Yooyyaa Media
СтатистикаBaga nagaan dhuftan Odeeffannoowwan Barnootaa fi wayiitawaa Argachuuf Nu Ordofaa. 📦Yaadaaf Gaaffiif📦 💬Nu qunnamuuf💬
- Последний пост
- 14 авг.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 6
- Всего постов
- 113
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 33
- 1/48двое суток
- 37
- 1/72трое суток
- 40
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
Gosoonni Barnoota Ogummaa Haaraa 11 Bara Barnootaa 2019 Irraa Eegalee Hojiirra Oolan Ifoomfaman! Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa bara barnootaa 2019 (A.L.I) irraa eegalee barattoota kutaa 11ffaaf gosoota barnoota ogummaa fi hojii haaraa 11 hojiirra kan oolan ta'uu ifoomsuun, biirooleen barnootaa naannoolee fi bulchiinsa magaalotaa qacarrii barsiisotaa dabalatee qophii duraa barbaachisaa ta'e hunda akka taasisan qajeelfama dabarseera. Akkaataa kallattii pooliisiin barnootaa fi leenjii haaraan barnoota ogummaa sadarkaa duraa irraa eegalee hammachiisuuf kaa'een, marsaa lammaffaaf gosoota ogummaa 11 hojiirra oolan kanaaf qophiin sirna barnootaa, moojuulli barattootaa fi qajeelfama barsiisotaa guutummaatti xumuramuun isaa ibsameera. Gosoonni barnoota ogummaa 11 bara 2019 irraa eegalee hojiirra oolan kunniinis kanneen armaan gadiiti: Teeknoloojii Sibiilaa (Metalwork Technology), Teeknoloojii Awutoomootiivii (Automotive), Teeknoloojii Uffannaa (Garment), Dirirsa Sarara Ibsaa Gamoo, Hojii Ujummoo Bishaanii(Plumbing), Misooma Sooftiweerii (Software Development), Oomisha Midhaanii, Tajaajila Kunuunsa Fayyaa, Tajaajila Hoteelaa, Hojii Rifeensaa fi Tajaajila Miidhaginaa, akkasumas Qophii Nyaataa dha. Tarkaanfiin kun barattoonni barnoota idilee cinaatti ogummaa hojiif isaan qopheessu akka horatan gochuu irratti gahee guddaa qabaata jedhamee eegama.
"Dhimmi Magaalaa Finfinnee Oromoo qofa ilaallata. Habashaan wajjiin mariif dhiyaachuu hin danda'u" Finfinne University President Dr Samuel Kifle tu marii biyyaalessaa irratti dubbate.😊 Finfinneen Handhuura Oromiyaati: Seenaanis Seeranis! Lafa kana irratti seenaan dhugaan tasumaa hin haqamne, aadaa fi duudhaan hidda gadi fageeffate mallattoo ta'ee jira. Qorannoowwan seenaa fi ragaaleen dhalootaa dhalootatti darban akka ibsanitti, Finfinneen durumaan lafa bishaanii fi dachee magariisaa, iddoo Oromoonni Tuulamaa nagaa fi tasgabbiin irra jiraachaa turaniidha. Iddoowwan har'a maqaa biraatiin waamaman hedduun isaanii, maqaa aadaa fi seenaa Oromoo calaqqisiisaniin beekamu turan. Seenaan kun dhugaa ifa bahaa jiru fi dhaloota dhufuufis darbuu qabuudha. Isheen lafa dhiigaa fi lafee abbootii keenyaatiin dachee eegamteedha. Gama seeraatiinis, mirgi Oromiyaan Finfinnee irratti qabdu kan mormii kaasu miti. Heera mootummaa biyyattii keessattis ta'e wixineewwan seeraa garagaraa irratti, Oromiyaan Finfinnee irraa "Faayidaa Addaa" akka qabdu ifatti tumameera hojii irra yoo hin Oolle faayidaa hinqabuuf malee. Kunis dhimma afaanii, aadaa, tajaajila hawaasummaa fi dhimmoota biroo irratti Oromoon mirga guutuu akka qabu seeran kan mirkaneesseedha garuu kunis... Eeyyee, Finfinneen seenaanis ta'e seeran kan Oromooti. Haganuma!
видео или голосовое, без подписи
Qabxiin Qormaata Kutaa 6ffaa Bara 2018 Ibsame. Naannoo Oromiyaatti Qormaatni Naannoo Xumura Barnoota Sad. 1ffaa Kutaa 6ffaa Bara 2018 Waxabajjii 08- 09/2018 kennamee tura har'a qabxiin barattootaa ifoomeera. 👉 Qabxiin darbiinsaas 50%fi ol ta'uun murtaa'eera. 👉Barattoota qormaata fudhatan 517,209 keessaa qabxii darbiinsaa (50%fi ol) galmeessisuun gara kutaa itti aanuutti kan darban barattoota 464,839 (89.9%) ta'uun beekameera. Barattoota qormaata fudhatan: 📍Dhiira 267,307 keessa 91.2% fi 📍Dubara 249,902 keessaa 88.4% darbaniiru. Haaluma kanaan qabxii ilaallachuuf Liinkii asii gaditti dhihaate banuun; Lakkoofsa Galmee keessan/Registration Number/ galchuun Itti aansuun Maqaa keessan kan jalqabaa galchuun qabxii keessan ilaallachuu ni dandeessu. Liinkii:- https://oromia6.ministry.et
Qabxiin Qormaata Kutaa 6ffaa Bara 2018 Ibsame. Naannoo Oromiyaatti Qormaatni Naannoo Xumura Barnoota Sad. 1ffaa Kutaa 6ffaa Bara 2018 Waxabajjii 08- 09/2018 kennamee tura har'a qabxiin barattootaa ifoomeera. 👉 Qabxiin darbiinsaas 50%fi ol ta'uun murtaa'eera. 👉Barattoota qormaata fudhatan 517,209 keessaa qabxii darbiinsaa (50%fi ol) galmeessisuun gara kutaa itti aanuutti kan darban barattoota 464,839 (89.9%) ta'uun beekameera. Barattoota qormaata fudhatan: 📍Dhiira 267,307 keessa 91.2% fi 📍Dubara 249,902 keessaa 88.4% darbaniiru. Haaluma kanaan qabxii ilaallachuuf Liinkii asii gaditti dhihaate banuun; Lakkoofsa Galmee keessan/Registration Number/ galchuun Itti aansuun Maqaa keessan kan jalqabaa galchuun qabxii keessan ilaallachuu ni dandeessu. Liinkii:- https://oromia6.ministry.et
Namoonni LinkedIn qabdan #join #follow #connect taasisa. 👇👇👇👇👇👇👇 https://www.linkedin.com/in/isayas-fikadu-3677b2405?utm_source=share_via&utm_content=profile&utm_medium=member_android
#Kutaa_6ffaa #BBO Bu'aan Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaa naannoo Oromiyaa bara 2018 yoom ifooma? Akkuma beekamu Adooleessa 14 bara irraa kaasee bu'aan qormaata naannoo kutaa 8ffaa naannoo Oromiyaa ifoomeera. Bu'aan qormaata barattoota kutaa 6ffaa garuu hanga ammaatti hin ifoomne. Waa'ee kana irratti Biiroon Barnoota Oromiyaa maal jedhe kan jedhus odeeffannoo arganne isin biraan haa geenyu. Biiroon Barnoota Oromiyaa akka ibsetti bu'aan qormaata naannoo kutaa 6ffaa bara 2018 Adooleessa 23 ykn guyyoota sadi booda irraa kaasee carraa ifoomuu bal'aa akka qabu ibsameera. Odeeffannoo haaraa akkuma ifoomeen argachuuf channel keenya Telegram join taasisaa! Barattoota kutaa 6ffaa hundaaf Carraa Gaarii! https://t.me/mediashows1
https://bittokenapp.com/register?ref=9254096623
❤️ I invite Telegram channel owners to Inside Ad: a smart tool for growth and monetization! https://t.me/InsideAds_bot/open?startapp=r_1882645176
#Update #Kutaa_12ffaa #National_Exam Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa bara 2018 Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 Waxabajjii 23 irraa kaasee kennamaa ture har'a xumurameera. Kibxata Adooleessa 14 bara 2018 kennamuu kan jalqabe qormaanni marsaa Jahaffaa barattoota Saayinsii Hawaasaatiif kennamus guyyaa har'a xumurameera. Bara 2018 qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhachuuf walumaa galatti barattoonni 563,501 galmaa'uun isaanii ni yaadatama. Barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhattan hundaaf Carraa Gaarii!
https://t.me/SkillMoney01_bot/earn?startapp=ref_9430FA4E ads ilaaluu qofan mallaaqa hojjedha