tgindex
Artist Ararso sammaan

Artist Ararso sammaan

Статистика

Odeeffannoo haarawaa argachuuf as kootta

Последний пост
29 авг. 2025 г.
Последнее чтение
15 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
22
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
15 авг.
Подписчики
157
0 за 1 дн.
Сутки
0
0,00%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
99
21 постов
Вовлечённость
63,1%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 22
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
1/48двое суток
1/72трое суток

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • 29 авг. 2025 г.793из Walaloon_Jaalala

    Jaalala Ganeera Akkan abdiin sin eegneef Abdiikoo dhaamsiteetta Akkan kan biraa hin laalleef Qaroo koo jaamsiteetta Balbala onnee kootii Jaalalaan saamsiteetta Ati deemteetta hin dhuftu Onneen koos ormaa hin kuftu Ati sichi kankoo hin taatu Onneen koos durba biraatti hin naatu Kanaafuu... Ganda jaalalaa keessaa Godoo koo butadheera Akkan durba hin jaallanneef Garaa koo kutadheera! Egaa... Atis booda deebitee Onnee koo rafte hin kaasin Achumarraan fagaadhu Dhuftee garaa na hin raasin Faallaa ta'ee jiraachuuf Daandii haaraa baneera Kana booda hin danda'u An jaalala ganeera! ✍️ Martinaan S @Walaloon_Jaalala

  • https://t.me/ararsosammaan

  • 27 авг. 2025 г.724из Walaloon_Jaalala

    Ganamaa, Dhaamochan fafeen aduuf sagada Yoo duumessaa'u fuulat na bada! Jechaanis gochaanis jibbasaan ibsa As deemee-achi dhaqeen irraa of tiksa! Yoo guyyaa'u, Aduun barii hawwe firrikoo ganamaa Amma diinakoo ta'eet anatti banama Kanin barii faarse deebi'een arrabsa Ammas jechaaf gochaan hammeenyasaan labsa! Amma egaa, Bariitu dhaamochi guyyaatummoo aduu Silaa akka uume, raawwatee hinbaduu, Dhugaa kana haalee kanin diinomsu fayyaa Kankoo malli maali, anaaf akkam wayya? #3Dtiin, @Walaloon_Jaalala

  • 27 авг. 2025 г.57из Walaloon_Jaalala

    An... Egeree koofan of xaarsa Tamboo miti aariin aarsa Somba in gubu yeroo malee Onneen baasa mixii qalee An... Obsa fixee of jalaa yoon du'e Kaayyoo kootu bishaan bu'e Eee... Jarjaraan re'ee horaaree Waaqni abdii koo dhoraaree Abjuu koofan dachaa kaadha Abdii boriin har'a nyaadha Galaan baadha🫰 Bor... Imala koon fiixaa baasaa Abubbi koo an nan raasa Raaseen keessaa dhadhaa baasa Dhamasaan gad dhangalaasa Abdi kutannaan kolaasa👌 Malee tattaaffii koo in quucarsu Egeree koo an hin nyaarsu Obsanii qaalloomu yaale Qalbiin koo yoom kana haale Galgala... Teessoon lukkuu bar qooxiidha Anis ofii koof mootiidha 👌 Durumatti © Kenbon Ab

  • 27 авг. 2025 г.50из afanoromofana

    Walitti hidhamiinsa Afrikaa dhugoomsuuf miidiyaaleen ga’ee guddaa qabu – Dooktar Laggasaa Tulluu Finfinnee, Hagayya 21, 2017 (FMC)- Walitti hidhamiinsa Afrikaa dhugoomsuuf miidiyaa fi kominikeeshiniin ga’ee guddaa qaba jedhan Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Dooktar Laggasaa Tulluu Yaa’ii 15ffaan Waldaa Kominikeeshinii Baha Afrikaa mata duree “Miidiyaa fi Kominikeeshinii Walitti hidhamiinsa Afrikaaf” jedhuun Finfinneetti taa’amaa jira. Dooktar Laggasaa Tulluu wayita kana akka ibsanitti, Itiyoophiyaan walitti hidhamiinsa ardichaa dhugoomsuuf bu’aaraalee misoomaan,… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/walitti-hidhamiinsa-afrikaa-dhugoomsuuf-miidiyaaleen-gaee-guddaa-qabu-dooktar-laggasaa-tulluu/

  • 27 авг. 2025 г.52из afanoromofana

    Kooriyaan Kibbaa barattoonni manneen barnootaa keessatti bilbila akka hinqabanne dhorkite Finfinnee, Hagayya 21, 2017 (FMC) – Kooriyaan Kibbaa barattoonni barnootarra utuu jiranii bilbila akka hinfayyadamne seera dhorku raggaasisteetti. Seerri kun bara faranjootaa 2026 hojiirra ooluu eegala jedhameera. Seerichi kan ba’e ijoollee fi daa’imman araada bilbilaaf saaxilamuun qorannoon waan mirkanaa’eef barattoota araada kanarraa eeguuf akka ta’e himameera. Seera-baastonni, maatiiwwanii fi barsiisonni biyyattii bilbilli yeroo barattootaa saamuun… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/kooriyaan-kibbaa-barattoonni-manneen-barnootaa-keessatti-bilbila-akka-hinqabanne-dhorkite/

  • https://t.me/autogfts_bot?start=_tgr_BnvZyHxkZDc0

  • https://t.me/StarTonExchangeBot?start=_tgr_HizMMTk5NWM0

  • Mee isa kana isin Hundinuu xuqaa mee

  • https://t.me/SwapStarsTeleGramBot?start=_tgr_3YF6mf45YTU0

  • https://t.me/StarExTonBot?start=_tgr_EfzF2WszYjI0

  • https://h5.2cm.top/go?i=zsqvae_6607478041_copy

  • Mul'anni  dhugoomu, gatii baasuu gaafata! ~ Guyyaa tokko dargaggeessi tokko, namicha beekamaa Girikii Sooqiraaxas jedhamu bira dhaqe! Akkuma beekamu Sooqiraaxas seenaa Girikii keessatti nama beekamaa fi hojiin isaa fiixaan ba'iinsa qabudha.  Dargaggeessichis akkamitti akka Sooqiraaxas fiixaan ba'iinsa argatee fi beekamuu danda'e gaafate. Sooqiraaxasis dargageessichaan dhoksaa mikaa'inakoo sitti himuu nan danda'a jedheen. Sana booda dargaggeessicha fudhatee naannoo laga ta'eetti geesse! Lagicha bira wayita ga'initti akkas jedheen. Sooqiraaxas namichaan. "Amma dhoksaa fiixee milkaa'insa koon sitti hima waan ta'eef, sirriitti na dhaggeeffadhu". Dargaggeessichis, "Tole!" Jedhee dhaggeeffachuutti ka'e. Sooqiraaxas mataa dargaggeessichaa qabee, bishaan keessa seensise! Humnaan bishaanichuma keessa osoo dargaggeessichi ba'uuf wixxiffatuu daqiiqaa muraasa bishaanichuma keessatti gadi qabee tursiise. Dhuma irratti erga dargaggeessicha gadi-dhiisee booda gaaffii akkas jedhu gaafate. "Amma yeroo morma kee oliin bishaanicha keessa, turte maal hawwaa turte?" Jedhee gaafate. Dargaggeessichis  hafuura guddaa baafachaa, " humnaa olitti waan ani hawwaa ture yoomumman ba'ee qilleensa fudhadha? Jedheen hawwaa ture!" Jedhee deebiseef! Sana Sooqiraaxas dhoksaan fiixaan ba'iinsa kootii kanuma ittiin jedhe. "Dargaggeessichi maal jechuudha?" jedhee deebiseef! Sooqiraaxas ammoo, "Akkuma yeroo bishaan keessa turte hawwii guddaan qilleensa hawwaa turte osoo,  fiixaan ba'iinsas hawwitee bira ga'uuf wixxiffattee!" Jedheen #Walumaa-galatti, gatiin nuti mul'ata keenyaaf baasnu  galma ga'iinsa mul'ata keenyaaf murteessaadha. Gatiin nuti mul’ata keenyaaf baasnu galma ga’iinsa mul’ata keenyaaf murteessaadha. Har’a jechuun immoo boru miti. Wanta imimmaaniin 😭 facaaftu kolfaa 😂 immoo haammachuu dandeessa. Inni guddaan abdii hinkutiin. Gaafa abdii kutteefi deemsa dhiifte akka duute beeki. Hamma hafuura baafatutti tattaaffadhu. Guyyaan darbe, nan dulloome, fayyaan dhabe, firaafi qarshiin dhabe jette karaa hindhaabbatiin. Namni yeroo to’achuu hindanda’u, garuu yeroo keessatti hojii hojjeta. Rabbiin garuu yeroo duubaafi fuulduratti butuu danda’a. Isa darbe karaa duubaa si qaqqabsiisuu, isa fuuldura immoo asi siif dhiyeessuu danda’a. Rabbiin humna, bara, yeroofi fayyaakee nyaatame iddootti siif haa deebisu. Jireenyikee jireenya hiika hinqabneefi akkanumaan hinta’iin. Rabbiin waan hunda siif haaressu! Jabaadhu 💪 obboleessa/tti koo, waan hundumtuu nidarba. Hamma jirrutti aarsaa fi dorgommii gaarii haa goonu! Via kanan dubbisee irraa Halkaan gaarii qabadha 👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾 By Sharif Dina Mumed

  • Payment Request Amanr-97562 has requested 50 USDT payment. Tap this link to pay. https://s.binance.com/u1aeOizQ

  • https://t.me/c/2531095019/42

  • https://t.me/Ofsanalam_bot?start=_tgr_g7cRhKVhNTE0 join godhe nama harawa add godhuun badhaasa argadha

  • https://t.me/Ofsanalam_bot?start=_tgr_g7cRhKVhNTE0 join godha badhaasa argadha

  • Channel photo updated

  • https://www.binance.com/activity/trading-competition/traders-league-june-2025?ref=1046025921

  • без подписи