- Последний пост
- 13 авг.
- Последнее чтение
- 14 авг.
- Постов за неделю
- 3
- Всего постов
- 22
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 2 927
- 1/48двое суток
- 3 354
- 1/72трое суток
- 3 617
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
без подписи
Dorgomtoota Qorumsa Seensaatiif Darban(Kaampaasii Shaambuu)
Guyyaa 04/12/2018 BEEKSISA Dorgomtoota Leenjii Gabaabaa Bu'uura Boruutiif Yuunivarsiitii Naannoo Oromiyaa Kaampaasii Shaambuutti Galmooftan Hundaaf: Dhimmi isaa: Jijjiirama Guyyaa Qormaata Barreeffamaa Ilaallata. Dorgomtoonni Leenjii Gabaabaa Bu'uura Boruutiif galmooftan, guyyaan qormaata seensaa 06/12/2018 jedhamee kan ture gara guyyaa 07/12/2018(Kamisaatti) jijjiramuu ibsaa, gaafa guyyaa kanaa ganama saa'atii 2:30tti waraqaa eenyummaa keessan agarsiisu qabachuun akka argamtan isin hubachiisna. Calalliin dorgomtoota qormaataaf darbanii guyyaa borii(05/12/2018) waaree booda Kaampaasichatti kan maxxanfamu tahuu isin beeksisna. Hub. Moobaayiliifi meeshaalee elektirooniksii gar-biroo qabatanii gara daree qormaataa dhufuun qormaaticha irraa nama haqsiisa. Yuunivarsiitii Naannoo Oromiyaa Kaampaasii Shaambuu Irraa
без подписи
Leenjitoota sertifikeetii sagantaa gannaa bara 2018 dabalataan YNO Kampaasii Shaambuutti ramadaman. Hub: Sagantaa gannaa bara 2018 YNO Kampaasii Shaambuutti leenjitoonni BSTD dippiloomaa haaraan(Ganna 1ffaa) ramadamn hin jiran.
Shambu haraa ramadame Leenjii_Gannaa_2018_Kaampaasii_Shaabuutti_kan_bakka_Bu'an.xlsx
corrected Kaamp_Shaambuu_Kan_adda_bahee_kan_leenjii_galuu_danda'an.xlsx
Barattootaa sertifikeetii sagantaa gannaa bara 2018 YNO Kampaasii Shaambuutti ramadamtaniif: 1. Galmeen Adoolessa 6 hanga 2018 Yeroo dhuftan: 2. Xalayaa quunnamsiiftuu Waajjira Barnootaa Aanaarraa 3. Suura 3*4 cm lama 4. Ragaa Barnootaa Orijiinaalaafi Koppii 5. Uffata halkanii, ispoortii,boraatiifi ansoolaa qabatanii dhuftu. Hub: Guyyaa waamichaa duraafi booda kan dhufe hinkeessummeeffamu.
Shambu Sartifikeetii.xlsx
Beeksisa Waamicha Leenjii Gannaa YNO Kaampaasii Shaambuu
без подписи
без подписи
Warmest congratulations to our campus instructor, Dr. Tashaalee Asaffaa, on this well-deserved honor. It is a great pleasure for our campus to celebrate your achievement. You truly deserve this recognition! Oromia State University Shambu Campus.
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи