- Последний пост
- 13 авг.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 6
- Всего постов
- 74
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 118
- 1/48двое суток
- 135
- 1/72трое суток
- 145
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
#Yaadachiisa 1 -Barattoota Giddu Gala Qormaataa (#Exam_Center) Jijjiirrachuu Barbaadan "#Edit" gochuu ni dandeessu. 2- Galmeen Guyyaa Boruu Xumurama. ------- BBO - Hagayya 07/2018 Barattootni MBIBBA, MBWMOfi MBA Sad. 2ffaa Dorgomuuf Giddu Gala Qormaataa 'online'n filachuun keessan ni beekama. Haaluma kanaan barataan ''Exam Center' dogoggoraan ykn yaada jijjiirrate Giddu Gala Qormaataa isinitti dhihaatu/mijatutti jijjiirrachuu yoo barbaaddan "#Edit" gochuu ni dandeessu. 2- Galmeen Barattoota MBIBBA, MBWMOfi MBA Sad. 2ffaa Dorgomanii Seenuuf ulaagaa guutaniifi fedhii qabanii guyyaa boruu Hagayya 08/2018 waan xumuramuuf carraa kanatti akka fayyadamtan isin beeksifna. Maatiin barataa, barsiisotni hawaasnifi qaamni dhimmi dhalootaa isa ilaallatu hunduu barattootni akka galmaa'an jajjabeessaa kan jedhu dhaamsa keenya ta'a. Gaafa galmeen eegalamerraa hanga har'aa, Waaree Boodaa sa'aatii 10:00tti , #barattootni -13,010 yoo ta'an, #dhiirri - 7 644, #dubarri - 5 366 ta'uun beekameera. Kanaafuu, Barataan fedhii qabuufi ulaagaa guutu Giddu Gala Qormaataa Isaaf Mijatu Filachuun Akka Galmaa'u Yaadachiifna. #Liinkiin Galmeetis: https://exam.oeb.gov.et/
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
Gaaffilee Shaakalaa Qormaata Seensaa Manneen Barnoota Bultii Addaa Sadarkaa 2ffaa
видео или голосовое, без подписи
#Oduu_Ammeetiin !. Gosoonni Barnoota Ogummaa Haaraa 11 Bara Barnootaa 2019 Irraa Eegalee Hojiirra Oolan Ifoomfaman! Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa bara barnootaa 2019 (A.L.I) irraa eegalee barattoota kutaa 11ffaaf gosoota barnoota ogummaa fi hojii haaraa 11 hojiirra kan oolan ta'uu ifoomsuun, biirooleen barnootaa naannoolee fi bulchiinsa magaalotaa qacarrii barsiisotaa dabalatee qophii duraa barbaachisaa ta'e hunda akka taasisan qajeelfama dabarseera. Akkaataa kallattii pooliisiin barnootaa fi leenjii haaraan barnoota ogummaa sadarkaa duraa irraa eegalee hammachiisuuf kaa'een, marsaa lammaffaaf gosoota ogummaa 11 hojiirra oolan kanaaf qophiin sirna barnootaa, moojuulli barattootaa fi qajeelfama barsiisotaa guutummaatti xumuramuun isaa ibsameera. Gosoonni barnoota ogummaa 11 bara 2019 irraa eegalee hojiirra oolan kunniinis kanneen armaan gadiiti: Teeknoloojii Sibiilaa (Metalwork Technology), Teeknoloojii Awutoomootiivii (Automotive), Teeknoloojii Uffannaa (Garment), Dirirsa Sarara Ibsaa Gamoo, Hojii Ujummoo Bishaanii(Plumbing), Misooma Sooftiweerii (Software Development), Oomisha Midhaanii, Tajaajila Kunuunsa Fayyaa, Tajaajila Hoteelaa, Hojii Rifeensaa fi Tajaajila Miidhaginaa, akkasumas Qophii Nyaataa dha. Tarkaanfiin kun barattoonni barnoota idilee cinaatti ogummaa hojiif isaan qopheessu akka horatan gochuu irratti gahee guddaa qabaata jedhamee eegama. @Ethiopia_educations @Ethiopia_educations
HUBACHIISA BEEKSISA GALMEE Barsiisota Bu'uura Boruu Ulaagaa_Galmee_Leenjii_Ogummaa Guyyaa 29/11/2018 Maxxanfamee Ture Barsiisummaa #Barnoota_Bu'uura_Boruu #Ragaa_Barnootaa Dorgomtoonni leenjii ogummaa barsiisummaaf dorgomuu barbaadan ragaa barnootaa tiraaniskiriiptii sadarkaa lamaffaa (kutaa 9-12ffaa) mallattoo dura bu’aa mana barumsaafi ogeessa rikardii chaappaan mirkanaa’e, ragaa kutaa 8ffaa fi sartafikeetii kutaa 12ffaa ittiin xumuran orjinaalaafi koppii qabatanii dhihaachuu qabu. #Akkaatuma_Kanaan #Dorgomtoonni tiraansikiriptii kutaa 9-12 qabxii giddu galeessaan 50% fi ol qabaachuu qabu; #Dorgomtoonni barnoota sagantaa sertifikeetiin (12+1) ogummaa barsiisummaa leenji’uuf iyyannoo dhiheeffatan kutaa 12ffaa xumuranii qorumsa seensaa Yuunivarsiitii fudhatan ulaagaa kanaa gadii kan guutan ta’uu qabu: #Qabxii_dorgommii_Bara 2017 Fo’annoofi #Filannoo_Kaadhimamtoota_Barsiisotaa sagantaa Seertifikeettiifi (12+1) qophaa’e, Ibsa Gosa Barnootaatiin Qabxii Dorgommii Sagantaa seertifikeettii (12 +1) #Saayinsii_uumamaafi saayinsii hawaastiin barattoota idileefi galgalaa dhiiraaf, naannoo horsiisee bulaa osoo hindabalatiin #180 fi isaa oli #Saayinsii_uumamaafi saayinsii hawaastiin barattoota idileefi galgalaa dubaraaf, naannoo horsiisee bulaa osoo hindabalatiin #162 fi isaa oli #Naannoo#horsiisee_bulaa jiranii Dhiiraaf 168 fi isaa oli #Naannoo_horsiisee_bulaa jiranii Dubaraaf #162 fi isaa oli #Saayinsii_hawaasaa Barattoota Qaroo dhabeeyyii dhiiraaf 140 fi isaa oli #Saayinsii_hawaasaa Barattoota Qaroo dhabeeyyii dubaraaf 135 fi isaa oli #Qabxii_dorgommii_Bara #2016 Fo’annoofi Filannoo Kaadhimamtoota Barsiisotaa sagantaa Seertifikeettiifi (12+1) qophaa’e, Ibsa Gosa Barnootaatiin Qabxii Dorgommii Sagantaa seertifikeettii (12 +1) #Saayinsii_uumamaafi saayinsii hawaastiin barattoota idileefi galgalaa dhiiraaf, naannoo horsiisee bulaa osoo hindabalatiin 162 fi isaa oli #Saayinsii_uumamaafi saayinsii hawaastiin barattoota idileefi galgalaa dubaraaf, naannoo horsiisee bulaa osoo hindabalatiin 150 fi isaa oli Naannoo horsiisee bulaa jiranii Dhiiraaf 156 fi isaa oli Naannoo horsiisee bulaa jiranii Dubaraaf 150fi isaa oli Saayinsii hawaasaa Barattoota qaama miidhamtoota 130 fi isaa oli Saayinsii hawaasaa Barattoota qaama miidhamtoota dubaraaf 125 fi isaa oli Kaadhimamtoota Barsiisotaa bara 2015 qabxii darbiinsaa sagantaa Seertifikeettii (12+1) qabaatanii dhuunfaan Fo’annoofi Filannoo K/Barsiisotaa bara 2018 dorgomuu danda’an Ibsa Gosa Barnootaatiin Qabxii Dorgommii Sagantaa seertifikeettii (12 +1) kan bara 2015 qaban #Saayinsii Uumamaa sagantaa idileefi galgala dhiiraaf 180fi ol, #Saayinsii Uumamaa sagantaa idileefi galgala dubaraf 180fi 0l #Saayinsii Uumamaa naannoo horsiisee bulaatiif dhiira 170fi ol #Saayinsii Uumamaa naannoo horsiisee bulaatiif i dubara 170fi ol #Saayinsii hawaasaatiin sagantaa idileefi galagalaa dhiira 160fi ol #Saayinsii hawaasaatiin sagantaa idileefi galagalaa dubara 160fi 0l #Saayinsii hawaasaatiin Naannoo horsiisee bulaa dhiira 150fi 0l #Saayinsii hawaasaatiin Naannoo horsiisee bulaa dubara 150fi ol Ta'uu hubachiifna. #Carraa_Gaarii!! https://t.me/Oromiaeducationbureauo1 Odeeffannoo barnootaa Ariifachiisaaf join 👇🏽👇🏽👇🏽 https://t.me/+T5egzaCwxnNhMjg0
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
Ulagaala Galmee Barattoota MBBA kutaa 9ffaa bara 2019 seenan
Ulagaala Galmee Barattoota MBBA kutaa 9ffaa bara 2019 seenan
Beeksisa Ulaagaa Simannaa MBBA.PDF Tolaa Bariisoo Gadaa 💠
Qajeelfama kanas walbira qabanii ilaaluun karaa guutuu ta'een hubachuuf nama gargaaraati dubbisaa!
Qajeelfama Jijjirraa Barsiisotaafi HMB New2019
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи