ARSI UNIVERSITY INFORMATION
СтатистикаQormaata Arsi University mid, final fi information gibbii freshman irraa hanga GC nubiraa argattu! Channel keenya kana join godhuun nu hordofaa! https://t.me/arsiuniversityinfo
- Последний пост
- 3 мая
- Последнее чтение
- 13 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 28
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- Категория
- Образование
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- —
- 1/48двое суток
- —
- 1/72трое суток
- —
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
ARSI UNIVERSITY INCLUSIVENESS FINAL EXAM 2017
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
ARSI UNIVERSITY MORAL FINAL EXAM 2017
видео или голосовое, без подписи
ODUU AMMEE Ayyaanni Iid al-Fixrii Jimaata oola. Ji’i Shawaal har'a waan hin mul'atiniif, ayyaanni Iid al-Fixrii waggaa1447ffaan iftaan, jechuun Jimaata kabajamee oola. Miidiyaa Abdii Sabaa Hordoftoota amantaa Islaamaa hundaan baga nagaan isin gahe jechaa ayyaanni kun kan Nagaa,kan Jaalalaa fi kan Barakaa akka isiniif tahu hawwa. IID MUBAARAK!
#Update #ExitExam Gadhiifamee jira !! Akkuma galgala isin beeksifne odeeffannoon muraasni mullachaa turan akkuma argisiisu barattootni baayyeen bu'aa isaanii qormaata bahiinsaa walakkaa waggaa 2018 ilaallachaa kan jiraniidha. Dhimma kana ministeerri barnootaa gad bahee ifatti ifoomsuu baatuus barattoonni hangi tokko Yuunivarsiitii gara garaa irraa ilaallatanii kan jiran tahuu adda baafnee jirra. Garuu ammatti website san barattoonni baayyeen yaalaa jiran sababa ta'eef biizii dha. Bu'aan kun dhaabbilee mootummaa fi dhuunfaas ni dabalata. Kanaaf obsaan akka yaaltanii akka bu'aa keessan ilaallattan isin beeksifna. Bu'aa gaarii hunda keessaniif hawwina. Link 👇👇 https://result.ethernet.edu.et/ Odeeffannoo barnootaa qofa bakka tokkotti argachuuf @Abdii_Sabaa_University hordofaa! SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 🌐 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 🌐 🌐 www.facebook.com/AbdiiSabaaFb 🌐 🌐 https://youtube.com/@abdiisabaamedia 🌐
List of Top Public Medical Colleges 1. Addis Ababa University (Tikur Anbessa Specialized Hospital, (TASH) housed at College of Health Sciences and Veterinary Teaching Hospital (VTH), located at Debre Zeit Campus, ) 2. Adigrat University ( College of Medicine and Health Science; Adigrat, Tigray, Ethiopia) 3. Arba-Minch University (College of Medicine and Health Sciences Arba Minch, SNNPR, Ethiopia) 4. Arsi University (College of Health Sciences Assela, Ethiopia) 5. Bahir-Dar University (College of Medicine and Health Sciences (BDU-CMHS) Bahir Dar, Ethiopia) 6. Debre Tabor University (College of Medicine and Health Sciences) 7. Debra Tabor, Ethiopia 9. Gondar University (College of Medicine and Health Sciences (CMHS) Gondar, Ethiopia) 10. Haramaya University (School of Medicine, Harer, Ethiopia) 11. Hawassa University (School of Medicine Awasa, Ethiopia) 12. Jigjiga University (Medicine and Health Science College, Jijiga, Ethiopia) 13. Jimma University (School of Medicine. Jimma, Ethiopia) 14. Mekelle University (School of Medicine, Mek’ele, Ethiopia) 15. Wachamo University (school of medicine and health, Hossana, Shewa, Ethiopia) 16. Wolkite University (College of Medicine & Health Science Gubrei, Wabe Bridge, Ethiopia) 17. St Paul’s Hospital Millennium Medical College, Addis Ababa
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи