaa fi hojii haaraa 11 hojiirra kan oolan ta'uu ifoomsuun, biirooleen barnootaa naannoolee fi bulchiinsa magaalotaa qacarrii barsiisotaa dabalatee qophii duraa barbaachisaa ta'e hunda akka taasisan qajeelfama dabarseera. Akkaataa kallattii pooliisiin barnootaa fi leenjii haaraan barnoota ogummaa sadarkaa duraa irraa eegalee hammachiisuuf kaa'een, marsaa lammaffaaf gosoota ogummaa 11 hojiirra oolan kanaaf qophiin sirna barnootaa, moojuulli barattootaa fi qajeelfama barsiisotaa guutummaatti xumuramuun isaa ibsameera. Gosoonni barnoota ogummaa 11 bara 2019 irraa eegalee hojiirra oolan kunniinis kanneen armaan gadiiti: Teeknoloojii Sibiilaa (Metalwork Technology), Teeknoloojii Awutoomootiivii (Automotive), Teeknoloojii Uffannaa (Garment), Dirirsa Sarara Ibsaa Gamoo, Hojii Ujummoo Bishaanii(Plumbing), Misooma Sooftiweerii (Software Development), Oomisha Midhaanii, Tajaajila Kunuunsa Fayyaa, Tajaajila Hoteelaa, Hojii Rifeensaa fi Tajaajila Miidhaginaa, akkasumas Qophii Nyaataa dha. Tarkaanfiin kun barattoonni barnoota idilee cinaatti ogummaa hojiif isaan qopheessu akka horatan gochuu irratti gahee guddaa qabaata jedhamee eegama. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! MIIDIYAA @ABDII_SABAA
𝙲𝙷𝙰𝙽𝙽𝙴𝙻 𝙱𝙰𝚁𝚂𝙸𝙸𝚂𝙾𝙾 𝙵𝙸 𝙱𝙰𝚂𝙷𝙰𝙽𝙽𝙰𝙽𝚂𝙸𝙸𝚂𝙾𝙾 𝚃𝙰'𝙰𝙽 𝙰𝚁𝙶𝙰𝙲𝙷𝚄𝚄𝙵 𝙼𝙰𝙻𝙻𝙰𝚃𝚃𝙾𝙾 𝙼𝙰𝙶𝙰𝚁𝙸𝙸𝚂𝙰𝙰 𝙲𝚄𝚀𝙰𝙰𝚂𝚄𝚄𝙳𝙷𝙰𝙰𝙽 𝚂𝙴𝙴𝙽𝙰𝙰! 🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩 🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩 🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩 🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩 🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩 𝑻𝑯𝑰𝑺 𝑰𝑺 𝑯𝑶𝑷𝑬 𝑷𝑹𝑶𝑴𝑶𝑻𝑰𝑶𝑵 𝑨𝑫𝑽𝑬𝑹𝑻𝑰𝑺𝑰𝑵𝑮 𝑻𝑬𝑳𝑬𝑮𝑹𝑨𝑴 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳𝑺/𝑮𝑹𝑶𝑼𝑷𝑺 Add: 👇👇 @Rafiiqul_Islaam @Rafiqul_Islam_Promotion ➕ @Rafiqul_Islaam ➕
Channel kana hin qabdu taanaan barreeffama armaan gadii kana irratti cuqaasuun join godhadhu! ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ┏━━━━━━━━━━┓ Gorsaa fi Barnoota ┗━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━┓ Seenaa Barsiisoo ┗━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━┓ Qur'aanaa fi hadiisa ┗━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━┓ Jechoota mimmiidhagoo ┗━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━┓ Barnoota bu'uura islaamaa ┗━━━━━━━━━━┛ Waliin barannee waliis haa barsiifnuu📚📚 ❏ Dhugumatti ani waan baay'ee irraa barataan jira. Isinis baradhaa hiriyoota keessanis affeeraa! Galatoomaa! ███▓▒►JOIN ►▒▓███ ███▓▒►JOIN ►▒▓███ ███▓▒►JOIN ►▒▓███ ███▓▒►JOIN ►▒▓███ ███▓▒►JOIN ►▒▓███ Free Waver: @Rafiqul_Islaam ✅
𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑨𝑲𝑲𝑨𝑴𝑰𝑰 𝑩𝑨𝑹𝑩𝑨𝑨𝑫𝑫𝑼⁉️ 𝑾𝑯𝑨𝑻 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑫𝑶 𝑻𝑯𝑬𝒀 𝑾𝑨𝑵𝑻⁉️ Channel/Group 30K+ 𝐒𝐮𝐛𝐬𝐜𝐫𝐢𝐛𝐞𝐫𝐬 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝒓: @Rafiqul_Islaam Adds:👇👇👇 My Channel @Rafiiqul_Islaam HP: @Rafiqul_Islam_Promotion
🌟BARATTOOTA KEENYA KABAJAMOO🌟 Baga gammaddan! Baga gammachuu fi milkaa’inaan Barnoota Hadiisaa xumurtan! 🎓📚 Barnoonni Hadiisaa guyyoota kudha afuriif (14) kennamaa ture har'a kutaa 14ffaa irratti xumuramee jira. Barnoota Hadiisaa kana keessatti barattoonni yeroo fi xiyyeeffannoo keessan kennitanii hanga guyyaa xumuraatti obsaan barnoota hordofaa turtan hundi baga gammaddan isiniin janna. 🤲 Rabbiin ol ta’e waan barattaniin akka isin fayyadu, beekumsa keessan akka isiniif dabalu, hojii keessan keessatti akka Ikhlaasaa fi barakaa isiniif taasisu isa kadhanna. 🔖 Qormaata xumuraa barnoota Hadiisaa 🗓 Guyyaa Kamisaa, 13/08/2026 (7/12/2018) kan kennamu ta'a. ⚠️ Qormaata dura: 📝 Hanga guyyaa qormaataa waan barattan hunda irra deebi’aa dubbisaa, qormaataaf sirriitti qophaa’aa!! 📖 Barattoonni haarawa galmooftanis haga dandeessaniin waan isin darbee qo'achaa qormaataaf qophaa'aa!! 📌 Odeeffannoo qormaataa waliin wal qabatu dhihootti isiniif maxxansina. #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.