Waajjira Daldalaa Magaalaa Maayaa
СтатистикаWaajjira Daldalaa Bulchiinsa Magaalaa Maayaa Odeeffannoo Waytawaa, Hojiilee Waajjira, labsii fi dambiilee ni argattu.
- Последний пост
- 5 мая 2023 г.
- Последнее чтение
- 14 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 20
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 14 авг.
- 1/24сутки в ленте
- —
- 1/48двое суток
- —
- 1/72трое суток
- —
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
27/08/2015 Beeksiisa Ariifachiisaa gaafatamummaa hordofsiisu. Daldalaaf har'as ta'ee guyyoonii sanbattan lamaan Ayaana mitii !!!!! Haallii bittaafi gurgurtaa boba'aa caamsaa 1/2015 irraa kaasee karaa elektiroonoksii qofa akka tauu beeksifnii adda addaa kallatii adda addaatiin bu'aa turuun Isaa in beekama Bu'ura kanaan Hojii irra oolmaa Isaa kana cimsuuf guyyaa kamisa Ebla 26/2015 irraa kaasee yaaliifi shaakalaaf bittaa fi gurgurtaan boba'aa elektirooniksiifi kashiin wal cinaa akka adeemsiifamu kallaatiin taa'era kallaatii kana fudhachuudhaan qindoomina 1) Ogeessa Telee achi jiru 2) Ogeesaa Daldala 3) ogeesa Ejansii geejibaa 4) ogeesa Baankii 4) Qaama nageenyaa waliin ta'uun qindoominaan Hojii irraa oolmaa gurgurtaa boba'aa tele birrii fi kaashiin guyyaa shaniif wall cinaa ta'ee gaafa caamsaa tokkoo irraa kaasee garuu karaa ekektirooniksii qofa akka tauu beekuun hordofiifi deegarsa akka taasiiftan kallatiin taa'eera Yaa tau males guyyaa kaleessaa sup, taasifneen iddoo hedduut yaaliin jiraatuus xiyeefanaan kennamee had aanaa tauu magaalaa shagar Buraayu sabbats sulultaafi Galaan irraa akkasumas magaalota Roobee Naqamtee Harargee lamaan shaashee Adaamaa baatu irraa laafaa ta'uu isaafi akka magaalaa jimmaat fooyii kan qabu ta'uu suparviizyinii fedeeraalii taasisee irraa hubatameera Kanaafuu caamsaa tokkoo irraa eegalee waraabbiin boba'aa kamuu elektirooniksiifi qofaan ta'uu beektanii dursa akka calqabdan kallatii taa'een qofa akka hojeetamuu buufta rabsa boba'aa hunda irraat qaamoleen caqasaman keessaatuu daldaallii iddoo Sana'a socho'uu hin qabu kun ta'uu baanaan daldalli Aanaa ykn magaalaa Sanaa kan ITT gaafatamuu ta'aa Kallatii wall harkaa fudhachuun Hojii irraa yaa oolchinu midiyaa yaa hordofnu!!!! Guyyaa Gaarii
Magaalaa Finfinneetti gatiin gurgurtaa Simmintoo ifoome Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee gatii gurgurtaa qinxaaboo Simmintoo ifoomeera. Haaluma kanaan Simmintoon Darbaa Kuntaalli tokko Birrii 1067.36, Daangooteen Birrii 1106.85, Habashaan Birrii 1305.00, Ityoo Birrii 1056.80, Mogor Birrii 1016.52, Naashinaaliin 1169.98 fi Kaappitaalii Birrii 1101.05tti akka gurguramu tilmaama gatii baasuu ragaan Biiroo Daldalaa Magaalaa Finfinneerraa argame ni mul'isa. #Oromiyaa #Ityoophiyaa
Galiin daldala Warqeerraa argamu hir’isaa waan jiruuf tarkaanfiin sirreeffamaa fudhatamaa jira-Maammoo Mihiratuu Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC)- Sababa Daldala Seeraan Alaa fi Rakkoo Nageenyaan Galiin daldala Warqeerraa argamu hir’isaa waan jiruuf tarkaanfiin sirreeffamaa fudhatamaa jiraachuu Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Maammoo Mihiratuu dubbatan. Gatii Warqee dabalanii bituun tarkaanfiiwwan fudhatamaa jiran keessaa ta’uu eeruun, fuuncaa gabaa sirreessuufis kareen hundaa’ee hojjecha jiraachuu himaniiru. Yeroo ammaa kan Warqee bitu Baankii Biyyaalessaa qofaa ta’uu hubachiisaniiru. Walqabsiisuun tilmaama sharafa alaa ni hir’isa jiechuun ololli odeeffamaa jirus soba ta’uu dubbataniiru. Leeykun Alamtu gabaase. #Oromiyaa #Ityoophiyaa
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
ከሚያዚያ 29 ቀን 2015 ዓ.ም ጀምሮ የኤሌክትሮኒክስ የነዳጅ ግብይት የሙከራ ሽያጭ ለመጀመር ዝግጅት ማጠናቀቃቸውን ክልሎች ገለፁ =========================== አዲስ አበባ 25/08/2015ዓ.ም(ንቀትሚ) የንግድና ቀጣናዊ ትስስር ሚኒስቴር በአዲስ አበባ የተጀመረውን የኤሌክትሮኒክስ የነዳጅ ግብይትን ከግንቦት 1 ቀን 2015 ጀምሮ በክልሎችም ለመተግበር እየተደረገ የሚገኘውን ዝግጅት አስመልክቶ የዙም ውይይት አካሂዷል፡፡ በውይይቱ ላይ የክልል ንግድ ቢሮ ኃላፊዎች የተሳተፉ ሲሆን በአዲስ አበባ እየተከናወነ ከሚገኘው የኤሌክትሮኒክስ የነዳጅ ግብይት ተሞክሮ በመውሰድ ከሚያዚያ 29 ቀን 2015 ጀምሮ የሙከራ ግብይት ለማድረግ ዝግጅት እያደረጉ መሆኑን ሀላፊዎቹ ገልጸዋል፡፡ ከቴሌኮሙኒኬሽን፣ ከትራንስፖርት ቢሮ እንዲሁም ከባንኮች ጋር ስለሚኖረው የቅንጅት ስራ እና ግብይቱን በተቀላጠፈ ሁኔታ ለማከናወን እንዲቻል ከማደያ ባለቤቶችና ሰራተኞች ጋር የተለያዩ ስራዎች መሰራታቸውን የቢሮ ኃላፊዎቹ አብራርተዋል፡፡ የንግድና ቀጣናዊ ትስስር ሚኒስቴር ሚኒስትር አቶ ገብረመስቀል ጫላ ከሚመለከታቸው ባለድርሻ አካላት ጋር በቅንጅት ለመስራት እየተደረገ ያለው ርብርብ ተስፋ ሰጪ በመሆኑ የሚጋጥሙ ችግሮችን በፍጥነት በመለየት በየደረጃው መፍታትና ለሚመለከታቸው ተቋማት ማሳወቅ እንደሚገባ አሳስበዋል፡፡
Naannoleen bittaafi gurgurtaa boba’aa gama elektirooniksiin eegaluuf qophiin xumuramuu ibsame Finfinnee, Eebla 25, 2015(FBC)- Naannoleen bittaafi gurgurtaa boba’aa gama elektirooniksiin eegaluuf qophiinxumuruu Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksise. Ministeerichi bittaafi gurgurtaa boba’aa gama elektirooniksiin naannoleetti Caamsaa1, 2015 irraa eegalu irratti qophii taasifamaa jiru ilaalchisee marii gaggeesseera. Maricharratti hoggantoonni biiroo daldalaa naannolee kan hirmaatan yoo ta’u, Eebla 29, 2015 irraa eegalee gama elektirooniksiin bittaafi gurgurtaa yaalii kan eegalan ta’uu hoggantoonni maricharratti hirmaatan ibsaniiru jedhame. Bittaafi gurgurtaa boba’aa gama elektirooniksii taasifamu kan saffisiisuuf abbootii qabeenyaafi hojjettoota buufataalee boba’aa akkasumas qaamolee dhimmatootaa waliin hojiileen qophiin duraa hojjetamuu eerameera. #Oromiyaa #Ityoophiyaa
видео или голосовое, без подписи
Naannoleen bittaafi gurgurtaa boba’aa gama elektirooniksiin eegaluuf qophiin xumuramuu ibsame Naannoleen bittaafi gurgurtaa boba’aa gama elektirooniksiin eegaluuf qophiinxumuruu Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksise. Ministeerichi bittaafi gurgurtaa boba’aa gama elektirooniksiin naannoleetti Caamsaa1, 2015 irraa eegalu irratti qophii taasifamaa jiru ilaalchisee marii gaggeesseera. Maricharratti hoggantoonni biiroo daldalaa naannolee kan hirmaatan yoo ta’u, Eebla 29, 2015 irraa eegalee gama elektirooniksiin bittaafi gurgurtaa yaalii kan eegalan ta’uu hoggantoonni maricharratti hirmaatan ibsaniiru jedhame. Bittaafi gurgurtaa boba’aa gama elektirooniksii taasifamu kan saffisiisuuf abbootii qabeenyaafi hojjettoota buufataalee boba’aa akkasumas qaamolee dhimmatootaa waliin hojiileen qophiin duraa hojjetamuu eerameera.
Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 258tti tilmaamaman to'ataman Finfinnee, Eebla 21, 2015 (FBC) – Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 258tti tilmaamaman to'atamuu Komishiniin Gumrukaa ibse. Meeshaaleen kunneen Eebla 13 - 19, 2015tti kan to'ataman ta'uu ibsameera. Meeshaaleen Birrii miiliyoona 214tti tilmaamaman karaa seeraan alaa wayita alaa galuuf turanii fi meeshaaleen Birrii miiliyoona 43.6 olitti tilmaamaman karaa seeraan alaa alatti ba'uuf turan to'atamuu ibsameera. Uffataalee, Boba'aa, Horiin Gaanfaa, Meeeshaaleen Elektirooniksii, Bunni, Qorichaalee, Meeshaalaan qaama jijjiirraa konkolaataa, waraanaa, Jimaa, baallu Sammuh Adoochu, zayinni nyaataa fi maallaqoonni biyyoota adda addaa dameewwan gumrukaa garaagaraatti to'amuu komishinichi ibseera. #Oromiyaa #Ityoophiyaa
Buufataalee boba'aa hanqinni boba'aa akka mudatu taasiisanirratti tarkaanfiin fudhatamaa jira - ATBI Finfinnee, Eebla 21, 2015 (FBC) – Buufataalee boba'aa hanqinni boba'aa akka mudatu taasiisanirratti tarkaanfiin fudhatamuu eegaluu Abbaan Taayitaa Boba'aa fi Inarjii beeksise. Daayrektarri Kominikeeshinii Abbaa Taayitichaa Baqqalach Kumaa dhimmichi ilaalchisuun TOI ibsa laataniin magaalaa Finfinneetti Eebla 16,2015 eegaluu gabaan boba'aa Elktiriksii qofaan akka ta'u taasifamuu ibsaniiru. Yaa ta'uutii Buufataleen boba'aa tokko tokko hanqinni Boba'aa akka jiru fakkeessuun rakkoolee namtolchee uumaa jiraachuu ibsaniiru. Guyyoottan darban keessa buufataalee gochaa seeraa alaa raawwatanii argamaniif of eeggannoon laatamuu turuu eeruun, kanneen gocha seeraan alaa raawwachuu itti fufanirratti tarkaanfiin fudhamuu eegaluu ibsaniiru. Guyyaa har'aa Buufata Boba'aa Tootal jedhamu naannawaa Addabaabayii Jarmanitti argamu osoo boba'aan jiruu hin jiru jechuun buufaticha cufeerratti tarkaanfiin fudhamuu eeraniiru.
Akkam ooltan? Wajjira Daldalaa kutaa magaalaa Maayaa hundaaf: 1.Wajjira.Daldalaa.kutaa magalaa Addeellee 2.wajjira Daldalaa kutaa magalaa haramayaatiif. 3.wajjira Daldalaa kutaa Magaalaa Awaday Hubachiisa 1ffaa Dhimmoota hatattamaan sirraa.uu qaban: 1) gabaasa hojii guyyatti naaf ergaa jedhee isinitti himuus hangaan ani isinitti bilbiluu beeytanii erguu dhabuu fi eenyuuf akka gabaasaa jirtanillee beekuu hin dandeenye 2) hojjataan hojii keeysa seenee qalbii guutuun akka hojjatu gochuu dhabuun jira. Kanaaf hojiilee Hojjataman Gabaasa guyyaa guyyaan gabaasaa deemun barbaachisaa fi dirqama waan taheef ammuma gabaasa raawwii guyyaa arraa komandpost keenya kan bakka buufne (Ibsaa lakkoofsa bilbilaa= 0935678383) wajjira daldalaa kutaa m/Awaday irratti akka ergitan isin beeksisa kallattii kenname fudhachuu baannaan rakkoo tahuu hubadhaa. Hubachiisa 2ffaa Itti gaafatamtoonii.wajjiira Gabaasa hojii kan guyyaa, kan torbanii fi kaan ji'a waan hojjatame gabaasaa deemun barbaachisaa qofa osoo hin taane dirqama akka tahe hubachuu. 1ffaa : Gabaasa keessan Gaafa maxxansitan Hojiilee Saalaan ( Dhiira fi Dubartiin ) adda bahu qaban Adda baasaa maxxansaa. 2ffaa : Hojiilee Hojjacha jirtan Bu'aadhaan gaafa madaallu keessattu Hayyama Haaraa fi Haaromsaas Raawwiin Guyyaa fi Torbee keessan addan baasa Gabaasa. 3ffaa : Hoggansi Haaraan Telegraama Waajjira Daldalaa Magaalaa Maayaa Irraatti hirmaachuu fi gabaasa as irraas kaayuu qabdan. Gabaasa keessan Haala Olmaa Guyyaa fi Torbee maxxansaa deemuu qabdan. Kanaafu, ammarraa eegaltanii Commenti kana fudhattanii Hojiilee Harca'anii hafan hundaa Adeemsa Adeemsan.gaabsuu.qabdaan. Gabaasni hojjiilee hunda haamachuu qabaa torbaan dabrees isin qabsiiseetin ture isin ammoo kan hayamma fi galmeeysaa qofa gabaasaa jirtan waan taheef hunda karaa ifa taheen akka ergitan isin hubachiisa ammallee dhimma kana irra deebi.aa if laalaa jaallawwan. Abibaker Yusuf G/G - Koree qindeeysaa kutaa magaalaa Haramayaatiif - Koree qindeeysaa kutaa magaalaa Awwadaayiif - Koree qindeeysaa kutaa magaalaa Addeelleetiif
видео или голосовое, без подписи
Leenjii waa'ee gibira galii fi cost sharing ilaallchise kenname.
видео или голосовое, без подписи
"Naannoo Oromiyaatti Caamsaa 1, 2015 irraa eegalee bittaafi gurgurtaan boba'aa sirna elektirooniksii qofaan ta’a" Biiroo Daldalaa Oromiyaa ____ Mootummaan qaalayinsa jireenyaa tasgabbeessuun hawaasa deeggaruuf boba’aa maallaqa sharafa alaa guddaa itt baasuun qaraxaafi taaksiin ala akkasumas deeggarsa gochuun gatii madaalawaan hawaasa fayyadamaa hunda bira akka gahu taasisaa turee jira. Haata'u malee, biyya keenyatti gatiin boba'aa gadi bu'aa ta'uun isaa kontirobaandiif akka saaxilaamu taasiisee jira. Rakkoo kana hambiisuuf Manni Maree Ministeerotaa qajeelfama 904/2014 baasee bu’uureeffachuun bittaafi gurgurtaa boba’aa irratti riifoormii taasisuun Biirooleen Daldala Naannolee hojii irra akka oolchan kallattiin kaa'amee jira. Kunis, Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti Eebla 16/2015 irraa eegalee akka biyyaatti ammoo Caamsaa 1/2015 irraa eegalee bittaafi gurgurtaan boba'aa maallaqaan raawwatamu elektirooniksiin akka bu'u kan jedhudha. Bu'uuruma kanaan, Biiroon Daldala Oromiyaas Caamsaa 1/2015 irraa eegalee Naannicha keessatti bittaafi gurgurtaan kanaan dura maallaqa callaan taasifamaa ture kaffaltii dijitaalaa ykn elektirooniksiin kan bakka bu'e ta'uu hubachuun fayyadamtoonni hundi maallaqa callaan fayyadamuun akka hin danda'amne akka beekan Biirichi hubachiiseera. Caamsaa 1/2015 irraa eegalee boba'aa waraabbachuun kan danda’amu Teelee Birriin kan raawwatu ta'ee Fayyadamtootaaf haalli akka mijatuuf Baankiin Daldala Itoophiyaas hojii keessa galee kan jiru yoo ta'u baankonni kaanis adeemsaan kan eegalan ta’uun beekamee lammiileen hundi deeggarsa barbaachisu akka taasisan Biiroon Daldala Oromiyaa hubachiisee jira. Dhaabbileen maloota biroo akka Kaardii Abisiiniyaatti Kuuppooniin fayyadamaa turan hanga dhuma bara baajataa kanaatti qofa kan fayyadaman akka ta'e Biirichi eeree jira. Biiroon Daldala Oromiyaa hojiirra oolmaa bittaafi gurgurtaa boba’aa karaa dijitaalaan taasifamu kanaaf Kaampaaniiwwaniifi buufataaleen raabsaa boba’aa gahee guddaa waan qabaniif xiyyeeffannoo olaanaan akka hojjetaniifi kallattii mootummaan kaa'e akka hordofan ibsameera. Malli kaffaltii dijitaalaa kun bakka neetwoorkiin rincicetti CBE gargaaramuun raawwachuu akka danda’u dhaabbata Teelee waliin ta'uun durfamee kan itti qophaa’amee ta’uufi moosaajiin kanaaf yaadamee qophaa’ee kan misoome ta’uus ibsameera. Kaffaltii boba'aa dijitaalaan taasisuun kan barbaachiseef mootummaan fayyadamummaa hawaasaaf jecha qabeenyi sharafa biyya alaatiin gara biyyaa gale qisaasama tokko malee faayidaarra akka ooluuf waan ta'eef lammileen hundi seeraan alummaa gama kanaan hojjetamu hambisuuf tumsa barbaachisu akka taasiisan Biirichi waamicha dabarseera.
видео или голосовое, без подписи
Ayyaana sababeeffachuun gatii oomishaalee hawaasa keenyatti dabaluun aadmale!