tgindex
𝐃𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐛𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚𝐭𝐢

𝐃𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐛𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚𝐭𝐢

Статистика

#Namni Waan Gaarii irratti nama qajeelche,isaafis mindaa(ajrii) akka Isa dalagee argaata [Nabi Muhammadﷺ] #Barachuun of Misoomsuudha.!!! ✓Waliin taanee ✓Waliif taanee ✓Amantii teenya barannee haa barsiifnuu. ✓Qur'aana fi hadiisa ➪Contact:- @Une67

Последний пост
14 авг.
Последнее чтение
15 авг.
Постов за неделю
9
Всего постов
33
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
311
−2 за 3 дн.
Сутки
0
0,00%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
52
33 постов
Вовлечённость
16,7%
к подписчикам
Постов в день
1,3
всего 33
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
21
1/48двое суток
24
1/72трое суток
25

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • ‏«وفيها ساعة لا يوافقها عبدٌ مؤمن يدعو اللَّه بخيرٍ إلَّا أُستجيب له» - سيدنا جبريل محدثًا رسولنا ﷺ عن آخر ساعة في يوم الجمعة. لا تنسوا الدعاء لكل موتى المسلمين جميعاً وبالشفاء لكل مرضى المسلمين جميعاً لا تنسونا من صالح دعائكم 🌼🍃

  • ﴿وَاذْكُر رَّبَّكَ فِي نَفْسِكَ تَضَرُّعًا وَخِيفَةً﴾ سبحان الله تُنقّي القلب من الغفلة، والحمد لله تملأ النفس رضا وسكينة، ولا إله إلا الله توحيدٌ يثبت الفؤاد، والله أكبر تُصغّر كل همّ أمام عظمة الله. فأحيوا قلوبكم بهذه الكلمات، واغتنموا بها أوقاتكم، ولا تكونوا من الغافلين. 🕊💚🕊

  • 14 авг.7из United_ummah_of_muslim

    𝐽𝑢𝑚𝑚𝑎ℎ 𝑖𝑠 𝑎 𝑝𝑎𝑢𝑠𝑒; 𝐴𝑙𝑙𝑎ℎ 𝑖𝑠 𝑛𝑒𝑎𝑟 ♡ Jummah Mubarak United Ummah🌸 اللَّهُمَّ صَلِّ عَلَىٰ مُحَمَّدٍ وَعَلَىٰ آلِ مُحَمَّدٍ 🤍

  • без подписи

  • ስም:- ነጃ ራህመቶ ከዶ:- 091 አድራሻ:- አ.አ ዉድድሩ የሚካሄድበት ቻናል👇 t.me/Jaiferu_Toyar

  • 🌹 MUSLIMA TA’UU KEETIIF RABBIIF GALATA GALCHI! 🤲🕌 ✅ Warra qabeenyaan dhaadatu gaafa argite, warra gosaa fi shanyiin dhaadatu gaafa argite, ati Diina Rabbiitiin dhaadadhu! Diin Islaamaa irra jiraachuu keetiin booni. Karaa Rabbii qabachuu caalaa wanti guddaan hin jiru. “Ani Muslima!” jedhi. 🤍 🎙Muslima ta’uu keetiif Rabbiif galata galchi. 🏞 Rabbiin Diina kana nama jaalatuuf kenna; nama jaalatus iimaanaan badhaasa. Karaan gaariin kan nu walitti fidu Islaama qofa. Karaan biraa garuu nu addaan facaasa. 🪐Muslima taanaan, gurraachis adiinis obboleessa. Dureessis hiyyeessis tokko. 🤝❤️ Wal bira dhaabbanna; akka qaama tokkootti, akka dhaaba tokkootti. 💦Gaafa gariin keenya dhibamu, kan biraa ni dhukkubsata. Gaafa gariin keenya tolu, kan biraa ni gammada. Kanaaf, karaa Islaamaa kana haa jabeessinu! 🕌❤️ Rabbiin Qur’aana keessatti akkana jedhe: إِنَّ الَّذِينَ كَفَرُوا لَن تُغْنِيَ عَنْهُمْ أَمْوَالُهُمْ وَلَا أَوْلَادُهُم مِّنَ اللَّهِ شَيْئًا ۖ وَأُولَٰئِكَ هُمْ وَقُودُ النَّارِ “Dhugumatti, warri kafaran qabeenyi isaanii fi ilmaan isaanii homaa isaan irraa azaaba Rabbii hin deebisan. Isaan qoraan ibiddaati.” (Al-Qur’aana, Aali-Imraan 3:10)📖 🌤Qabeenyaan dhaadachuun bu’aa hin qabu. Ilmaan, gosti fi shanyiinis guyyaa Qiyaamaa nama hin fayyadu. Gama Rabbii deebinee, gabroottan dhugaa ta’uun qofatu nu baasa. 🌟Kanaaf, ajandaa ganda keessaa fi dhaadannoo addunyaa kanaa dhiifnee, Diina Islaamaa haa qabannu; Diina kanaafis haa dhaabbannu. 🤲 ☀️Namni haqa kana balleessuuf itti duule, dhumarratti salphinni isa mudata. Deeggertoonni inni addunyaa tana irratti qabu hundi guyyaa Qiyaamaa isa hin fayyadu. Qabaa Rabbii jalaa eenyutu bahuu danda’a? 🌼Warri jajjabaan kaleessaa illee du’a irraa of baasuu hin dandeenye. Kanaaf: 🌿.Muslima dhugaa ta’i! 🌿.Iimaana kee jabeessi! 🌿.Qur’aanaa fi Sunnah baradhu! 🌿.Haqa qoradhuu itti amani! 🌿.Obboleessa kee Muslimaa jaalladhuu jabeessi! 🌺Ati Muslima ta’uu baattus, amantii biraa hordoftus, dhugaa Islaamaa qoradhuu wal bari. Haqa jiru qalbii qulqulluudhaan qoradhu. 🌸Karaan addunyaa fi Aakhirattis milkaa’ina namaaf fidu, karaa Rabbii qofa. 🌳Rabbiin hundi keenya Islaama irratti nu haa jabeessu; iimaana guutuu nuuf haa kennu; dhuma keenya Islaama fi iimaana irratti haa godhu. 🤲❤️ آمِين يَا رَبَّ الْعَالَمِينَ 🥰 Isin jaaladha; Rabbiin isin haa jaallatu. 🤲❤️ 📲Chaanaalii keenya hordofaa:- https://t.me/maada_beekumsaa

  • أكثروا من قول { ربِّ اغْفِر لي ولوالدَيّ } فإنَّها تجمعُ بين البِرِّ والاستغفار ❤️!

  • 𝑻𝒉𝒆 𝑴𝒐𝒔𝒕 𝑭𝒐𝒓𝒈𝒊𝒗𝒊𝒏𝒈 — الغَفُورُ (Al-Ghafūr)

  • ﺇﺫﺍ ﻭﻓﻘﻚ ﺍﻟﻠﻪ ﺃﻥ ﺗﺼﻠﻲ ﺍﻟﻔﺠﺮ ﻓﻲ ﻭﻗﺘﻪ ﻓﺄﺑﺸﺮ ﻭﺍﻟﻠﻪ! ﻓﺈﻥَّ ﺍﻟﺬﻱ ﺭﺯﻗﻚ ﺻﻼﺓً ﻫﻲ ﺧﻴﺮٌ ﻣﻦ ﺍﻟﺪﻧﻴﺎ ﻭﻣﺎ ﻓﻴﻬﺎ، ﻟﻘﺎﺩﺭٌ ﻋﻠﻰ ﺃﻥ ﻳﺮﺯﻗﻚ ﺍﻟﺪﻧﻴﺎ ﻭﻣﺎ ﻓﻴﻬﺎ. - هنيئاً لكم يا أهل الفجر.

  • Seenaa Faaximah (r.a) Intala Nabii keenyaa (s.a.w) ❇️ Faaximaa bint nabii keenyaa (r.a) haadha manaa Aliyyi bin Abii Xaalib. haadha hasaniifii huseen. Sadarkaa guddoo qabdi. 🎁 Aa'isharra odeeffame akkana jette: “Guyyaa tokko Faaximaan deemaa nutti dhufte deemsi isii deemsa nabiiti fakkaata. Nabiin intala tiyya baga nagayaan dhufte jedhee simatee mirga yookaa bitaa isaa teessise. Eegasii dubbii wahii hasaasee itti himee booche, eegasii dubbii biraa hasaasee itti himee kofalte. Maalif booche jedheen gaafadhe. Iccitii ergamaa Rabbii hin facaasu jette... ✅ Eegasii eega nabiin du’ee itti deebi’ee gaafadhe. Wanni abbaan kiyya iccititti naan jedhe “jibriil wagga waggaan qur’aana yogguu takka narra fida ture baranammoo yogguu lama narra fide, kuni umrii kiyya dhumuu na agarsiisa, Ati ammoo maatii kiyya keessaa du’aan kan dura natti dhufu sihi” jennaan booye. Eegasii “Ati caaltuu dubartii jannataa tahuu hin jaalattuu yookaa caaltuu dubartii mu’iminaa tahuu hin jaalattuu naan jedhe”, Nin kofle jette. (Bukhaariitu galmeesse) 🫶🥰Yaa dubartoota Muslimaa! isinis warra seenaa diin galmeessu Rabbi isin haa godhu. 🤲🤲 https://t.me/Zaadul_muttaqiin

  • Nagayaafi Rahmanni Ergamaa Rabbii Nabi Muhammadirra Hajiraatu اللهم صلي وسلم على نبينا محمد

  • ‏«وفيها ساعة لا يوافقها عبدٌ مؤمن يدعو اللَّه بخيرٍ إلَّا أُستجيب له» - سيدنا جبريل محدثًا رسولنا ﷺ عن آخر ساعة في يوم الجمعة. لا تنسوا الدعاء لكل موتى المسلمين جميعاً وبالشفاء لكل مرضى المسلمين جميعاً لا تنسونا من صالح دعائكم 🌼🍃

  • "مع أذكار الصباح يشرق القلب قبل الشمس، فيسير اليوم على نورٍ من الله وسكينةٍ لا تزول."

  • Halkan juma'aa fii guyyaa juma'aa salawaata Nabiyyii irratti baayyisuun akkaan jaalatamaadha. أكثرُوا من الصَّلاة على النَّبيِّ ﷺ. قَال الشَّافعيُّ : وَأُحِبُّ كَثرةَ الصَّلاة على النَّبِيِّ ﷺ فِي كُلِّ حَالٍ، وَأَنَا فِي يَومِ الجُمعةِ وَليلتهَا أَشَدُّ استحبَابًا، وَأُحِبُّ قِرَاءَةَ الكَهفِ ليلةَ الجُمعةِ وَيومهَا لمَا جَاءَ فِيهَا. اللهمَّ صلِّ وسلِّم وبارك على نبيِّنا محمَّد وعلى آله وأصحابهِ أجمعين.

  • البدعة أحب إلى إبليس من المعصية؛ لأن العاصي يعلم أنه عاصٍ فيتوب، والمبتدع يحسب أن الذي يفعله طاعة فلا يتوب.. شيخ الإسلام ابن تيمية رحمه الله .. 🕊🩷🕊

  • ‏صلاة الفجر خير من النَّوم ومن المال ومن العمل ومن الكلام ‏ومن السَّهر ومما تملك ‏صلاه الفجر خيرٌ من الدُّنيا وما فيها، وأعظم طريق يوصلك إلى رضوان الله، وأعظم مفتاح للرِّزق والتَّوفيق والسَّعادة والطُّمأنينة والرَّاحة. صلاه الفجر رضي الله عنكم وارضاكم وتمم اموركم

  • ‏#قال_رسول_الله_ﷺ : {كلمتان حبيبتان إلى الرحمن خفيفتــان علـى اللســــــــان ثقيلتــــــــان في الميـــــزان } ….سبحان الله وبحمده …. ….سبحان الله العظيـم …. #صحيح_البخاري •••

  • ‏﴿ وَذَكِّرْ فَإِنَّ الذِّكْرَىٰ تَنفَعُ الْمُؤْمِنِينَ ﴾ ‏- سُبحان الله . ‏- الحَمد لله . ‏- لا إله إلا الله . ‏- الله أكبر . ‏- لا حَول و لا قوة إلا بالله . ‏- سُبحان الله و بِحمده . ‏- سُبحان الله العَظيم . ‏- أستغفِرُ الله الْعَلِيُّ الْعَظِيم وَأَتُوبُ إِلَيْهِ. -لا إِلَهَ إِلا أَنتَ سُبْحَانَكَ إِنِّي كُنتُ مِنَ الظَّالِمِينَ. -اللَّهُمَّ صَلِّ وَسَلِّمْ عَلَى نَبِيِّنَا مُحَمَّدٍ. -يا مقلِّبَ القلوبِ ثَبِّتْ قلبِي على دينِك .

  • 🌿 Sabahaa Al-Kheeyr 🌿 Yaa obboleessa koo fi obboleettii koo, ✅ Guyyaan har'aa kennaa guddaa Rabbiin siif kenne dha. Galata Rabbii baasi, salaata kee eegi, qalbii kees zikrii Rabbiitiin ifa godhi. 💐Rabbiin ol ta'e ni jedha: ﴿أَلَا بِذِكْرِ اللَّهِ تَطْمَئِنُّ الْقُلُوبُ﴾ ✅ “Dhugumatti, qalbiin yaadannoo Allaahaatiin tasgabboofti.” ✅ Har'a hojii gaarii tokko hojjadhu, nama tokko gammachiisi, araarama kadhadhu, namas araarami. ✅ Jireenyi addunyaa gabaabaa dha; hojii gaariin garuu si waliin hafa. ✅ Rabbiin guyyaa kee kheeyrii, barakaa fi milkiidhaan siif haa guutu.🤲 ✨Halkan gaarii siif haa ta'u! ✨

  • قَالَ إِنَّمَآ أَشْكُوا۟ بَثِّى وَحُزْنِىٓ إِلَى ٱللَّهِ وَأَعْلَمُ مِنَ ٱللَّهِ مَا لَا تَعْلَمُونَ Surah Yusuf, Ayah 86