tgindex
WALALOO AFUURAA

WALALOO AFUURAA

Статистика

“Gatii malee fudhattanii gatii malee kennaa!” (Mat.10:8). Channel kun kan banameef kennaa qabnuu walaloo fi Faarfannaa haaraa fi kan duraanii gatii malee tajaajila kennuudha!

Последний пост
14 авг.
Последнее чтение
15 авг.
Постов за неделю
8
Всего постов
26
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
15 163
+32 за 4 дн.
Сутки
+27
+0,18%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
977
26 постов
Вовлечённость
6,4%
к подписчикам
Постов в день
1,1
всего 26
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
134
1/48двое суток
153
1/72трое суток
165

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • https://youtu.be/C535P4zyFcg?si=Fyg85-r6KuMzwTI7

  • https://youtu.be/jpL1tt-dnvI?si=hoQFbpSWJbg65gfu

  • Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇

  • 🚨🚨Faaruu buhee (debre taabor) argachu ni barbaddu? Eega faaruwwan buhee argachuuf Bakka ADD jedhu tuqun Dhaggeffadhaa👇👇👇👇

  • ✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇

  • 13 авг.4удалён 14 авг.

    Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇

  • 13 авг.7удалён 14 авг.

    ✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇

  • 13 авг.14удалён 14 авг.

    Filmii Waregamtoota Liibiyaa Afaan Oromotin Qopha'ee  Channel Asiin Gadii jOin Gochuun Argadha👇👇👇 🥰Channel afaan oromoo🥰

  • 13 авг.32удалён 14 авг.

    Ijollen ortodoksi qofaf °°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°° ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ _ Ijollen ortodoksi qofaf °°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°° ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ Ijollen ortodoksi qofaf °°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°° ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ _ Ijollen ortodoksi qofaf °°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°° ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️

  • 13 авг.8удалён 14 авг.

    Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇

  • 13 авг.13удалён 14 авг.

    Isin Ortodoksi dha❓

  • 13 авг.15удалён 14 авг.

    ✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇

  • 13 авг.20удалён 14 авг.

    Filmii Waregamtoota Liibiyaa Afaan Oromotin Qopha'ee  Channel Asiin Gadii jOin Gochuun Argadha👇👇👇 🥰Channel afaan oromoo🥰

  • 13 авг.26удалён 14 авг.

    🚨🚨Faaruu buhee (debre taabor) argachu ni barbaddu? Eega faaruwwan buhee argachuuf Bakka ADD jedhu tuqun Dhaggeffadhaa👇👇👇👇

  • https://youtu.be/Z4UM2A4K7KM?si=LREryJ4xUZeQgBnC

  • 11 авг.3533из WalalooAO

    Up on Gideon's story እኛን ወገኖቹን የሚጠብቀን በ #ሳሙኤል_Dereje Join my Telegram Channel for more Spiritual poem!!!🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻 @WalalooAO

  • 11 авг.380511из WalalooAO

    Abuyee abbaa koo Abuyee abbaa koo abbaa kennaaf sugaa Waadaan kan kee harras diinarraa nu eegaa Wareega Aqleesiyaan dhalatte gaaf sanii Kennaa addaat taateef ati Simi'oonii Daa'ima dhabanii kadhaan kan turanii Hayyama waaqaatiin Aabboo argatanii Addunyaan ifeeraa gammachuun nu guutee Araara fiddaafii waaqa kee kadhattee Biyya addaan kuttee marfamtee Leencaanii Zuqwaalatti dhuftee hayyama waaqaanii Waggaa dhibba guutuu teessee bishaan keessaa Waadaan Ati qabduu har'aa nu fayyisaa Biyya kan koo jettee takkaa duuban laallee Maqaa kee qabannee gara tsiyoon gallee Nu gidduutti fiddee kadhaa keen jaalalaa Afuura qulqulluuf taate tajaajilaa Kabajaan kee addaa kan aduurra ifuu Ilmaan kee gara kee harrallee ni dhufuu Meeqa isaaniitii warri siin mormanii Waaqat si kabajee hayyama isaanii Maqaa keen dhiyaatee bishaan qorraan harraa Isa dhukkubsatee fayyisaatii jiraa Tsabala kee deemuun hedduutu hiikkamee Fayyinni amantaa maqaa keen argamee Abuyee abbaa koo Abuyee jedhanii Ilmaan Addaam marti tasa hin kufanii Dura waaqaa jirtaa Waaqa nuuf kadhattaa Araara Waaqarraa ilmaan kee badhaaftaa Gebremenfesqiddus kan gooftaan waammatee Akka isatti amannuuf daandiisaa labsitee Ammas ni watwaannaa beekuudhaan waa'ee kee Si'iin kadhachuudhaaf dhufneerra dura kee @WalalooAO

  • 9 авг.5322030из WalalooAO

    Sooma Filsataa Bartoonni gooftaadhaa soomanii soomichaa Yaa haadha Waaqayyoo nuuf muul'adhu jechaa Kanaaf nutis soomnaa subaa'ee qabannee Sooma Filsataa kana bifa addaan kabajnee Yoo boqotte sana haati Iyyesuusii Arguu barbaadneetoo akka Yohaannisii Muka jireenya Jala turullee foon kan kee Atis du'aa kaatee akkuma ilma kee Ji'a amajjii keessa ta'us boqonnaan kee Ji'a hagayyaatti ni sooman sooma kee Toofoniyaas lolus humnan qabu tasaa Ergamaan Gabri'eel ni kuta harkasaa Gubuu barbaadanis foon dubree Maariyaamii Humni Waaqa moo'u maaltu jiraa kamii Amantaan ta'anii boo'anii gaddanii Torbee lammataatti foon kee argatanii Geetesemaaniitti foon kee awwaalanii Garuu siin Maariyaam si hin moonee duunii Toomaas qulqulluutti ulfinaan muul'attee Mallattoo kafana sabbatta kee laattee Guyyaa sadi booda kaatee ulfinaanii Akka ilma keetii faaruuf ililleenii Ol baate samiitti du'a injifattee Warqeedhaan faayamtee ilma kee kadhattee Geetesemaan deemanii ilaalanis awwaalchaa Boolli duwwaa jiraa isaan dhaban jechaa Garuu Toomaas mallattoo itti agarsiisee Du'aa ka'uu Maariyaam bartootasaaf ibsee Ammas ulfina kee arguuf ol bahuu kee Subaa'ee qabatan bartootni ilma kee Si argataniiruu hedduu gammadanii Waaqayyos argamee hayyama isaanii Akkamiin duuti immoo si mootii Maariyaamii Ilmi kee mootiidhaa bitaa lafaaf samii Ilmi harkaa qabaa du'aa fi jireenyaa Kanaaf si faarsinaam Maariyaam haadha keenyaa Nutis harran soomnaa baay'isnee gammadnee Sa'aataatiif Maahileetii cimneetoo dhaabbannee Gaabbiin qulqulloofnee ol seennee mana kee Raajii kee dhageenyaa Maariyaam waa'ee kee Kidaaniif Qiddaaseen Waaqayyoon faarsinaa Osoo si'iin qabnuu Maariyaam maal dhabnaa Hiikoo Qiddaasee fi hiikoo galata keenii Si waamna ol kaasnee Maariyaam Maariyaam jennee Kadhannaaf boohichaan amantoonni si waamuu Uumama keessaahis hoomtuu siin hin mormuu Nutis agarreerraa Isa Toomaas argee Ilma keetu giiftii cubbuurraa nu eegee Dhiiga ilma keetii Maariyaam ni soorannaa Foon sirraa fudhateeniis jireenya argannaa Bara baraan taanaan Maariyaam si hin gannuu Kadhaan kee haa suphuu qaawwaa nuti qabnuu Samuel Dereje @WalalooAO

  • 4 авг.8455из Tajaajila

    Share 'BUHEE FI UUMMATA OROMOO(1).pdf'

  • https://youtu.be/aafylF8QIfs?si=a9x_RAdG1IZbQR2a