tgindex
Amboo University Special School 🏫

Amboo University Special School 🏫

Статистика

#Platform for sharing resources and informations with our students🏫 https://t.me/+YzimIvGBW_k4MTQ0

Последний пост
10 авг.
Последнее чтение
14 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
25
Тип
открытый
Язык
om
Категория
Образование
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
620
+1 за 2 дн.
Сутки
0
0,00%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
530
25 постов
Вовлечённость
85,5%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 25
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
319
1/48двое суток
365
1/72трое суток
394

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • без подписи

  • URGENT! Maatiin keessan Suura tokko barataan suura tokko 3x4 qabatee argamuu qaba.

  • Yaadachiisa : Barattoonni keenya kutaa 12ffaa bara 2019 hundi keessan ergaawwan armaan gadii akka hubattan isin yaadachiisna. 1ffaa. Guyyaa boruu 05/12/2018 eegalee tajaajilli nyaataa waan jiruuf akka fayyadamtan 2ffaa Galmeen keessanis boru walgahii maatii booda bakka maatiin jiranitti waan ta'eefi maatiin waan mallatteessanis waan qabaniif osoo galmooftanii maatii keessan hin mallatteesifatin akka maatiin hin deemne hubachiifadhaa. 3ffaa Barataan kamiyyuu maatii fidee dhufuu baannaan kan hin galmoofneefi galmeenis boruun ala akka hin jirre haa hubatamu. 4ffaa. Barataan kamiyyuu galmeef yemmuu dhufu nagahee kanfaltii qabatee dhufuun dirqama. 5ffaa. Barataan kamiyyuu walgahii irratti waan hirmaatuuf Yuunifoormii mana barumsaa uffachuu,Rifeensa isaa baay'ee baay'ee gadi qabee sirreeffachuu fi maatii qabatee argamu malee mooraa seenuun akka hin danda'amne har'a hubatee of qopheessuu qaba Bakki Walgahii Galma Booranaa Sa'aatiin walgahiin itti eegalu ganama sa'aatii 3:00 Lakk. Akkaawuntii M/B 1000533715935(Ambo University Special Sec. school

  • без подписи

  • 8 авг.340191

    Gadda Laphee nama Cabsu. Barataa mana barumsa keenyaa kutaa 12ffaa bara 2018 kan ta'e b/taa Caalaa Asmaraa barataa qaxalee akkasii du'aan addunyaa kana irraa boqote kan jedhu dhagahu caala waanti laphee nama nyaatu hin? jiru. Waaqayyo lubbuu isaa jannatatti haa qananiisu jechaa Hawaasa MBA Yuun.Amboo, firoottaniifi hiriyoota isaa hundaaf jajjabina hawwina.M/B

  • без подписи

  • Murtaa'eera . Barattoota kutaa 12ffaa bara 2019 hundaaf.Akkuma kanaan dura wal beeksine guyyaan marii maatii barattootaafi guyyaan barnnoonni itti eegalu bifa armaan gadiitiin waan murtaa'eef barattoonni keenyaafi maatiin barattoota kunneenii yeroo fi guyyaa jedhame kabajuun galma Booranaatti akka argamtan irra deebinee isin hubachiisna. Haaluma kanaan 1ffaa Guyyaan marii maatii gaafa 05/12/2019 ganama sa'a 3:00 eegalee galma Booranaatti. 2ffaa. Guyyaan barnoonni itti eegalu 06/12/2019 sa'aatii 2:30tti HUBACHIISA: Dhimma/kana akkuma durii salphistaniu ilaaluun maatii dhiisnee yoo dhufnes turree yoo dhufnes rakkoo hin qabu jettanii yaaddanii akka rakkoo biroo ofitti hin fidne irra deebinee isin yaadachiisna. Guyyaa gaarii qabaadhaa. M/B

  • без подписи

  • Kan mana barumsa keenyaas(Kan MBA Yuun.Amboos) kanuma waan ta'ee murtaa'eef barattoota ulaagaa kana guutan akka galmaa'an odeeffannoo dabarsaa.Guyyaa qorumsaa fi tooftaa qorumsaa kan karaa Waajira barnoota aanaafi Bulchiinsa Magaalaa Amboo kan beekisnu ta'a.Galmeenis kanuma MBBAf galmaa'antu fudhatama waan ta'eef lama galmaa'uun hin barbaachisu..MBA Yuun.Amboo.Ulaagaan taa'e kan armaan gadiiti.

  • Beeksisa Ulaagaa Simannaa MBBA.PDF

  • без подписи

  • 🎉 Congratulations to Our Outstanding Student! 🇪🇹👏 We are proud to congratulate our student, Moti Niguse, for representing Ethiopia at the Pan-African Informatics Olympiad (PAIO) 2026 in Kigali, Rwanda and achieving a medal in this prestigious competition. Your dedication, hard work, and passion for field of Informatics have brought pride to your school, community, and our nation. This remarkable achievement inspires many young minds to pursue excellence in STEM. Congratulations once again on this well-deserved success! 🇪🇹 #PAIO2026 #STEM #ComputerScience #Informatics #Ethiopia #YouthExcellence #AddisCoder https://www.linkedin.com/posts/rwanda-olympiad-foundation_paio2026-competitiveprogramming-informatics-activity-7488809424191434752-laia?utm_source=share&utm_medium=member_desktop&rcm=ACoAADZU4joBjFG3wDDUREWB299MWzhO3wivdMU

  • Ergaa atattamaa Barattoota kutaa 11ffaa gara 12ffaa tti dabartan hundaaf.Duraan dursee baga barnootaa 2019 nagaan geessan jechaa, akkuma beekkamu milkaa'ina qormaata xumuraa kutaa 12ffaaf barattoota keenyatiif baatii tokko kaalaandarii barnootaa dursinee gara mana barumsaatti deebisuun isa tokko ta'uu waan hubanneef akkuma baroota sadan darbaniibara kanas isinis torbee dhufu/torbee dhufutti aanee torbee jirutti mana barumsaatti isin deebisuuf qophiirra waan jirtuuf isinis kana beektanii qophiilee armaan gadii akka taasistan isin beeksisa.Isaanis:- 1ffaa.Meeshaalee barnootaa kutaa sanaaf isin barbaachisu qopheeffachuu 2ffaa.Bara kana bifa adda ta'er hojii baruu barsiisuu waan eegalluuf barataan kamiyyuu maatii isaa waliin malee qophaa isaa dhufee gonkumaa galmaa'uu hin danda'u 3ffaa.Akkuma kanaan dura isiniin jenne Maatiin walgahii guyyaa walakkaa waliin gaggeessinee guca walii galtee mallatteessee galus waan qabuuf barataan maatii qabatee hin dhufne galmaa'uus barnoota itti fufuus akka hin dandeenye hubadhaa. 4ffaa.Barataan guyyaa barnootaa jalqabaa dareetti hin argamne sababa kamiinuu manni barumsaa kan hin keessummeessine taa'uu 5ffaa.Naga'ee kanfaltii galmee qabatee dhufuu qaba. 6ffaa Maatiin qabattanii dhuftan abbaa,haadha qofa ta'a. GUYYAA waamichaafi wal walgahii kan isin beeksisnu yemmuu ta'u guyyaa jedhame duras ta'ee booda barataas ta'ee maatiin dhufe fudhatama hin qabu.M/B.

  • https://t.me/bekatutors/161

  • Naannoo Oromiyaatti Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaa Bara 2018 Ifoome. #Qabxii_Qormaataa ilaallachuuf #Liinkii asii gadii banaa! https://oromia6.ministry.et/#/result https://t.me/Abdii_oromoo https://t.me/Abdii_oromoo https://t.me/qubeeacademy https://t.me/qubeeacademy

  • Barattoonni ragaa barnootaa fudhachuuf nu gaafachaa jirtan hundi keessan kanneen akka companssionf,Kanneen qabxiin keessan gadi bu'ee gaggeessituu fudhattan,kanneen SIT tti apply gochuuf gaafachaa jirtan hundi gaafa Wiixataa (20/11/2018) waaree dura isiniif kennuuf waan karoorfannee jirruuf suura 3x4 lama,Waraqaa Eenyummaa mana barumsaa fi kitaaba galchuu keessan ragaa agarsiisiu qabattanii waaree dura akka dhuftan isin beeksisna. M/b

  • 14 июл.1 0181

    Barattoonni keenya carraa kanatti dursaa fayyafamaa.Odeeffannoo waliigalaa immoo barattoota keenya achi jiran irraa fudhachuu dandeessu.Carraa gaarii.

  • 13 июл.1 0157

    без подписи

  • 13 июл.1 00812

    Good News For Grade 12th students, I am officially sharing this great news from SIT, Shagar Institute of Technology, for the upcoming 2026/2027 academic year. SIT offers distinct, internationally aligned 4-year bachelor’s degree programs in pioneering fields, including Artificial Intelligence (AI), Space Science and Engineering, Electrical Engineering, Mechanical Engineering, Nuclear Engineering, and Biotechnology. Our curriculum is delivered through a high-quality hybrid model, featuring world-class professors from prestigious US universities teaching alongside qualified local faculty to provide both rigorous academic instruction and hands-on laboratory experience. To ensure a holistic evaluation, our admission committee focuses on the following criteria: ✅Target Group: Current Grade 12 students with a strong passion for technology, innovation, and community impact. ✅Academic Profile: Excellent performance in Grade 11 and 12 mathematics and science courses. We recognize the rigorous grading systems of top boarding and STEM schools, and look beyond rigid percentile thresholds to evaluate true potential. ✅Documentation: Applicants must submit their Grade 11 and Grade 12 high school transcripts. Please note that 12th-grade national exam (EHEEE) results are not required at the time of application and can be submitted once released. SIT is fully committed to student success and accessibility. We offer comprehensive scholarships that allow qualifying students from any economic background to attend at no cost, as dormitories, gymnasiums, dining services, equipped libraries, laundries, laboratories and much more are included within the scholarship.  Detailed application procedures can be found directly on our portal at https://sitedu.info/admission. Thanks, Shagger Institute of Technology (SIT)

  • #Urgent Barattoota M/B Keenyaa Kutaa 12ffaa Maraaf.Duraan dursee baga jala bultii qorumsaa geessan jechaa, sababa Yuunivarsiitiin hojii hatattamaaf dirqama bakka birootti na ergeef isin biraa dhabamuu koof akka natti dhagahame isiniif ibsaa guyyaa boruu(25/10/2018) waaree booda sa'a 9:00 eegalee doormii akka galtan waan walii galleef harcaatii tokko malee sa'aatii 8:30tti karra fuulduratti argamtanii b/sa Salamoon waliin akka seentan ergaa isiniif dabarsaa waantota qabattanii seenuuf eeyyamamu qofa qabattanii akka seentan isin hubachiisna.Keessaayyuu National ID,Admission card w/eenyummaa m/b Yuunifoormii ansoolaafi huccuu boraatii akkasumas huccuu halkanii .Hubachiisa Naamusni baay'ee murteessaa ta'uu hin dagatinaa.Carraa gaarii. Milkaa'aa M/b Hubachiisa:Yuunifoormiin uffatamee akka seenamu hin dagatinaa.