Students Academic Education
СтатистикаBy supporting education, everything infront of you will be clear!
- Последний пост
- 13 авг.
- Последнее чтение
- 13 авг.
- Постов за неделю
- 22
- Всего постов
- 61
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 31
- 1/48двое суток
- 35
- 1/72трое суток
- 38
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
Gosoonni Barnoota Ogummaa Haaraa 11 Bara Barnootaa 2019 Irraa Eegalee Hojiirra Oolan Ifoomfaman! Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa bara barnootaa 2019 (A.L.I) irraa eegalee barattoota kutaa 11ffaaf gosoota barnoota ogummaa fi hojii haaraa 11 hojiirra kan oolan ta'uu ifoomsuun, biirooleen barnootaa naannoolee fi bulchiinsa magaalotaa qacarrii barsiisotaa dabalatee qophii duraa barbaachisaa ta'e hunda akka taasisan qajeelfama dabarseera. Akkaataa kallattii pooliisiin barnootaa fi leenjii haaraan barnoota ogummaa sadarkaa duraa irraa eegalee hammachiisuuf kaa'een, marsaa lammaffaaf gosoota ogummaa 11 hojiirra oolan kanaaf qophiin sirna barnootaa, moojuulli barattootaa fi qajeelfama barsiisotaa guutummaatti xumuramuun isaa ibsameera. Gosoonni barnoota ogummaa 11 bara 2019 irraa eegalee hojiirra oolan kunniinis kanneen armaan gadiiti: Teeknoloojii Sibiilaa (Metalwork Technology), Teeknoloojii Awutoomootiivii (Automotive), Teeknoloojii Uffannaa (Garment), Dirirsa Sarara Ibsaa Gamoo, Hojii Ujummoo Bishaanii(Plumbing), Misooma Sooftiweerii (Software Development), Oomisha Midhaanii, Tajaajila Kunuunsa Fayyaa, Tajaajila Hoteelaa, Hojii Rifeensaa fi Tajaajila Miidhaginaa, akkasumas Qophii Nyaataa dha. Tarkaanfiin kun barattoonni barnoota idilee cinaatti ogummaa hojiif isaan qopheessu akka horatan gochuu irratti gahee guddaa qabaata jedhamee eegama. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! MIIDIYAA @ABDII_SABAA
видео или голосовое, без подписи
#Yuunivarsiitii_Haramaayaa #Beeksisa_Hojii Barsiisota ykn leekcharoota barattoot Yuunivarsiitii barsiisan kan hulaagaa suuraa irratti ibsame guutan dorgomsiisee qacaruu waan barbaaduuf namootni isin ilaallatu dorgomuu dandeessu. @Students_Acadamic_Education
Gosoonni Barnoota Ogummaa Haaraa 11 Bara Barnootaa 2019 Irraa Eegalee Hojiirra Oolan Ifoomfaman! Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa bara barnootaa 2019 (A.L.I) irraa eegalee barattoota kutaa 11ffaaf gosoota barnoota ogummaa fi hojii haaraa 11 hojiirra kan oolan ta'uu ifoomsuun, biirooleen barnootaa naannoolee fi bulchiinsa magaalotaa qacarrii barsiisotaa dabalatee qophii duraa barbaachisaa ta'e hunda akka taasisan qajeelfama dabarseera. Akkaataa kallattii pooliisiin barnootaa fi leenjii haaraan barnoota ogummaa sadarkaa duraa irraa eegalee hammachiisuuf kaa'een, marsaa lammaffaaf gosoota ogummaa 11 hojiirra oolan kanaaf qophiin sirna barnootaa, moojuulli barattootaa fi qajeelfama barsiisotaa guutummaatti xumuramuun isaa ibsameera. Gosoonni barnoota ogummaa 11 bara 2019 irraa eegalee hojiirra oolan kunniinis kanneen armaan gadiiti: Teeknoloojii Sibiilaa (Metalwork Technology), Teeknoloojii Awutoomootiivii (Automotive), Teeknoloojii Uffannaa (Garment), Dirirsa Sarara Ibsaa Gamoo, Hojii Ujummoo Bishaanii(Plumbing), Misooma Sooftiweerii (Software Development), Oomisha Midhaanii, Tajaajila Kunuunsa Fayyaa, Tajaajila Hoteelaa, Hojii Rifeensaa fi Tajaajila Miidhaginaa, akkasumas Qophii Nyaataa dha. Tarkaanfiin kun barattoonni barnoota idilee cinaatti ogummaa hojiif isaan qopheessu akka horatan gochuu irratti gahee guddaa qabaata jedhamee eegama @Students_Acadamic_Education
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
#BBO Beeksisa Qacarrii Barsiisotaa Biiroon barnoota Naannoo Oromiyaa Qacarrii Barsiisota Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa gosoota barnoota garagaraa irratti akkasumaas gosoota afaanota biyya alaa barsiisaniif Warra Ulaagaa guutan qacaree hijjachiisuu barbaada: 👉 Gosoota Barnootaa: 1. Afaan Ingilizii 2. Barnoota seenaa (History) 3. Geography 4. Barnoota diinagdee (Economics) 5. ICT 6. Mathematics 7. Physics 8. Biology 9. Citizen/Ship 10. A/Study 11. Physics Lab. 12. ICT Technician kan barsiisan yoo ta'u, 👉 Barsiisota Afaan Biyya Alaa Barsiisan immoo: 1- Afaan Arabiffaa 2.- Afaan Faransaay barsiisan qacaree Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad 2ffaa ramaduu barbaada. Kanaafuu, Barsiisotni fedhii qabdaniifi ulaagaa qacarrii guuttan galmaa'uu ni dandeessu. @Students_Acadamic_Education
Oduu Gaddaa😭😭😭 Rabbiin lubbuu isheef jannata haa kennu💔😭. Barattuu Seenaa Gabayyoo jedhamti. Kan isheen itti dhalattee guddatte Naannoo Oromiyaa Wallaggaattidha. Mooraa Yuuniversiitii Haramaayaa muummee A/Oromoo barachaa turte. Bara 2016 sababa dhukkubaatiin addaan kuttee turtus, fedhii barumsaaf qabduuf jecha osoo hin fayyin dhukkubsachaa barumsa ishee itti fufte. Eebba fi (EXIT EXAM) guyyaan 30 qofti yeroo hafee turetti, bara kana 2018 ji'a Caamsaa keessa defense booda dhukkubni itti hammaatee hospitaala ciisuuf dirqamtee turte. Waan garaa nama nyaatu guyyaa qorumsaa hospitaalaa baatee ambulaansidhaan qormaata qoramuun qabxii darbiinsaa galmeessitee turte. Garuu guyyaa eebba ishee sababa dhukkubaatiin hospitaala ciisaa turte. Waggaa lamaa oliif maatii, hiriyyoonni fi Yuuniversiitiin Haramaayaa barattuu kana yaalchisaa erga turanii booda, yeroo hiriyyoonni ishee ogummaa barataniin hojii barbaadachaa jiranitti isheen osoo hin carroomin haftee, Hagayya 4/12/2018 Seenaan addunyaa kana irraa boqotte. Lubbuu isheef jannata haa laatu 💔😭
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
#BeeksisaHojii #OdaBultumUniversity Yuunivarsiitiin Odaa Bultum Iddoowwan hojii banaa qabu irratti leekcharoota ykn barsiiftoota Yuunivarsiitii barsiisan dorgomsiisee qacaruu barbaada. Namootni Ulaagaa bahe kana guuttan guyyaa jedhame keessatti galmooytanii dorgomuu dandeessu. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! MIIDIYAA @ABDII_SABAA | @ABDII_SABAA_UNIVERSITY