Alatinostube/አላትኖስቱብ/
СтатистикаBaga Nagaan gara chaanali alatinos dhuftan. Youtube chaana https://youtube.com/@alatinostube?si=F3Xm7jtev2Mtz0kE "Kanaafu akka fedha waaqayyotti qoruumsa kan fudhattan waan gaari hojjecha lubbu keessan waaqa amaanamti Galfata kenna dha" 1 phex. 4:19.
- Последний пост
- 14 авг.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 2
- Всего постов
- 124
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- Категория
- Видео
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 366
- 1/48двое суток
- 419
- 1/72трое суток
- 452
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
Iccitii nama ta'uu Waaqayyoo • Dhaloota Lamaan Iyesuus kiristoos • Kitaaba Qulqulluun Dhaloota gooftaa Lammaffaan nutti himu. 1. Dhaloota barri hin lakkaa'amne. • Haadha malee abba irraa uumama addunyaan dura 2. Dhaloota foonii. • abbaa malee haadha irraa addunyaa fayyisuuf 3. Gooftaan keenya Iyyesuus Kiristoos dhaloota lama qaba • Baasiliyoosii fi Saawiroos “dhaloota lamanitti ni amanna” akkuma jedhan. Kutas 11ffaa https://youtu.be/Z12lOkPNU-M?si=AuT6Gg7i12w2Hq8P
Fakkiiwwan qulqullu ortodoksii Fakkii waaqessitoota Fakkii jibbitoota Fakkui kabajjoota! Kutaa 4ffaa! https://youtu.be/0t8jxm_c-EU?si=e_PUGR64g3p8a3Al
“YouTube Channel” fi “Telegram Channel” barsiisaa Dn Daani’eel Maammoo hunduu “Subscribe /Join” haa taasifannu! Barnoota kanaan dura darban 1. Qoanna kitaaba qulqullu waligala 2. Dubbi amantaa 3. Iccitii sillase 4. Lallaboota 5. Leenjiwwan Kan amma darbaa jiran 1. Hiikka seera uumama 2. Dubbi kiristoos 3. Fakki qulqullu mana kiristiyaana ortodoksi kami!!? Kan darbuuf jiru 1. Hiikka fi qoanna ergaa qulqullu phawuloos gara roometti erge. Seenaa baradha! Chaanali keenya Deggeraa! YouTube — Subscribe — AlatinosTube Telegram — Join — AlatinosTube
Iccitii nama tauu Waaqayyo # Dubbi kiristoos Kutaa 10ffaa Dhaloota Gooftaa isa jalqabaa! Dhaloota Gooftaa keenya Iyyesuus Kiristoos jalqabaa ykn abbaa irraa dhalate ajaaiba hin qoratamu. Faaruu Daawit 2:7:- "Ani naan jedhe: 'Ati ilma kooti, har'an si dhale.'" "'Ani alfaa fi omega dha, inni jiru, inni ture, inni dhufuuf jiru, Inni Hundumaa Danda'u' jedha." (Mul. 1:8). Share subcribe godhaan afeeraa keenya! https://youtu.be/MN1M83d8txY?si=fcOZ8gkGw-WA17LI
Durboo maariyaam guyyaa dilbataattti ni faakkefamti! Guyyaan dilbata guyya boqonatti, adunyaan kunis sababa durbootin boqotteetti! https://youtu.be/SzpCxu8vj3Q?si=Ly5TeJyE8qf3-qu6
https://youtu.be/SidI4FOS-pc?si=_-kq7w4klzkln0yl
https://youtu.be/qVvw9OTzWXo?si=J4G7SDevSgYIDdFH
https://youtu.be/MKd9uSdR1z8?si=kbLVJsXdX8TsAoM6
Durboo maariyaam guyyaa jimaararri fi sanbataatti ni faakkefamti! https://youtu.be/BioIlkounMs?si=IRe1mGjgqVxZj_MO
Durboo maariyaam guyyaa facaasa, roobii fi kamisaatti ni faakkefamti! Guyyaan facasa lafti duudan sanyi malee biqiltu laatte, guyyaa roobi samiin ifa laatte, guyyaa kamisa bishaan lubbu hin qabne lubbuu laatte... Durboonis..... https://youtu.be/OgOLnfUxyB4?si=QHyZ8YuRkR074C90
Durboo maariyaam guyyaa dafinootti ni faakkefamti! Guyyaan dafinoono guyyaa qophiiti. Adunyaan kun kan ishern kireenyaaf qophofte kara durbooti! https://youtu.be/_cE6gIH3Qy0?si=qTXnS9f8GGtY13eT
Durboo maariyaam guyyaa dilbataattti ni faakkefamti! Guyyaan dilbata guyya boqonatti, adunyaan kunis sababa durbootin boqotteetti! https://youtu.be/SzpCxu8vj3Q?si=Ly5TeJyE8qf3-qu6
icciti nama ta'uu waaqayyoo #Dubbii kiristoos #Qaama sadan sillasee Keessa Jechi Waaqayyoo Maaliif Nama ta'e? kutaa 9ffaa gaaffi yoo qabaattan commenti jalatti naaf barreessaa. share comment godhuun chaanali keessan kana jajjabeesadhaa! https://youtu.be/pF8-8GKVNPE?si=XlwYGKtDCQP-OuBB
https://youtube.com/playlist?list=PLCpN4RpBY1o0&si=4a1niQizV48rVj2D
https://youtube.com/playlist?list=PLJR74m38vTvcNsIcqaFkE9tG3DC68YnNg&si=C2VXASRXoyvWiqEQ
https://youtube.com/playlist?list=PLJR74m38vTveNFEHjWKnB649DCAnVv9en&si=jABgCcGw4j1aibR9
Me namoonni caanali kana keessa jirtan namoota meeqatu miseensa youtube alatinostube miseensa ta'e baracha fi jajjabeessa jira? Gara fuula duraatti chaanaliin kun akka guddatuu fi midiyaa afaan oromootiin dhiibba akka geeggessuu qabu kan hawitan hoo meeqan keessani dha? Kana kan gootan hunduu hinaafa mana kiristiyaana kan qabdani dha. Kan fagooti ilaalatani immoo wangeelli akka hin lallabmneef gufuu akka taatanis hin dagatina. Nuti hoji keenya itti fufuu hin dhiifnu. Dhaloonni ni barata! inni har'aa yoo baratu baate iyyu dhaloota dhuufuu irraa abdi qabna! shaloom!
icciti nama ta'uu waaqayyoo # Dubbii kiristoos waloomina gochaa fi fedhaa. kutaa 8ffaa Share subscribe godhaa! https://youtu.be/ru8EXi0mLfE?si=JqdIKpRiE3U0KCQ8
https://youtu.be/vPqDkVIMm7k?si=3lPoF7XhJPbC-lFA
https://youtu.be/HxEvDG2RKrs?si=h8SoIpn7vUkeXsjD