𝑩𝒊𝒓𝒒𝒊𝒊 𝑲𝒐𝒐
Статистика𝙲𝚑𝚊𝚗𝚗𝚎𝚕 𝚔𝚎𝚎𝚗𝚢𝚊 𝚔𝚊𝚗𝚊𝚛𝚛𝚊𝚊 𝙹𝚎𝚌𝚑𝚘𝚘𝚝𝚊 𝚋𝚎𝚎𝚔𝚝𝚘𝚘𝚝𝚊, 𝙷𝚊𝚢𝚢𝚘𝚘𝚝𝚊, 𝙱𝚊𝚛𝚞𝚖𝚜𝚊𝚊 𝙹𝚒𝚛𝚎𝚎𝚗𝚢𝚊𝚊 𝚒𝚛𝚛𝚊𝚊 𝚊𝚛𝚐𝚊𝚝𝚝𝚞𝚞 @jechoota9
- Последний пост
- 14 авг.
- Последнее чтение
- 13 авг.
- Постов за неделю
- 4
- Всего постов
- 31
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 19
- 1/48двое суток
- 21
- 1/72трое суток
- 23
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
Kaardii Birrii 1000 gadi lakkifamuuf jedha, daqiiqaa 9 qofatu hafe. Namoota dursanii 👇JOIN👇 godhaniif 🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁
WAVE በመግባት ቻናላቹን ማሳደግ የምትፈልጉ 📣 ▶️ABOVE 5K ▶️ABOVE 10k ▶️ABOVE 15k ▶️ABOVE 20k ▶️ABOVE 30k ▶️ABOVE 40k ▶️ABOVE 50k ከ 5K በታች & View የሌለው እንዳመጡ ‼️ DM🔗 @Tb_waver✅ SPAM ለሆናቹ🔗 @Tb_waver_support_bot
👋Hi! 🔵 Join the Best Channels below 👇 ┃_ ┃Reading PDF 📖 ┃_ ┃Leadership and Psychology 🥇 ┃_ ┃Walaloo Jaalalaa ❤️ ┃_ ┃Love Tips 💋 ┃_ ┃Hariiroo Jaalalaa 🌷 ┃_ ┃@Amharic_proverb ✉️ ┃_ ┃Love Heart 😵💫 ┃_ ┃Facts and Knowledge ✅ ┃_ ┃Siifol Tech 🖥 ┃_ ┃@Dhimma_Fayyaa 💊 ┃_ ┃English Class 🎓 ┃_ ┃Now Speak English 🕖 ┃_ ┃Jara Tech 🚀 ┃_ ┃Crypto Earn 💸 ┃_ ┃@Gaaela_Gaarii 🎀 ┃_ ┃Getu Official ┃_ ┃Arara Tv World Wide ❤️ ┃_ ┃Spiritual PDF © ┃_ ┃@HamboofAroon1 🚩 ┃_ ┃Motivational Tips ✔️ ┃_ ┃@Bilchina_Sammuu 💌 ┃_ ┃Inspired Life 💜 ┃_ ┃@Kana_Beektuu24 ┃_ Channelee Bohaartii ┃_ ┃Kottaakolfaa 😂 ┃_ ┃Asoosamaafiwalaloo 📜 ┃_ ┃@Mammaaka_Oromoo ⭐️ ┃_ ┃@Amharic_Proverb ✔️ ┃_ ┃Daily News 📊 ┃_ ┃BBC Afaan Oromoo 🌍
Kaardii Birrii 125 gadi lakkifamuuf jedha, daqiiqaa 9 qofatu hafe. ⭕️JOIN ⭕️ armaan gadii tuquun JOIN REQUEST 👇 ergadha 🏃♂️🏃♂️🏃♂️ add your channel 👉 @Tb_waver
Seera Jireenyaa part8 Yeroo kee namoota fayyina keef hidda qaban waliin dabarsi. Isaan namoota akka ati jiraattuuf sababa siif kennanidha. Isaan kan yeroo ati abdii kutachuuf jettu humna siif kennu. Na amani, hammuma namoota sirrii waliin ooltu, wanti gaariin addunyaa kana irraa akka siif malu hubatta. Namoonni akka isaanii akka ati waan xiqqoof hin tasgabboofne si barsiisu sababni isaas akkamitti akka si kunuunsan sitti agarsiisu. Isaan akka ati miira ga’aa ta’e sitti dhagahamu si godhu, akkasumas yeroo hunda akka ati mirkana’aa Garuu baay’ee barbaachisaadhaan, isaantu jireenya kee caalaatti akka hin banne si godhu. @birqiikoo @birqiikoo
https://web.hehala.com/h5/index.html#/share_gamePage?uid=3455896&source=Wheel
Seera Jireenya Part7 Milkaa'inni kan danda'amu naamusni sababa caalaa yoo cimaa ta'edha. @birqiikoo @birqiikoo
Seera Jireenyaa part6 Jireenya kee jijjiiruuf karaan saffisaan waan guyyaa guyyaan hojjettu jijjiiruudha". @birqiikoo @birqiikoo
Seera Jireenyaa Part5 “Guddinni kan jalqabu yeroo akkuma duraanii turuun sitti hin tolledha". @birqiikoo @birqiikoo
Seera Jireenyaa part5 "Simbirroon yoo lubbuun jirtu, antuuta nyaatti. Yeroo allaattiin badde, antuutni simbira nyaatti. Yeroo fi haalli yeroo kamiyyuu jijjiiramuu danda’a. Jireenya kee keessatti nama kamiyyuu hin xiqqeessin yookiin hin miidhin. Har’a humna qabeessa ta’uu dandeessa, garuu yaadadhu— yeroon si caalaa cimaadha. " @birqiikoo @birqiikoo
Seera Jireenyaa part4 Milkaa'uu yoo barbaadde... Osoo addaan hin kutin dhaggeeffachuuf of shaakali, osoo hin murteessin ilaalii, fi dubbachuu dura itti yaadi. Addunyaan barnoota walitti fufiinsaan barsiisaa jirti, garuu namoota dhaggeeffachuuf gadi jedhanii hafan qofatu isaan beeka. Sagaleen kee waan ati beektu ibsuu danda'a, garuu callisuun kee guddinaaf bakka uuma. Milkaa’inni yeroo hunda waan dubbatan qabaachuu irraa miti—barachuuf fedhii kee dhaabuu irraa dhufa. @birqiikoo @birqiikoo
seera Jireenyaa part3 "Beekaan tokko akkas jedhe: nama doonii kee irratti godhattu of eeggadhu, sababni isaas namoonni tokko tokko sababa kaapteenii ta'uu hin dandeenyeef jecha doonii guutuu balleessu. " Siif Gala jedhen Yaada . Yoo isiniif hin gallee Isiniifin Ibsa. @birqiikoo @birqiikoo
Seera Jireenyaa part2 Bakka kalee turterraa ol guddachuu feeta. Nama akka kaleeysa turterraa jijjiiramtee if arkuuf tattaafatta. Namoota jireenya kee keessatti si abdatani fii milkaawina kee hawwaniif gammachiisuu fii jireenya kee fuulduraa jijjiiruuf carraa hunda yaalta. Akkuma amala jireenyaa, sababa adda addaatiif wantoonni ati karoorfatte hundi akka ati yaaddetti siif hin tahan. Namoonnis carraa ati ittiin milkooytu yoo arkan gufuu sitti tahaniis hedduudha. Addunyaan tuniis fakkeeysituu dha. Namnis nama humna qabu, nama maqaa fii gurra qabu malee namoonni ordinaryn akka milkaawan hin fedhan. Obsi. Gufuu hunda irraa maqii fuuldura deemi. Carraa kee yaali. carraaqi. fuuldura nama humna qabu (qabeenya) qabu tahi. Garuu, dhabdu dhabii akkuma ammaa kanatti hafi malee, maallaqa arkachuuf jettee ilma namaa hin kadhatin. Milkaawina kee boruutiif fuula nama hundaa duratti ifin saphlisin. Ammoo, Rabbiin nu gargaaree 'nama' nuhaa godhu! @birqiikoo @birqiikoo
seera jireenya part1 Nama si jaalatu kamiyyuu deebisii jaaladhu. Inumaa jaalala san dachaa godhii jaaladhu. Waan inni sijaalatu qofaaf miti, galata jaalalaatu akkasi. Nama si jibbu ammoo, hin jibbin. Gochasaa balaaleeffadhuu mormi, hojiisaa jibbi malee Namuma ta'uu isaatiif, namummmaa isaatiif jedhii hin jibbin. Jibburra, Jiraachuu isaa Dagadhu. Akka nama hin jirreetti ilaalii bira dabri. Hanga yeroo tee nama si jibbu deebitee jibbuuf gubdu, yeroo tee nama si jaalatu dachaan jaalachuurratti gubi. Nama si kabaju kabaji, kan sin kabajne irraa fagaadhu. Akkasuma kan si dagate dagadhu. Kan si ganee kophatti si dhiisee deemuu fedhuus akka turuuf hin dirqin. Haa deemu. Atiis jireenya kee jiraadhu! Khalaas!🤗 @birqiikoo @birqiikoo
part34 Carraan kee dukkanaa miti Addunyaan kun iddoo qormaataati. dhimmi jireenyaa rakkoolee adda addaatiin kan guutamteedha. Argannus dhabnus, dhimmi keenya nuuf mijatus mijachuu baatus, tarkaanfiin nu irraa eegamu inni guddaan abdii kutachuu dhabuudha. Yeroo mara yaqiina qabaatanii gaarummaa fi tola Rabbii eeggachuudha, hariiroo Rabbi wajjiin qabnu daran jabeessuun furmaata duraati. Waan addunyaa kanarratti si mudateen keessa kee miidhuu fi gaddaan of laamshessuun bu'aa tokkollee hin qabu. Haasawaa fi qeeqa namootaatiin kaayyoo fi galma kee guddaa irraa duubatti hin deebi'in. Taateewwan ulfaata si mudatan akka gufuutti ilaaltee, carraan kiyya dukkana jettee abdii of kutachiisuu irraa fagaachuu qabda. Yoomiyyuu, haala kamuu keessatti Rabbiin si bira akka jiruu fi si hin ganne beeki. Rabbiin rakkina hardha keessa jirtu kana gara gammachuutti, dukkana keessa jirtu gara ifaatti jijjiiruuf dandeettii guutuu qaba. Kanaafuu, hamilee kee eeggattee, obsaa fi tattaaffiin gara fulduraatti deemsa kee fufuu qabda. jabaadhu of badadi malee of hin laamshessin. Abdii Osoo Hin Taane Riqicha Wallaalumaa fi Miskiinummaa Adda Murree bira Kutu qabanaan Ja'een Baana ! @birqiikoo @birqiikoo
part33 Ergaa Guddaa: Jireenyi gabaabaadha. Jibbaa baattee deemuun bu'aa hin qabu. Namoota gaarii hin salphisin. Hariiroo gaarii eegi. Waani ati har'a jaalalaan hojjettu, boru yaadannoo bareedaa ta'ee siif hafa. Waan hunda caalaa ammoo Rabbitti irkadhu. isaa qoftu qalbii namaa tasgabbeessuu, rakkoo salphisuu fi qaddara gaarii namaaf murteessuu danda'a. Jireenya kee jaalalaan, obsaan, dhiifamaa fi galateeffannaan jiraadhu; yeroon deebi'ee hin dhufuu. @birqiikoo @birqiikoo
part32 Fuuldurri filannoo har'a gootantu bocama. Sodaan carraa, guddina ykn kaayyoo irraa si hin dhowwu. Hamileedhaan gara fuulduraatti deemi, karaa irratti baradhu, tarkaanfiin gaariin hundi jireenya ijaaraa jirtutti akka si dhiheessu Amanadhu. @birqiikoo @birqiikoo