- Последний пост
- 14 авг.
- Последнее чтение
- 14 авг.
- Постов за неделю
- 17
- Всего постов
- 59
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 3 808
- 1/48двое суток
- 4 363
- 1/72трое суток
- 4 706
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
видео или голосовое, без подписи
Ramaddii waytii Barnootaa Bara 2019.pdf
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
Gosoonni Barnoota Ogummaa Haaraa 11 Bara Barnootaa 2019 Irraa Eegalee Hojiirra Oolan Ifoomfaman! Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa bara barnootaa 2019 (A.L.I) irraa eegalee barattoota kutaa 11ffaaf gosoota barnoota ogummaa fi hojii haaraa 11 hojiirra kan oolan ta'uu ifoomsuun, biirooleen barnootaa naannoolee fi bulchiinsa magaalotaa qacarrii barsiisotaa dabalatee qophii duraa barbaachisaa ta'e hunda akka taasisan qajeelfama dabarseera. Akkaataa kallattii pooliisiin barnootaa fi leenjii haaraan barnoota ogummaa sadarkaa duraa irraa eegalee hammachiisuuf kaa'een, marsaa lammaffaaf gosoota ogummaa 11 hojiirra oolan kanaaf qophiin sirna barnootaa, moojuulli barattootaa fi qajeelfama barsiisotaa guutummaatti xumuramuun isaa ibsameera. Gosoonni barnoota ogummaa 11 bara 2019 irraa eegalee hojiirra oolan kunniinis kanneen armaan gadiiti: Teeknoloojii Sibiilaa (Metalwork Technology), Teeknoloojii Awutoomootiivii (Automotive), Teeknoloojii Uffannaa (Garment), Dirirsa Sarara Ibsaa Gamoo, Hojii Ujummoo Bishaanii(Plumbing), Misooma Sooftiweerii (Software Development), Oomisha Midhaanii, Tajaajila Kunuunsa Fayyaa, Tajaajila Hoteelaa, Hojii Rifeensaa fi Tajaajila Miidhaginaa, akkasumas Qophii Nyaataa dha. Tarkaanfiin kun barattoonni barnoota idilee cinaatti ogummaa hojiif isaan qopheessu akka horatan gochuu irratti gahee guddaa qabaata jedhamee eegama. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! MIIDIYAA @ABDII_SABAA
видео или голосовое, без подписи
Vacancy at Haramaya University
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
#Ramaddii Woytii barnootaa Bara 2019 tiif qophaa'eedha. itti fayyadamaa. t.me/abd16tok
ማስታወቂያ ለፌዴራል ልዩ አዳሪ 2ኛ ደረጃ ት/ቤቶች የ9ኛና የ10ኛ ክፍል ተማሪዎችን ለማስተማር ማስታወቂያ ማውጣታችን ይታወቃል። በዚህም ለ10 ክፍል ተመዝጋቢዎች የተጠቀሰው 95% ወደ 85 % ዝቅ ያለ መሆኑን አውቃችሁ 85% እና በላይ ያላችሁ የ10ኛ ክፍል ተማሪዎች መመዝገብ የምትችሉ መሆኑን እንገልጻለን። ለመመዝገን ይህንን ሊንክ ጥጫኑ፤ https://sbs.moe.gov.et/apply
видео или голосовое, без подписи
Beeksisa #Qacarrii_Barsiisotaa --------------- BBO - Hagayya 04/2018 Qacarrii Barsiisota Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa ; 1)Gosoota Barnootaa Barsiisaniifi 2) Afaanota Biyya Alaa Barsiisaniif Ulaagaalee Qacarrii Guutan Hundaaf: 1- Gosoota Barnootaa: 1. English 2. History 3. Geography 4. Economics 5. ICT 6. Maths 7. Physics 8. Biology 9. C/Ship 10. A/Study 11. Physics Lab. 12. ICT Technician kan barsiisan yoo ta'u, 2) Barsiisota Afaan Biyya Alaa Barsiisan immoo: 1- Arabic Language 2.- French Language barsiisan qacaree Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa 7nitti ramaduu barbaada. Kanaafuu, Barsiisotni fedhii qabdaniifi ulaagaa qacarrii guuttan galmaa'uu ni dandeessan.
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
*5.6. YEROO JIJJIIRRAAN ITTI RAAWWATAMU* 📌 *HAGAYYA 1–7* Aanaalee/Magaalonni Gaaffii jijjiirraa dhiyeessuu / Fedhii barsiisotaa galfachuu 📌 *HAGAYYA 8–12* Barsiisotni online jijjiirraa guutuu 📌 *HAGAYYA 13–15* Aanaan / Bulchiinsi Magaalaa ragaa barsiisonni guutan mirkaneessuu 📌 *HAGAYYA 16* BU’AA JIJJIIRRAA BEEKSIFAMU 📌 *HAGAYYA 17–19* YEROO KOMII 📌 *HAGAYYA 20* Jijjiirraan mirkanaa’ee xalayaan qaqqabuu 📌 *HAGAYYA 21–25* Gara mana barumsaa haaraatti xalayaa qulqullinaa fudhatanii deemuu 📌 *HAGAYYA 26 –* *QAAMMEE 4* Jijjiirraan Keessootu geggeeffama
#Oduu_Gammachiisaa #Moosaajiin_Jijjiirraa_Barsiisotaa_Banameera ✍️ Barsiisonni keenya jijjiirraa hawwiin eegaa turtan baga gammaddan jechuu barbaanna! Liinkiin kanaan seenuun ilaalaa! https://tmis.oeb.gov.et/landing
Barattoonni kutaa 10ffaa mana Barumsa Bultii Addaa Federaalaa dorgomuu ni dandeessu