Amar Temam
Статистика- Последний пост
- 12 авг.
- Последнее чтение
- 13 авг.
- Постов за неделю
- 2
- Всего постов
- 81
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 480
- 1/48двое суток
- 550
- 1/72трое суток
- 593
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
https://youtu.be/EmC0uVijuLU?si=psTFVvCbfFQjedv_
https://youtu.be/Oyr_euYt3VA?si=DXAypF8Ww6tYryHO
Gaara Leenci Keessatti Cal'ise Keessatti Adurreen Nugusummmaaf Geeraraa Jirti ** Warri farda Minilik leenjisaa turan hedduun si'iif goota ta'uu malu, anaaf garuu ajj**eestota, weer*artootaafi 'cafcaafii' qofa. Gootota Oromoo osoo hin taane gootota koo jettee gala keen waammachuu dandeessa. Ani kan inni ajje*eses Oromoo waanan ta'eef maqaa waloo kana fayyadamuun kee sirrii akka hin taane ykn seenaa na hataa akka jirtu sitti himuun qaba. Nama na ajj*eese narratti faarsita, waan inni na godhe akkan hin daganne yeroon sitti himu garuu tokkummaa keenyaatu diigama jetta. Bakka meeqatti nu qoodaa sodaatta? Bakka sagalii mitii sagaltamatti haa nu qoodu male hin cal'isu. Na dhukkuba. Dhi*igni bakkee Ganjiitti dhangala'e, mor*mi Calanqootti cirame, duguu-ggaan sanyii Aanolee na dhukkuba. Si'iif seena darbe ta'uu danda'a, anaaf garuu godaannis hin qoorre qofa. Waan tokko yaadadhu, dhum*aatii kanneeniifi heddu booda namoota ati akkan akka gootaatti isaan faarsuu barbaaddutu jira. Gootota koo isaan lafaa si kaasanii si dhaaban, wareegama kumaa kitilaan lafeefi dhii*gaan dhangi'anii biyyaafi ummata kana gadi dhaaban ''alagaa'' fi ''baandaan'' farrajaa, baandota keef maaddii gootummaa dhaabda. Kan kaanii hin beeku, ani garuu asoosama kana dhaloota koo hin dhaalchisu, akakaafi abbaan koo cal'isuun seenaa wal dabarsee gant*oota ol, gootota dhugaa ammoo gadi godheera, ani garuu humnaa fi hamilee kanas hin qabu waanan ta'eef ''gantootaafi weeratoota akka ta'aniin ilmaan koo barsiisa. Falmii bakka biraatti qabnuuf, garee biyya kana ana qofatu ijaare jedhuun falmuuf wabii waammachuu ykn seeneffama waloo isa gahee sadarkaa biyyaaf jecha dhugaa kana cal'isuun eenyummaa kee dagachuu koo sitti hin fakkaatin. Kuni ana Amar Temam ni dhukkubsa. Eeyyeen na dhukkuba. #Amar_Temam@amartemam1133
Gaara Leenci Keessatti Cal'ise Keessatti Adurreen Nugusummmaaf Geeraraa Jirti ** 👇👇👇
https://youtu.be/F5XXLCMS7_I?si=xnO9m34vGcUXimHR
Argitee akka itti biyyoonni dhihaa dubartoota kabajan? Argite akkamitti akka isaan kabajamuu mirga dubartootaa itti mirkaneessan? Akkamitti akka mirgi bilisummaa dubbii kee siif kabajamu argitee? Garaagarummaan yaadaa fi ilaalcha akkamitti akka bakka qabu argitee? Mirgi, bilisummaafi qaroominni isaanii guutee dhangala'u kun si hin ajaa'ibuu? Egaa isaan kana kan waa'een mirga dubartootaa biyyoota Muslimaa nu yaachisee hirriba nu dhorkeera nuun jedhan.
Kunoo 👇 https://youtu.be/WVjMv_17hNA?si=9tbnje1ZztQjnevv
https://youtu.be/WVjMv_17hNA?si=9tbnje1ZztQjnevv
Phaaphaasii sobduu kana argi 👀👇. Godaantonni gara Awurooppaatti dhangala'an baqattoota osoo hin taane weeraartoota ardii kana Islaamessuu fi amantii Kiristaanummaa balleessuu barbaadanidha jedha. Maqaan isaan Athanasius Schneider kan jedhamu yoo ta'u Phaaphaasii dha. Biyyi isaa Kazakhstan yoo ta'u ofii isaatiifuu namni maa garas dhaqa kan jedhu kana Awurooppaa kadhatee lammummaa Jaramanii argate qaba. Yeroo hunda waa'ee godaansaafi Islaamummaa kana wal qabsiisee soba sobuufi farrisuun abbaa amantii morma baasummaan beekamuudha. Baqattuu baqattu jibbitu kadhattuun kadhattuu hin jaallattu jedhama. Wanti inni haasa'u guutuun akkuma warra jibbi Islaamaa ciincessee bobeesu kaanii cal'ifamee waan haasa'amu male waan hundee qabu dubbii ragaa qabuu miti. Namni tokko godaane yoo jedhame inni Muslima baqqaa jechaa lafaa ka'e. Dubbii sobaafi jibbiinsaa isaa kana Daayreektara olaanaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa (WHO) Dr. Tedros Adhanom dabalatee hoggantoonniifi dhaabbileen hedduun balaaleffataniiru. Soba saaxiluu itti fufna, jibba waliin waldhaansoo qabuu hin dhaabnu, dharaafi shira saaxillee eenyummaa fuula shirtotaa agarsiisuu itti fufna. © #Amartemam #Amar_Temam@amartemam1133
Phaaphaasii sobduu kana argi 👀👇👇👇
'Yakkamtootaaf bakki jiru mana hidhaati' Washington quuqamtoota haqaan asheetteetti. DCn sagalee haqaa wal argaa yakka*mtoota waraa*naa Beeniyaamin Netaaniyaahuu fi Doonaald Tiraamp kanneen hafuura du'aafi dhumaatii harganan mormaniin hafuura jireenya baafataa jirti. Ameerikaafi pirojektiin warreen dhihaa baha jiddugaleessaa keessatti argamtu Izraa'il kaayyoo dugu-uggaa sanyii isaanii Fala🇵🇸sxiin, Libaanos, Iraan fi guutummaa naannoo sanaatti babal'suuf waggaa tokkoofi walakkaa qofa keessatti si'a 8ffaaf wal arganii Waayit Haawusitti mariyatanniiru. #AmarTemam
📢 🪧 Qabsoo Haqaafi Namoomaa ✊✊ 🪧🇩🇪 Magaalaaa guddoo Germany, Berlin keessatti waraa*na Ameerikaafi I-zrael Ga*💔zzaafi bakkoota biroo baha jiddugaleessaa keessatti gaggeessan balaaleffachuun hiriirri mormii kaleessa gaggeeffameera. ❤️🩹 🗣️ Hiriirtonn Fala🇵🇸sxiin fi Libaanos 🇱🇧 deeggaruun, waraana isaan irratti gaggeffamaa jiru mormuun sagalee isaanii dhageessisaniiru. #SpiderMedia
'Yakka dhiisaa - Daa'imman ajj**eesuu dhabaa' 🙅♀️ 🎞️ Kuni sagalee haqaa galma yakk*amtootaan guutame keessaa dhaga'ameedha 👀🔊👂 🔴 Finxaa*leyyii bulchiinsa Amrigaa keesaaa tokko kan ta'e leellisaan wara*ana masqalaa Ministeerri Ittisaa Ameerikaa Pete Hegseth waa'ee waraa*aa dubbata, seeneetiin ammoo kaayyoo ajj**eechaa isaafi kan akkasaa guutuuf waa'ee baajata waraanaa doolaara tiriliyoonaan lakka'amuutiif gadi ta'eera. 👉 Jidduutti sagaleen haqaa tokko isaan jidduudhaa dhuk*a'ee dhugaaf tumse. 🗣️ 'Iraaniifi Fala🇵🇸sxiin keessatti daa'immanitti boo**mbii darbachuu dhiisaa! Kun seeraan ala!' #Amar_Temam@amartemam1133
без подписи
без подписи
❤️ Onnee koo irraan isin eebbisa, baga gammaddan jedhan Pirezidaant Erdoğan Shaampiyoonaa Adduunyaa Ispeeniin **** 🏆 Pirezidaantiin Turkiye Recep Tayyip Erdoğan gareen kubbaa miilaa biyyaalessaa Ispeen shaampiyoonaa waancaa addunyaa baranaa ta'uu hordofee ergaa dabarsaniin baga gammaddan jedhan. 🇹🇷🤝🇪🇸 “Gareen Biyyoolessaa Ispeen waancaa addunyaa bara 2026 injifachuu isaaniitiin, onnee koo irraan baga gammaddan jedhaani, maqaa koo, biyya koo fi ummata kootiitiin, michuuwwan keenya ummata Ispeeniif nagaa koo nan dabarsa,” jechuun ergaa baga gammaddanii kana Erdohaan barreeffama waltajjii miidiyaa hawaasaa Türkiye NSosyal irratti qoodaniin dubbatan. © Amar Temam #Turkiye #Spain #champions #lamineyamal
🗣️ Shaampiyoonummaa kubbaan qofa osoo hin taane kan qabsoo haqaafi namoomaatiinis miliyoonotaaf fakkeenya taateetta > Bardem 🎬 Aktarri beekamaan Ispeen Fala🇵🇸sxiin deeggaruun beekamu Javier Bardem, Ispeen Waancaa Addunyaa mo’achuun shaampiyoonaa ta'uu isii hordofuun suuraa Laamiin Jamaal kan inni alaabaa Fala🇵🇸sxiin qabatee jiru maxxansuun akkana jedhe: 🗣️ "Ummattoota mirgi isaanii kabajamuu qabuufiif dhaabbachuun keessan, akkasumas namoota sagaleen isaanii hin dhaga’amneef sagalee ta’uun keessan fakkeenya gaarii ijoollee miliyoonaan lakkaa’amaniif ta’eera. Isin dhugumaan isin qabsaa'ota mirgaa, Shaampiyoonota Addunyaati. 🗣️ Biyya dargaggoonni akka keessanii kun bakka bu'an irraa ta'uu keenyaatti akka nu boonnu waan nu gootaniif galatoomaa." jedheera. © #AmarTemam #Spain #JavierBardem #spain #FIFAWorldCup #SpiderMedia@spidermediaa
Gabaa wixxirfataa kana keessaa onnee nama tokko qofatu tasgabbii uffattee mu'atti 🩵💚🕌🕋🤲🌙 ٱلَّذِينَ ءَامَنُوا۟ وَتَطْمَئِنُّ قُلُوبُهُم بِذِكْرِ ٱللَّهِ ۗ أَلَا بِذِكْرِ ٱللَّهِ تَطْمَئِنُّ ٱلْقُلُوبُ 📖 <"(Isaan) warri amanan, onneen isaanii zikrii Rabbiitiin tasgabbooftuudha. Dhaga’aa! zikrii (faaruu) Rabbiitiin onneen ni tasgabboofti."> (Qur'aana - 13:28) Gaafa isa olii waliin dubbattu, waan dacheerraa dagatta ☝️
Maaleeziyaan lammiileen Izraa'el hatattamaan biyyattii keessaa akka ari'aman ajajje. **** Ministirri Muummee Maaleeziyaa Anwaar Ibraahim lammiileen Izraa’l gariin lammummaa biyya biraa fayyadamuun gara Maaleeziyaa seenaa jiru jedhamuu hordofee deebii kennaniiru. Anwar Ibrahim dhimmicha akka qorataniifi lammileen 'Izraa'il' Malaysia keessatti argaman kamiyyuu hatattamaan biyyaa akka ari’aman dubbatan jedha gabaasni Anadolu. Yakka dugu-uggaa sanyii Izraa'il Ga*💔zzaa keessatti raawwattu irra deddeebiin qeequun kan beekaman Anwaar, Maaleeziyaan biyyummaa Izraa’eliif beekamtii akka hin kennine irra deebiin mirkaneessaniiru. © #AmarTemam #SpiderMedia@spidermediaa
без подписи