URJI MANA SPECIAL BOARDING SCHOOL 2015E.C
Статистика"If Kanti Kantay can tie his tie why not i tie my tie like Kanti Kantay" ❤Add Students to this channel. To get 👉Information 👉Tutorial 👉Books , advice & other important issues... Join all new students 🙅Never stop learning because,the life is ..
- Последний пост
- 14 авг.
- Последнее чтение
- 13 авг.
- Постов за неделю
- 14
- Всего постов
- 33
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 156
- 1/48двое суток
- 178
- 1/72трое суток
- 192
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
6/12/2018 UM today Barattoota kutaa 8ffaa fi Hojii Biro.
Barattoonni kutaa 8ffaa akkam barachaa jiruu? Nagaa koo itti naaf himaa jabaadha yoo sirriitti cimtanii qophooftan WMOf ni dabarfattuu rabbi sin haa milkeessuu barnootaaf sinirraa fagaadhus yaadaan sin faanaan jira naaf jedhaa.
без подписи
Ergaa kana adaraa ijoollee Aanaa keessan irraa dorgomaa jiranu qaqabsiisa
без подписи
без подписи
без подписи
SU..Dhiira..Akka qormaataaf qophooftaniif kan maxxanfame yoo ta'u kanneen ulaagaa hinguunne dogoggorsiisuun galmooftanii yoo maqaan keessan maxxanfameera ta'e tooruma kanarratti akka qormaataaf hindhufne bor (06/12/2018) ganama sa'a 4:00 irratti kan isin beeksifamu ta'a..pdf
Beeksisa ---------- Barattoota Manneen Barnootaa Bultii Addaa Sad. 2ffaa Federaalaatti Barachuu Barbaadan Hundaaf ----------- BBO - Hagayya 05/2018 Manneen Barnootaa Bultii Addaa Sad. 2ffaa Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa Hundesse 9 Keessatti Kutaa 9ffaafi 10ffaa dorgomee galuu barataan barbaadu liinkii asii gadii kana banuun '#online'n galmaa'uu ni dandeessu. #Guyyaan_Galmee:- Ammarraa Jalqabee Hanga Hagayya 15/2018tti tura. A) Manneen Barnootaa Bultii Addaa Sad. 2ffaa Barattoota #Kutaa_9ffaafi_10ffaa Simatan: 1) Walisoo 2) Bu'ii 3) Bongaa 4) Gaambeellaa 5) Jigjigaa yoo ta'an; B) Manneen Barnootaa Bultii Addaa Sad. 2ffaa Barattoota #Kutaa_9ffaa_Qofa Simatan Immoo: 1) Dirre Dawaa 2)ArbaaMinci 3) Asoosaa 4) Baahir Daar fa'a ta'uu beekun carraatti fayyadamuuf akka galmooftan isin beeksifna. C) Ulaagaa Galmee Kutaa 9ffaa: - Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa Qabxii Giddu Galeessa(Average) 85% fi oliifi Gosa Barnootaa Herregaafi Ingiliffa 'qabxii 80% fi ol galmeessisan galmaa'uu ni danda'u #Kutaa_10ffaa: #Bara 2017 Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa Qabxii Giddu Galeessa (Average) 70 fi ol galmeessisaniifi #Qabxiin_Tiraansikriiptii_kutaa_9ffaa_85%fi oliifi barnoota herregaafi Ingiliffaa qabxii 80% fi ol qaban galmaa'uu ni danda'u jechuu Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa beeksiseera. Kanaafuu, Galmaa'aa! Liinkichis: https://sbs.moe.gov.et/apply #HUBACHIISA: Galmeen Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa, MB Bultii Addaa WMO Sad. 2ffaafi Manneen Barnootaa Addaa Sad. 2ffaa Naannoo keenyaas hanga Hagayya 08/2018 qofa kan turu waan ta'eef #Carraa_Lachuttuu_Akka_Fayyadamtan Haata'u! Carraa Gaarii ! Odeeffannoowwan haaraa hordofnee isin biraan geenyaa nu hordofaa