- Последний пост
- 12 авг.
- Последнее чтение
- 14 авг.
- Постов за неделю
- 1
- Всего постов
- 42
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 30
- 1/48двое суток
- 34
- 1/72трое суток
- 37
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
Bu'aan Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa bara 2018 yoom ifooma? Yeroo ammaa kanatti ifatti odeeffannoon bahe jiraachuu dhabuyyuu, maddeen garaa garaa irraa odeeffannoowwaan waa'ee guyyaa ifoomuu bu'aa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 akka ibsanitti; Bu'aan qormaata biyyaalessaa bara 2018, Fulbaana 5 dura akka ifoomu ibsameera. Barattoonni karaa AI qormaata hojjetanis bu'aan isaanii 100% akka haqamu ibsameera, kana adda baasuufis hojimaata mataa keenya hojiimaata mataa keenyaa hojii irra oolchineerra jedhaniiru. Kanas qormaata bahumsaa irratti hojii irra oolchanii akka tures himameera. Kunis qabxiin barattoota hedduu haqamuuf sababa ture. Dhimma kana irratti odeeffannoo guutuu kan isin biraan geenyu ta'a! Channel keenya hordofaa! ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ
Gosoonni Barnoota Ogummaa Haaraa 11 Bara Barnootaa 2019 Irraa Eegalee Hojiirra Oolan Ifoomfaman! Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa bara barnootaa 2019 (A.L.I) irraa eegalee barattoota kutaa 11ffaaf gosoota barnoota ogummaa fi hojii haaraa 11 hojiirra kan oolan ta'uu ifoomsuun, biirooleen barnootaa naannoolee fi bulchiinsa magaalotaa qacarrii barsiisotaa dabalatee qophii duraa barbaachisaa ta'e hunda akka taasisan qajeelfama dabarseera. Akkaataa kallattii pooliisiin barnootaa fi leenjii haaraan barnoota ogummaa sadarkaa duraa irraa eegalee hammachiisuuf kaa'een, marsaa lammaffaaf gosoota ogummaa 11 hojiirra oolan kanaaf qophiin sirna barnootaa, moojuulli barattootaa fi qajeelfama barsiisotaa guutummaatti xumuramuun isaa ibsameera. Gosoonni barnoota ogummaa 11 bara 2019 irraa eegalee hojiirra oolan kunniinis kanneen armaan gadiiti: Teeknoloojii Sibiilaa (Metalwork Technology), Teeknoloojii Awutoomootiivii (Automotive), Teeknoloojii Uffannaa (Garment), Dirirsa Sarara Ibsaa Gamoo, Hojii Ujummoo Bishaanii(Plumbing), Misooma Sooftiweerii (Software Development), Oomisha Midhaanii, Tajaajila Kunuunsa Fayyaa, Tajaajila Hoteelaa, Hojii Rifeensaa fi Tajaajila Miidhaginaa, akkasumas Qophii Nyaataa dha. Tarkaanfiin kun barattoonni barnoota idilee cinaatti ogummaa hojiif isaan qopheessu akka horatan gochuu irratti gahee guddaa qabaata jedhamee eegama.
без подписи
без подписи
#Computer science Computer science'n department akkamiiti❓ 💻 Computer science'n barnoota damee teeknooloojii ta'ee wantoota kompiitaraan walqabatan irratti Kan xiyyeeffatuudha. 💻 Computer science'n yeroo baayyee dameewwan barsiisuu, qorachuu, fi hojiiwwan saayinsii kompiitaraa fi dameewwan kanaan walqabatan irratti kan xiyyeeffatuudhuudha. Computer science keessatti Koorsiiwwan armaan gadiitu kennama: 💻 Software development 💻 Computer system 💻 HARDWARE 💻 Artificial intelligence (AI) 💻Data science 💻 Cyber security 💻 Akkasumas Koorsiiwwan biroo hedduu kan kompiitaraan walqabataniidha. ➡️Sagantaa barnoota digirii jalqabaaf computer science'n waggaa meeqa fudhata? 🟢Damee Engineering jalatti kan ramadamu ta'ee duraan waggaa 4 kan fudhatu ture, amma garuu freshman dabalatee waggaa 5tti dheerateera, . 📚Barattoonni computer science akkuma barattoota SOFTWARE ENGINEERING wanta dirqama beekuu qabantu jira innis programming language dha. 💻 Barataan computer science baratu tokko gosoota barnootaa Programming Language armaan gadii fudhachuu fi beekuu qaba. 💻C+ 💻JAVA 💻JAVASCRIPT 💻CSS 💻C# 💻PYTHON 💻HTML ➡️Namni digrii computer science'n eebbifame hojii akkamii hojjechuu danda'a? 🟢Barataan digrii computer science'n eebbifame tokko hojiiwwan armaan gadii irratti hundaa’uun baankii dabalatee dhaabbilee mootummaa fi dhuunfaa adda addaa armaan gadii keessatti hojjechuu ni danda’a. 🖤 Data Scientist/Analyst 🖤 Database Administrator 🖤 Network Administrator 🖤 Systems Analyst 🖤 Cybersecurity Analyst 🖤 IT Consultant 🖤 Machine Learning Engineer 🖤 Artificial Intelligence Specialist 🖤 Cloud Computing Engineer 🖤 Quality Assurance Tester fi kkf dha Namni computer science'n eebbifame tokko salphaamatti hojii COMPUTER'n walqabatu tokko hojjechuu danda'a😎. ➡️ 💸 Namni computer science'n Eebbifame tokko Galii hammamii argachuu danda'a😋❓ 💻 Namni computer science'n Eebbifame tokko yeroo ammaa kana ji'atti qarshii kuma 6 hanga kuma 15 fi isaa ol kan argatu yoo ta'u, iddoodhaa iddootti garaagarummaa qaba. Kana malees hojii idileetiin ala hojii mataa keetii hojjechuu waan dandeessuuf galii baayyee gaarii argachuu danda'a. 💻Kun ibsa gabaabaa waa'ee computer science ti. Yeroo itti aanu maal siniif hojjennu . Comment Jala ka'aa Join 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/Oromiastudent_s https://t.me/Oromiastudent_s Join 👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/knowledgy_hub https://t.me/knowledgy_hub
Beeksisa #Qacarrii_Barsiisotaa --------------- BBO - Hagayya 04/2018 Qacarrii Barsiisota Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa ; 1)Gosoota Barnootaa Barsiisaniifi 2) Afaanota Biyya Alaa Barsiisaniif Ulaagaalee Qacarrii Guutan Hundaaf: 1- Gosoota Barnootaa: 1. English 2. History 3. Geography 4. Economics 5. ICT 6. Maths 7. Physics 8. Biology 9. C/Ship 10. A/Study 11. Physics Lab. 12. ICT Technician kan barsiisan yoo ta'u, 2) Barsiisota Afaan Biyya Alaa Barsiisan immoo: 1- Arabic Language 2.- French Language barsiisan qacaree Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa 7nitti ramaduu barbaada. Kanaafuu, Barsiisotni fedhii qabdaniifi ulaagaa qacarrii guuttan galmaa'uu ni dandeessan. Tolaa Bariisoo Gadaa 💠
без подписи
Hanga Ammaatti Barattootni Kuma 4 Ol Ta'an Galmaa'an. ---------------------- BBO - Hagayya 03/2018 Biiroon Barnootaa Oromiyaa Barattoota Qaxalee Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa Bara 2018 Qabxii Olaanaa Galmeessisuun Gara Kutaa 9ffaa Darban Dorgomsiisee Manneen Barnootaa Bultii Addaafi Addaa Sad. 2ffaatti Fudhachuuf Beeksisa Baasen Hanga Ammaatti (03/12/2018 Waaree Booda Sa'aatii 11:45tti) Barattootni #Dhiirri -2 908 Dubarri - 1 554 Walitti Barattootni - 4 462 Galmaa'un Giddu Gala/Buufata/ Qormaataa (Exam Center) Itti Qorataman Filataniiru. Kanaafuu, Barattootni Dorgommiif Ulaagaa Guuttan, Hanga Ammaatti Hin Galmaa'in Guyyaan Galmee Otuu Hin Goolabamin Daddaftanii Akka Galmooftan/Giddu Gala Qormaataa 'Online' Isiniif Kenname Irratti Galmaa'un Carraa Kennametti Akka Fayyadamtan BBO'n Dhaamsa Dabarseera. Dhumarratti, Hoggansi Barnootaa Waajjira Barnootaa Godinaalee, Magaalotaa, Aanaalee, Dura Bu'aan Manneen Barnootaa, Barsiisotniifi Maatiin Barattootaa Ijoollee Qabxiin
без подписи
🔦 Bara 2026 tti yuunivarsiitiiwwan Itiyoophiyaa keessa jiran Sadarkaadhaan 1.Addis Ababa University 2.University of Gondar 3.Jimma University 4.Bahir Dar University 5.Mekelle University 6.Hawassa University 7.Haramaya University 8.ASTU 9.AASTU 10.Arba Minch University 11.Dire Dawa University 12.Jigjiga University 13.Debre Birhan University 14.Wolaita Sodo University 15.Debark University 16.Dilla University 17.Unity University 18.Wollo University 19.Debre Markos University 20.Ethiopian Civil Service University 21.Kotebe Education University 22.Mattu University 23.Arsi University 24.Madda Walabu University 25.Ambo University 26.Wachemo University 27.Aksum University 28.Wolkite University 29.Adigrat University 30.Woldia University 31.Assosa University 32.Wollega University 33.Samara University 34.Mizan-Tepi University 35.Bule Hora University 36.Debre Tabor University 37.Werabe University 38.Bonga University 39.Injibara University 40.Kebri Dehar University 41.Oda Bultum University 42.Oromia State University 43.Gambella University 44.Raya University 45.Rift Valley University 46.Selale University 47.Mekdela Amba University 48.Jinka University 49.Dembi Dolo University 50.Borena University Hiriyyoota keessaniif share godhaa 😊 JOIN: @knowledgy_hub⭐️
Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa gadhiifamuuf yeroo xiqqootu hafe kanaaf barattoonni burjaaja'uu dhiistanii obsaan akka nu eegdan kabajaan isin hubachiifna CARRAA GAARII
без подписи
#SIRREEFFAMA Galmee Barattoota Manneen Barnootaa Bultii Addaafi Addaa Sad. 2ffaa Dorgommiin Galuu Barbaadan Hundaaf ------------- BBO - Hagayya 01/2018 Biiroon Barnootaa Oromiyaa Barattoota Bara Barnootaa 2018 Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa fudhachuun qabxii olaanaa galmeessisuun gara kutaa 9ffaatti darbaniifi #Manneen_Barnootaa_Ifa_Boruu_Bultii Adaa Sad. 2ffaa, Manneen Barnootaa #Bultii_Addaa_WMOfi #Manneen_Barnootaa_Addaa Sad. 2ffaa dorgommiin Seenanii barachuuf fedhii qaban hundaaf Adoolessa 29/2018 beeksisa baasuun ni yaadatama. Haaluma kanaan: #Ergaawwan sirrachuu qaban #lama yoo ta'an; 1) #Iddoo_Galmee :- Iddoon Galmee ibsaman sunniin hin barbaachisan. Kanaafuu, Galmeen Oonlaayiniin(#Online)n Waan Gaggeeffamuuf barataan kamiyyuu bakkuma barbaade jiraatee(taa'ee) #Liinkii asii gadiitti fayyadamuun #Lakkoofsa_galmee (Registration Number) kan kutaa 8ffaa ittiin qormtan galchuu, itti aansuun maqaa #Akaakayyuu(Grandfather's Name) Galchuu, itti aansee filannoon isiniif dhufu immoo, bakka itti qoramuu barbaaddan/Giddu Gala Qormaataa/(Exam Center) yoo ta'u, bakka qoramuuf isinitti dhihaatu filachuun iyyachuu (Apply) gochuu ni dandeessu. #Guyyaan_Galmee har'a (01/12/2018) Sa'aatii ammaa kanarraa kaasee hanga Hagayya 08/2018 qofa bakka jirtanitti Giddu Gala Itti Qoramtan (#online)n filachuu galmaa'uu ni dandeessu #Liinkichis : https://exam.oeb.gov.et/ 2) #Guyyaa_Qormaataa : Fuuldura Murteessinee isin beeksifna. 💙Oromia Education News 💠
#Update #Sagantaa_Reemeediyaalii Komii Barattoota Sagantaa Reemeediyaalii Bara 2018 barattoonni sagantaa Reemeediyaalii qormaata erga fudhatanii booda hanga ammaatti bu'aan isaa ifoomuu dhabuun komii kaasaa jiru. «Qormaata erga fudhannee ji'a lama guutuufi» kan jedhan barattoonni kunneen «Yeroo kana hunda bu'aan keenya osoo hin ifoomiin turuun isaa sirrii miti» jechuun komii isaanii dhiyeeffachaa jiru. «Qabxiin keenya osoo hin ifoomiin guyyoonni 57 darbuun isaanii sirrii miti, dhiibbaa nurraan gaheera» kan jedhan barattoonni kunneen «Mootummaan hatattamaan bu'aa keenya nuuf ifa haa taasisu» jechuunis gaafataniiru. Dhimma kana irratti hanga ammaatti karaa Ministeera Barnootaas ta'e karaa Tajaajila Madaallii Barnootaa fi Qormaataa wanti jedhame kan hin jirre yoo ta'u, gara fuulduraatti hordofnee kan isin biraan geenyu ta'a Barattoonni kuma 53 ol Caamsaa 27 hanga Waxabajjii 3 bara 2018 tti qormaata sagantaa Reemeediyaalii fudhachuun isaanii ni yaadatama. https://t.me/winbox122_bot/gift9381?startapp=K46MW33H
без подписи
без подписи
Barattoota qormaata naannoo kutaa 8ffaa fudhattan hundaaf! Biiroon Barnoota Oromiyaa Manneen Barnootaa Ifaa Bultii Addaa (MBIBBA), akkasumas Manneen Barnootaa Waldaa Misooma Oromiyaa fi Manneen Barnootaa Addaa (MBA) sadarkaa lammaffaatti barachuu barbaadan dorgomsiisee fudhachuuf jedha. Kanaanis barattoonni qormaata naannoo bara 2018 kan kutaa 8ffaa fudhattanjj qabxii olaanaa galmeessisuun MBIBBA, WMO, fi MBA sadarkaa lammaffaatti galtanii barachuuf fedhii qabdaniif ulaagaalee galmee Biiroon Barnoota Oromiyaa baase suuraa armaan gadii irraa ilaaluun kanneen ulaagaa guuttan galma'aa! https://t.me/winbox122_bot/gift9381?startapp=K46MW33H
https://t.me/winbox122_bot/gift9381?startapp=K46MW33H
HUBACHIISA BEEKSISA GALMEE Barsiisota Bu'uura Boruu Ulaagaa Galmee Leenjii Ogummaa Guyyaa 29/11/2018 Maxxanfamee Ture Barsiisummaa Barnoota Bu'uura Boruu Ragaa Barnootaa Dorgomtoonni leenjii ogummaa barsiisummaaf dorgomuu barbaadan ragaa barnootaa tiraaniskiriiptii sadarkaa lamaffaa (kutaa 9-12ffaa) mallattoo dura bu’aa mana barumsaafi ogeessa rikardii chaappaan mirkanaa’e, ragaa kutaa 8ffaa fi sartafikeetii kutaa 12ffaa ittiin xumuran orjinaalaafi koppii qabatanii dhihaachuu qabu. Akkaatuma Kanaan Dorgomtoonni tiraansikiriptii kutaa 9-12 qabxii giddu galeessaan 50% fi ol qabaachuu qabu; Dorgomtoonni barnoota sagantaa sertifikeetiin (12+1) ogummaa barsiisummaa leenji’uuf iyyannoo dhiheeffatan kutaa 12ffaa xumuranii qorumsa seensaa Yuunivarsiitii fudhatan ulaagaa kanaa gadii kan guutan ta’uu qabu: Qabxii dorgommii Bara 2017 Fo’annoo fi Filannoo Kaadhimamtoota Barsiisotaa sagantaa Seertifikeettiifi (12+1) qophaa’e, Ibsa Gosa Barnootaatiin Qabxii Dorgommii Sagantaa seertifikeettii (12 +1) Saayinsii uumamaafi saayinsii hawaastiin barattoota idileefi galgalaa dhiiraaf, naannoo horsiisee bulaa osoo hindabalatiin 180 fi isaa oli Saayinsii uumamaafi saayinsii hawaastiin barattoota idileefi galgalaa dubaraaf, naannoo horsiisee bulaa osoo hindabalatiin 162 fi isaa oli Naannoo horsiisee bulaa jiranii Dhiiraaf 168 fi isaa oli Naannoo horsiisee bulaa jiranii Dubaraaf #162 fi isaa oli Saayinsii hawaasaa Barattoota Qaroo dhabeeyyii dhiiraaf 140 fi isaa oli Saayinsii hawaasaa Barattoota Qaroo dhabeeyyii dubaraaf 135 fi isaa oli Qabxii dorgommii Bara 2016 Fo’annoofi Filannoo Kaadhimamtoota Barsiisotaa sagantaa Seertifikeettiifi (12+1) qophaa’e, Ibsa Gosa Barnootaatiin Qabxii Dorgommii Sagantaa seertifikeettii (12 +1) Saayinsii uumamaa fi saayinsii hawaastiin barattoota idileefi galgalaa dhiiraaf, naannoo horsiisee bulaa osoo hindabalatiin 162 fi isaa oli #Saayinsii_uumamaafi saayinsii hawaastiin barattoota idileefi galgalaa dubaraaf, naannoo horsiisee bulaa osoo hindabalatiin 150 fi isaa oli Naannoo horsiisee bulaa jiranii Dhiiraaf 156 fi isaa oli Naannoo horsiisee bulaa jiranii Dubaraaf 150fi isaa oli Saayinsii hawaasaa Barattoota qaama miidhamtoota 130 fi isaa oli Saayinsii hawaasaa Barattoota qaama miidhamtoota dubaraaf 125 fi isaa oli Kaadhimamtoota Barsiisotaa bara 2015 qabxii darbiinsaa sagantaa Seertifikeettii (12+1) qabaatanii dhuunfaan Fo’annoofi Filannoo K/Barsiisotaa bara 2018 dorgomuu danda’an Ibsa Gosa Barnootaatiin Qabxii Dorgommii Sagantaa seertifikeettii (12 +1) kan bara 2015 qaban Saayinsii Uumamaa sagantaa idileefi galgala dhiiraaf 180fi ol, Saayinsii Uumamaa sagantaa idileefi galgala dubaraf 180fi 0l Saayinsii Uumamaa naannoo horsiisee bulaatiif dhiira 170fi ol Saayinsii Uumamaa naannoo horsiisee bulaatiif i dubara 170fi ol Saayinsii hawaasaatiin sagantaa idileefi galagalaa dhiira 160fi ol Saayinsii hawaasaatiin sagantaa idileefi galagalaa dubara 160fi 0l Saayinsii hawaasaatiin Naannoo horsiisee bulaa dhiira 150fi 0l Saayinsii hawaasaatiin Naannoo horsiisee bulaa dubara 150fi ol Ta'uu hubachiifna. Carraa Gaarii!! 💙Oromia Education News 💠
без подписи